Hamza mohammedπŸ‘‰offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daعwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana 🌴join 🌴 godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
Namni hundi waan khanna adda baafchu qaba☝☝☝

@httpsHamzamohammed
Warren kuta 8 qormaata biyoolesa fudhatan jirtoota dire dawa qormmani biyyolessa gad dhifame wan jiruuf hundii kessanuu akka lalatan
Gammanuman baratoota madrasa tiyya jadida warri tatn hundii baga rabbin isin gammachise isini gammanne congeraπŸ˜˜πŸŒ·πŸ’”

πŸ‘‰@httpsHamzamohammed
Forwarded from Odaa Electronics
Group face book Erga join gootanii nama 100 gara groupichatti invite gootanii yoo fiddan qarshii $100 argattu.
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://m.facebook.com/groups/2113950025485685
πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†
JOIN & SHARE
♨️dubbiftoota afaan oromoo qofaaf♨️

akkuma beekamu yeroon ammaa kun gannadha kanumaan wol qabatee namni bayyeen kitaaba dubbisuun ganna kana dabarsuu barbaada..

nutis kitaabota kana isiniif qabannee dhiyaanneerra kitaabota barbaaddan armaan gaditti filachuun dubbisaa
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ»πŸ‘‡πŸΌπŸ‘‡πŸ½πŸ‘‡πŸΎπŸ‘‡πŸΏπŸ‘‡
Seena sumaama
πŸ‘‰ sumaaman sayidaa gosa bani hanifa ture xalaata islaama ture sahaboota hanga takkalle ajjese ture garuu boodara rabbin isaan fadhe islaamawe jira gaafa takka hajii godhuf gama makka deeme san booda osso hajii godhuu jirani Ω„Ψ¨ΩŠΩƒ Ψ§Ω„Ω„Ω‡Ω… Ω„Ψ¨ΩŠΩƒ πŸŒ»Ω„Ψ¨ΩŠΩƒ Ω„Ψ§ Ψ΄Ψ±ΩŠΩƒ Ω„Ωƒ Ω„Ψ¨ΩŠΩƒ ja'an sahaban 😷 qureyshooni garuu khanarati wan xiqqo takka ida'an Ψ§Ω„Ψ§ Ψ΄Ψ±ΩŠΩƒΨ§ Ω‡Ωˆ Ω„ΩƒπŸ˜Š ΨͺΩ…Ω„ΩŠΩƒΩ‡ ΩˆΩ…Ψ§ Ω…Ω„Ωƒ
Sahiban hin qabduu garuu nama itti hayammatef malee ja'ani xiqqo itti ida'an qureyshoni durani isaa akkan ja'u dhagahani gosa qureyshii kessa nama isalaama gatuu dhufe sahani sahabooni sumaama hidhani rasuula saw bira geysan 😭

➑ Rasuula bira Osoon geeysin duura masgida keessati hidhan islaamni akkamitti akka rabbi gabbaruu akka lalu qofafa masgida keessati ilaalachi nama bira islaminan seyfii qofa wan sahanif🌾wan badaa wayee islamara wan dhagahe san akka lale adda baaftuf

β–Ά sanbooda rasuuli saw masgida kessati wan hidhamef osoo dabru jiru arrkani enyuu namni khun ni beeyatni ja'anin sahaban rasuuli saw hin beynuu ja'anin inni khunbar #sumaama dhabar sayida bani hanifaa sani bar ja'anin san booda rasulo saw likkiti tajaajila nyaata bareeda khanaf ja'an rassuli saw fardi isalae ni dhiqanif sirri tajajilan

⏩ san booda rasuuli saw subhi dhufan sumaama akkami jirta janan akka baredatin jira je'en maltu haraya si bira ja'anin rasuli saw ani akka baredatin jira je'en sumaman yoo na ajjeste nama dhigaa deebisu ajjeysu jirta bekhi je'en yoo dhifama na goote irra naaf dabrte galata khe sifin galacha je'e guyya guutu sahaban isa tajajiala oolan rasuuli saw ammas subhi dhufe isa gaafte amma ho akkam jatta jannan ani wani bira hin jiru akkuman sin je'e sani je'e rasuuli saw guyya 3 akkasi gagafatani sumamanis deebisan isa sanuma tahe san booda rasuuli saw baqa hikhaa ha deemu gad lakkisa ja'anin

⏩ san booda hogga gad bahuu fardii isa akka ajaaibati bareeda hanga fardii isaa hunda shakku takkati sahaban ajaaibde mali namni akkanati mata jabaatu jattenπŸ˜‰
#⃣ san booda farda isaa fudhatee khutte hogga madina gahu huccu isa jijjirate qaama dhiqate gamaa rasuula saw deebie masgidaa seene Ψ§Ψ΄Ω‡Ψ― Ψ§Ω† Ω„Ψ§ Ψ§Ω„Ω‡ Ψ§Ω„Ψ§Ψ§Ω„Ω„Ω‡ ΩˆΨ§Ψ΄Ω‡Ψ― Ψ§Ω† Ω…Ψ­Ω…Ψ― رسو Ψ§Ω„Ω„Ω‡ je'e islaamawe rasuuli.saw gammadni akkan ja'anin guyya 3 guutu duuba malif hin Aamnin janan duba namni yaa rasula rabbi akka bashoti hidhamanan islamawe nan ha ja'ani😁😁 nama qulqulu tahu kiyya beysisetin isalamawa je'e ti je'e sumaaman ..mashallah akaasitti sumaaman Amntii bareddu tana qabate🌷
Seena bareddu tana naman beyneef share godha ikwain ...seena babaredu akkan tana arkachuuf πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@httpsHamzamohammed
Bilbili khe hogga dawwalame akkuma fiyduti hogga azane khara masgidaa fiigi

B/c salat is miftahul jannahπŸ‘‡πŸ‘‡
@httpsHamzamohammed
Walaalo.chikun guniyaa khaxxari tana dubbisπŸ‘‰ @httpsHamzamohammed
♨️dubbiftoota afaan oromoo qofaaf♨️

akkuma beekamu yeroon ammaa kun gannadha kanumaan wol qabatee namni bayyeen kitaaba dubbisuun ganna kana dabarsuu barbaada..

nutis kitaabota kana isiniif qabannee dhiyaanneerra kitaabota barbaaddan armaan gaditti filachuun dubbisaa
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ»πŸ‘‡πŸΌπŸ‘‡πŸ½πŸ‘‡πŸΎπŸ‘‡πŸΏπŸ‘‡
Akkam jirtu botin telegram irratti birrii dhugaadhaan kaffalu dhufee jira

Nama tokko yoo afeertan qarshii 1 isiniif herrega

Nama 100 yoo afeertan qarshii 100 herrega herrega keessan karaa acount book keessanii baafachuu dandeessu


⭕️START⭕️ kan jedhu tuquun fayyadamaa
Aswrwb obboleyyan kiyya kan islaama namni qura'ana hafzu barbadan fi warri haffzdani harfii tolfachu barbadan (tajawid)(talqiina) barachu barbadan ustaza kiyya qaali sh/Abdalla Ahmed Omer biraa dhufatani barachu ni dandessan
tesson Dire dawa sabian, jarba ganda awwday dhufatani barachuu ni dandessan
Oddeyfanno dabalataf πŸ‘‰0945924272
0938498162
Obboleyyan kiyya share walif godha
Aswrwb
Waa 3 jibbi
1 warana
2 tuffi
3 kijiba
@httpsHamzamohammed