Hamza mohammed๐Ÿ‘‰offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daุนwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana ๐ŸŒดjoin ๐ŸŒด godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Sallallaahu alleeyhi wasallaam โค
๐Ÿ’˜Wanti gaariin ani jireenya koo keessatti hojjadhe si jaalachuudha.
Keennaan gaariin jireenya koo keesatti fudhadhe jaalala teeti.
Namni gaariin addunyaa kanarratti na mudatees sihi. Sin jaaladha๐Ÿ’œ๐Ÿ’œ

ููู€ูŽู€ู€ู€ูŽู€ู€ู€ูŽูŽุฏูุงูŽูƒูŽูŽ ุงูŽุจู“ู“ู“ูŠ ูˆูŽูŽ ุงููŽู…ูŽู€ู€ูŽูŽู€ู€ูŠู ูŠุงูŽูŽุฑูŽุณู€ู€ูŽู€ู€ู€ู€ูˆููŽูŽู„ูŽ ุงูŽู„ู„ูŽู‡
โค๏ทบโ™ฅ๏ธ
@Hanuudi_Mohamed
@Hanuudi_Mohamed
Salaata jabeefachuu fi tolfachuun dirqama nama muslimaati!


Salaatni Addunyaa fi akhirattis bu'aa heddu qaba. Hamtuu fi dalagaa fokkattuu irraa nama dhoorkti. Namni muslima ta'ee hin salaatne yookaan ammoo salaata yeroo fedhe salaatee yeroo fedhe dhiisu, salphatti dilii keessatti kufa; jiruu fi jireenyi isaatis kan warra kaafiraatiin adda miti.


Nabiin kheenya Muhammad ๏ทบ akkana jedhan:- "Warra Rabbitti amaneefi Rabbitti kafare jidduu salaata dhiisuu malee wanni takka (garaagarummaan) hin jiru"

ุนูŽู†ู’ ุฌูŽุงุจูุฑูุŒ ู‚ูŽุงู„ูŽ ู‚ูŽุงู„ูŽ ุฑูŽุณููˆู„ู ุงู„ู„ูŽู‘ู‡ู ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู… ‏ "‏ ู„ูŽูŠู’ุณูŽ ุจูŽูŠู’ู†ูŽ ุงู„ู’ุนูŽุจู’ุฏู ูˆูŽุจูŽูŠู’ู†ูŽ ุงู„ู’ูƒููู’ุฑู ุฅูู„ุงูŽู‘ ุชูŽุฑู’ูƒู ุงู„ุตูŽู‘ู„ุงูŽุฉู ‏"‏ ‏.‏

Nuuralhudaa
Soora Qalbii Muslimaati
Forwarded from MAHER AHMEDโ˜ž Official via @like
Hhhhh mee Nashiida OBN kanaa caqafadhaa..ittiin bohaara...xiqqollee taatuu naa kolfaa me๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚

JOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘Œ
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
Forwarded from Eid Ali Musa
Jechaan namattii fiigu dura
Ati eenyu akka taate if dubbisi
Jechaan namatti fiigu dura maal akka dubbattu beeki
Nama qeequu duraa maalif akka qeequu deemtu beeki

Waan maraafu jerjerri gaarii miti
Hin jerjerin
By edu ali musa
t.me/edualimusa