Hamza mohammed๐Ÿ‘‰offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daุนwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana ๐ŸŒดjoin ๐ŸŒด godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
Forwarded from Suheyba Adam(su) (Suheyba Adam 9B)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Dhuguma san me rabbin guddina saati wajji jaalala inni siif qabu gad lallali

Join ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@suhehbaAdam
@suheybaAdam
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Gorssa hedduu qalbii nama seenu ๐Ÿ˜ญโค obaleeytin tiyya tuni dhugaa jatte wlh ... rabbin warra duniyaa fi akhiratilee milkaawee guyyaa borruu fula rahman arkkuu nuhaa taasisuu rahman rahmata isaatin ๐Ÿ˜ญ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Sallallaahu alleeyhi wasallaam โค
๐Ÿ’˜Wanti gaariin ani jireenya koo keessatti hojjadhe si jaalachuudha.
Keennaan gaariin jireenya koo keesatti fudhadhe jaalala teeti.
Namni gaariin addunyaa kanarratti na mudatees sihi. Sin jaaladha๐Ÿ’œ๐Ÿ’œ

ููู€ูŽู€ู€ู€ูŽู€ู€ู€ูŽูŽุฏูุงูŽูƒูŽูŽ ุงูŽุจู“ู“ู“ูŠ ูˆูŽูŽ ุงููŽู…ูŽู€ู€ูŽูŽู€ู€ูŠู ูŠุงูŽูŽุฑูŽุณู€ู€ูŽู€ู€ู€ู€ูˆููŽูŽู„ูŽ ุงูŽู„ู„ูŽู‡
โค๏ทบโ™ฅ๏ธ
@Hanuudi_Mohamed
@Hanuudi_Mohamed
Salaata jabeefachuu fi tolfachuun dirqama nama muslimaati!


Salaatni Addunyaa fi akhirattis bu'aa heddu qaba. Hamtuu fi dalagaa fokkattuu irraa nama dhoorkti. Namni muslima ta'ee hin salaatne yookaan ammoo salaata yeroo fedhe salaatee yeroo fedhe dhiisu, salphatti dilii keessatti kufa; jiruu fi jireenyi isaatis kan warra kaafiraatiin adda miti.


Nabiin kheenya Muhammad ๏ทบ akkana jedhan:- "Warra Rabbitti amaneefi Rabbitti kafare jidduu salaata dhiisuu malee wanni takka (garaagarummaan) hin jiru"

ุนูŽู†ู’ ุฌูŽุงุจูุฑูุŒ ู‚ูŽุงู„ูŽ ู‚ูŽุงู„ูŽ ุฑูŽุณููˆู„ู ุงู„ู„ูŽู‘ู‡ู ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู… ‏ "‏ ู„ูŽูŠู’ุณูŽ ุจูŽูŠู’ู†ูŽ ุงู„ู’ุนูŽุจู’ุฏู ูˆูŽุจูŽูŠู’ู†ูŽ ุงู„ู’ูƒููู’ุฑู ุฅูู„ุงูŽู‘ ุชูŽุฑู’ูƒู ุงู„ุตูŽู‘ู„ุงูŽุฉู ‏"‏ ‏.‏

Nuuralhudaa
Soora Qalbii Muslimaati