Hamza mohammedπŸ‘‰offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daعwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana 🌴join 🌴 godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
Forwarded from Oro Sarcasm πŸ˜‚ via @Hopeprobot
♨️dubbiftoota afaan oromoo qofaaf♨️

akkuma beekamu yeroon ammaa kun gannadha kanumaan wol qabatee namni bayyeen kitaaba dubbisuun ganna kana dabarsuu barbaada..

nutis kitaabota kana isiniif qabannee dhiyaanneerra kitaabota barbaaddan armaan gaditti filachuun dubbisaa
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ»πŸ‘‡πŸΌπŸ‘‡πŸ½πŸ‘‡πŸΎπŸ‘‡πŸΏπŸ‘‡
Hiyyuumma jibbi male hiyyessa hin jibbin
Durummaa jaaladhu male dureysa hin jaalatin

Http://www. Hamza mohammed
Sababani isaa rabbin hiyyessa duromsee durreysa hiyyomsuu danda'a waan tahef
Rabbin ΩƒΩ„ Ψ΄Ψ¦ Ω‚Ψ―ΩŠΨ± πŸ‘ˆ waan tahef
Nashiidaa daعwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee araachuuf channel kana 🌴join 🌴 godhaa jzk kheyran

@Maherzain123
Fagoo mitii dhihotii
Boruu mitii arrumatii
Boodaa mitii ammumatti
Rakkoo fi cinqii harkaa issin qabdu mara Rabbiin issinirra
πŸ€Haa furuπŸ€
😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊
😘tv islaama 😘
Dhufaa jira guyya muraasa booda
@httpsHamzamohammed
Dubbisii hiriyoota kee fb muslimaaf hanga dandesse ergiif
HADIISA AJAAYIBAATI
Guyyaa tokko Aa'ishaan akkana jachuun rasuula (SAW) gaafatte!
Yaa ergamaa rabbii! Guyyaa qiyaamaa dachiin yaroo baqeeyxee, harcaate Eysa geeyfamti ? Jannaan rasuul (SAW) akkana ja'een.
Guyyaa qiyaamaa dachiin yaroo baqeeyxee, harcaate SIRAAX gubbaadha geeyfamti.
Guyyaa qiyaamaa Iddoo sadi qofaatu jira.
1. Jannata.
2. Jahannam fi
3. Siraax..
Namni hundi jannata seenuuf dildila/riqicha RIRAAX gubbaa dabaruun dirqama. Siraax gubbaa yaroo dabru Yoo diliin isaa guddoo taate, Deemuu dadhabeeti hudduun shorroqa. Gariin osoo shorroquuti jahannam keysatti kufa. Gariin immoo eega qaamni isaa cicciramee booda jannata seena.
Namni dilii hin qabne (kan diliin isaa waa xiqqoo) Akka hangaasuutti, hanga libsuu ijaatti SIRAAX dabree jannata seena.
Rasuul (SAW) xarafa siraax dhaabbateeti Yaa rabbi ummata kiyya naaf baasi, Yaa rabbi ummata kiyya naaf baasi ja'a!
Nama hunda dura ummata isaatu siraax dabaree jannata seena.
Siraax Maal Fakkaata?
1. Jala isaa ibiddaatu jira..
2. Cuubeerra qara..
3. Shiggiree/haadduu rra qara..
4. Isa gubbaa hookkoo qaama namaa cirtuutu jira..
Anaa fi isiniis warra hanga libsuu ijaatti, akka hangaasuutti SIRAAX irra dabru RABBI nuhaa godhu..
Yaroo kana Aa'ishaan guyyaa qiyaamaa yaadattee booche!
Ergamaaniis (SAW) maaltu siboochisa ja'ee gaafate.
Isiiniis akkana jatteen
yaa ergamaa rabbii! Guyyaa qiyaamaa yaadadheetiin boohe!
Guyyaa san FIRRI, FIRA isaa niyaadataa ?! Jattee gaafannaan rasuul (SAW) akkana ja'een..
Eee wal yaadatan. Garuu iddoo 3tti namni tokko wal hin yaadatu.
1. Yaroo hojiin namaa madaalamtu.
2. Yaroo sartifikeetni namaaf hiramu.
3. Yaroo siraax gubbaa jiran..
Iddoo 3n tanatti namni tokko wal hin yaadatu!
Kanaaf addunyaarratti kheeyrii haa carraaqannuu..
Risaalaa bareedduu tana sadaqaadhatti niyyadhuu SHARE godhi. sababa ati SHARE gooteef obbaleeysi kee tokko qaceeluutu waa hundarra siif caala Jzk..

@hamzanaik123
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
β–Ά yeroo kharaa nama cufu yaaduπŸ”‘πŸ‘ˆ qulfiin harka rabbi jira yaadadhu

πŸ˜žπŸ˜žπŸ˜ πŸ‘‰@httpsHamzamohammed
Wlh heddu nama gammachisa☝☝
@httpsHamzamohammed