This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
😍😍❣️❣️🌹🌹🌹اللهم صل وسلم على نبينا محمد وعلى آله وصحبه أجمعين يارب ❣️🌹
The Latest💥 Trending✨ and Hottest🔥 video! Watch it to catch up with the current trends!🤣🤣#Likee #HelloLikee
https://l.likee.com/v/7v0CQw
https://l.likee.com/v/7v0CQw
likee.video
hamzishaa123(@572129109) on Likee: cover by hamza #eid nashed
hamzishaa123 has created a short video on Likee with music original sound - hamzishaa123
Warroonni Ergamaa keenya Arrabsan sun haa galatoomanii...
🖋 Ammaar sh. Amiin
👉 Galatoomaa iimaana qalbii teenya keessa jiru dammeessitanii, Ergamaa keenya jala Akka hiriirru waan nu gootaniif!
👉 Galatoomaa ummanni muhammad S.A.W ni dhukkubsatte malee Akka hin du'in firaa fi Diinaafis waan mirkaneessitaniif!
👉 Galatoomaa Jibbaa islaamummaaf qabdan waan mul'ifattaniif...❗
🔴 Wanni bareechitanii beekuu qabdan Hanga barbaanne diloynus, Sheyxaanaa fi lubbuun teenya Nu injifattus Ergamaa keenya Lubbuu teenya caalaa jaalanna!
Waan Ajaa'ibaa Isaan hamtutti yaadanii Rabbiin gaaritti nuuf jijjiire fakkaata!
Yaa Rabbii keenya Yaa Abbaa Rahmataa❗ keyrii hedduu dalagannee qabaachuullee baannu Ergamaa kee Ni jaalanna, jaalaluma tanaan Warra jannataa nu godhii ollaa isaanii nu qubsiisi! Aaamiiin!
Nagayaa fi Rahmanni hanganan ja'amne Ergamaa keenyarratti haa jiraatu ❤️❤️❤️
صلى الله عليه وسلم
@Hanuudi_Mohamed

Forwarded from ❤ أحبك يا رسول الله ❤ (Hanaadi Mohammed)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Suheyba Adam(su) (Suheyba Adam 9B)
Forwarded from ❤ أحبك يا رسول الله ❤ (Hanaadi Mohammed)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Nabiyyi Rahamata❤
❤❤Irratti salawaata buusa!❤
❤ﺍﻟﻠﻬﻢ ﺻﻞ ﻭﺳﻠﻢ ﻭﺑﺎﺭﻙ ﻋﻠﻰ ﻧﺒﻴﻨﺎ ﻣﺤﻤﺪ !!❤
@Hanuudi_Mohamed
@Hanuudi_Mohamed
❤❤Irratti salawaata buusa!❤
❤ﺍﻟﻠﻬﻢ ﺻﻞ ﻭﺳﻠﻢ ﻭﺑﺎﺭﻙ ﻋﻠﻰ ﻧﺒﻴﻨﺎ ﻣﺤﻤﺪ !!❤
@Hanuudi_Mohamed
@Hanuudi_Mohamed
Forwarded from Sif ye baba
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Jecha obbaletti tenya qaali heddu si fayyada dhagefadhuu itti naf fayyadamii obbaletti tiyya qaali 😍😍😍
Join 👇👇👇
@sif_ye_baba
@suheybaAdam
Join 👇👇👇
@sif_ye_baba
@suheybaAdam
Watch "Diraamaa afaan oromoo haaraya Kijibaa fi beekhaa 2020💥💥" on YouTube
https://youtu.be/rA71eiyu5wI
https://youtu.be/rA71eiyu5wI
YouTube
Diraamaa afaan oromoo haaraya Kijibaa fi beekhaa 2020💥💥
Enjoy the videos and music you love, upload original content, and share it all with friends, family, and the world on YouTube.
Forwarded from Suheyba Adam(su) (Suheyba Adam 9B)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Dhuguma san me rabbin guddina saati wajji jaalala inni siif qabu gad lallali
Join 👇👇
@suhehbaAdam
@suheybaAdam
Join 👇👇
@suhehbaAdam
@suheybaAdam
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Gorssa hedduu qalbii nama seenu 😭❤ obaleeytin tiyya tuni dhugaa jatte wlh ... rabbin warra duniyaa fi akhiratilee milkaawee guyyaa borruu fula rahman arkkuu nuhaa taasisuu rahman rahmata isaatin 😭🤲🤲