Hamza mohammed๐Ÿ‘‰offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daุนwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana ๐ŸŒดjoin ๐ŸŒด godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
โ™จ๏ธdubbiftoota afaan oromoo qofaafโ™จ๏ธ

akkuma beekamu yeroon ammaa kun gannadha kanumaan wol qabatee namni bayyeen kitaaba dubbisuun ganna kana dabarsuu barbaada..

nutis kitaabota kana isiniif qabannee dhiyaanneerra kitaabota barbaaddan armaan gaditti filachuun dubbisaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿป๐Ÿ‘‡๐Ÿผ๐Ÿ‘‡๐Ÿฝ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿฟ๐Ÿ‘‡
Ergamaan rabbii ๏ทบ akkana jedhan irraa hedduun warra jaannata miskiina jedhan.
๏ปฃ๏ปจ๏ปœ๏ปข ๏ปฃ๏ปฆ ๏ปณ๏บฎ๏ปณ๏บช ๏บ๏ปŸ๏บช๏ปง๏ปด๏บŽ ๏ปญ๏ปฃ๏ปจ๏ปœ๏ปข ๏ปฃ๏ปฆ ๏ปณ๏บฎ๏ปณ๏บช ๏บ๏ปต๏บง๏บฎ๏บ“
~Dhugumatti isiin keessa kan akkaan duniyaa fedhuutu jira, akkasuma isiin keessa kan Ahkiraa fedhuutu jira.
{Quran, 3:152}
~Ergamaan rabbii ๏ทบ akkana jedhan rabbiin duniyaa nama jallaatuu fi kan hin jaalanneefis ni kenna garuu imaana nama jaalaatu qofaaf kenna jedhan.
Yaa Rabbii ati imaana nuuf kenni irraa guddaa yaada keenya Ahkiraa nuuf taasisi jiruu jalqaba malee xumuura hin qabne sanitti nu milkeessi yaa Allah
@Ameriyamustefa
@DrZakirNaikAfaanOromoo
Obboleyyan keenya warri qormaata biyoolessa fudhattan qabxiin guyya hagayya guyya 5 akka gadhifamu gabafame jira ragaa dabalataaf ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Nashiidaa Aja'ibaa By Al- istiqaama inshad group cooming soon
Al itqan guyya eida tv nural hudaa irratti eegadha
Aswrwb ikhwaani guyya arra kana duaiin nan แˆจแˆซแАแ‹แ‰ฒแŠ“ู‚ุงู„ ุฑุณูˆู„ ุงู„ู„ู‡(ุต)ุฎูŠุฑ ุฏุนุงุก ุฏุนุงุก ูŠูˆู… ุนุฑูุฉ irra caalan duaii duaii guyya arfaati je'e habibin keenya saw sanifuu ikhwaani duaii ha heddumeysinu guyya aarra khan
Nashidaa ajaaiba jama'a al istiqmaatin ta qophoyte naf afeerama
๐ŸŽก๐ŸŒน๐ŸŽก๐ŸŒน๐ŸŽก๐ŸŒน
๐ŸŽก
๐ŸŽก๐ŸŒน๐ŸŽก๐ŸŒน
๐ŸŽก
๐ŸŽก๐ŸŒน๐ŸŽก๐ŸŒน๐ŸŽก๐ŸŒน


๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ
๐ŸŒบ
๐ŸŒบ
๐ŸŒบ
๐ŸŒบ
๐ŸŒบ
๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ


๐ŸŽก๐ŸŒน๐ŸŽก๐ŸŒน๐ŸŽก
๐ŸŽก ๐ŸŽก
๐ŸŒน ๐ŸŒน
๐ŸŒน ๐ŸŒน
๐ŸŽก ๐ŸŽก
๐ŸŽก๐ŸŒน๐ŸŽก๐ŸŒน๐ŸŽก





๐ŸŒป๐ŸŒป ๐ŸŒป๐ŸŒป
๐ŸŒป ๐ŸŒป ๐ŸŒป ๐ŸŒป
๐ŸŒป ๐ŸŒป ๐ŸŒป ๐ŸŒป
๐ŸŒป ๐ŸŒป ๐ŸŒป
๐ŸŒป ๐ŸŒป
๐ŸŒป ๐ŸŒป


๐ŸŒน ๐ŸŒน
๐ŸŒน ๐ŸŒน
๐ŸŒน ๐ŸŒน
๐ŸŒน ๐ŸŒน
๐ŸŒน ๐ŸŒน
๐ŸŒน ๐ŸŒน
๐ŸŒน ๐ŸŒน๐ŸŒน

๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป
๐ŸŒป ๐ŸŒป
๐ŸŒป ๐ŸŒป
๐ŸŒป ๐ŸŒป
๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป
๐ŸŒป ๐ŸŒป
๐ŸŒป ๐ŸŒป
๐ŸŒป ๐ŸŒป
๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป


๐ŸŒป
๐ŸŒป ๐ŸŒป
๐ŸŒป ๐ŸŒป
๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป
๐ŸŒป ๐ŸŒป
๐ŸŒป ๐ŸŒป
๐ŸŒป ๐ŸŒป


๐ŸŒป ๐ŸŒป ๐ŸŒป ๐ŸŒป
๐ŸŒป ๐ŸŒป
๐ŸŒป ๐ŸŒป
๐ŸŒป ๐ŸŒป ๐ŸŒป
๐ŸŒป ๐ŸŒป
๐ŸŒป ๐ŸŒป
๐ŸŒป ๐ŸŒป


๐ŸŒป
๐ŸŒป ๐ŸŒป
๐ŸŒป ๐ŸŒป
๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป
๐ŸŒป ๐ŸŒป
๐ŸŒป ๐ŸŒป
๐ŸŒป ๐ŸŒป

๐ŸŒน ๐ŸŒน
๐ŸŒน ๐ŸŒน
๐ŸŒน ๐ŸŒน
๐ŸŒน ๐ŸŒน
๐ŸŒน๐ŸŒน
๐ŸŒน ๐ŸŒน
๐ŸŒน ๐ŸŒน
๐ŸŒน ๐ŸŒน
๐ŸŒน ๐ŸŒน

From
@Jechotagaggaarii
โœ”๏ธNAMA HAJJII DHAQE TOKKOON "HAAJI"YOO JEDHANIIN MAAL QABA??

โ†ช๏ธ"Haaji"jedhanii nama yaamuu irra dhiisutu caala jedhan warri Ulamaa'a,dalagaan Sharii'aa islaamaa yoo dalagan Kan saniif jecha maqaan baafamu hin jiru

Akkuma nama tokko fkn yoo in salaate"Musallii"jechuunii hin dandeenye,Kunis Dalagaa isaatiin ajrii Rabbirra barbaada jecha waan deemeef,jechuu dhabutu irra caala jedhan,

โ†ช๏ธnama hajjii gale irrattis wanni dirqama tahaa lubbuu isaa waan kanatti rarraasuu dhabuudha akka dalagaan isaa qulqulluu taatuuf jecha.
โ†ช๏ธInumaa "ibn Useeymiin"kuni dogoggora guddaadha jedhan,maaliif jennaan na Argaa/Riyaa'a/uf keessaa qaba jedhan,Ammas Gadaa Rasuula rabbii (SAW )nama hajjii dhaqeen takkaa "Haaji"hin jedhamneen jedhan

Rabbiin dalagaa iklaasaa nuuf haa godhuu share godhuu hin dagatinaa
@tafak_or
@DrZakirNaikAfaanOromoo
Channel photo updated