Hamza mohammed๐Ÿ‘‰offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daุนwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana ๐ŸŒดjoin ๐ŸŒด godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
As wa wb ikhwani fillah
Nashida albuma #Dammaqi khessa gare Al ansar inshad groupin qoppoyte khessa #mareny tan jattu guyya Arba'a gama you tube khenyatin nu egadha ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtu.be/Pku-pF-0JXA
โ™คIlma namaa waa hedduuf jaalachuu dandeysa...โค
Fadhu qabeenya taha fadhu bareedina tahaa....
Garuu San hunda kan caalu yoo Rabbif jecha jaalatteedha!!! โค

https:t.me/Miyaahabiibii
Forwarded from ๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ แˆ˜แˆญแŒŒแ‰ณ แ‹ญแŒแ‹›แ‹ แ‰ฃแˆ…แˆ‹แ‹Š แˆ˜แ‹ณแŠ’แ‰ต แ‰คแ‰ต ๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ
#ODUU_AMMEE

ARTISTIIN BEEKAMA HACHAALU HUNDEESSA LUBBUN DABAREE JIRA.!!

[Qulqulluma oduu kana mirkaneefanne ka dhiyeessinu ta'a]

Artistin beekamaa fi jalatamaa afaan oromoo namoota hin beekamneem shuguxiidhan ajjefamu isaa maddonni amanamoo ibsanis polisin hanga ammaa ifa hin baasne.


Via #TIKVAH

@JIRRA_OROMIA
@JIRRA_OROMIA
#Inbox
MAATII JAWAR MOHAMMED IRRAA

"Sagalee nuuf tahaa. Nuti maatii jawaar Mahammad :- Yeroo ammaa kana gadda hamaa keessa jirra.
jawaar md. har'a Ganama yoo ciree geessinuuf mana dukkaanaa keessatti hidhanii jiraachuu agarre. Dirqamaan ol bilbilanii nutti agarsiisan. Innis maatii koo arguu qaba jedhee nyaata fudhachuu dide. Sana booda ijaan walargine. Waan hamaa keessa Jira. Ijji sirritti lafa arguuf didde. Itti naannawuu isaa hubanne.
Iyyaa iyya dabarsaa lubbuu isaa nuuf dhaqqabaa ....!!!" ๐Ÿ˜ข๐Ÿ˜ข๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ
Watch "Jiruu||Coming Soon" on YouTube
https://youtu.be/NIaJk0Y6blI
10nan Zul hijjaa keeysa maal goona?

1. Salaata fardii sa'aa isiitti guunnee salaatu
2. Soomana sunnaa keeysattuu guyyaa arafaa
3. Sadaqaa guddisuu
4. Laa Ilaaha illallaahu jechuu baayyisuu
5. Subhanallaah hedduu jechuu
6. Alhamdulillaah hedduu jechuu
7. Allaahu Akbar hedduu jechuu
8. Laa hawla walaa quwwata illaa billaah
9. Istighfaara guddisuu
10. Du'aa'ii jabaachuu
11. Salawaata Nabii ๏ทบ. guddisuu
Ngy debine alh