Hamza mohammed👉offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daعwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana 🌴join 🌴 godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
Forwarded from Deleted Account
Forwarded from Deleted Account
Channel kana irraa waanta Haraawa salphatii argachuu dandessa
👉 Quran & Hadith
👉Baruumsa islamaa
👉Gorsaa
👉 Nashidalee garaagara
👉 Video islamaa
Forwarded from Ililisha Mohmmed official 🕌
🧕🧕🧕🧕🧕🧕🧕🧕🕋 ❤️🕌
Amaantin islamaa hijaaba nu tiksaa hijaabni baareedina dubartiti

👁️Gaadi xuqii lali khabajaa tee ukhti. @Elushahabibiti
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👁️👁️
Suratul Al nisa Khan khabajaan dubarti iti jajabefamtee dubbatamtu kessa Isa tokko
@Elushahabibiti

Please join 🙏

@Elushahabibiti
@Elushahabibiti
@Elushahabibiti
Forwarded from Anas mohammed☞Official
Yeroo maraahu Rakkoo boodan balloon akka Jirtu rabbiin Qura'aana isaa keessatti nuf himee jira
Kanaaf obsuu qabna nama obseetu guddotti achi baha waan tahef
Obsa Nuf ha khannuu...Aammiiin
@hbbi11
Forwarded from Ililisha Mohmmed official 🕌
🧕👇👇👁️
Garagaruma dubartii hijaaba ufaatufii tan hin ufaane

@Elushahabibiti
@Elushahabibiti
@Elushahabibiti
Forwarded from Ummy Art PROMOTION
Takka Jaalachun dirqama Lama Jaalachun daldala Sadii Jaalachun Garuu kontorabaandiidha👫👈
@hbbi11
@hbbi11
@hbbi11
Forwarded from Ummy Art PROMOTION
😍Ukhtaayyee khoottu Bari darajaa tantee
☝️Khaaliqni olfuudhee khabajaa tee Qur'aanaan dubbatee !!!
Wanta Islaaminnaa tee siif caalu osoo barbaadde wlh Hin agartu
🌹Kharaa rabbii qabadhu !!!
Forwarded from Anas mohammed☞Official
Sagantaan amma itti aanu
Dorgommiidha😍

Shamarran Fi dhiira jidduutti
gaggeeffama Walitti qoosuun
waliin mirkachuu Yoo ta'u
jachoota qoosaatiin.😂

Taphataa haa bohaarru😂

Male $ females challenge😊
Jalqabaa dorgommii kana arkachuf chanala kana Join 👉 @hbbi11
Forwarded from Bishaara (Bïšhü Hãpïpti)
Rabbiin erga Nabiyyii isaatiif  Nuuhiin, Ibraahiim, Is-haaq, Ya’aquub,
Daawud, Suleymaan, Ayyuub, Yuusuf, Muusaa, Haaruun, Zakariyyaa,
Yahyaa, Iisaa, Ilyaas, Ismaa’iil, Alyasa’i, Yuunusiifi Luuxiin dubbatee
ni jedhe:
أُولَٰئِكَ الَّذِينَ هَدَى اللَّهُ ۖ فَبِهُدَاهُمُ اقْتَدِهْ ۗ قُلْ لَا أَسْأَلُكُمْ عَلَيْهِ أَجْرًا ۖ إِنْ هُوَ إِلَّا ذِكْرَىٰ لِلْعَالَمِينَ

“Isaan warra Rabbiin qajeelcheedha. Qajeelfama isaanii hordofi.”
(Al-An’aam: 90).
Amantiin nabiyyootaa bu’uura irratti waliif gala. Dameelee garii
keessatti wal dhaba; garuu hundaa miti. Dameeleen ni jijjiirama.
Bu’uurri immoo hin jijjiiramu. Rabbiin Banii Israa’iliif Muusaafi Iisaa
ergeera. Injiil isa Iisaa irratti buufameen garii waan Tawraat isa Muusaa
irratti buufame keessa jiruu shaare. Iisaan ummata isaatiin ni jedhe:
وَمُصَدِّقًا لِمَا بَيْنَ يَدَيَّ مِنَ التَّوْرَاةِ وَلِأُحِلَّ لَكُمْ بَعْضَ الَّذِي حُرِّمَ عَلَيْكُمْ ۚ وَجِئْتُكُمْ بِآيَةٍ مِنْ رَبِّكُمْ فَاتَّقُوا اللَّهَ وَأَطِيعُونِ

“WAAN NA DURA TURE TAWRAATIIN KANAN DHUGOOMSU TA’EE GARII WANTOOTA
DHORGAA ISIN IRRATTI TAASIFAMANII HALAALA ISINIIF TAASISUUF JECHAN RAGAA
Gooftaa keessan irraa ta’een isinitti dhufe. Rabbiin sodaadhaatii
anaaf ajajamaa.” (Aali Imraan: 50).
@Groupkhadiijaa
Forwarded from Deleted Account
🛑Oduu simbirttu🛑

Amma daqiqaa 30 dura magala finfinneti doctari namota vayirasi COVID 19 yaala ture tokko osoo hin beekin ......read more
Forwarded from Deleted Account
🛑Oduu simbirttu🛑

Amma daqiqaa 30 dura magala finfinneti doctari namota vayirasi COVID 19 yaala ture tokko osoo hin beekin ......read more
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official via @like
🎙Anas mohammed
Dire dawa🗣

@Maherzain123
Sagalee na tolte nashida rahimaa aferama