Hamza mohammed๐Ÿ‘‰offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daุนwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana ๐ŸŒดjoin ๐ŸŒด godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ
๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ
#Hoggaa_du'u #ilmi_namaa ruuhiin isaa moggaa isaa teetti wayta dhiqanii๐Ÿ’ง๐Ÿ’ฆfi wayta kafanan hoggaa awwaalame ruuhiin isaa ni deebiti gara qaama isaatti ni dammaqa๐Ÿ˜ณakka arguuf dukkana๐ŸŒ’qabrii isaa keessatti olka'uu yaala marraa hedduu garuu mataan isaa ni ciinqama๐Ÿฅบlahdii qabrii isaa keessatti yeroo san akka du'e uf beeke

... Ni dhufa munkirii fi nakiir malaa'ikaa lama ka wakkalaman azaaba๐Ÿ”ฅqabriitiin isa gaafatan rabbii isaatii fi diinii isaarraa ... yookaa milkaahuu yookaa kasaaruu

Eegasii ni deema gara bootaa "al barzakh" jedhamtu : achitti maskootii๐Ÿšชlamatu jira takka๐Ÿšช jannatatti achi dheeratti ta lammatas jahannam irra achi dheeratti๐Ÿšชilmi namaa achitti hafa achi taa'ee guyyaa hisaabaa eega / qiyaamaa akka deemuuf yookaa gara jannataa๐Ÿ’ง yookaa gara azaabaa๐Ÿ”ฅ ... Yaa rabbi khaatimaa gaarii Yaa rabbi

Ammas hoggaa dhufu firri isaa isa ziyaaruuf๐Ÿคqabrii isaa keessatti malaa'ikaa tokkotu jira gara isaa deemee isaan jedha : abaluun ilma๐Ÿ™‡โ€โ™‚kee ykn obboleessa๐Ÿ‘ฑโ€โ™‚kee ..... itti xumuri dhufaa jira si ziyaaruuf๐Ÿค, ruuhiin isaa hoggaa kana olbaati moggaa qabrii isaarratti nama gara isii dhufu eeydi inni ni dhagaya waan isiin isaan jettu ...

Ergaan kun isin sodaachisu๐Ÿฅบmala yookaa isin muufachiisuu๐Ÿ˜ก
Garuu ni jaaladheโค๏ธakka yaadachiisu๐Ÿค”lubbuu tiyyaa fi isinis yaadachiisuu๐Ÿค”du'aan๐Ÿ˜ญhaa towbannuu๐Ÿคฒdilii teenyarraa

Yaa rabbi ani araarama si gaafadha gara kee towbaa deebi'as ๐Ÿคฒ๐Ÿ™โ˜๏ธ
Yaa rabbi nu razzaqi khaatimaa gaarii๐Ÿคฒ
Yaa rabbi ....
Dubbisa Yoo geessite Yaa rabbi najaa nubaasi azaaba๐Ÿ”ฅqabrii irraa jedhi .

๐Ÿฆ‹Share๐Ÿฆ‹godhi akka fayyadamuuf namni biraa ajriitu siif jira namni keyrii irratti nama qajeelchu akkuma nama dalageeti. ๐Ÿคฒโค
ุงู„ู„ู‡ู… ุงุฑุฒู‚ู†ุง ุญุณู† ุงู„ุฎุงุชู…ู‡
Yaa rabbi nu razzaqi khaatimaa bareedduu
๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ
Amiin amiiin yaa rabbaal alaamiin
๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ

#Join ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘Œ godhun nu hordofa jzkeyran ๐Ÿ’

@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
https://youtu.be/G97sKkOyTMs seeni laali Dawadhu Yaddakee balinani keenadhuu Garu like subscribe gochu hin dagaattin ๐Ÿ˜˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ‘โ™ฅ๏ธ
Addnuyaa tana gubba fakkate bulaatu irra heddumata
โฃ๏ธ แ‹ซแŠ แˆ‹แˆ… โฃ๏ธ
แˆˆแˆ แ‹Žแ‰ฝ แ‹ฐแˆฐแ‰ณ แˆฐแ‰ แ‰ฅ แˆแˆ†แŠ• แ‰ฃแˆแ‰ฝแˆ แŠฅแŠ•แŠณแŠ• แˆˆแˆ€แ‹˜แŠ“แ‰ธแ‹ แˆ›แŠญแŠ•แ‹ซแ‰ต แŠ แ‰ณแˆญแŒˆแŠ
๐Ÿ‘‰ Rasuulli Rabbii (Sallallaahu Aleyhi Wa Aaliihi Wasallam) akki jedhan, "Gabriichaaf Allaahaan #Rahmata haa godhu #Kheeyrii je'ee ka #Saammate (#Milkaawe) yookaa #Hamturraa callise ka #Nagaya bahe." #Milkii
Forwarded from AL IHSAN INSHAD GROUP
Oduu gammachiiftu

Garee al ihsan inshad group albama haarawa keenya kan 2ffaa( ANI MUSLIMA ) kan jaโ€™u isin biraan gahuuf qoppii kheenya xumurree jirra .
Yeroo muraasa booda kan channel YouTube keenyaa gubbatti isiniif gad dhiifnu yommuu tahu link armaan gadii tuquun subscribe godhuun maatii keenya tahaa isiniin janna
Share godhuuniis wal biraan nuuf gaha

https://www.youtube.com/channel/UCYBBiR_CZNnJaib_1h6A38Q
ุงู„ู„ู‡ู… ุตู„ ุนู„ู‰ ู…ุญู…ุฏ ูˆุนู„ู‰ ุขู„ ู…ุญู…ุฏ ูƒู…ุง ุตู„ูŠุช ุนู„ู‰ ุฅุจุฑุงู‡ูŠู… ูˆุนู„ู‰ ุขู„ ุฅุจุฑุงู‡ูŠู… ุฅู†ูƒ ุญู…ูŠุฏ ู…ุฌูŠุฏ ุงู„ู„ู‡ู… ุจุงุฑูƒ ุนู„ู‰ ู…ุญู…ุฏ ูˆุนู„ู‰ ุขู„ ู…ุญู…ุฏ ูƒู…ุง ุจุงุฑูƒุช ุนู„ู‰ ุฅุจุฑุงู‡ูŠู… ูˆุนู„ู‰ ุขู„ ุฅุจุฑุงู‡ูŠู… ุฅู†ูƒ ุญู…ูŠุฏ ู…ุฌูŠุฏ
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
ุงู„ู„ู‡ู… ุตู„ ุนู„ู‰ ู…ุญู…ุฏ ูˆุนู„ู‰ ุขู„ ู…ุญู…ุฏ ูƒู…ุง ุตู„ูŠุช ุนู„ู‰ ุฅุจุฑุงู‡ูŠู… ูˆุนู„ู‰ ุขู„ ุฅุจุฑุงู‡ูŠู… ุฅู†ูƒ ุญู…ูŠุฏ ู…ุฌูŠุฏ ุงู„ู„ู‡ู… ุจุงุฑูƒ ุนู„ู‰ ู…ุญู…ุฏ ูˆุนู„ู‰ ุขู„ ู…ุญู…ุฏ ูƒู…ุง ุจุงุฑูƒุช ุนู„ู‰ ุฅุจุฑุงู‡ูŠู… ูˆุนู„ู‰ ุขู„ ุฅุจุฑุงู‡ูŠู… ุฅู†ูƒ ุญู…ูŠุฏ ู…ุฌูŠุฏุงู„ู„ู‡ู… ุตู„ ุนู„ู‰ ู…ุญู…ุฏ ูˆุนู„ู‰ ุขู„ ู…ุญู…ุฏ ูƒู…ุง ุตู„ูŠุช ุนู„ู‰ ุฅุจุฑุงู‡ูŠู… ูˆุนู„ู‰ ุขู„ ุฅุจุฑุงู‡ูŠู… ุฅู†ูƒ ุญู…ูŠุฏ ู…ุฌูŠุฏ ุงู„ู„ู‡ู… ุจุงุฑูƒ ุนู„ู‰ ู…ุญู…ุฏ ูˆุนู„ู‰ ุขู„ ู…ุญู…ุฏ ูƒู…ุง ุจุงุฑูƒุช ุนู„ู‰ ุฅุจุฑุงู‡ูŠู… ูˆุนู„ู‰ ุขู„ ุฅุจุฑุงู‡ูŠู… ุฅู†ูƒ ุญู…ูŠุฏ ู…ุฌูŠุฏ
Forwarded from Muaz Mohamed Official Tg
Watch "โ— JAARTII 4 FUUDHUU || Bashannana Halaal Daawwadhaa !" on YouTube
https://youtu.be/IkpmqLOINUk
Forwarded from DAANDII JIREENYA ๐Ÿฆ‹ (Wรกlร รค๐Ÿ‘Š ร–rรณmรธ)
UMAR BINU KAXXAAB

โœ
Kutaa 4ffaa



muslimtoonis akka inni amanuu dhufe beekanii jennaan gammadan umaris achumatti islaamahee hojii eegale. Umar yeroma san; โ€œgadi baanee islaamummaa keenya haa
mulโ€™ifnuu jedhee sahaabota sarara lamatti qoode. Sarara tokkoffaa, ofii hogganee sarara lammaffaa Hamzaan hogganaa, haala saniin islaamummaa yeroo dheeraaf dhokatte ifatti baasan. Mushriktoonni Makkaa humna jabeeffatuu islaamummaa arginaan hedduu rifatanii gaddan.

Keessaahuu islaamawuun Umariifi Hamzaa hamilee isaanii kan islaamuummaa bariin
balleesina jedhanii dhaadataa turan hamilee cabsite. Islaamummaan akkuma doqna arjoomsitu, luyna gootomsitu Umariinis Leenca islaamaaf bookkisu gootee isa jijjirte. Kan dur ergamaa Rabbii ajjeesuuf halkaniifi guyyaa hirriba dhabaa ture, amma isa tiiksuuf lubbuu, ijoolleefi dinagdee isaatiin kan akka utubaatti islaamaaf dhaabbatu taโ€™e.

Gara jabummaan dur ummata islaamaatif qabu miโ€™aan qurโ€™aanaafi dhugaan diin islaamaa onnee isaa wasaka kaafirummaa keessaa dhiqxe. Hamma Gaala dhukkubsatu bira taaโ€™ee imimmaan isaa jiksuti isa jijjiirte. Hamma uumamnii cufti Rabbiif akka bultu hawwu takka gahe. Onneen isaa iimaanaan daraarte.



Godaansa /Hijraa\ Umar

Rabbiin Hijraa/godaanssa/ hayyama godhee sahaabonni hundi dhokatanii kara Madiinaa godaanan: Umariin male; Umar garuu guyyaa godaansaaf kaโ€™e seyfii isaatiif eeboo isaa qabatee kaโ€™abaa yeroo torba irra xawaafee
(naannawee) mushriktootaan akkana jedheen:

namni Haati isaa isa haa dhabduu fedhe, takki โ€œnamni jaartiin isaa harmallaa haa taatuu fedhe kan ijoolleen isaa yatiima haataatuu fedhe, laga duubatti na haa eegu.โ€ jedhee deeme. Hundi mushrikootaa sodaatanii dhiisan. Godaansi isaa sodaa mushriktootaatiif hin taane, ajaja Rabbii guutuuf qofa malee.


Ummanni Ansaaraa Umariif biyya qofa osoo hintaane, onnee isaaniillee bananiifii gammachuufii mirqaansaan isa simatan. Inni garuu waan jaalalleen isaa nabi Muhammad ๏ทบ irraa Makkatti hafeef gammachuu guddaa dhagahuu hindandeenne.

Yeroo muraasaan booda nabi Muhammadiifi ๏ทบ Abbaan Bakriitis kara Madiinaa godaanan. Sana booda Rasuullii ๏ทบ Abbaa Bakrii fi Umariin Waziira (ministeera) godhatee
haala saniin islaamumma jabeessaa turan.

Sadarkaa Inni Nabii biratti qabu

Itti fufa....

Join ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@hayatulmusilm