Forwarded from MAHER AHMEDโ Official
๐ญ๐ญ๐ญ๐ญ๐ญ๐ญ๐ญ๐ญ๐ญ๐ญ๐ญ๐ญ๐ญ๐ญ
๐ญ๐ญ๐ญ๐ญ๐ญ๐ญ๐ญ๐ญ๐ญ๐ญ๐ญ๐ญ๐ญ๐ญ
#Hoggaa_du'u #ilmi_namaa ruuhiin isaa moggaa isaa teetti wayta dhiqanii๐ง๐ฆfi wayta kafanan hoggaa awwaalame ruuhiin isaa ni deebiti gara qaama isaatti ni dammaqa๐ณakka arguuf dukkana๐qabrii isaa keessatti olka'uu yaala marraa hedduu garuu mataan isaa ni ciinqama๐ฅบlahdii qabrii isaa keessatti yeroo san akka du'e uf beeke
... Ni dhufa munkirii fi nakiir malaa'ikaa lama ka wakkalaman azaaba๐ฅqabriitiin isa gaafatan rabbii isaatii fi diinii isaarraa ... yookaa milkaahuu yookaa kasaaruu
Eegasii ni deema gara bootaa "al barzakh" jedhamtu : achitti maskootii๐ชlamatu jira takka๐ช jannatatti achi dheeratti ta lammatas jahannam irra achi dheeratti๐ชilmi namaa achitti hafa achi taa'ee guyyaa hisaabaa eega / qiyaamaa akka deemuuf yookaa gara jannataa๐ง yookaa gara azaabaa๐ฅ ... Yaa rabbi khaatimaa gaarii Yaa rabbi
Ammas hoggaa dhufu firri isaa isa ziyaaruuf๐คqabrii isaa keessatti malaa'ikaa tokkotu jira gara isaa deemee isaan jedha : abaluun ilma๐โโkee ykn obboleessa๐ฑโโkee ..... itti xumuri dhufaa jira si ziyaaruuf๐ค, ruuhiin isaa hoggaa kana olbaati moggaa qabrii isaarratti nama gara isii dhufu eeydi inni ni dhagaya waan isiin isaan jettu ...
Ergaan kun isin sodaachisu๐ฅบmala yookaa isin muufachiisuu๐ก
Garuu ni jaaladheโค๏ธakka yaadachiisu๐คlubbuu tiyyaa fi isinis yaadachiisuu๐คdu'aan๐ญhaa towbannuu๐คฒdilii teenyarraa
Yaa rabbi ani araarama si gaafadha gara kee towbaa deebi'as ๐คฒ๐โ๏ธ
Yaa rabbi nu razzaqi khaatimaa gaarii๐คฒ
Yaa rabbi ....
Dubbisa Yoo geessite Yaa rabbi najaa nubaasi azaaba๐ฅqabrii irraa jedhi .
๐ฆShare๐ฆgodhi akka fayyadamuuf namni biraa ajriitu siif jira namni keyrii irratti nama qajeelchu akkuma nama dalageeti. ๐คฒโค
ุงูููู ุงุฑุฒููุง ุญุณู ุงูุฎุงุชู ู
Yaa rabbi nu razzaqi khaatimaa bareedduu
๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ
Amiin amiiin yaa rabbaal alaamiin

#Join ๐๐ godhun nu hordofa jzkeyran ๐
@Maherzain123

https://youtu.be/G97sKkOyTMs seeni laali Dawadhu Yaddakee balinani keenadhuu Garu like subscribe gochu hin dagaattin ๐๐๐๐๐๐โฅ๏ธ
YouTube
Baacoo Gababidu wa'ee Masanurra ๐๐
Subscribe like hin Dagattina ๐โฅ๏ธ
Watch "Najjaash mohammed Nashiida akkaan nama toltu Dhageefadha" on YouTube
https://youtu.be/YgeHL_WlPuI
https://youtu.be/YgeHL_WlPuI
YouTube
Najjaash mohammed Nashiida akkaan nama toltu Dhageefadha
Najash mohammed
Forwarded from AL IHSAN INSHAD GROUP
Oduu gammachiiftu
Garee al ihsan inshad group albama haarawa keenya kan 2ffaa( ANI MUSLIMA ) kan jaโu isin biraan gahuuf qoppii kheenya xumurree jirra .
Yeroo muraasa booda kan channel YouTube keenyaa gubbatti isiniif gad dhiifnu yommuu tahu link armaan gadii tuquun subscribe godhuun maatii keenya tahaa isiniin janna
Share godhuuniis wal biraan nuuf gaha
https://www.youtube.com/channel/UCYBBiR_CZNnJaib_1h6A38Q

Forwarded from Anas mohammedโOfficial
ุงูููู
ุตู ุนูู ู
ุญู
ุฏ ูุนูู ุขู ู
ุญู
ุฏ ูู
ุง ุตููุช ุนูู ุฅุจุฑุงููู
ูุนูู ุขู ุฅุจุฑุงููู
ุฅูู ุญู
ูุฏ ู
ุฌูุฏ ุงูููู
ุจุงุฑู ุนูู ู
ุญู
ุฏ ูุนูู ุขู ู
ุญู
ุฏ ูู
ุง ุจุงุฑูุช ุนูู ุฅุจุฑุงููู
ูุนูู ุขู ุฅุจุฑุงููู
ุฅูู ุญู
ูุฏ ู
ุฌูุฏ
Forwarded from Anas mohammedโOfficial
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
ุงูููู
ุตู ุนูู ู
ุญู
ุฏ ูุนูู ุขู ู
ุญู
ุฏ ูู
ุง ุตููุช ุนูู ุฅุจุฑุงููู
ูุนูู ุขู ุฅุจุฑุงููู
ุฅูู ุญู
ูุฏ ู
ุฌูุฏ ุงูููู
ุจุงุฑู ุนูู ู
ุญู
ุฏ ูุนูู ุขู ู
ุญู
ุฏ ูู
ุง ุจุงุฑูุช ุนูู ุฅุจุฑุงููู
ูุนูู ุขู ุฅุจุฑุงููู
ุฅูู ุญู
ูุฏ ู
ุฌูุฏุงูููู
ุตู ุนูู ู
ุญู
ุฏ ูุนูู ุขู ู
ุญู
ุฏ ูู
ุง ุตููุช ุนูู ุฅุจุฑุงููู
ูุนูู ุขู ุฅุจุฑุงููู
ุฅูู ุญู
ูุฏ ู
ุฌูุฏ ุงูููู
ุจุงุฑู ุนูู ู
ุญู
ุฏ ูุนูู ุขู ู
ุญู
ุฏ ูู
ุง ุจุงุฑูุช ุนูู ุฅุจุฑุงููู
ูุนูู ุขู ุฅุจุฑุงููู
ุฅูู ุญู
ูุฏ ู
ุฌูุฏ
Forwarded from Muaz Mohamed Official Tg
Watch "โ JAARTII 4 FUUDHUU || Bashannana Halaal Daawwadhaa !" on YouTube
https://youtu.be/IkpmqLOINUk
https://youtu.be/IkpmqLOINUk
UMAR BINU KAXXAAB
โ
Kutaa 4ffaa
muslimtoonis akka inni amanuu dhufe beekanii jennaan gammadan umaris achumatti islaamahee hojii eegale. Umar yeroma san; โgadi baanee islaamummaa keenya haa
mulโifnuu jedhee sahaabota sarara lamatti qoode. Sarara tokkoffaa, ofii hogganee sarara lammaffaa Hamzaan hogganaa, haala saniin islaamummaa yeroo dheeraaf dhokatte ifatti baasan. Mushriktoonni Makkaa humna jabeeffatuu islaamummaa arginaan hedduu rifatanii gaddan.
Keessaahuu islaamawuun Umariifi Hamzaa hamilee isaanii kan islaamuummaa bariin
balleesina jedhanii dhaadataa turan hamilee cabsite. Islaamummaan akkuma doqna arjoomsitu, luyna gootomsitu Umariinis Leenca islaamaaf bookkisu gootee isa jijjirte. Kan dur ergamaa Rabbii ajjeesuuf halkaniifi guyyaa hirriba dhabaa ture, amma isa tiiksuuf lubbuu, ijoolleefi dinagdee isaatiin kan akka utubaatti islaamaaf dhaabbatu taโe.
Gara jabummaan dur ummata islaamaatif qabu miโaan qurโaanaafi dhugaan diin islaamaa onnee isaa wasaka kaafirummaa keessaa dhiqxe. Hamma Gaala dhukkubsatu bira taaโee imimmaan isaa jiksuti isa jijjiirte. Hamma uumamnii cufti Rabbiif akka bultu hawwu takka gahe. Onneen isaa iimaanaan daraarte.
Godaansa /Hijraa\ Umar
Rabbiin Hijraa/godaanssa/ hayyama godhee sahaabonni hundi dhokatanii kara Madiinaa godaanan: Umariin male; Umar garuu guyyaa godaansaaf kaโe seyfii isaatiif eeboo isaa qabatee kaโabaa yeroo torba irra xawaafee
(naannawee) mushriktootaan akkana jedheen:
namni Haati isaa isa haa dhabduu fedhe, takki โnamni jaartiin isaa harmallaa haa taatuu fedhe kan ijoolleen isaa yatiima haataatuu fedhe, laga duubatti na haa eegu.โ jedhee deeme. Hundi mushrikootaa sodaatanii dhiisan. Godaansi isaa sodaa mushriktootaatiif hin taane, ajaja Rabbii guutuuf qofa malee.
Ummanni Ansaaraa Umariif biyya qofa osoo hintaane, onnee isaaniillee bananiifii gammachuufii mirqaansaan isa simatan. Inni garuu waan jaalalleen isaa nabi Muhammad ๏ทบ irraa Makkatti hafeef gammachuu guddaa dhagahuu hindandeenne.
Yeroo muraasaan booda nabi Muhammadiifi ๏ทบ Abbaan Bakriitis kara Madiinaa godaanan. Sana booda Rasuullii ๏ทบ Abbaa Bakrii fi Umariin Waziira (ministeera) godhatee
haala saniin islaamumma jabeessaa turan.
Sadarkaa Inni Nabii biratti qabu
Itti fufa....
Join ๐๐๐๐๐๐๐
@hayatulmusilm