Hamza mohammed👉offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daعwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana 🌴join 🌴 godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
𝐒𝐨𝐨𝐦𝐚𝐧𝐚 𝐒𝐡𝐚𝐰𝐰𝐚𝐚𝐥
===============
ﻗﺎﻝ ﺍﻟﺸﻴﺦ ﺻﺎﻟﺢ ﺍﻟﻔﻮﺯﺍﻥ ﺣﻔﻈﻪ ﺍﻟﻠﻪ: -
‏« ﻟﺌﻦ ﺍﻧﺘﻬﻰ ﺷﻬﺮ ﺭﻣﻀﺎﻥ ﻓﺈﻥ ﺣﻖ ﺍﻟﻠﻪ ﻻ ﻳﻨﺘﻬﻲ ﺇﻻ ﺑﺎﻟﻤﻮﺕ »
«Ji'i ramadaanaa yoo dhumes haqni rabbiin qabu hin dhumu,
yoo du'aan ta'e ma'ee».
ﻗﺎﻝ ﺍﻟﻠﻪ ﺗﻌﺎﻟﻰ } : ﻭَﺍﻋْﺒُﺪْ ﺭَﺑَّﻚَ ﺣَﺘَّﻰٰ ﻳَﺄْﺗِﻴَﻚَ ﺍﻟْﻴَﻘِﻴﻦُ { ‏[ ﺍﻟﺤﺠﺮ : 99 ]
<<Hamma duuti sitti dhuftutti rabbii kee gabbari>>.
ﻋﻦ ﺃﺑﻲ ﺃﻳُّﻮﺏ ﺍﻷﻧﺼﺎﺭﻱ ﺭﺿﻲ ﺍﻟﻠﻪ ﻋﻨﻪ ﺃﻥ ﺭﺳﻮﻝ ﺍﻟﻠﻪ ﷺ ﻗﺎﻝ: ))ﻣَﻦ ﺻﺎﻡ ﺭﻣﻀﺎﻥ
ﺛﻢ ﺃﺗﺒَﻌَﻪ ﺳﺘًّﺎ ﻣﻦ ﺷﻮَّﺍﻝ، ﻛﺎﻥ ﻛﺼﻴﺎﻡ ﺍﻟﺪﻫﺮ(( ﺭﻭﺍﻩ ﻣﺴﻠﻢ
"Namni Ji'a Ramadaanaa soomanee eegasii immoo shawwaala irraa jaha itti aansee kan soomane akka nama
waggaa soomaneeti"Muslimtu gabaase.
Kanaaf sooma shawwaal kanattis jabaachuu qabna. Ji'a Shawwaal keessaa immoo yeroo fedhan soomuun ni danda'ama. Caalaan immoo jalqabuma irraa kaasanii
soomanuudha.
Warroonni qadaa qaban immoo shawwaal jahan soomanuuf niyyachuun dura qadaa baasuu qaban.
💜ህይወት ስንጀምር ትከሻ ላይ
እንደምንያዘው ስንጨርስም
ትከሻ❤️ላይ ተደርገን እንሸኛለን ።

Join 👇👌
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
Forwarded from Jibril Redwan
👉👉 As wr wb jaallowwan kiyya arra neshida takkaan isin affeeruu barbaada kunoo as jalatti dhaggeeffadhaa 👇👇
Nashida yatima hamza fi muaz
🍓sahiba jechuun liftii dha ol sifuudha
🍇ykn gad si buusa🍉wa lama calla🍎
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
Ummii

By @ibnu_hajar

Ajab yaa haadha Namaa
Garaansii laaftuu dhumaa
Nyaatteellee hin gabbattu
bareeddee Akka Namaa

Dhukkubsattee hin ciiftu
Ayii garaa haadhummaa
hammam dhukkubsattullee
Dawaanshii sabbatumaa

Ummii kiyya yaa ummaa
Sin jaalladha yaa maamaa
Naaf jiraadhu haadhakoo
Siif garaan koo raafamaa

Umrii kee haa dheeressuu
Yaa haadha ilmaan Namaa
Situ yaaddoon dhiphataa
Haadha guddaaf daa.imaa

Yaa bareedduu harmeekoo
Kan kee yoom dagatamaa
Nuguddisuudhaaf jettee
Taate gadi Aantuu Namaa

Waan hin taane hin qabduu
Nuuf cabdeetta yaa ummaa
Galanni kees tuullaadhaa
Yoom kaffalamee dhumaa

Ajab yaa haadha Namaa
Haadha ilmaan muslimaa
Jaarmiyaa beekumsaati
kan jiruu biyya lamaa

Yaa Rabbiikoo kaayyoosii
Hundumaa fiixaan baasii
Galma guddaadhaan ga.ii
Rakkina keessaa baasii

Yaa Allaah yaa gooftaakoo
Harmee keenya Nuuf tiksii
Sadarkaa ummaa keenyaa
Firdawusiin Nuuf taasisii

Chaanaalii keenya join
gochuun Nuhordofaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇

https://telegram.me/httpsHamzamohammed
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
Obbolessa kiyya obboletti tiyya me hogga takka itti yaadi baba keenya khun wanni akkanti salatuuf saan bira oson tahin jannatuma anafi ati barbanu san barabda ana fi ati itti ho essa jira?
Sodaa Rabbii maaf dhabna!
كان السلف الصالح إذا قيل له : اتقِّ الله
جلس يبكي من خشيـة الله عزّ وجل والخوف منه.
Sahaabaan Rasuulaa SAW yoo"Rabbi sodaadhu"jedhaman,Sodaa rabbii irraa kan ka'e taa'anii boohaa oolan!!!.
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
😂😂😂way lucco.kiyya nasihaa ajaaiba 😂😂
"40 ዓሊምን በ 1 ማስረጃ አሸነፍኩ
ነገር ግን 1 ጃሂልን በ 40 ማስረጃ
ማሸነፍ ኣቃተኝ።
Imamu shafi'i
________
Join👇👌
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
Zamana khana nama amanama takka dhabne ya rabbi atuman nama amanama sanirra nu godhi mowlana
Namni amma bekamuuf wan hin goone hin qabuuu hatta osoo ruhiin sa bates duetuma bekmnaan e miskina wlh
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official
Iida Shawwaalaa !!!

Waan Ajaa'ibaa Biyya teenya keessatti namoonni gariin Shawwaala Guyyaa Torbaa Akka waan Iidaa tti Ayyaaneeffatan !!

Rabbiin Keenya Subhaanahuu Waa ta'aalaa ummata Muslimaa tiif Iida 2 Qofa godhe.

1. Iida fixrii (Kan soomana boodaa) fii
2. Iida Ad'haa (Kan guyyaa Arafaa Boodaa) ti.

Nuti akka muslimaatti Guyyaa lameen kana malee guyyaa Ayyaaneeffannu hin qabnu !!

Ulamaa'iin islaamaa Iida shawwaalaa ja'anii Ayyaaneeffachuun Bid'aa (Waan haarawa Ergamaan Rabbii (S.A.W) karaa hin godhin kan Amantii keessatti uumame) jechuu irratti waliif galanii jiran !!

Tanaafuu guyyaa kana Ayyaaneeffachuu irraa fagaachuu qabna.

Yaa Rabbii bid'aa irraa nu fageessii

Karaa jaalallee keenya Ergamaa Rabbii (S.A.W) irraa nu kaayi

SHARE waliif godhaatii Bid'aa tanarraa Wal baqachiisaa ... jzk Abu Huzeyiifa

Join👇👌
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123