ุงููู ูุจูุถ ูุฌูู ๐ ู ูุดุฑุญ ุตุฏุฑู๐ ู ูุฑูุน ูุฏุฑู๐ ู ูุนูู ููู
ุชู๐ ู ููููู ูู ุญูุงุชู๐ ู ููุถ ุนูู ุฏููู๐ ู ููุณุน ูู ุฑุฒูู๐ ู ูุจุงุฑู ูู ูู ุนู
ุฑู๐ ู ูุฌุนู ู
ุญุจุชู ูู ูููุจ ุนุจุงุฏู๐ ู ูุณุฎุฑ ูู ู
ู ุชุนุฑู ู ู
ู ๏ปปุชุนุฑู๐ ู ูุฌุนูู ู
ุจุงุฑูุง ูู ุงูุฏููุง ๐ ู ู
ุบููุฑุงู ุฐูุจู ูู ุงูุขุฎุฑุฉ๐ ู ูุญู
ูู ู
ู ุนูู ุงูุญุงุณุฏูู๐ ู ู
ู ูุธุฑุงุช ุงูุดูุงุทูู ๐ ู ูุฑุฒูู ุจุฑุฒู ููุณ ูู ุญุฏูุฏ๐ ู ูุณุฎุฑ ูู ูู ุงูุฌููุฏ๐ ู ู
ู ุงูุดุฑ ููู ุนูู ูู ุงููููุฏ๐ ููุตูุญ ุญุงูู ูุจุงูู ๐ ู ูุฑูุญ ููุจู๐ ู ูุบูุฑ ูู ูู ุฎุทูุฆุฉ๐ ุนูู
ุช ุจูุง ุฃู ูู
ุชุนูู
ุจูุง๐ ู ุฃุณุฃู ุงููู ุงููุฑูู
ุฃู ูุนูุฐู๐ ู
ู ุฌูุฏ ุงูุจูุงุก ๐ ู ุฏุฑู ุงูุดูุงุก ๐ ู ุณูุก ุงููุถุงุก๐ ู ุดู
ุงุชุฉ ุง๏ปทุนุฏุงุก๐ ูู
ุง ุฃุณุฃูู ุฃู ูุนูุฐู๐ ู
ู ุฒูุงู ูุนู
ุชู๐ ู ู
ู ุชุญูู ุนุงููุชู๐ ู ูุฌุฃุฉ ููู
ุชู๐ ู ุฌู
ูุน ุณุฎุทู๐ ู ุฃุณุฃูู ุฃู ูุฑุถู ุนูู ๐ ุฑุถุงู ๏ปป ูุนูุจู ุณุฎุท๐ ู ุฃุณุฃูู ุฃูุง ูุญุฑู
ู ูู ุญุณูุฉ๐ ู ุฃู ูุจุนุฏ ุนูู ู ูู
ุญู ูู ุณูุฆุฉ๐ ุงูููู
ู ุงุฑุญู
ุฃู
ูุงุชูุง ู ุฃู
ูุงุช ุงูู
ุณูู
ูู๐ ุงูููู
ุฅูู ุนูู ูุฑูู
ุนุธูู
ุชุญุจ ุงูุนูู ูุงุนู ุนูุง๐ ุงูููู
ุขู
ูู๐๐ ู ุตู ุงูููู
ุนูู ุณูุฏูุง ู
ุญู
ุฏ ู ุนูู ุขูู ู ุตุญุจู ู ุณูู
ุชุณููู
ุง ูุซูุฑุง๐๐..
ุขู ูู
๐นูุฐุง ุฏุนุงุฆู ูู ูู ูุฐู ุงูุฃูุงู ุงูู ุจุงุฑูุฉ ๐น
ุงูุฏู ุฃูุช ูู ู ุชุญุจโค

๐ฅ FAYYAAN FAAYA ๐ฅ
Kanneen dhukkuboota armaan gadiif furmaata isaa argachuu barbaaddan click gochuun tooftaalee ittiin dhukkuboota armaan gadii ofirra ittisan dubbisaa
Furmaata dhukkuba FINNIISA guutummaa guutuutti ofittii balleessuuf fayyadu barreeffama kana tuqii tooftaalee 4 dubbisi
Furmaata dhukkuba BAAROLLEE jedhamu guutummaa guutuutti ofirra dhabamsiisuuf barreeffama kana tuquun tooftaalee 5 dubbisi.
Dhukkuboota deddeebi'oo fi dhukkuboota qaama keenya irratti mullatan hunda maloota ittiin ballessitu tooftaalee 9 dubbisuuf barreeffama kana tuqi.
๐ HUBANNOOLEE
Durba durbummaa qabdu tokko utuu bira hin gahin maloota akka isheen durbummaa qabdu ibsan 7 dubbisuuf. Barreeffama kana Tuqi.
Dhiirota amanuun baayyee rakkisaadha kanaaf maloota dhiirri tokko dhugaadhaan nu jaallachuuf dhiisuu isaa afaan isaarraa gaafannee maloota ittiin adda baafannu 6 dubbisuuf.
Maloota dhukkuba suusii akka sigaaraa,caatii,alkoolii,Facebook,fi wantoota suusii ta'an hunda maloota ittiin ofirraa ittifnu 8 dubbisuuf.
Walaloowwan jaalalaa jechoota jaalalaa garaa nama qabbaneessaniifi nama amansiisan argachuuf.
โ Qormaata biyyoolessaa kan fudhattaniif group armaan gadii seenuun guyyaa qormaata qoramtan barattoonni jajjaboofi filatamoon irratti hirmaatanii waan hojjetaniif group armaan gadii tuquun seenaa gaafa qormaataa deebii argattuโ
โ๏ธGroup ijoollee qormaata biyyooleessaa kutaa 12ffaa 2011
โ๏ธGroup ijoollee qormaata biyyoolessaa kutaa 10ffaa 2011
โ๏ธGroup ijoollee qormaata biyyoolessaa kutaa 8ffaa 2011
๐ gaaffii keessan kan ta'e tuquun maloota ittisa dhukkubaa dubbisaa

Ergaa Fi Miira Namoota Onneen Isaanii J***a*n Miidhamte Haala Bareedaa Ta'een Maxxansuu Eegaluuf Yoo Xiqqaate Hordoftoota Nama 100 Barbaanna
Hiriyoota Keessaniif Forward Gochuun Ykn Group Keessa Jirtan Keessatti Share Nu Godhaa Nu Beeksisaa
https://t.me/QalbiMidhamte/2

Telegram
Onnee Miidhamte
Miira Onnee Jaalalaan Miidhamte ๐ญ๐ญ๐ญ
Camera duratti akka nama amantii cufa walqixatti laaluu of fakkeysaa, ulamaa'ii waliin seeqqachaa suuraa ka'aa , hulaa cufattanii shira amantii teenyarratti shira xaxuu fii filannoo majlisaa of duubatti deebisuu abadan duunee dabarra malee isiniif hin hayyamnu!!
Suuraan ati seeqqachaa ulamaa'ii waliin khaatuu fii gochi khee wal faalleysaa jira, namana of sirreysi!

๐An siinin fedhe.๐
Rabbiin Siif Haa kennuu:-
Jireenya -- Gaarii
Umrii -- Dheeraa
Maati -- Gammachuu
Qabeenya -- Dachaan
Haalaf amala --- miidhagaa
Hiree --- Bareedduu
Akhiraa keetiif ---Jannata
Jiruu kee Hundaaf--- Halaal.
Rabbiif jecha si jaaladheen An du'aa'ii tana siin fedhee. Atilleen Nama obboleyan keetif Share godhi Anallee tahu.
๐ด๐ด๐ดโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธ๐ด๐ด๐ด๐ด๐ด
@Humnagaariiyaduu

Ee jaalala na qabe.
Dhukkubni hin fayyu hin fayyu yoonif dawaa dhabe.
Dawaa hin arkatuu himataas yoo dhabe.
Saniifu himadhuu waan jiru waliti qabee..
Ee yaa obbolaa koo jaalala na qabee.!!!
Jaalalli tun hedduu addan
qoqqoodamtu.
Tan ana qabde tun bar
akkaani hamtuu.
Dubbiin ille iccitii namuuti
Hin himamtuu.
Doctor dhibdeen tuni
Akka naa furamtuu.
Qaba natti qabii yeroo
ha nu ballamamtu.!!
Ee yaa Doctor bar jaalalti tun tuulaa.
Irruma na qabdee bar..
Rabbii fi rassuula.
Akkamiitti arkadha laata
Kan Rabbii fuula.
Mee ulamaan kenya isin gorsa narra tuulaa.!!!!!
Ee atillen qophawi fakkin koo
Yoo jiraatte.
Firra hohoqatta bakka si nyanyaatte.
Keessati of laalta daawwitii godhattee.
insha'a Allah wal garra
Yoo rabbirran taate.;!!!!!

Har'a iddoon ani jiru
Ifaan ni jira๐ก,
Bishaan ni jira๐ฐ,
Interneetiin๐ถ ni jira,
Yeroo tokko tokko akka maraataa na gogodhaa, Wahiin otoon hin Beekin Keeniyaa seene lata?
๐๐คญ๐ค๐๐๐ค
@Orosarcasm

Wanni akkaan na jaalachiisu Islaamummaadha!
Wallah osoo islaamummaa malee uumamee numaan khasaare!
#Alhamdulillaah!
@DrZakirNaikAfaanOromoo

๐ต๐๐ฒ๐ณ๐ด๐ฑ๐ฟโ๐๐๐๐๐๐
๐ณBiqiltuu Dhaabi Yoo dhaabu didde, hafuura(Co2) kee qabadhu nutti hin Baasin.
๐ดNamni tokko Biqiltuu tokko
๐ณMiirri bilasaa sitti dhageefamuuf Biqiltuu dhaabi.
๐ดBiqiltuu dhabuun jireenya kee keessatti Hiriyaa ida'adhu.
๐ณJireenya boruu bareedaaf, arra Biqiltuu dhaabi.
๐ดBiqiltuu hin jiru, Jireenyi fulduraa hin jiru.
๐ณOksijiin ni barbaaddaa? Biqiltuu Gaafadhu.
๐ดQilleensa barbaadda tanaan, Biqiltuu galatoomfadhu.
๐๐๐๐๐๐ณ๐ต๐ฒ๐ณ๐ฒโ๐ฟ๐ฑ๐ด๐๐๐๐๐พ๐ฅ๐๐ต๐๐ณ๐ณ
@OromoDJ

Beeksisa amma karaa telegram argachuu dandeessan tuquun galmaahaa
Dv (carraa amerikaa bahuu) karaa telegram maqaa keessanii kaaftanii hamma dhumaatti guutuun galmaahuun lakkoofsa fudhadhaa
Galmaahuuf >>>OK<<<
Lootirii Ethiopia galmaahuun book Acount keessan guutuun yoo isiniif bahe
Badhaafamaa
Galmaahuuf >>OK<<
Barattoonni akka Gaaffii afaan oromoo dorgomuun karaa book account keessanii badhaafamuu barbaaddan carraa tolaa kanatti fayyadamuun gaafficha irratti hirmaadhaa
Galmaahuuf >>>OK<<<
carraa gaarii abbaa carraaf
Hub. Dorgommiin kun kaffaltii hin barbaadu

Obboleesa kiyya obboletti tiyya xinxali me dubbi tana ๐๐
Mobaili ati harka qabdu tikeeta kee tan jannataati ykn tikeeta kee kan azabati tana beekhi SANIFU IKHWAANI NAMU IF GAAFADHU ME ANI ESSAN JIRA JAI'I IF GAAFADHU

ZUl-HIJJAA
Guyyaan ZUl-HIJJAA ยนโฐnan kun irra caalaa guyyaa Addunyaa tanaati ja'ame , Keyriin ati guyyoota kana kessa daleydu keyrii guyyoota kaanii hunda caala .
Wanni 10nan boodaa ka Ramadanaatiif 10nan duraa ka ZUl-HIJJAA kana adda godhu , 10nan Ramadaanaa irra caalaa halkaniiti 10nan ZUl-HIJJAA irra caalaa guyyaati.
Namni dandehe guyyaa (1 - 9) Haa soomanuu Namni guyyaa sagal soomanuu hin dandahin saglaffaan akka isa hin dabarre
GUYYAA SAGLAFFAA KUN guyyaa "Araafaati"
Guyyaa Kana keessa rabbiin gama samii Addunyaa gad bu'ee gabroota isaatiin maleykootatti dhaaddata , Ammas Guyyaa kana Gabroottan saa Hedduu tokko ibaddarraa bilisoomsa ,
Rassuulli S.A.W
ุนู ุฃุจู ูุชุงุฏุฉ ุงูุฃูุตุงุฑู ุฑุถู ุงููู ุชุนุงูู ุนูู: ุฃููู ุฑุณูู ุงููู ุตูู ุงููู ุนููู ูุณูู ุณูุฆู ุนู ุตูู ููู ุนุฑูุฉุ ููุงู: ยซููููููุฑ ุงูุณูุฉ ุงูู ุงุถูุฉ ูุงูุจุงููุฉยป. ุฑูุงู ู ุณูู .
Namni guyyaa 9ffaa kana soomane rabbiin " Dilii Amaata dabreetii fi dilii Amata dhufuu Araaramaaf "
Keyrii tana dubbiftee of birattin hanbisin...SHARE...Godhi...jzk
@Naiftube @abdulatifman