Hamza mohammed๐Ÿ‘‰offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daุนwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana ๐ŸŒดjoin ๐ŸŒด godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
As wr wb Kabajamtoota Obboleeyyan kiyya qaqqaalii

Nashiidaan mata dureen " Rahima. jattu kan amma dura baallama isiniif seenne edanu galagala yoo rabbi ja'e akka biyyatti sa.aa 3:00 irratti gad lakkifamti

Nashiidaa "Rahimaa tana saffisan akka isin bira geessuuf youtube keenya " milki production subscribe godhaa
Liinkii armaan gadii tuqaa seenaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡,
https://www.youtube.com/channel/UCcJpVBWCi77SqjDWbTQ2jdw
Watch "New Ethiopian Islamic Nashed "Rahem by Oromic. Nashiidaa Afaan Oromoo "Rahiim แŠ แ‹ฒแˆต แАแˆบแ‹ณ " แˆจแˆ‚แˆ แŠฆแˆฎแˆ˜แŠ›" on YouTube
https://youtu.be/UgrvPci8fxo
Forwarded from Ummy Art PROMOTION
Ramadanaf qoppin tee mal fakkatti of qoppeysite jirta moo akkami sila ๐Ÿค”?san if gafadhu yo of qoppeysite ๐Ÿ‘ khana filadhu khan hin qoppayin yoo tate ammo ๐Ÿ˜”khana filadhu ofirra debi'u dandessa ha filannu mee ๐Ÿ๐Ÿ๐Ÿ๐Ÿ๐Ÿ๐Ÿ๐Ÿ๐Ÿ๐Ÿ๐Ÿ๐Ÿ๐Ÿ๐Ÿ
RAMDAN KARIM GARANUMAN WARRA BARANA KHA BARA HEDDU ISININ JA'E
Forwarded from KENNAA (Abdii Biyyaa) via @like
YAA RABBII ALHAMDULILLAAH
โ™ฅ๏ธ๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒนโ™ฅ๏ธ๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒนโ™ฅ๏ธ
โœby Abdulaziz Ahmeddiin
โ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™ก
Keessummaan nuti hawwinu
Ji'oota meeqa dura
Kunoo amma walgeenye
Balbala ol seenee jira
Faaruun Rabbiif haa ta'u
Kheeyrii jalqabne harra!!

Ji'a kheeyriin ibaadaa
Dachaadhaan dabalamu
Balballi jahannamaa
Torbanuu kan cufamu
Kan jannataa saddeettan
Hundinuu kan banamu
Ministeerri badiidhaa
Sheeyxaannilleen hidhamu
Baga ittiin nugahe
Galata galchaa namuu!!!!!

Yaa Rabbii galata kee
Baga harraan nu geesse
Ji'a kheeyriifi milkiitiin
Baga waliin nu gesse!!!!

Yaa Rabbii sitti amaanaa
Umriillee nu dheereeysii
Hamtuu nurraa fageeysi
Ibaadaa nuuf mijeeysii
Aangoo irratti nuuf kenni
Nabsiyyaa nu moosisi!!!!

Yaa Rabbii sitti amaanaa
Koroonaa nurraa kaasii
Hunda danda'aan sumaa
Mana keetitti nu deebisi
Kheeyrii Ramadaanni qabu
Hundumaa nu milkeessii!!!!
@Kennaapost @Kennaapost
As wr wb obboleyyan khiya Qali insha allah ๐Ÿ‘‰Nashida mata duren isi๐Ÿ˜ฅMOWT jettu
Guyya murasa boda na egadha
Isinin jaladha anis akka na jalattan link @Tellegram khiyya khana Join Godhudhan naf ibsa akkan hoggan gad dhise si bira geysu yo fete๐Ÿ‘‡
@mustabysquad
@mustabysquad
@mustabysquad
โค๏ธjalalan narra qabmtan
Natti bohartan ๐Ÿ‘
Rahima
<unknown>
๐ŸŽงNEW NESHID๐ŸŽง

๐ŸŽคโžงBY AL-ISTIQAMA D.G
๐ŸŽ™โžงRAHIMA
๐ŸŽงโžงOROMIC
โฐโžง4:51MIN

โ’ฟโ“„โ’พโ“ƒ โ“€โ“ƒโ“„โ“Œ
โžดโžดโžดโžด
@Maherzain123
โฌ‡๏ธ โฌ‡๏ธ

๐“๐ž๐ฅ๐ž๐ ๐ซ๐š๐ฆ ๐Ÿ‘‡๐‰๐จ๐ข๐ง & ๐Ÿ‘‡๐’๐ก๐š๐ซ๐ž

@Maherzain123 ๐Ÿ‘ˆ
Ergaa Ramadana kutaa 2ffaa
Dhageefadha share waliif godhaa jzkl.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtu.be/MdbO4_dN4B8
๐Ÿ™ sadaqarra irra caaltun sadaqa ๐Ÿ‘
๐Ÿ™ sadaqaa somman kessa sadaqatani ๐Ÿ‘ habibuna musxafa aleyhi salam๐Ÿ™Œ

@httpsHamzamohammed
Forwarded from Deleted Account
Mucaan dargageessa tokko fi muciyyoo qashtiin walitti anaani ta'a jiran taksii keessa,yeroo kana ija kessa wal ilaala Jecha walitti darbachuu Jalqaban

ishee: oh mobile kee bay'ee namatti tolaa essaa bitaate?

isa: lakki hin bitane figiichan mo'adheen badhaafame.

ishee: oh....Ati Atleetiidha Jechuudha?nama meeqa mo'atteeti badhaafamte?

isa: nama lama

ishee: naf hin galle,nama lama qofaan dorgomte ?

isa: Eyyen Abbaa mobayilii kanaati fi polisii tokko waliin figeeti๐Ÿคฃ๐Ÿ˜‚
๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜
#Feetan_koflaa_an tiyya kofleen jiraa!
Kan galleef ๐Ÿ‘
Kan hin gallef๐Ÿ˜”
Lamenu tuqa wan aja'iba agartan koflan dhumtan ๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚
@officialrobsan
@officialrobsan