Forwarded from MAHER AHMED☞ Official
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official
Way Harka Kiyya !! Way Kiisha Kiyya !! 📖 Seenaa Ajaa'ibaa
•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
By: Qilleensi Nasrii Bubbise
🚦Seenaa kana Aalima beekkamaa jaalatamaa Muhammad Al Ariifii tu حفظه الله kitaaba isaanii mi'aawaa (استمتع بحياتك) je'smu keessatti nuuf galmeessan...
🌹Gaafa tokko Abbaan warraa galee erga erbaata nyaatee uffata isaa baafatee fannisee hirribaaf siree irra ciisee uffata uffatee rafe.
👸Haati manaa isa duubatti haftee hanga inni rafuu eeydee ...Inni rafee arginaan suuta deemaa gara uffata isaa dhuftee kiisha surree harka keettee mallaqa inni qabu akkuma jiruun kiishaa mallaq gootee...Awwaltee ofirraa isiinis (Isa jala seentee rafte) !!! 😃😃
🌴Ganama wayta lafti bariitu Abbaan warraa gara dalagaa deeme !! Wayta dalagaa raawwatee eddoo bashannanaa seenee mallaqa laalu ...Mallaqni kiisha hin jiru !! Namtichi dhaabateetumaan dhama'ee 🙉 rifate !! Garuu boodarra akka isiin fuute erga mirkaneeffatee ka'ee....deemee....Garuu beeki galee hin arrabsine ...Galee hin tumne...Ee dhugaa dha !!! Inni nama sammuun nagaya qabdu waan ta'eefi !! Mala beeka ...Tumaafii balaa hin beeku !!! Inni "Ibiddi bishaaniin dhaama malee...Ibiddi ibiddaan dhaamaa hin beeku !!""
🌸Galgala eegee...Suuta je'ee Raacha du'e fuudhee (Wahiin maree) kiisha kaayatee ....Akka isiin edanallee kiishatti deebitu beekaa...Ofirraa erbaata ofii liqimsee uffata baafatee surree Raachi keessa jirullee fannisee birdi libsii uffatee akka waan hirribni qabee rafee fakkeessee...Ofii ija keessaan qaqal'isee isii eegaa jira !!! Hhhhh....
😃Isiin gaa .. Akkuma edaa mallaqa guura jettee...Inni rafe seetee suutaa deemaa ....Yaa Rabbi....Suuta deemaa dhufteeee....Wayta isiin harka kiisha nayxu waan qabbanaawaa tokko argite !!🙉
Yoo isiin suuta ol harkiftee baaftu wanti....Raacha 🙈 !! Hhhhhh...
🙊Booda rifattee " Uuuu way harka kiyya !!". Jennaan....Abbaan warraa kan kana argatee ree innillee " Uuuuu way kiisha tiyya !! " je'a ol utaale !!! Hhhhhhh 😀😀 !!
Dubbiin dhumate....Amma booda isiin kiishatti deebitii ???!!!,...Lakki ....Hin tumne ...Hin himanne...Hin arrabsine. ..Hin xiqqeessine !!! Karaa gabaabaan waan dheeraa tolche ! Osoo tumee isiin ni gadoofti malee hin sirrooftu !!! Namni gariin jaartii isaa tumaan qajeelcha je'ee tan haftee jaartii goobse quubsa....Tan duraan haalli isii akka adurree.... Tumaa barattee leenca taati !! Yoo tumaa baratte...Sillee si tumuu jala qabdi !! Afaaniin si arrabsuu baratti !! Lakki...Amantiin teenya nama rakkisuu... Jiruu dirqii hin qabdu !! Rasuulli SAW haqa yataamaatiif haqa dubartii osoo jabeessanii dhaaman duniyarraa deeman !!! عليه الصلاة والسلام !!
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
MAHER ZAIN ☞ Official
Nashiidaa daعwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee araachuuf channel kana 🌴join 🌴 godhaa jzk kheyran
@Maherzain123
https://t.me/Maherzain123

Telegram
MAHER AHMED☞ Official
Nashiidaa daعwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana🌴join🌴 godhaa jzk kheyran
@Maherzain123
https://youtube.com/@maherahmedo?si=3DHEnmyT9SBpcCPd

Namnii tokko barate baratu baate wantoota shanan khana yoo guttatee Galma ni gaha
1=Amala
2=murannoo
3=tattaaffii
4=daffaruma
5=waan takkaratii ejjanno jaaba qabachu qaba
Garu irra calan nama namaa baratee

https://telegram.me/httpsHamzamohammed

Hamza mohammed👉offical
Nashiidaa daعwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana 🌴join 🌴 godhaa
@hamzeshin
@hamzeshin
Forwarded from ❤ أحبك يا رسول الله ❤ (Hanaadi Mohammed)
Sifaa Nama Salaata Qadeesse Irraa Mul'atu
•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
✅ Nama Salaata "Subhii" dhiise fuula isaatirra ifaan hin jiru
✅ Nama Salaata "Zuhrii" dhiise Rizqii isaa keessa barakaan hin jiru
✅ Nama Salaata "Asrii" dhiise qaamni isaa humna hin qabu
✅ Nama Salaata "Magriibaa" dhiise ijoollee isaa keessa barakaan hin jiru
✅ Nama Salaata "Ishaa'ii" dhiise hirriba Rahaa qabu hin argatu

Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Nashiidaa ustaaz raayyaa abbaa maccaa 33ffaa daqiiqaa 3
@Gaaddisa_dhugaa irraa
Ammas akka guutuun isaa gadi dhiifameen argachuuf channelii kana👇👇👇 join godhaa nu eegaa
@Gaaddisa_Dhugaa

Forwarded from Deleted Account
HAA BIRMANNU LAMMIIDHAAF
✍✍Muaz yakub✍ ✍
ⓙⓞⓘⓝ
@abu_abdalah1
@Keyralumma
HAA BIRMANNU LAMMIIDHAAF
Yeroon lammiif booyanii
Humnaanis deeggaranu
Kan mufachiisan jiraatu
Dhiifama gaafatanu....**
Ammagaa yeroon isaa
Fala biraatu dhabame
Nassicaalaaf humnan qabaan
Taphaan ala taasifame....**
Lammii miskiina jalaa
Mee eessatti dhokatta?
Isaa agabuu buluu
Garaa kamitti nyaatta???
Haa birmannu lammiidhaaf
Hanga qabnuun hirmaannee
Siluma woliif yaaduudhaan
Bineensarraa adda taane!!!!
©Muaz yakub✍
Ergaalee murteessoo ta'an gabaabaatti karaa walalootiin argachuuf channel keenya 👇 👇
ⓙⓞⓘⓝ
|⇣⇣⇣⇣⇣⇣⇣⇣⇣⇣⇣⇣⇣⇣⇣|
© ©
➥@abu_abdalah1
➥@Keyralumma
➥@Ibnutemiya6

Watch "Namni teenya dide ta Awurooppaa qeebala. Best Islamic Da3wa" on YouTube
https://youtu.be/_R6o0yrjqk0
https://youtu.be/_R6o0yrjqk0
YouTube
Namni teenya dide ta Awurooppaa qeebala. Best Islamic Da3wa
#Subscribe godhaa maatii keenyavtahaa
😢إنا لله وإنا إليه راجعون 😢
💔يا حبيبي صبونا محمد 💔
أللهم اغفر له وارحمه وعافه واعف عنه وأكرم نزله ووسع مدخله واغسله بالماء والثلج والبرد ونقه من الذنوب والخطايا كما ينقى الثوب الأبيض من الدنس يارب العالمين 🤲 😢 واسكنه فسيح جناته ويلهم أهله وذويه الصبر والسلوان.
😢Innaa lillaahi wa innaa ileeyhiraajiuun😢
#Sabboonaa_Mohammed
Yaa Rabbii rahamata siif haa godhuu yaa Obboleessa kiyya qaali fi Gaarii namaa saddeettan jannataan si haa qananiisii qabrii isaa caffee jannataatirraa isaaf godhiif. Maati fi firoottan isaa hunda akkasuma aali fi ollaa sabrii fi imaana Rabbii haa kennuufii.
💔 Yaa du'a tan xiqqaa fi gudddadhatti adda nama hin fille Yaa guyyaa Murtiin geenyaan nama bira kutii hin qabne Aaaaaha wayiiii jiruu Addunyaa tana Namuu irrumaa warraa kan irrattii waaru waa hin jiruu.
Yaa Sabboo kiyya Rabbii rahamata siif haa godhuu 🤲 🤲 😭