Hamza mohammed👉offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daعwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana 🌴join 🌴 godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
#Oduu_Aammee !

Yaa Hawaaaa kiyya Labsiin Arra Bulchiinsi Magaalaa Dirre dhawaa baase kana Fakkaata. Share Waliif godhaa Warreen Afaan Amaariffa Dubbisuu hin dandeenye biraan naaf gahaa .

Muaz Mohamed Irraa

♂ Imalli Tiraanspoortii Gara Dirre dhawaa Kan seens ta.ee kan bahu booru Bitooteessa 23 / 7 / 2012 Irraa Eegalee yeroo Hin Murtooyneef ( Unlimited time )Akka dhaabbatu .

♂ Akkasuma Tajaajilli Tiraanspoortii Biyya keessaa Abbaa Garii ( Baala gaarii ) Irraa eegalee hanga Minibaasitti Yeroo hin Murtooyneef ( Unlimite time ) Akka Dhaabbatu

♂ Gara kallattii kamiinuu Hulaaleen seennaa tan xarafa Dirre dhawaa tti argamtu akka cufamtu

♂ Iddooleen Gabaa hawaasni itti haajomu kamuu kan akka Taaywaan , Ashawaa , Kooneel , fi k.k.f Iddoolee gabaa Boorurraa Eegalee yeroo hin Murtooyneef akka Cufaman

♂ Faabriikkaaleen Humna Ol_aanaa qaban Hojjattootaaf boqonnaa kannuu , Dabaree dabareen hojjattoota akka hojjachisiisuufi Humna hojii akka xiqqeessu

Hubachiisa : kan gara biyyaatti seenu Humnoonni Akka Beenziilaa , Naaftaa Kuduraa , fi Muduraaleen Akkasuma Meeshaaleen Barbaachisoo Loojoostikii Ammaaf Hin Ilaallatu

Biiroo Bulchiinsa Dirre Dhawaa irraa
Bitooteessa 22/07/2012
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
🎧Quran recitation
🔶سورة الرحمن


🌹🌹
Forwarded from Deleted Account
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official
Aswrwb gargaarsa Rabbiitiin waa'ee CORONAATIIN walqabsiisee Nashiidaa "NAJAA NU BAASI" jettu qabadhee dhihaadheen jiraa yeroo muraasa booda YOU TUBE irrattiin maxxansaa nasimattuu????????

My youtube Ibrahim Abdumalik

@Ibrokoo @Ibrokoo @Ibrokoo
እኔ ነኝ ኮሮና.mp3
ሀምዱ ቋንጤ
Walaloo Wa'e Corona
🔅🔅🔅🔅🔅

Walolontun Dhamsa fi Barnota gudda ifkeysa qabdi Share walif godha

Join👇👇👇
@Hanuudi_Mohamed
@Hanuudi_Mohamed
Obaleeyan khiya dhageefadhaa gorsa khana 👆
Mashallah waranni turkey warren harka qalleyi ta'an manati irra deemni gargaru jiran akka hin midhamnef biyyti teenya labsi labsu malee rakkata keenya akkamiti olee bulu jiran hin jiru obboleyyan keenya namu olla keenya laale wal ha gargaruu
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official
Dhugaan isiinin ja'amii Balaa zamana tana irraa Rabbiin najaa nu habbaasu wlh 😭

@Maherzain123
@Maherzain123
Forwarded from Deleted Account
📜𝒃𝒂𝒓𝒏𝒐𝒐𝒕𝒂 𝗺𝗶𝗺𝗺𝗶'𝗮𝗮𝘄𝗮𝗮 𝗮𝗿𝗴𝗮𝘁𝗮𝗮 𝗮𝗸𝗸𝗮 𝗯𝗮𝗿𝗯𝗮𝗮𝗱𝗱𝗲 𝗯𝘂𝗵𝗮𝗮𝗿𝗮𝗮 𝗷𝗶𝗿𝗮𝗮𝘁𝘁𝗮 𝗸𝗮𝗻 𝗯𝗮𝗿𝗯𝗮𝗮𝗱𝗱𝗲 𝗳𝗶𝗹𝗮𝗱𝗵𝘂👇🌹
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official
┈•✿•˚•❀•˚•✿•˚•❀•˚•✿•┈
🕋 የተባረከ ጁምዓ 🕋
ይሁንላችሁ!
💕ውዶቼ😉
┈┈┈┈••◉❖◉●••┈┈┈┈
❤️ሰለዋት አረሱል
❤️ ሱረቱል ካህፍ
❤️ንፁህ ልብስ መልበስ
❤️ሲዋክ ( ጥርስ ማፅዳት)
ሌሎችም መልካም ተግባሮች
ላይ እንበርታ
💡
🎧 ሱረቱል~ አል-ካህፍ 🎧

﷽ {إنّ اللهَ وملائكتَهُ يُصَـلُّونَ على النبي يا أيها الذين آمنوا صَلُّوا عليه وسلِّمُوا تسليما} اللهم صلِ و سلم على نبينا محمد ﷺ



\\😎//
| |
\ /
/"^`\
| | | |
| | | |
👢👢

الــــــســــــلــــــام عــــــلــــــیــــــڪــم ورحــــــمــــــة الــــــلــــــه وبــــــركاتــــــه 😀✋🏼
حــــــياكم الــــــلــــــه جــــــمــــــيعــــــاً 😄✋🏼
ሰላም ውዶች እስቲ እዚህ ተቀላቀሉ በኔ ግብዣ 😉👇
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

@maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123

☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️