Hamza mohammed๐Ÿ‘‰offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daุนwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana ๐ŸŒดjoin ๐ŸŒด godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
Forwarded from Deleted Account
๐ŸŽค๐ŸŽคABDI PROMOTION๐Ÿ†๐Ÿ†:
๐ŸŒน Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra.
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @Ibnuabbaas qunnamaa!!
๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™
Forwarded from Deleted Account
LikeBot:
โ‰๏ธโ‰๏ธ Jireenyi maali? โ‰๏ธโ‰๏ธ
Hiikni Jireenyaa akka siif galu yoo barbadde idoollee armaan gadii sadan(3n) kana deemi.
1. Hospitaala
2. Mana hidhaa (sirreesaa)
3. Iddo awaalcha(qabrii)

Hospitaalatti, wanti tokkollen kan fayyaa caalu akkaa hin jirre hubatta.

Mana hidhaa(sirreessa)tti, walabummaan fi Bilisa ta'aani deemuun halaan barbaachisaa akka ta'e huubatta.

Iddoo Awaalchatti(qabrii), dacheen ati Har'a milaan irra deema jirtu boru akka qorqorroo kee akka ta'u dhugoomsatta.

Kuni Dhugaa Hadha'aa๐Ÿ‘‡
nu Marti wan tokko malee Adunyaa kana irra dhufne akkasumatti wan tokko malee Adunyaa kana iraa demuuf teenya.... Kanafuu yeroo mara mataa kee gad qabiiti Rabbiif Galata galchi.

Dhibee amma Adunyaa kana Weraraa jiruufis Abbaan Furmaata Rabbii tokkicha waan ta'eef Harka kee ol qabiiti Rabbii kee Karadhu saniitu Furmaataati.

Yaa Rabbii Furmaata nuuf laadhu ati ni dandeessaati.๐Ÿ™
@Ibnutemiya6 @Keyralumma
Forwarded from JALO PICTURES (Wรกlร รค๐Ÿ‘Š ร–rรดmรธ) via @UmmyArtPromoBot
โœจโœจโœจโœจโœจโœจโœจโšก๏ธโšก๏ธโšก๏ธ
Iccitii yeroo gabaabaatti badhaadhuu beektuu? Maloota qusannaa qarshii fi gosa hojii dafanii ittiin badhaadhan gorsa argachuuf yo barbaddee.
โค||Araarama Rabbirraa||โค.

Ergamaan Rabbii akkana jedhan:-// Salaatni shanan, Jumuaan hanga Jumuaatti, Soomanni ji'a ramadaana hanga baatii ramadaan Waggaa kaaniitti , Dilii namarraa Haqxuudha Waan dilii Gurguddoo hin dabalatininiin.\\โค

๐ŸŒค๐ŸŒค๐ŸŒค๐ŸŒค๐ŸŒค๐ŸŒค๐ŸŒค๐ŸŒค

*โ—‏ ุนู† ุฃุจูŠ ู‡ุฑูŠุฑุฉ ุฑุถูŠ ุงู„ู„ู‡ ุนู†ู‡ ู‚ุงู„ :*
*ู‚ุงู„ ุฑุณูˆู„ ุงู„ู„ู‡ ๏ทบ :*

*(( ุงู„ุตูŽู‘ู„ูˆุงุชู ุงู„ุฎู…ุณู ูˆุงู„ุฌู…ูุนุฉู ุฅู„ู‰ ‎ุงู„ุฌู…ุนุฉ ูˆุฑู…ุถุงู†ู ุฅู„ู‰ ุฑู…ุถุงู†ูŽ ู…ููƒููู‘ุฑุงุชูŒ ู…ุง ุจูŠู†ูŽู‡ู†ูŽู‘ ุฅุฐุง ุงุฌุชู†ูŽุจูŽ ุงู„ู’ูƒุจุงุฆุฑ )) .*

*๐Ÿ“š |[ ุฑูˆุงู‡ ู…ุณู„ู… : (ูขูฃูฃ) ]| .*




๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
Al Ihsan_Qiyaamaa
Al Ihsan
_____๐Ÿ˜ข๐Ÿ˜ข๐Ÿ˜ข___
ASBAR STUDIO โ–ก @ASBAR3D
๐Ÿ”Š @Alihsaninshadgroup
โœ‹ Ashamaa Akkam jirtan?
Arran tana channel barreeda isiiniif qabannee dhufne Jirra takka filaadhuudhan. Join godha
Gammachu fi rahaa yoo barbade ๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™Rabbi khe wajji hariiroo heddumysii
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
Way kaafira
-Gaafa rabbi sodaadhu waraanni rabbii jabaadha siin ja'an nididde gaa
-silaa gowwummaa tee Khan waraanaa fi Tankiin sitti dhufu seetee way jaahila ja'i
-Khuno gaddaafan teysen Nullee dhahuuf deemti fakkaatti
-Yaa rabbi Nuun hin dhahin ๐Ÿ˜“

๐Ÿ˜rabbumaan addaan nuha lalaatu yaaboo๐Ÿ˜

https://telegram.me/httpsHamzamohammed
โœRHAMZAN~BOY
โ˜…

๐Ÿ‘‰Nasriin Diinii Yoomumaa Laataa:
#Dubbii_ Ajaaibaa tana dubbisii Sher godhii...

Ajiib Ajiib Dinqiisisoo ykn Koroonaa Mee xinxaalaa yaa ummataa Islaamaa

Sheekaa tokkotuu akkanaa jedhee..

Shukraan Yaa Koroonaa jabeenyaa rabbii garsiiftee.

Shukraan Yaa Koroonaa Kiisingii ๐Ÿ’‹๐Ÿ‘„ dhabamsiiftee.

Shukraan Yaa Koroonaa Night club cufsiiftee.

Shukraan Yaa Koroonaa Zinaa dhabamsiiftee.๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ

Shukraan Yaa Koroonaa Azaanaa lalaabsiiftee fknf biyyotaa akkaa Xaaliyaan,ispeen fi k k fakaataan hedduu keessatti Azaanii woggaa 500f addaan turee ammaa sabaaba Koroonaatiif Azaanamaa jira.๐Ÿ‘ˆ


๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†Kun bu'aa Koroonaati kan galateefamaa Jiruu dhibee osoo hin taanee bu'aa isaatii.๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ


Shukraan Yaa Koroonaa jabeenyaa rabbii garsiiftee.๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ

Shukraan Yaa Koroonaa worraa kadhaa rabbii irraa boonaan haalaa xiqaatoo ta'aniin isaan ajeeftee.๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ

Shukraan Yaa Koroonaa nama hedduu Islaamummaa qabachiiftee.๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ

Shukraan Yaa Koroonaa malaattoo qiyyaamaa garsiiftee.๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ

Shukraan Yaa Koroonaa balbalaa haraamaa hedduu cufsiiftee.๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ

Shukraan Yaa Koroonaa gumaa islaamaa baafte.

โ˜ชAmmoo Miidhaa Kee Yaa Koroonaa harameeynii๐Ÿ•‹๐Ÿ•Œ cufsiiftee..

โ˜ชYaa miidhaa kee koroonaa masjiidaa ๐Ÿ•cufsiiftee

โ˜ชYaa miidhaa kee koroonaa gabrootaa rabbii manatii salaachiiftee..

๐Ÿ™Yaa Koroonaa rabbiin Keeyrimaaf si ergee ummataa Islaamaa na jalaa hin tuqiin yaa rabbii yaa mootii...

Toowbaa jabeessaa bkkumaa jirtaani akkaa rabbiin nu baasuu balaa kana keessaa. ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

๐Ÿ‘‰Astagfirullaah๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ
๐Ÿ‘‰Astagfirullaah๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ

๐Ÿ™Yaa ummataa Islaamaa duu'aa'ii jabeessaa rabbiin nuu haa baasuu balaa kana keessaa.

๐Ÿ™ˆ๐Ÿ™ˆBooyii rabbii kee kadhuu yaa rabbii ati hin dandeessaa najaa nu baasuu balaa kana keessaa๐Ÿ™ˆ๐Ÿ™ˆ๐Ÿ™ˆ๐Ÿ™ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ

๐Ÿค™Wonnii beekuu qabnuu kan galateefamee dhibee osoo hin taanee bu'aa isaatii.๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ

๐Ÿ‘‰Kana beekuu qabduu yaa uumataa Nabii Muhammad [SAW]๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ

S.A.W.๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ
S.A.W. Nabii irratti salawaata
S.A.W.๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
S.A
https://telegram.me/Maherzain123
#Oduu_Aammee !

Yaa Hawaaaa kiyya Labsiin Arra Bulchiinsi Magaalaa Dirre dhawaa baase kana Fakkaata. Share Waliif godhaa Warreen Afaan Amaariffa Dubbisuu hin dandeenye biraan naaf gahaa .

Muaz Mohamed Irraa

โ™‚ Imalli Tiraanspoortii Gara Dirre dhawaa Kan seens ta.ee kan bahu booru Bitooteessa 23 / 7 / 2012 Irraa Eegalee yeroo Hin Murtooyneef ( Unlimited time )Akka dhaabbatu .

โ™‚ Akkasuma Tajaajilli Tiraanspoortii Biyya keessaa Abbaa Garii ( Baala gaarii ) Irraa eegalee hanga Minibaasitti Yeroo hin Murtooyneef ( Unlimite time ) Akka Dhaabbatu

โ™‚ Gara kallattii kamiinuu Hulaaleen seennaa tan xarafa Dirre dhawaa tti argamtu akka cufamtu

โ™‚ Iddooleen Gabaa hawaasni itti haajomu kamuu kan akka Taaywaan , Ashawaa , Kooneel , fi k.k.f Iddoolee gabaa Boorurraa Eegalee yeroo hin Murtooyneef akka Cufaman

โ™‚ Faabriikkaaleen Humna Ol_aanaa qaban Hojjattootaaf boqonnaa kannuu , Dabaree dabareen hojjattoota akka hojjachisiisuufi Humna hojii akka xiqqeessu

Hubachiisa : kan gara biyyaatti seenu Humnoonni Akka Beenziilaa , Naaftaa Kuduraa , fi Muduraaleen Akkasuma Meeshaaleen Barbaachisoo Loojoostikii Ammaaf Hin Ilaallatu

Biiroo Bulchiinsa Dirre Dhawaa irraa
Bitooteessa 22/07/2012
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
๐ŸŽงQuran recitation
๐Ÿ”ถุณูˆุฑุฉ ุงู„ุฑุญู…ู†


๐ŸŒน๐ŸŒน
Forwarded from Deleted Account
Aswrwb gargaarsa Rabbiitiin waa'ee CORONAATIIN walqabsiisee Nashiidaa "NAJAA NU BAASI" jettu qabadhee dhihaadheen jiraa yeroo muraasa booda YOU TUBE irrattiin maxxansaa nasimattuu????????

My youtube Ibrahim Abdumalik

@Ibrokoo @Ibrokoo @Ibrokoo
แŠฅแŠ” แАแŠ แŠฎแˆฎแŠ“.mp3
แˆ€แˆแ‹ฑ แ‰‹แŠ•แŒค
Walaloo Wa'e Corona
๐Ÿ”…๐Ÿ”…๐Ÿ”…๐Ÿ”…๐Ÿ”…

โœ Walolontun Dhamsa fi Barnota gudda ifkeysa qabdi Share walif godha

Join๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Hanuudi_Mohamed
@Hanuudi_Mohamed