โจโขโขโขโขโขโขโโโโโโโโโโโขโขโขโขโข
โจโโโ โขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโโโ
โจBashannana๐คฃ
โจBeekumsa ๐น
โจ Jaalalaโขโขโขโขโขโข โค๏ธ
โจwalalooโขโขโขโขโขโขโ
โจ gorsaโโโโโ ๏ธ
Telegram irratti argachuf
โ๐๐๐๐๐โ
โโโจJOIN โบโโ
โโโจJOIN โบโโ
โโโจJOIN โบโโ
โโโขโขโขโขโโโขโขโขโขโโ

"แฐแขแตแ(ุซุจุชูู)" แ แ แ แ แ แ แแ"
แแฝ แแตแค แญแจแแแ
แ แแญ แณแแแฃ แ แตแแแ!
แ แฐแแ แณแแแ แฒแซแฅแ
แ แแแ แณแแ แชแณแคแ!
แณแญแแแ แจแจแฑแ แแแแต
แจแณแธแ แแ แแจแคแต!
แณแญแฐแ แ แจแแแต แแแ
แแแ แแฐแ แ แแ!
ุซุจุชูู*ุซุจุชูู
ุซุจุชูู*ุซุจุชูู...
แแแตแ แฅแแฐแแแญแณแต!
แจแฑแ แแแธแแ แจแฐแกแต
แซแ แ แฃแชแซ แ แฃแ แญแญ!
แฅแแฒแ แต แฅแ แ แแแ แญ,,
แฐแชแ แจแถ แแญแฐแแ
แตแแฑ แแแด แแญแแแ!
แ แแต แฅแแฌ แจแแฆ แแแตแ
แฅแตแซแแตแจแฐแแฉ แแแแ!
ุซุจุชูู*ุซุจุชูู**
ุซุจุชูู*ุซุจุชูู...
แ แแฐแ แฃแแแจแ แแแณ
แตแแแ แฅแแญ แ แแตแ แแณ!
แแแ แแต แจแแ แแแณแแแ
แฅแตแซแแแจ แปแฒแแฌแฌแฌแฌ!
แแแฆแฝแ แแตแแแฃแฅแฅแฅแฅ!
แฅแแณแปแ แแตแแแแฅแฅแฅ
แญแธแ แแค แ แฅแ แ แแตแแแ!
แญแ แฐแญ แ แแต แจแ แแแแ!
ุซุจุชูู*ุซุจุชูู*
**ุซุจุชูู*ุซุจุชู...
แ แฑแแซ แ แแจแ แ แแฃแณ!
แแดแ แ แตแญแแ แ แธแแณ
แแแต แฒแแแต แแแด แแฅแณ!
แแแ แ แตแญแแ แแ แจแฐแตแณ...(X 2)
<<ุซุจุช ููุจู ุนูู ุฏููู
ุตุฑู ููุจู ุนูู ุทุงุนุชูู>>...
แแฝ แแตแค แญแจแแแ
แ แแญ แณแแแฃ แ แตแแแ!
แ แฐแแ แณแแแ แฒแซแฅแ
แ แแแ แณแแ แชแณแคแ!
แณแญแแแ แจแจแฑแ แแแแต
แจแณแธแ แแ แแจแคแต!
แณแญแฐแ แ แจแแแต แแแ
แแแ แแฐแ แ แแ!
ุซุจุชูู*ุซุจุชูู
ุซุจุชูู*ุซุจุชูู...
แแแตแ แฅแแฐแแแญแณแต!
แจแฑแ แแแธแแ แจแฐแกแต
แซแ แ แฃแชแซ แ แฃแ แญแญ!
แฅแแฒแ แต แฅแ แ แแแ แญ,,
แฐแชแ แจแถ แแญแฐแแ
แตแแฑ แแแด แแญแแแ!
แ แแต แฅแแฌ แจแแฆ แแแตแ
แฅแตแซแแตแจแฐแแฉ แแแแ!
ุซุจุชูู*ุซุจุชูู**
ุซุจุชูู*ุซุจุชูู...
แ แแฐแ แฃแแแจแ แแแณ
แตแแแ แฅแแญ แ แแตแ แแณ!
แแแ แแต แจแแ แแแณแแแ
แฅแตแซแแแจ แปแฒแแฌแฌแฌแฌ!
แแแฆแฝแ แแตแแแฃแฅแฅแฅแฅ!
แฅแแณแปแ แแตแแแแฅแฅแฅ
แญแธแ แแค แ แฅแ แ แแตแแแ!
แญแ แฐแญ แ แแต แจแ แแแแ!
ุซุจุชูู*ุซุจุชูู*
**ุซุจุชูู*ุซุจุชู...
แ แฑแแซ แ แแจแ แ แแฃแณ!
แแดแ แ แตแญแแ แ แธแแณ
แแแต แฒแแแต แแแด แแฅแณ!
แแแ แ แตแญแแ แแ แจแฐแตแณ...(X 2)
<<ุซุจุช ููุจู ุนูู ุฏููู
ุตุฑู ููุจู ุนูู ุทุงุนุชูู>>...
Qulqullummaa Ofii Eeggachuu
Qulqullummaa ofii eeggachu amaloota gaggaarii keessaa tokko.
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Qulqullummaa ofii eeggachuu keesatti namoonni gaariin daangaa darbuu gariin immoo ni hanqisu.
๐Lamaan isaanitu mazmuum (kan komatamaniidha).
๐ Namni daangaa darbuu qabeenya qisaasessuun jireenya ofitti danqa.
๐Namni hanqisu immoo suuraa jibbisisaa fi foolii badaan namatti dhiyaachun namoonni akka irraa dheessan of taasisaa jira.
โป๏ธWarroonni gamnaa akkana jedhaniii dubbatan:
"Namni uffata ofii qulqulleessu dhiphinni isaa ni xiqqaata, namni fooliin isaa urgaa'e aqliin (dandeetti sammuu) isaa ni dabala." Kanaafu akkamitti of qulqulleessuun danda'amaa?
Gabaabumatti qulqullinna ramaddi afur jalatti ramaduu dandeenya. Isaanis:
โฉโก๏ธQulqullinna qalbii,
โฉโก๏ธqulqullinna suuraa alaa (mul'atu),
โฉโก๏ธqulqullinna foolii fi
โฉโก๏ธqulqullinna naannooti.
ใฐใฐใฐใฐใฐใฐใฐใฐใฐใฐใฐ
๐Qulqullinna qalbii- yaada fi amala badaa irraa of qulqulleessuudha
๐Qulqullinna suuraa alaa- qaama fi uffata xurii irraa qulqulleessu
๐Qulqullinna foolii- foolii badaa afaanii fi qaama irraa dhufan irraa of qulqulleessu.
๐Qulqullinna naannoo- manaa fi naannoo keenyatti xurii fi balfa jiran qulqulleessu.
โ๏ธNamni qulqullinna afran kana haala madaalawaa ta'een eeguf tattaafachu qaba.
โป๏ธAkkuma inni qulqullina kanniin eeguf tattaafatuun beekumsi isaa dabalaa, kabajni fi sadarkaan isaa ol deema.
ใฐใฐใฐใฐใฐใฐใฐใฐใฐใฐใฐใฐใฐ
https://t.me/DrZakirNaikAfaanOromoo
@DrZakirNaikAfaanOromoo
@DrZakirNaikAfaanOromoo
@DrZakirNaikAfaanOromoo
By Bro Jemal Sheikh Bakri

"""""Faashiina Fashion"""
""""---""""----"""""---""""---"""""---""""---"""
--------Kutaa Tokkeysaa-------
___________
-Faashiina jachuun maali?
-Eysarraa dhufe?
-Maalif dhufe?
-Miidhaan inni qabu maali?
-Akkamitti irraa tiyfamna?
____/_______/_____
-Mata duree kana jalatti waan heddu nama fayyadu baranna eysa akka jirru qoranna eysa dhaqu akka qabnu hubanna
-Hadara hadara mata duree kana haga xumuraatti hordofuu qabna hadaraa
______________
----Barumsa Jalqabaa---
#Faashiina_jachun_maali?
-Faashiina jachuu kana wanni nuti itti beynu uffata fi kobee amma baate jachutti beyna
-Faashiina jachuun waan yahuudaan ittin islaama jallisuuf qabattee dhufteen keessa isa tokko.
-Faashiinni tooftaa ittin sunnaa yahuudaa nama qabachisaniin irraa isa hangafaati
________///////___/__/
Faashiinii eysa dhufe?
__________________
-Faashinni kun yahuuda biraa dhufe karaa heddun dhufe san kessa media uffata nyaata fi waan heddun dhufe waluma galatti jiruu guutun faashiina akka taatun dhufe
_______/\_______
Faashinni maalif dhufe?
_____/\_____
Yahudoonni ummata islaama jallisuuf akka namni osoo hin beyne isaan jaalate aadaa isaani qabatu godhuf yaada fidan yaadni isaanii guyya guyyaan waan haraya baasani akka namni waan isaan guyyaan jijjiran kana qabatu laalan san boda waan sunnaa Rassula saw faalleysu fidan namni duraan isaan hordofe waan isaan fidan hunda qabatee waan jiruuf faalla shariya Kanas harka lamaan irra qeebala
------itti fufa----- insha allah
__________/\___________
t.me/Sanduyusra

โค๏ธโค๏ธโค๏ธ๐๐๐โค๏ธ
Waayee jaalalaa
Walaloo jaalalaa
Bashannanna
Beekumsa
Dhoksaa jaalalaa
Xiindammuu keetiin nama hunda amansiisuuf
Click
๐๐๐๐๐๐๐๐
https://t.me/joinchat/AAAAAFMnr70FeXob1vd_Lw

๐๐ด gurbaan tokko gara sahaabticha guddaa abdallaah binu Abbaasitti dhufeeti akkana ja"en...
Yaa ilma adeera rasuulaa lubbuu takkaan ajjessee rabbiin towbaa narratti ni deebi"aa.?!!
Haati tee lubbuudhaan ni jirti ja"en ibnu abbaas..!!
Lakkii ja"en gurbaan..
Istikfaara heddummeysi rabbiin siif araarama ja"en ibnu Abbaas...
# yeroo gurbaan gaafii gaafate achi garagale.darastichi ibnu Abbaas guddaan Axaa"a binu yasaar : yaa ilma adeera rasuulaa maalif haadha isaa gaafatte ja"en..!!?
Ibnu Abbaas : dalagaa takkallee tan rabbi biratti akkaan jaalatamtu hin beeku haadhaa fi abbatti tola oolurra ja"en..!!
ุจุฑู ุฃุจุงุกูู ุชุจุฑูู ุฃุจูุงุกูู
Haadhaa fi Abbaa kessanitti tola oolaa, ilmoo teeysaniitu tola isinitti oola.!!
๐๐๐๐๐๐๐ join..
@httpsmuazmohamed

#Erdogan| ยซJabana Orodgaanยป
Jabana Mootii Ordogaan Lakkoofsi Ijoollee Qur'aana Haffazanii Dabalaa Jiraachuun Himame
Turkiyaa Keessatti Erga Amiirri Ordogaan Taayitaa Qabatanii Baayyinni Ijoollee Qur'aana Haffazanii Shamarran Dabalatee Lakkoofsi Isaanii Kuma 138 Ga'ee Jira, Kana Qofa Osoo Hin Taane Wiirtuun Qur'aana Haffaziisu Jabana Ordogaan Keessa Ijaarame Baayyinni Isaa 1450 Ol Ta'ee Jira
#MaashaaAllah
โ Yoo Si Gammachiise SHARE Godhi
โ Rabbi Umurii Isaa Haa Dheeressu
ยฉJechoota Gaggaarii
#Like_Share
Join
@Jechotagaggaarii @Jechotagaggaarii @Jechotagaggaarii

๐Yaanni walidhufee haasawa jijjiira
๐Haasoyni walidhufe hujii jijjiira
๐Hujiin walidhufte aadaa/amalaa jijjiirti
๐Aadaan/amalli walidhufee eenyuma jijjira,
๐Eenyumman hiree tee jijjiramti
๐Tanaafuu yaada ati amma yaadduutu hireetee tafulduraa murteessa yaada kee tolchi.
ูุฅูู ุง ููู ุงูู ุฑุก ู ุงููุง
๐Namuu waanuma yaade/Niyyate arkataa ja'a nabii kenya Muhammad S.A.W๐๐๐

Aswrwb yaadcisa hatatam obboleyyan keenya warri qadaan soomana isinirra jiru guyya da dafee waan deema jiruuf akka qadaa firaa baastan ุงูููู
ุจูุบูุง ุฑู
ุถุงู
๐ helloo
๐helloo eenyu
๐obsadhaami akkami ngya obsa !?
๐ dogongorte obsa miti !! Lakkofsa sirriti miti
Bilbila itti cufe
Ammaas deebi'e bilbile
๐ helloo
๐ helloo ? Lakkofsirriiti miti dogongorte siin ja.e bar
๐ bekhee bar
๐ duuba maa bilbilta ?
๐ lakkoofsa sirrii yoo beeyte naaf himi jachuufi
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
@ibsaabdi4

"Namni hedduun Maallaqa ๐ท๐ฐ๐ถ qabaatteef #Gammachuu๐hin argattu ja'a..An garuu #Goojjoo_jalloo kheysa taa'ee #gammaduu irra maallaqa qabaadhee,gammachuu dhabee makiinaa๐ 'Ferrari' kheysa taa'ee #booyuu ๐ญ๐ข naaf wayya.!" JISON
๐๐๐๐
๐๐๐๐
#InjifannooKuwater|
ยซKuwater Yoo Injifattee Geeba Kaaste Hajjii Dhufu Miskiinota/Harka Qalleeyyii 100 Addunyaa Irraa Walitti Qabeen Maallaqa Kiyyaan Gara Hajjii 'tti Ergaยป Abbaa Qabeenyaa Biyya Kuwater 'tu Akkana Jedhe
Injifannoon Guyyaa Kaleessaa Kuwater Galmeessite Gama Kubbaa Miillaatiin Qofa Osoo Hin Taane Injifannoo Siyaasaa 's Nii Dabalata Kan Jedhanis Nii Jiru
Sababni Akkana Jedhaniifis Akkuma Beekamu Biyyoota Galoo Galaana Sawud Arabiyaa, Emirates, Dubayii Fi Kanneen Isaan Fakkaatan Afrikaa Irraas Egypt Dabalatee Duula Kuwater Irratti Erga Banuu Eegalanii Waggoota Lakkoofsisanii Jiru Kanumaan Wal Qabatee Wal Dorgommii Tapha Kubbaa Miillaa Tapha Ardii Eeshiyaa Dubayii Qopheessite Kana Irratti Sadarkaa Kuffisanii Darbu Irratti Guyyaa Lama Dura Gareen Biyyoolessa Sawudii Fi Kuwater Taphatanii Turan Haala Ajaayiba Ta'een Kuwater Injifattee Gara Xumuraatti Dabarte Sawud Arabiyaa Kuwatareen Injifatamuun Isaa Hedduu Dallansuu Keessa Isa Seensise
Tapha Biyyoota Siyaasaan Dubbii Keessa Wal Seensisanii Jiran Jedhamee Taphichi Xiyyeeffannoo Guddaa Keessa Akka Seenu Ta'ee Ture Haa Ta'u Malee Injifachuu Kuwater Biyyoota Garii Dallansiisee Ture Gad Aantummaan Siyaasaa Sawudiitti Dhaga'amus Hoogganaan Garee Biyyoolessa Sawud Arabiyaa "Kan Nuti Injifatamneef Jabina Taphattoota Kuwateriif Osoo Hin Taane Xiiqii Fi Miira Jaalala Biyya Isaanii Dhabuu Taphattoota Keenyaati" Jedhee Dallansuu Isaa Of Irraa Salphisee Ture
Eda Galgala Dorgommii Geebaaf Gareewwan Lammeen Kuwaateriif Jaappaan Wal Morkachaa Turan
Miidiyaaleen Emirates, Egypt Fi Xiinxaltoonni Isaanii Jibba Kuwateriif Qaban Irraa Ka'uun Tilmaama Isaanii Injifannoo Garee Biyyoolessa Jaappaaniif
Tilmaama Ol Aantummaa Raaganii Turan Kana Malees Namni Marti Akka Jaappaniin Deeggaruu Qabu Ibsanii Turan
Rabbiin Garuu Akka Isan Fedhanii Fi Hawwan Didee Injifannoo Harka Biyya Gootitti Harka Kuwateriin Kaa'e Guyyaa Kaleessaa Ol Aantummaa Kuwaateriin 3:1 Xumurame Halkan Edaa Kuwataroonni Gammachuun Guutamanii Yoo Bulan Faallaa Kanaa Diinonnii Kuwater Salphinaan Rifeensa Ofirraa Ciraa Bulan
Warri Sawudii Mo'amanii Diinummaa Kuwaater Labsanis Mootiin Kuwater Amiir Tamiim Garuu Injifannoo Gareen Biyyoolessa Kuwaater Galmeessise Irratti Ergaa Baga Gammaddanii Miidiyaa 'f Dubbatan Irratti Eda Galgala Akkana Jedhan
ยซInjifannoon Guyyaa Har'aa Galmaa'e Kan Kuwater Qofa Osoo Hin Taane Kan Araboota Maraati
Ijoollewwan Keenya Waan Qabdan Maraan Osoo Of Hin Qusatiin Kuwateriif Seenaa Haaraa Galmeessitan Baga Gammaddan Isiniin Boonnee Jirra
Deeggartoonni Garee Keenyaa Cina Dhaabbattanii Deeggarsa Gootan, Deeggarsa Gootaniif Baga Gammaddan Baga Gammanne
Injifannoon Kun Kan Araboota Maraati Baga Gammanne Baga Gammaddanยป
Jedhee Ergaa Baga Gammadanii Isaa Goolabe Mootiin Kuwaater
Waan Nama Ajaayibu Osoo Mootoliin Arabaa Teessuu Injifannoo Kanaan Baga Gammadde Jedhee Kan Ergaa Baga Gammaddanii Kuwateriin Ga'e Biyya Jaappaan Ture
Viva Qatar Kuwaater
ยซDeeggarsa Biyya Tokkoo Malee Geeba Kaaste Kuwaater Hedduun Si Jaallannaยป Jedheen Barruu Kiyya Xumura
โยซInjifannoo Kubbaa Miillaa Qofa Osoo Hin Taane Injifannoo Siyaasaa 's Nii Dabalataยป
เน #MaashaaAllah
เนYoo Si Gammachiise #SHARE Godhi
ยฉJechoota Gaggaarii
ยฎBarruulee Nuti Maxxansinu Saffisaan Akka Isin Qaqqabaniif Like Share Godhaa
Join
@Jechotagaggaarii