Forwarded from Mr. Geme ๐
via @Hopeprobot
โโโโโโโโโ
Chaneloota Afaan oromoo member 10000 ol qaban guyyaa guyyaatti qophii adda addaatiin isin bohaarsan โโโโบJOIN โบโโโ godhaa
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐

Abaahureeyraan Rasuula ๏ทบ irraa odeesee
"Gurbaan tokko Rasuulatti ๏ทบ dhufee Yaa ergamaa Rabbii eennutti tola oola jedhee gaafate Rasuulli ๏ทบ Haadhatee jedhaniin achi boodahoo jedheen Haadhatee jedhaniin achi boodahoo jedheen Haadhatee jedhaniin 4ffaa irratti Abbaa kee jedhe.
Yaa rabii nama issan kadamatu irra nuu godhi
~~~~~~~~~~~๐น~~~~~~~~

Forwarded from โค ุฃุญุจู ูุง ุฑุณูู ุงููู โค
๐ผ SEENAA BAREDDU TANA DUBBISA
KEYSAFU JOLLEN SHAMARRANI SIRRITTI DUBBISA BARNOTA GUDDA QABA๐๐๐
โช Guyya Tokko Intalti Takka Bulti Isitirra Abdii Kutatte Abba Mana isi Ajjesu Fete. Halkan Oso Yaddu Bulte Barii Isaa Akkamitti Akka Namni Tokko Osoo Isii Irratti Hin Beekin Ajjeesuu Dandeessuf Mala Barbada Gara Harmee Isii Deemte.
โช Harmee Isii Bira Dheyxe Marii Eegalte Haati Isitis " Osoo Namni Tokko Sirratti Hin Beekin Karaa Ittin jarsa isii Ajjeesuu Dandeysu Siifan Hima Garuu Atis Dursa Wanta Godhu Qabdutu Jira jatten.
1ffaa Jalqaba Abbaa Manaa Kee Waliin Araaramuu Qabda Sababni Isaas Osoo Dubbiin Isin Jidduu Hin Jiraatin Yoo Du'e Namni Situ Ajjeese Ja'e Si Hin Shakkan.
2ffaa Of Qulqulleysi Abbaa Manaa Keetif Miidhagduu Bareedduu Taate Argamuudha Qabdaf.
3ffaa Kunuunsa Gaarii Godhiif Kabajaa Kenniif Waan Ati Isatti Yaadde Akka Si Hin Shakkineef jacha.
4ffaa Obsituu Tahi Jaalala Kenniif Hinaffaa Kee Hir'isi Waan Inni Dubbatu Gurra Kenniifi Dhaggeeffadhu.
๐ผ Egasi Qabxiiwwan 4n Kana Dalaguu Nii Dandeysa Jettee Haati Intala Isii Tana Gaafatte Intallis " Ee Rakkoo Hin Qabu Harmee jarsuma kiyya Akkan itti Ajjeesuu Danda'u Qofa Haa Ta'u Malee wan 4ran ati nafdhamte nin godha jatten.
โช Haati isi ammas akkana jatten " Yoo Akkas Tahe Maal Akka Gochuu Qabdu Sifin himati Sirriitti Na Dhaggeeffadhu" Jette Haati Ammas intala isi gorsu itti fufte.
โก " Summii Kana Nyaata Isaaf kannitu Keessattu Guyya Guyyaan Xixiqqeysi Kaa'if Suuta Suuta Dadhabsiisaa Ajjeesa" Jetteeni Haati Summii Kana Intala Isititti Kennite.
โช Intallis Gammadde Summii Kana Fudhattee Gara Mana Isii demte Akkuma Haati Isii Gorsitetti Qabxiiwwan 4n San Dalagde Summii Nyaatatti Layxee Abbaa Manaa Isitif Kennuu Eegalte. Egasi Baatii xiqqo Booda intaltitun boyaa๐ญ๐ญ Gara Haadha Isii Dhufte akkana jatten "Harmee Amma Ani Abbaa Manaa Kiyya Ajjeesuu Hin Fedhu Ani hedduun Jijjiirame Jira. Jaalallin Isaaf Qabu Guyya guyyani Natti Dabalamaa Dhufe Yaa Ummaa Summii Suni Akka Inni Abbaa Mana Kiyya Na Duraa Hin Ajjeefnef Maal Godhun qaba Ya umma ani isamale jirachu hin dandayu jatte boyaa Hadha isii gafatte.??
โช Haatii isitis akkana jatten "๐ Abshir Intala tiyya Hin Boo'iin Kan Ani Siif Kenne Summii Miti Sukkaara Tumamaa Dha Garuu Summiin Qabxiiwwan 4n Ani Siif Kenne Sana Dha Isatu Suuta Suutan Abbaa Manaa Kee Ajjeese... Agarte Miti Jalalaa Fi Kunuunsa Yeroo Ati Kennituuf Akkamitti Akka Inni Gaarii Nama Tahe Kanaaf Intalato Kana Irraa Baradhuuti Haadha Manaa Gaarii Tahiif " Jettee Haati Intala Isitif Dhaamte.
๐ผKanafu Ya Obboleyti Tiyya tan islama wanti beku qabnu. Dhiirtu Hanga Fedhe Gara Jabata Yoo Sitti Fakkaate Onneen Isaa Laafaadha. Jaalalaan Mo'achuu Nii Dandeysa tanafu jalqaba ati Haadha Manaa Gaarii Tahiif. Ibiddaa Fi Gubaa Gidduu Keessan Jiru Jaalalaan Gara Nagayaa Fi Gammachuutti Jijjiiruu Nii Dandeysa. Warra wanbaratetti fayyadamu Rabbin Nuhagodhu๐
โฌโฌโฌโฌโฌ
@Hanuudi_Mohamed
@Hanuudi_Mohamed
@Hanuudi_Mohamed
@Hanuudi_Mohamed
@Hanuudi_Mohamed
https://telegram.me/Hanuudi_Mohamed

Telegram
โค ุฃุญุจู ูุง ุฑุณูู ุงููู โค
Channel kana irraa waanta Haraawa salphatii argachuu dandessa
๐ Quran & Hadith
๐Baruumsa islamaa
๐Gorsaa
๐ Nashidalee garaagara
๐ Video islamaa
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
@Hanuudi_Mohamed
@Hanuudi_Mohamed
Yaadda yoo qabaatan
@Hanuudihabibti
๐ Quran & Hadith
๐Baruumsa islamaa
๐Gorsaa
๐ Nashidalee garaagara
๐ Video islamaa
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
@Hanuudi_Mohamed
@Hanuudi_Mohamed
Yaadda yoo qabaatan
@Hanuudihabibti
Forwarded from โค ุฃุญุจู ูุง ุฑุณูู ุงููู โค
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
๐โค๏ธ๐
Forwarded from Obsi FX
YouTube
- YouTube
Muslima tahani salaata male jiraachun
Nama tahani morma male jiraachudha
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
Nama tahani morma male jiraachudha
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
Forwarded from Deleted Account
โYero takka wanuma khana filadhu san boda wan aja'iba arku malta ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐ด Gaf tokko muca yatima tokkootu ture Inni kun abban isa oso inni garaa hadha Isa keysa jiru bira du'edha.
โก Mucankun hadha isati wajjin qabri abba isa ziyaruf oso dema jirani yero qabri biratti dhiyatan bakka " Abwaa.a " ja.amtu biratti Hatii isaa lafa dhoyte kufte. Hogga kana mucan Heddu Rifate. Hadha isatanas sakaranni itti dhufe. garu hin du.in dura muca isikana ifitti qabde dhungatte
boche๐ญ๐ญ mucanis Hadha Isa wajjin boyee๐ญ๐ญ๐ญ osuma akkasj jirani Hati isatis dute.
โก Yero Hati isa dutusan. intalo takka tan ummu eyman " ja.amtuutu achibira jira ture. Egadi Haadha isa fuute fooxaa ifirra baste Hadha muca tan dutetti khafante akkasitti muca wajjin hadha Isa awwaltef.
โกEgasi mucanis qabri haadhaa gubba ta'e booyee๐ญ ammas qabri abba isabiras dhaqe booye๐ญ akksitti karamana ifirra gale.
Mokkoramuun karaa ambiyotaatii Nabin Kenya (ASW) hadiisanis dubbatan.
๐ Garu mucan sun eenyu lata???
โด Bar mucan san Nabiyyi Rabbiiti(ASW)
ุตูู ุงููู ุนููู ูุณูู โฅโฅ
๐ทirra caala uumaa rabbi.
๐ทirra caala nama dachi tana irra jirateti.
๐ทirra nama akhlaaqa qabu.
๐ท irra nama amanamaadhati.
๐ทirra cala nama rahmata namaf godhuti
๐ทirra kabajaa namatibar.
๐ท Nama taajiraa fi miskiinumman adda sin basnebar.
๐ท gara laafaa namatibar.
๐ทdhugaa dubbata nama hundatibar.
๐ทirra jaalatama nama hundatibar.
๐ท irra oobsaa namatibar.
๐ท kan faana tolu.
๐ท kan demu deminsa tolu.
๐ท kan dhabbatu dhabbina tolu .
๐ท kan haasawu haasawa tolu.
๐ท kan wan amala gaarii ja.ame hunda fayame Nuraan jaramebar.
NAGAYAFI RAHMANNI RABBII OL'ANA IRRA TAHE IRRATTI HAJIRATUU.
ุตูู ุงููู ุนููู ูุณูู โกโก
ุตูู ุงููู ุนููู ูุณูู โกโก
ุตูู ุงููู ุนููู ูุณูู โกโก
ุตูู ุงููู ุนููู ูุณูู โกโก
ุตูู ุงููู ุนููู ูุณูู โกโก
Egaa dubbiste boda obbaleyyan kenya Kan muslimatif Share fi Forward godhun keyri carraqqadhu jazakallah ๐
โฌโฌโฌโฌโฌ
Peji kenyas Join godhun nu hordofa ittis wal afera jazakallah๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธ

Yeroo takkatti Namni 300 guutuun amantii islaamaa qabatan Allaahu Akbar. Kun kan tahe biyya Indonesia keessattii dha. Osomaa diinonni islaamaa amantii tana akkamitti addunyaa irraa dhabamsiifna jedhan Rabbiin immoo amantii tana guddisaa jira.
Rabbiin akkana jedha Qur'aana kabajamaa keessatti "Ifaa Rabbii dhaamsuu fedhan Rabbiin garuu ifaa isaa guutuuf jira osomaa worri isatti kafaran jibbanuu".