Hamza mohammed๐Ÿ‘‰offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daุนwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana ๐ŸŒดjoin ๐ŸŒด godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
Forwarded from Islamicbot
๐ŸŒนAssalaamu Aleeykum๐ŸŒน

๐ŸŒนWarahmatullaahi๐ŸŒน

๐ŸŒนWabarakaatuhu ๐ŸŒน

๐ŸŒน๐ŸŒนJoin the Group ๐ŸŒน๐ŸŒน
https://telegram.me/ISLAMYOUTUBER


Obboleyyan Islaama Warren Gama YouTuben Waa'ee Amantii irratii hojjatan bifaa Salphaa kanan YouTube channel keenyaa haa guddifadha.

โœ…Akkaata ittii fayyadamtu ๐ŸŒน

Namoonni You Tube qabdan ergaa garee kana join gootanii booda Linkii keessan groupii kana irratti maxxanfaachuu qabdu..

Sana booda karaa keessan(inbox) waliif godhuun Subscribe, Like, Share fi viidiiyoo waliif dawwachuu qabdu.

๐Ÿ”ดHubachisaa

Linkii as irratti maxxansiitaan kan YOU TUBE qofa ta'uu qaba!
โค๏ธโค๏ธ Join Group ๐Ÿ’™๐Ÿ’™

๐Ÿ‘‰https://telegram.me/ISLAMYOUTUBER
Forwarded from Mr. Geme ๐Ÿ”…
๐Ÿ˜ฅwoggaa shaniif obboleessa kootiinan gudeedame๐Ÿ˜ฐ
Seenaa dhugaa finfinnee keessatti ta'e daawwadhaa.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtu.be/UqBfgGk_Wlo
๐ƒ๐‡๐€๐€๐Œ๐’๐€ ๐”๐’๐“๐€๐€๐™ ๐˜๐€๐€๐’๐’๐ˆ๐ ๐๐”๐”๐‘๐”๐”.

Ustaaz yaassin nuuruu yeroo tokko Osoo da'awaa godhaa jiruu baacoo armaan gadii tana dubbate.

"Saroonni naannoo tokkoo yeroo takka shuuraa godhuudhaaf walitti qabaman.

โ€ข Nuti maatiwwaan keenya nu miidhaati jiru.
Kanaafuu nuti yoo hattuun dhufe hin iyyinu(Dutnu) jadhanii irratti murteeffatanii waliigalan. Hundumtuu gara mana isaanitti deebi'an.

Sareen walgahii isaanii kan irratti hirmaatee oole gale tokko mana inni eegu hattuun guyyaa ayyaanaa hoolaa hatuuf dallaa inni jiru keessa seente.

Sareenis hin iyyinu jachuun irratti waan walii galee jiruuf argee tuma cal-jadhe.

Hattichis hoolaa argadhe jadhee saricha baadhatee gara mana ofitti gal-fatee yammuu gorra'uuf (qaluuf) jedhu sarichi utaalee harkaa miliqee gara qa'ee isatti deebi'ee,

Sareewwan naannoo isaa waamichaa hatattamaa godheefi akkana isaaniin jadhe,

"Yaa saroota ofii keessanii jadhaatii iyyaa (dutaa) yoo diddan hoolaa jadhanii isin gorra'uuti"

Eeyyeen namni muslima taate hundinuu ofii keetii jadhii Amantii tee baradhu gadi fageenyaan yooniifi ofitti teesse kan biraatu akka malee si godhaatii
Jaalala Rabbii Ni Feetaa

Akkaan Rabbiin Si jaalatu yoo barbaadde Duniyaa irraa Dantaa dhabi.
Akkaasuma Namninis akka sijaalatu yoo barbaadde waan nama bira jirurraa Dantaa dhabi.

Ergamaan Rabbii SAW akkana jadhan
"Duniyaa Kheessatti Dantaa dhabi Rabbiin Si jaalataa" !!

"Waan Namarraa Dantaa dhabi Namnis Si jaalataa"
.
ูู‚ุงู„ ๏ทบ: ((ุงุฒู’ู‡ูŽุฏู’ ููŠ ุงู„ุฏู‘ูู†ู’ูŠูŽุง ูŠูุญูุจู‘ูƒ ุงู„ู„ู‡ูุŒ ูˆูŽุงุฒู’ู‡ูŽุฏู’ ูููŠู…ูŽุง ุนูู†ู’ุฏูŽ ุงู„ู†ู‘ูŽุงุณู ูŠูุญูุจู‘ูƒ ุงู„ู†ู‘ูŽุงุณู)).

Kanaaf Duniyaaf osoo hin taane Aakhiraaf Haa Carraaynuu.
Khalaasโ—๏ธโ—๏ธ
๐Ÿ˜ฅ"woggaa shaniif obboleessa kootiinan gudeedame"๐Ÿ˜ฐ
Seenaa dhugaa finfinnee keessatti ta'e daawwadhaa.

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtu.be/UqBfgGk_Wlo
Abaahureeyraan Rasuula ๏ทบ irraa odeesee
"Gurbaan tokko Rasuulatti ๏ทบ dhufee Yaa ergamaa Rabbii eennutti tola oola jedhee gaafate Rasuulli ๏ทบ Haadhatee jedhaniin achi boodahoo jedheen Haadhatee jedhaniin achi boodahoo jedheen Haadhatee jedhaniin 4ffaa irratti Abbaa kee jedhe.

Yaa rabii nama issan kadamatu irra nuu godhi

~~~~~~~~~~~๐ŸŒน~~~~~~~~
๐ŸŒผ SEENAA BAREDDU TANA DUBBISA
KEYSAFU JOLLEN SHAMARRANI SIRRITTI DUBBISA BARNOTA GUDDA QABA๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡


โ†ช Guyya Tokko Intalti Takka Bulti Isitirra Abdii Kutatte Abba Mana isi Ajjesu Fete. Halkan Oso Yaddu Bulte Barii Isaa Akkamitti Akka Namni Tokko Osoo Isii Irratti Hin Beekin Ajjeesuu Dandeessuf Mala Barbada Gara Harmee Isii Deemte.
โ†ช Harmee Isii Bira Dheyxe Marii Eegalte Haati Isitis " Osoo Namni Tokko Sirratti Hin Beekin Karaa Ittin jarsa isii Ajjeesuu Dandeysu Siifan Hima Garuu Atis Dursa Wanta Godhu Qabdutu Jira jatten.

1ffaa Jalqaba Abbaa Manaa Kee Waliin Araaramuu Qabda Sababni Isaas Osoo Dubbiin Isin Jidduu Hin Jiraatin Yoo Du'e Namni Situ Ajjeese Ja'e Si Hin Shakkan.

2ffaa Of Qulqulleysi Abbaa Manaa Keetif Miidhagduu Bareedduu Taate Argamuudha Qabdaf.

3ffaa Kunuunsa Gaarii Godhiif Kabajaa Kenniif Waan Ati Isatti Yaadde Akka Si Hin Shakkineef jacha.

4ffaa Obsituu Tahi Jaalala Kenniif Hinaffaa Kee Hir'isi Waan Inni Dubbatu Gurra Kenniifi Dhaggeeffadhu.

๐ŸŒผ Egasi Qabxiiwwan 4n Kana Dalaguu Nii Dandeysa Jettee Haati Intala Isii Tana Gaafatte Intallis " Ee Rakkoo Hin Qabu Harmee jarsuma kiyya Akkan itti Ajjeesuu Danda'u Qofa Haa Ta'u Malee wan 4ran ati nafdhamte nin godha jatten.

โ†ช Haati isi ammas akkana jatten " Yoo Akkas Tahe Maal Akka Gochuu Qabdu Sifin himati Sirriitti Na Dhaggeeffadhu" Jette Haati Ammas intala isi gorsu itti fufte.
โžก " Summii Kana Nyaata Isaaf kannitu Keessattu Guyya Guyyaan Xixiqqeysi Kaa'if Suuta Suuta Dadhabsiisaa Ajjeesa" Jetteeni Haati Summii Kana Intala Isititti Kennite.
โ†ช Intallis Gammadde Summii Kana Fudhattee Gara Mana Isii demte Akkuma Haati Isii Gorsitetti Qabxiiwwan 4n San Dalagde Summii Nyaatatti Layxee Abbaa Manaa Isitif Kennuu Eegalte. Egasi Baatii xiqqo Booda intaltitun boyaa๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ Gara Haadha Isii Dhufte akkana jatten "Harmee Amma Ani Abbaa Manaa Kiyya Ajjeesuu Hin Fedhu Ani hedduun Jijjiirame Jira. Jaalallin Isaaf Qabu Guyya guyyani Natti Dabalamaa Dhufe Yaa Ummaa Summii Suni Akka Inni Abbaa Mana Kiyya Na Duraa Hin Ajjeefnef Maal Godhun qaba Ya umma ani isamale jirachu hin dandayu jatte boyaa Hadha isii gafatte.??
โ†ช Haatii isitis akkana jatten "๐Ÿ˜Š Abshir Intala tiyya Hin Boo'iin Kan Ani Siif Kenne Summii Miti Sukkaara Tumamaa Dha Garuu Summiin Qabxiiwwan 4n Ani Siif Kenne Sana Dha Isatu Suuta Suutan Abbaa Manaa Kee Ajjeese... Agarte Miti Jalalaa Fi Kunuunsa Yeroo Ati Kennituuf Akkamitti Akka Inni Gaarii Nama Tahe Kanaaf Intalato Kana Irraa Baradhuuti Haadha Manaa Gaarii Tahiif " Jettee Haati Intala Isitif Dhaamte.

๐ŸŒผKanafu Ya Obboleyti Tiyya tan islama wanti beku qabnu. Dhiirtu Hanga Fedhe Gara Jabata Yoo Sitti Fakkaate Onneen Isaa Laafaadha. Jaalalaan Mo'achuu Nii Dandeysa tanafu jalqaba ati Haadha Manaa Gaarii Tahiif. Ibiddaa Fi Gubaa Gidduu Keessan Jiru Jaalalaan Gara Nagayaa Fi Gammachuutti Jijjiiruu Nii Dandeysa. Warra wanbaratetti fayyadamu Rabbin Nuhagodhu๐Ÿ˜Š
โฌ‡โฌ‡โฌ‡โฌ‡โฌ‡
@Hanuudi_Mohamed
@Hanuudi_Mohamed
@Hanuudi_Mohamed
@Hanuudi_Mohamed
@Hanuudi_Mohamed

https://telegram.me/Hanuudi_Mohamed
ุงู„ุณู„ุงู… ุนู„ูŠูƒู… ูˆุฑุญู…ู‡ ุงู„ู„ู‡ ูˆุจุฑูƒุงุชู‡
ุตุจุงุญ ุงู„ุฎูŠุฑ