Hamza mohammedπŸ‘‰offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daعwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana 🌴join 🌴 godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
Forwarded from Robsan Mohammed
As wa wb khabajamo hordoftota channela khiyya hunda
Akkuma bekkamutti garen nashida Al ansar inshad group ja'amtu akka albuma harawa isin biran gahuf deman dhagessaniru sanirra khan kha'e qoppi isani xumurun isin biran gahuf fixatani Wan jiranif guyya murasa booda sampila isa isin biran gahuf deman biifti nashidatin tannen fakkati
Maqan albuma
Dammaqi !!
1 Hadhato
2 Qura'ana
3 Marany (amaharic)
4 Rasula Rabbi
5 Mallato muslima
6 Qabrii
7 Ramadaana
8 Gama khe debi'e
9 Dammaqi !!
10 Hijaaba
11 Uhibuka (Arabic &Oromic)
Khana fakkati guyya murasa boda bifa sampilatin isin bira gahuf qoppidha
Namu akka irra fayyadamuf wal dhagesisa walifis #sher godha
#By Al ansar inshad group


@officialrobsan
@officialrobsan
Forwarded from Robsan Mohammed
Al ansar inshad group
Jechun tannen
@officialrobsan
@officialrobsan
Nashidaa mata dureen "yatiim"jattu inshallah yeroo gababa kessatti inshallah coming soon
Forwarded from Islamicbot
🌹Assalaamu Aleeykum🌹

🌹Warahmatullaahi🌹

🌹Wabarakaatuhu 🌹

🌹🌹Join the Group 🌹🌹
https://telegram.me/ISLAMYOUTUBER


Obboleyyan Islaama Warren Gama YouTuben Waa'ee Amantii irratii hojjatan bifaa Salphaa kanan YouTube channel keenyaa haa guddifadha.

βœ…Akkaata ittii fayyadamtu 🌹

Namoonni You Tube qabdan ergaa garee kana join gootanii booda Linkii keessan groupii kana irratti maxxanfaachuu qabdu..

Sana booda karaa keessan(inbox) waliif godhuun Subscribe, Like, Share fi viidiiyoo waliif dawwachuu qabdu.

πŸ”΄Hubachisaa

Linkii as irratti maxxansiitaan kan YOU TUBE qofa ta'uu qaba!
❀️❀️ Join Group πŸ’™πŸ’™

πŸ‘‰https://telegram.me/ISLAMYOUTUBER
Forwarded from Mr. Geme πŸ”…
πŸ˜₯woggaa shaniif obboleessa kootiinan gudeedame😰
Seenaa dhugaa finfinnee keessatti ta'e daawwadhaa.
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://youtu.be/UqBfgGk_Wlo
πƒπ‡π€π€πŒπ’π€ 𝐔𝐒𝐓𝐀𝐀𝐙 π˜π€π€π’π’πˆπ 𝐍𝐔𝐔𝐑𝐔𝐔.

Ustaaz yaassin nuuruu yeroo tokko Osoo da'awaa godhaa jiruu baacoo armaan gadii tana dubbate.

"Saroonni naannoo tokkoo yeroo takka shuuraa godhuudhaaf walitti qabaman.

β€’ Nuti maatiwwaan keenya nu miidhaati jiru.
Kanaafuu nuti yoo hattuun dhufe hin iyyinu(Dutnu) jadhanii irratti murteeffatanii waliigalan. Hundumtuu gara mana isaanitti deebi'an.

Sareen walgahii isaanii kan irratti hirmaatee oole gale tokko mana inni eegu hattuun guyyaa ayyaanaa hoolaa hatuuf dallaa inni jiru keessa seente.

Sareenis hin iyyinu jachuun irratti waan walii galee jiruuf argee tuma cal-jadhe.

Hattichis hoolaa argadhe jadhee saricha baadhatee gara mana ofitti gal-fatee yammuu gorra'uuf (qaluuf) jedhu sarichi utaalee harkaa miliqee gara qa'ee isatti deebi'ee,

Sareewwan naannoo isaa waamichaa hatattamaa godheefi akkana isaaniin jadhe,

"Yaa saroota ofii keessanii jadhaatii iyyaa (dutaa) yoo diddan hoolaa jadhanii isin gorra'uuti"

Eeyyeen namni muslima taate hundinuu ofii keetii jadhii Amantii tee baradhu gadi fageenyaan yooniifi ofitti teesse kan biraatu akka malee si godhaatii
Jaalala Rabbii Ni Feetaa

Akkaan Rabbiin Si jaalatu yoo barbaadde Duniyaa irraa Dantaa dhabi.
Akkaasuma Namninis akka sijaalatu yoo barbaadde waan nama bira jirurraa Dantaa dhabi.

Ergamaan Rabbii SAW akkana jadhan
"Duniyaa Kheessatti Dantaa dhabi Rabbiin Si jaalataa" !!

"Waan Namarraa Dantaa dhabi Namnis Si jaalataa"
.
فقال ο·Ί: ((Ψ§Ψ²Ω’Ω‡ΩŽΨ―Ω’ في Ψ§Ω„Ψ―Ω‘ΩΩ†Ω’ΩŠΩŽΨ§ ΩŠΩΨ­ΩΨ¨Ω‘Ωƒ Ψ§Ω„Ω„Ω‡ΩΨŒ ΩˆΩŽΨ§Ψ²Ω’Ω‡ΩŽΨ―Ω’ ΩΩΩŠΩ…ΩŽΨ§ ΨΉΩΩ†Ω’Ψ―ΩŽ Ψ§Ω„Ω†Ω‘ΩŽΨ§Ψ³Ω ΩŠΩΨ­ΩΨ¨Ω‘Ωƒ Ψ§Ω„Ω†Ω‘ΩŽΨ§Ψ³Ω)).

Kanaaf Duniyaaf osoo hin taane Aakhiraaf Haa Carraaynuu.
Khalaas❗️❗️
Abaahureeyraan Rasuula ο·Ί irraa odeesee
"Gurbaan tokko Rasuulatti ο·Ί dhufee Yaa ergamaa Rabbii eennutti tola oola jedhee gaafate Rasuulli ο·Ί Haadhatee jedhaniin achi boodahoo jedheen Haadhatee jedhaniin achi boodahoo jedheen Haadhatee jedhaniin 4ffaa irratti Abbaa kee jedhe.

Yaa rabii nama issan kadamatu irra nuu godhi

~~~~~~~~~~~🌹~~~~~~~~