Hamza mohammed๐Ÿ‘‰offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daุนwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana ๐ŸŒดjoin ๐ŸŒด godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
Forwarded from Walaa_Meme (Wรกlร รค๐Ÿ‘Š ร–rรดmรธ)
โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…


Akkam jirtu Kabajamtoota fi jaalatamtoota Ilmaan Oromoo marri keessan, Ani Nagaa kooti
Har'a Qophii Adda tokkon qabadhee isiniif dhiyaadheera innis qophii Dorgommii phototi qophiin kunis miseensa keenya keessaa abbaan barbaade photo fi Lakkofsa bilbilaa kessan karaa @walaaoromo nuuf erguun dandesa

Nuti nama hanga 20 ta'u barbaana tanafuu dafaati nuf erga photo tessan


maxxanfama miseensi channel keenyaa immoo sagalee itti kenna. Dorgommiin kun marsaa marsaan kan itti fufudha namni sagalee caalmaan 1ffaa kan bahe badhaasa qaba. Kan 2ffaa bahes akkasuma badhasa qaba

Miseensi channel keenya Walaa meme qophii kana daraan akka miidhaguuf dirqamni sin qabdan olaanaan photof sagalee kennuun nu dirqama.

Guyyaan dorgamii guyyota murasa boda wan ta'ef tanaaf Warren irratti hirmaachu feetan karaa @walaaoromo nu qunamuu dandessan
Aswrwb ikhwaani abban ustaaza keenya qaali fi kabaajama ustaaz Rayya abba macca waan dhukkubu jiruf namni hundii duaiidhan hin dagatin rabbin nuuf haa fayyisu duaii godhaf ikhwaani
* ุจุงุฑูƒ ุงู„ู„ู‡ ู„ูƒู…ุง ูˆุจุงุฑูƒ ุนู„ูŠูƒู…ุง ูˆุฌู…ุน ุจูŠู†ูƒู…ุง ุจุฎูŠุฑ*
Habibi Kiyyaa Ammaar Sheikh Amiin Ibroo Baga Rabbin sijaare Mabruuk Alfa mabruk...
Horaa bulaa Warraa Wajjiin Waaru Isin Haa Godhu!
Forwarded from Deleted Account
โ™ป๏ธโœ… Filadhaa fayyadamoo ta'aa ๐Ÿ‘‹๐Ÿ‘‹
Maal barbaaddu?
Hunduu jiraa. Waliin tanee Afaan kenya ha gudiis nu.
Warren. Channel kessan nu wallii beksiisu fettan gara kanan galma'u dandesan @walaaoromo
Warren VIP barbaadan garaa @walaaoromo nu kunamu ni dandesan
#Yaa_Rabbi_Rahmata_godhiif

Aalima keenya guddaan #Shekh_Ibraahim_siraaj irra hedduun keenya fooddaa Africa TV irratti beeynu baatii muraasaaf dhukkubsatanii mana yaalaa jiraachuun isaanii ni yaadatama garuu Guyyaa arraa kana Lubbuun isaanii baatee jirti

Rabbiin jannata keessatti ollaa nabiyyii ( saw ) haa godhuun
Nashiida aw ante azyneh kan jau caver al ansaar wajii goone isin afeeren
๐Ÿ‘‰๐Ÿ‘‰ @OfficialSalah