Hamza mohammedπŸ‘‰offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daعwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana 🌴join 🌴 godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
BAATII RAMADAANAATIIF GUYYAA 90 QOFAATU HAFE !!
β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’
By: hamza m/d

Baatiin Ramadaanaa Seenuuf guyyaa 90 ykn Ji’a Sadii qofaatu Hafe.

Rabbiin warra baatii Ramadaanaa gayee soomanee ajrii soomanni qabu Rabbirraa arkatu nu haa taasisuu.

Mee yaa obboleeyyan Islaamaa Baatii Kabajaa Qabdu tanaaf sirritti if haa qopheessinuu.

Warri nu dura dabran Waggaan isaanii guutuun Ramadaana ture akkas jechuun

1: ji’a 6 yaa Rabbi Ramadaanaan nu Fati ja’anii Rabbii Isaanii kadhatan

2: ji’a 6 ammoo yaa Rabbi soomana keenya nurraa qeebali ja’anii rabbii isaanii kadhatan.

Kanaafuu nutiis mee akka warra nu dura Dabree San Haa taanuu.

Galtooma
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
Abdallaa ibn Abbaas irraa odeeffame rasuulli rabbii (saw) "Zamana boodaa keessa ummanni tokko ni dhufan kan rifeensa isaanii halluu/qalama gurraachaan hallatan/gurraachatti jijjiirratan. Ummanni akkasii san foolii jannataa hin argan" jedhan. (Imaamu Ahmad, sahiihul jaami'i 8153).
Hadiisni kun dhiiras dubartiis ni baana.

Yeroo keenya kanatti of haa ilaallu. Aarrii (grey hair) qabaadhu, rifeensikee diimatus addaatus qalama gurraachaan hallachuun haraama gurra si calaw!
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
Forwarded from Deleted Account
☝gafin qaba ya ikhwaani ☝
Nashida enyu fillatan me
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
❌Tokko qofa filachu dandessan ❌
#Kabajaan_Arsiif_Haa_taatu πŸ™πŸ™πŸ™

Arsii Kabajaan Isin Namaaf Qabdan Suuraa Kanarraa Hubachuun Ni Dandahama

Warri Aarsii Galatoomaa Baba Keenya Kabajjanii Nuuf Badhaasuuf
#Erdogan| Β«Sirna AwwaalchaaΒ»

Mootii kana sababa malee miti kan nuti dinqisiifannu...

Kirkira lafaa Turkii kutaa bulchiinsa Ilzig keessatti mudate daawwachuu kan deeman Mootiin Turkii Erdogan reeffa/janaazaa namoota balaa kanaan du'anii haala suuraa irratti mul'atuun geggeessanii jiru.

Mootii janaazaa uummata isaa baatee awwaalu... Ajaa'iba.

https://telegram.me/httpsHamzamohammed
Forwarded from Deleted Account
Odefanno TV πŸ“Ί muslima khan Ethiopia kham barbaddu filadha mee
♨♨♨♨♨♨♨♨♨
( Tawelede ) nashiidaa muaz habib irraa hanga tokko cover by Eid Abdusalam
Forwarded from SALAH MOHAMMED
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Insha allha nashiida harawa Abubaker tan jetu aboleysa keenya murad yero gabaabatti eega
@OfficialSalah
Muaz Mohamed πŸ‘‰ Official
🌹 Channel kana kessatti Gorsa gara garaa argachuf channel kenya saffisaan πŸ€ Join πŸ€ godha jzk kheyran
https://t.me/httpsmuazmohamed
Forwarded from Deleted Account
Amma Daqiiqa Muraasa Dura F.F Nannoo Piyaasatti qeerroon Oromoo 2 karaa deema otuu jiranii.......see More