Forwarded from Deleted Account
πShekko shekkoπ
Guyya tokko namni sadi oso demu jiraaniti guddunfa takka lafa arkatan san boda............. ππππππππππ
Guyya tokko namni sadi oso demu jiraaniti guddunfa takka lafa arkatan san boda............. ππππππππππ
YAA DHALA KOO MAAF GARAA JABAATTA ?
~ guddisa keen cabee
~ miixuu daha keerraa
~ guddisa keen cabee
~ harka qullaan hafe
~ of biraa si dhabee
~ garaa kootti caalaa
~ harka kootti si baadhe
~ moofaa dhaaf Fincaan kee
~ hundaa boraafadhee
~ gadameessi Ko hin fayyine
~ dhiigni sitti dhiige
~ yaadadhu si guddisuuf
~ sabbata sitti hiikee
~ tokko lamaan sittin himuu
~ Maal godha gadi diigee Γ2πππ
~ ofii kootii daareen
~ sitti uwwisee mucaa
~ har'a bakka yaadde geesse
~ maaliif nattibaacca!
~ sabbata koo hiikeen
~ marxoon si barsiise
~ nadagatte? dhalakoo
~ buddeen bira geessee
~ lafaaf horii kankoo
~ sitti dhadhahadheen
~ ammas baar gamatti
~ dafqee si ergadhee Γ2
~ Ani haadhi kankee
~ bakkichuman jiraa
~ rakkinaaf gadadoon
~ jirti na daradaa
~ yoo muman mucaa koo
~ sitti Aara galfadha?
~ sitti hirkadhee
~ yoomin boqonnaa fudha!
~imimmaan koo Roobee
~ taliilli akka bishaanii
~ Afuura keen dhabee
~ of dadhabe ani
~ innin si barsiiseen
~ boruu na fayyiftaaf
~ rakkootti na laatte
~ maaliif na ajjeefta ?Γ2π
~yoomuu sirraan dhumu
~galanni Oolmaa koo
~ kutuu na ilaali
~ Maal taate dhala koo
~ maaliif na dagattee
~ utuun sin argineen du'aa ?
~ Halkaniifi Guyyaa
~ si arguufin booha π
~ Narraa hin fagaatin
~ najjabaattee garaa
~ Jedhii naaf bilbilii
~ kunoo asin jiraa
~ Ani waanin siif tahe
~ akka nama taatuuf jecha
~ ibsuu hin dan deessuu
~ yoomiyyuu gochaan
~ ijuma kiyyumaan
~ si arguu bar baade
~ dhuguma na yaaddaa?
~ An hedduun si yaadee! Γ2
~ erbittiima koo duriin
~ uffadha hammayyu
~ dhala hin qabu jechuuf
~ arge Akaakayyuu!
~ maaloo yaa Gooftaa koo
~ Ati na jabeessi
~ Obsa kee naaf kennii
~ na tasgabbeessi
~ dhala koo waliin
~ wal na agarsiisi
~ bakka gadda kootii
~ gammachuu naaf buusi Γ2
Qopheessaan wlaloo Barataa #Umar_Ahmad
yuunivarsiitii Haroomaayaa irraayyi JZkll jennan.
Namni Harmee teessan Jaallattan #Like & #Share π"https://telegram.me/httpsHamzamohammed

Telegram
Hamza mohammedπoffical
Nashiidaa daΨΉwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana π΄join π΄ godhaa
@hamzeshin
@hamzeshin
ΨΉΩ Ψ£Ψ¨Ω ΩΨ±ΩΨ±Ψ© Ψ±ΨΆΩ Ψ§ΩΩΩ ΨΉΩΩ ΩΨ§Ω: Β« ΨΨ¬Ψ¨Ψͺ Ψ§ΩΩΨ§Ψ± Ψ¨Ψ§ Ψ΄ΩΩΨ§ΨͺΨ Ω ΨΨ¬Ψ¨Ψͺ Ψ§ΩΨ¬ΩΨ© Ψ¨Ψ§ Ψ§ΩΩ
ΩΨ§Ψ±ΩΒ» Ω
ΨͺΩΩ ΨΉΩΩΩ.
Abaa Hureeyraa irraa odeeyfamee(ra) ergamaan rabbii (saw) "Azaabni waan namni jaalatuun marfamte, Jannanni waan namni jibbuun marfamte" jedhan. (Bukhaarii fi Muslim).
Kana jechuun waan lubbuun tee feetu qofa hojjettee kan rabbiin jaalatu yoo dhiifte kun dalagaa Azaabatti si ooftu. Waan lubbuuntee feetu dhiiftee waan rabbiin fedhu yoo hojjette tun dalagaa Jannatatti si ooftu. Azaaba seenuufis Jannata seenuufiis dalagachuu qabda. Azaaba seenuu yoo feete Zinaa, ribaa, khijiba,... ( gabaabumatti waan haraam ta rabbii fi rasuulli irraa dhoorkan) dalagachuu qabda. Jannata seenuus yoo feete waan halaal ta rabbii fi rasuulli (saw) itti si ajajan hanga dandeessuun dalagattee, waan haraam ta isaan irraa si dhoorkan irraa fagaachuu qabda.
βFiladhu bakka seenuu feetu hulaan lachuu banaadha!
β Yaa rabbi warra jannataa wajiin nu godhi, warra fedhii lubbuu ofii jala deemu osoo hin taane warra karaa ati jaalattuu fi itti nu ajajjerra deemee jannatul firdows argatu nu gadhi. Aamiin!
https://telegram.me/httpsHamzamohammed

Wan Barbaadan hunda issinif dhiheesuf qopoynera.Gosaa meshalee-Kobee,Bidilibsi,Shita or bijaama.All of you 0921335592
Koomeedii kolfaan garaa nama dhukkubsu kana daawwadhaa.
πππππππππ
https://youtu.be/j1MHbpTvVI8
πππππππππ
https://youtu.be/j1MHbpTvVI8
Forwarded from Deleted Account
π¬nu dhihadha
β€jalalan nurra qabamtan
πheddu nurra gammaddan
π§nashida caqasun relax of gootu
π Duba maltu filachu si πππdhorka
ππππππππππ
π¬Walin taane channela π¬muslima ha guddifnu

Forwarded from Odaa Electronics via @Hopeprobot
BAATII RAMADAANAATIIF GUYYAA 90 QOFAATU HAFE !!
β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’
By: hamza m/d
Baatiin Ramadaanaa Seenuuf guyyaa 90 ykn Jiβa Sadii qofaatu Hafe.
Rabbiin warra baatii Ramadaanaa gayee soomanee ajrii soomanni qabu Rabbirraa arkatu nu haa taasisuu.
Mee yaa obboleeyyan Islaamaa Baatii Kabajaa Qabdu tanaaf sirritti if haa qopheessinuu.
Warri nu dura dabran Waggaan isaanii guutuun Ramadaana ture akkas jechuun
1: jiβa 6 yaa Rabbi Ramadaanaan nu Fati jaβanii Rabbii Isaanii kadhatan
2: jiβa 6 ammoo yaa Rabbi soomana keenya nurraa qeebali jaβanii rabbii isaanii kadhatan.
Kanaafuu nutiis mee akka warra nu dura Dabree San Haa taanuu.
Galtooma

Abdallaa ibn Abbaas irraa odeeffame rasuulli rabbii (saw) "Zamana boodaa keessa ummanni tokko ni dhufan kan rifeensa isaanii halluu/qalama gurraachaan hallatan/gurraachatti jijjiirratan. Ummanni akkasii san foolii jannataa hin argan" jedhan. (Imaamu Ahmad, sahiihul jaami'i 8153).
Hadiisni kun dhiiras dubartiis ni baana.
Yeroo keenya kanatti of haa ilaallu. Aarrii (grey hair) qabaadhu, rifeensikee diimatus addaatus qalama gurraachaan hallachuun haraama gurra si calaw!
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
Hadiisni kun dhiiras dubartiis ni baana.
Yeroo keenya kanatti of haa ilaallu. Aarrii (grey hair) qabaadhu, rifeensikee diimatus addaatus qalama gurraachaan hallachuun haraama gurra si calaw!
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
Forwarded from Deleted Account
βgafin qaba ya ikhwaani β
Nashida enyu fillatan me
ππππππππππ
βTokko qofa filachu dandessan β
Nashida enyu fillatan me
ππππππππππ
βTokko qofa filachu dandessan β
Koomeedii kolfaan garaa nama dhukkubsu kana daawwadhaa.
πππππππππ
https://youtu.be/j1MHbpTvVI8
πππππππππ
https://youtu.be/j1MHbpTvVI8
#Kabajaan_Arsiif_Haa_taatu πππ
Arsii Kabajaan Isin Namaaf Qabdan Suuraa Kanarraa Hubachuun Ni Dandahama
Warri Aarsii Galatoomaa Baba Keenya Kabajjanii Nuuf Badhaasuuf
Arsii Kabajaan Isin Namaaf Qabdan Suuraa Kanarraa Hubachuun Ni Dandahama
Warri Aarsii Galatoomaa Baba Keenya Kabajjanii Nuuf Badhaasuuf