Hamza mohammed👉offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daعwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana 🌴join 🌴 godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
SAGANTAA EEYBISA NASHIIDAA

Oduu gammachiiftuu jiraatoota magaalaa dire dawa fi naannawa isii maraaf munshid badrudin ahmed albama haarawa (GAMMANNE) Ja'u haala ajaa'ibaa taheen hojjatee munshidoota adda addaa waliin tahee haala addaatiin eybisuuf qoppii isaa xumuree jira
guyyaa ; 12/05/2011 alhada ganama 2:30ti
iddoon ; galma ogaaz hassen

gatiin seensaa ; 30 qofa
=====================
HUBADHAA‼️
=====================
Rasuulli sallallaahu Aleyhi wasallam akkana jedhan:-

"Yeroon Gabrichi Rabbii isaatti irra dhihaatu yeroo sujuudaati, du'aa'ii heddummeessaa" jedhan.

💊Kanaaf yaa nama rakkatee rakkooo keeessa jiru,rakkoon kee rakkoo duniyaa ykn rakkoo Aakhiraas haa ta'uu yeroo sujuuddu eega SUBHAANA RABBIYAL A'ALAA Jetteen booda du'aa'ii barbaadde godhachuu dandeessa waan haraama hi ta'iniin wanni ati kadhattu sun.
du'aa'iin achi keessatti godhamus qeebalamaadha. Kanaaf of dagachuu hin qabnu,obboleessa keenyaafis du'aa'ii gochuu qabna...baarakallaahy fiikum
Sheena # qur"anarratti.!!

# Sheekni islaama ibnu teeymiyaan guyyaa du"uu deemu San akkana ja"e...:
Yeroo tiyya hedduu qur"ana qara"un maletti balleeysurraa hedduun sheenawe ja"e.!!

# Sheeyni guddaan Abu ishaaqal huwwyniin akkana ja"a gaafa dhukkubni isatti jabaate..:
Way sheenaa tiyya osoonifin umrii tiyya guutuu qur"anaaf kanne.!!

•Ibnu useeymiin guyyaa duniyaa tanarraa deemuf deemu akkana ja"e...:
Osoonifin qur"ana guutuu guututti tafsiira godhehiin hawwe,akkasuma osoonifin qur"ana barachuu fi barsiisuun beekumsa kiyya ka duraa taheehin hawwe ja"ee.!!

( ka nama aja"ibsiisu isaan hundinuu ka akkana ja"an hadiisa rasuulaatin shaakalamaniiti..,kanuma wajjiin ni sheenawan osoo yeroo saani hunda qur"anarratti fixnee ja"anii.)

اللهم اجعل القرآن العظيم ربيع قلوبنا ، ونور صدورنا، وجلاء همومنا ، وذهاب أحزاننا وغمومنا..

@alfannn
@alfannn
@alfannn
Forwarded from Odaa Electronics
Oduuf odeeffannoo akka mana Oduutii bahetti argachuuf madda oduu BBC,OBN,OMN,ONN,ODUU argachuuf oduu shakki hin qabne ni argatta
Qiphii sportii guutumaatti ni argatta.
Chanela haqa qabeessaaf
Sagalee uummataa
Haqaaf dhugaa qofa kan argattu
Oduu sobaan beeksifamaa jiru adda baasee kan sutti himu
chanela armaan gadii join godhi

👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://telegram.me/OPress
👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆
⇨••••••══════════•••••
⇨═══ •••••••••••••••••═══
⇨Bashannana🤣
⇨Beekumsa 🌹
⇨ Jaalala•••••• ❤️
⇨walaloo••••••
⇨ gorsa════⚠️

Telegram irratti argachuf

👇👇👇👇👇


▒▓⇨JOIN ►▓▒
▒▓⇨JOIN ►▓▒
▒▓⇨JOIN ►▓▒


 ══••••══••••══
Kawaathir

Sadaqaan mallaqa qofaa miti..

•obbolessa kee fuula banaan dubbisun sadaqadha.
•jecha gaari dubbachuun sadaqaadha...
• nyaata nama nyaachisuun sadaqaadha...
•nama muslimaa boodatti du'aii godhonif sadaqaadha.
•zikriilee jechuun sadaqaadha.

@EidAbdusalam
⇨••••••══════════•••••
⇨═══ •••••••••••••••••═══
⇨Bashannana🤣
⇨Beekumsa 🌹
⇨ Jaalala•••••• ❤️
⇨walaloo••••••
⇨ gorsa════⚠️

Telegram irratti argachuf

👇👇👇👇👇


▒▓⇨JOIN ►▓▒
▒▓⇨JOIN ►▓▒
▒▓⇨JOIN ►▓▒


 ══••••══••••══
⇨••••••══════════•••••
⇨═══ •••••••••••••••••═══
⇨Bashannana🤣
⇨Beekumsa 🌹
⇨ Jaalala•••••• ❤️
⇨walaloo••••••
⇨ gorsa════⚠️

Telegram irratti argachuf

👇👇👇👇👇


▒▓⇨JOIN ►▓▒
▒▓⇨JOIN ►▓▒
▒▓⇨JOIN ►▓▒


 ══••••══••••══
🤔🤔🤔🤔🤔🤔🤔🤔
Beeka moo beekkamaa tahuuf hawwaa jirta

Dhuga ilmi namaa kan hawwii hin qabne hin jiru garuu akkuma bifaaf Uffanni namaa wal dhabu hawwiin namaas wal dhaba
An amma kaniin qabadhee dhufe ajandaan koo garaagarummaa hawwii namaa isiniif himuu koo miti kaniin an qabadhee dhufe beeka moo beekkamaa tahuuf hawwu jirta ka ja'uudha!!!
Obboleeysa koo obboleeytii too maqaa beekkama ja'amu kan qofa argachuuf hedduun hawwin namni fadheehuu gocha fadheen beekkamaa tahuu ni dandahaa nama meeqa kan,walalloon,nashiidaan kubbaadhaan,muuziqaan,diraaman.......walumaa galatti waan rabbiin fadhuufi hin feenen addunyaarratti beekkamaa tahee jiru
Obboleeysa koo obboleeytii too ati nama beeekaa tahuuf hawwi akkasuma ammaas nama beekaa hordofi nama meeqa kan beekkumsa akka bishaanii odoo qabuu namni isan beeyne nama meeqa kan nama meeqa odoo caaluu namni isan beeyne nama meeqa kan namni........

Walumaa galatti an dhaamsi koo kan dhumaa beekkamaa tahuuf odoo akka taahuufi hin taane hunda taatuu karaarratti ifin hambisin

Hawwi beekaaa tahoof
@AlfalahDawagrp
@AlfalahDawagrp
@AlfalahDawagrp
@AlfalahDawagrp
,,,,,,,,,, @AlfalahDawagrp
#Breaking| Kibba Goondar Magaalaa Samada Ganda Sargawit Keessatti Bubbeen Cimaan Ka'uun Dhaabbata Mootummaa Lamaa Fi Bataskaana Tokko Mancaasuun Hojiin Ala Godhee Jira

Itti Gaafatamaan Bataskaana Kana Akka Jedhanitti «Bataskaanni Kun Kan Hundeeffame Bara 1988 Yoo Ta'u Balaa Bubbee Kanaan Bataskaanichi Guutummaan Guututti Barbaadeessee Jira Gochi Asiin Dura Bataskaana Kana Irratti Argamees Dhaga'amees Kan Hin Beekne Yoo Ta'u Bataskaana Kana Deebisnee Dhaabuuf Ammallee Gargaarsa Obbooleewwan Keenyaa Nu Barbaada»

✔️ Osoo Oollee Hin Buliin Rabbiin Ajaayiba Isaa Nu Agarsiise Isaan Mana Rabbii Masjiida 'tti Duulanii Gubanis Abbaan Masjiidichaa Allah'n Kunoo Masjiida Isaatiif Birmate #ALHAMDULILLAH

● Kuni Mallattoo Dha Keessatti Of Xiinxalaa

©Jechoota Gaggaarii
#LIKE #SHARE


®Barruulee Nuti Maxxansinu Saffisaan Akka Isin Qaqqabaniif Like Share Godhaa

Join
@Jechotagaggaarii
@Jechotagaggaarii
@Jechotagaggaarii
Chanela taphaaf jaalalaa fi walaloo adda addaa fo beekumsa guutuu argachuuf
👇👇👇👇👇👇👇


https://t.me/joinchat/AAAAAFMnr70FeXob1vd_Lw
SEENAA DARGAGGEESSA TOKKO MEE DUBBISSI SHARE LIKE GODHIII JZKL

walhii seenaan tunii akkana natti dhagahamee
Haadha manaa koo wajjiin hangabultii ijaaranne waggaa 21 tahee jira. Haati manaa koo gaaf tokko gaaffii keessa koo deebi'ee of gamaaggamuu qabu tokko naaf dhiheessite. Waggaa 21 yommuu si wajjiin jiraadhu guyyaa tokko yeroo Aayyoo kee wajji baatee bashannantu si argee hin beeku. Mee har'a haadha kee irbaata
affeeriitii ishee bashannansiisiin naan jette. Yaadni haati manaa koo
naaf dhiheessite na dinqisiise. Natti tole. Yaada ishee kana fudhadhee hatattamaan gara Aayyoo kootti bilbile. "Harmee koo! Har'a galgala
si wajjiin bahee bashannanuu barbaada."isheen jedhe. Ni rifatte.
"Maal nagumaanii? Ijoolleen kee
maal tahan? Haati manaa kee ni
dhukkubsatte moo?" Gaaffilee
rifannaa ishee irraa agarsiisu hunda
na gaafatte. "Abshiirii harmee koo!
Nagayumaani. Suma wajji
bashannanuu barbaadeeti." Isheen
jedhe. Baay'ee tokko gammadde.
Affeerraa koos narraa fudhatte. Gara
galgalaa irratti qophaawii na eegi
dhufeen si fudhadhaa jedheen.
Sa'aatii beellamaa irratti gara mana
aayyoo kootti deeme. Balbala
fuuldura dhaabbattee na eegaa
turte. Harmee koo qaamni ishee
hundi jijjiiramee jira. Dullummaan
ishee dhuunfateera. Nagaya eega
waliin jennee booda konkolaataa koo
keessa ishee aseensiseen. "Ilma koo
har'a si wajjiin akka shirri shirrii
bahuuf jiru ollaa koo hundumatti
himadhee jira. Oduu gammachuu
kana hunduu naaf dhagahuu qaba"
yommuu naan jettu ollaan ishee
tokkollee hin hafne hundumtuu
yaa'ee dhufe. Harmeen too
gammachuu isheetti dhaga'ame irraa
kan ka'e ollaa ishee hundatti
himattee jirti.
Gara hoteelaatti ishee fuudhee
deemeen. Kessummeessaan Kuppanii
filannoo nyaataa ofirraa qabu nuuf
dhiheesse. "Harmee koo! Kunoo
hoodhu nyaata filadhu" jedhee itti
kenne. Natti seeqatte. Dubbisi
jedheen. Dullummaa ishee irraa kan
ka'e ilaaluu akka hin dandeenye
hubadhe. "Tole siif haa dubbisuu"
jedheen. "Duri yommuu ati xiqqaa
nyaata nyaachuuf yommuu hoteela
seennu filannoo nyaataa anatu siif
dubbisaa ture. Amma ati harka
deebifadhu" naan jette. Anis
seeqadhee dubbiseef. Uffata isheen
uffattee jirtu yommuun ilaalu kan
abbaan koo du'uu isaatiin dura
waggaa 19 dura yeroo dhumaatiif
isheef bite akka tahe yaadadhe.
Nyaatni ni dhihaate. Aayyoon koo
gammachuu irraa kan ka'e homa
takkaa nyaataa hin turre. Baay'inna
gammachuutiin fuulli ishee
calaqqisee natti mul'ata. Anafis
jireenya koo keessatti mudannoo
guyyaa itti gammachuun dabarse
ture.
Bashannannee yommuu geessinuu
gara mana isheetti ishee deebisuu
kootiin dura guyyaan akka har'aa
kun akka irra deddeebi'ee dhufuuf
barbaadee "Harmee koo! Yoom
deebi'ee dhufeetiin akka har'aatti si
bashannansiisa" jedheen. " Guyyaa
akkanaa-akkaanaa koottuu ti na
fudhadhu. Garuu yeroo itti aanu
anatu si affeera" naan jette. Anis
seeqadhee "Abshiirii harmee koo! Na
affeerta!" Isheen jedhee gargar
baane.
Jiddumaan harmeen koo
dhukkubsatte. Yeroo aafiyaa itti
taatee ishee waliin tahee itti
bashannanu yaade. Haatahuu garuu
harmee koo wajjiin lammata bahuu
hin dandeenye. Harmeen too gara
imala du'aa eenyuuf iyyuu hin
oolletti imalte. Duniyaa tana gadi
lakkifte. Nin booye. Baay'een😭😢 gadde.
Guyyaa harmeen koo itti si affeera
naan jettee beellama naaf kennitee
turte sanatti hoteela beekkamaa
guddaa tokko irraa bilbilli naaf
bilbilame. "Guyyaa har'aa haadha
manaa kee wajji hoteela keenya
keessatti tola irbaata affeeramtanii
jirtu" naan jedhan. Eenyu?
Akkamitti? Waan hundaafu hayye ni
dhufna jedhee bilbila cufe.
Galgala irratti haadha manaa koo
wajjiin deeme. Affeerraan nyaataa
xalayaa tokko wajji nuuf dhihaate.
Xalayicha ni bane. Akkana jedhaa
ture. "Ilma koo nageenyi Rabbii sirra
haa jiraatu. Yommuu affeerraa
irbaata siin wal beellamu akka
argamuu hin dandeenye garaan na
beekee jira. Yeroo sanatti iyyuu
hedduu na dhukkubaa ture. Akka
duuti koo geessee jirtu natti
dhaga'amaa ture. Ilma koo! Kinoo
waadaa siif galeen har'a si affeeree
jira. Bakka koo haadha manaa kee
wajji akka taatu siif hayyamee jira."
Jedha xalayichi. Nin booye.😢😭
Qabeenya qaalii waggaa 21 guutuu
irraanfadhee ture yommuu dhabu
natti dhaga'ame. H