Hasan Albasriin ollaa kiristaana tokko qabaachuu ture,sagaraan ollaa isaa gonbisaa mana Hasan irratti jaarame, yaroo ollaan isaa kun fincaane mana hassan kessatti fincaan yaa'a,Hasan okolee jala kaayee waan guyyaa walitti qabamu halkan gad naqa,halaa kanaan amata 20 jiraate.
yeroo kessa hasan dhukkubsate,gurbaan ollaa kiristaana kun isa gaafachuu seene ,yaroo kana fincaan arke,
"yoomirraa eegaleeti azaa kiyya kana naba'achaa jiraatte?je'een.
"amata 20 "je'e Hasan
gurbaan ollaa kiristaana maattaba isaa baasee shahaadaa qabatee islaamawe.
naafii ati ollaa kenyaaf hagam takka obsinaaf
share godhi jzk mee #senaa tanarraa mall #maltuu sif #galee #obbolleeyyaan

Qalbi darreen hedduun takka "Aboo Ustaazonni siyaasaa kheysaa bahaa amantii qofa nu barsiisaa Tish Zamanuma akkam kheysa jirra...." ja'anii yeroo dubbii minnaaganin arga.
Naman Atuu siyaasaa hordofaan jirtuu? Ustaazonnis Waan biyya isaanii kheysatti deemaa jiru irratti yaada yoo khannatan maaltu haarawa? Moo isaan lammii biyyaatiin mitii? Moo seerri August 1995 G.C ragga'ee itiyoophiyaan ittiin bulaa Jirtu san Ustaazotan laallatu? Baqqaa si qofa khaa Abbaan biyyaa! Qoy! Ati jiruu namaa kheysaahuu Maaltu si galche? Nagayaan jiruu tee maan jiraanne!? Ustaazonni fedhan Awaasaa, Fedhan Sanbuusaa, Fedhan Siyaasaa kheysatti Haa hirmaatan, Ati maaltu siin gahe? (Ani sheekhas, ustaazas Miti Ani barataa dadhabaa humaan beyne tokko....Garuu waan natti mullate numan tsaafa🙂)
Yeruma hundaahuu dhugaan ati dagachuun qabne Muslimni Siyaasaaf Dantaa hin qabne siyaasaa muslimaaf dantaa hin qabneen hogganama.
●Siyaasaan jiruuf jireenya, Siyaasaan Diinagdeedha....siyaasaa hin barbaadu Taanaan deemii #godatti gali achitti maatiin tee si haa qallabduu!
Fixadhe khalaas!

Pireezdaantii Jechuun Maal Jechuudha?!
Baacoo Gabaabduu🤣🤣🤣🤣🙊🙊#kolfafi
Ilmi Abbaa isaatin ~ Abbaa Koo Pireezdaantii
Jechuun maal jechuudhaa?" Jedhee gaafata;
Abbaanis ~ Ilmoo koo Pirezidaantii jechuun
nama waan tokko Hogganu jechuudha jedheen;
Mucaanis ~ Abbaakoo waan kana fakkeenyaan
naaf ibsuu dandeettaa?! Jedheen
Abbaanis ~ Eeyyen Ilmoo koo ~ Fakkeenyaaf
Mana keenya yoo fudhanne Pirezidaantii jechuun
ana jedheen;
Mucaanis ~ tole abbaakoo yoo ati Prezidaantii
mana kanaati jenne; Harmeen tiyyahoo
jedheen?! ~
Abbaanis ~ Harmeen tee Ministeera Maallaqaati
jedheen
Mucaanis ~ Aakkayoon tiyya hoo?! Jedheen
Abbaanis ~ Aakkayoontee immoo Basaastudha
jedheen
Ammas Mucaan ~ Obboleewwan koo hoo?!
Abbaan ~ Siifii obboleeyyan kew walitti Ummata
jedhamtu jedhee deebii mucaan gaafate
deebiseef!
Mucaanis ~ Galatoomi Abbaakoo, haala gaarii
ta'een naaf ibsite. Amma wanti hunduu sirritti
ifa naaf ta'eera jedheen. Ergasii Guyyaa tokko
wayta Abbaan isaa hojii adeemu namni biraa
tokko mana isaanii dhufe. Mucaan kuni kanaan
dura nama kana argee hin beeku. Yoo sirritti
ilaalu Harmeen isaas nama kana jala fiffigdee
mana keessa oliif gadi buburraaqxi. Yeroo kana
mucaan waan adeemaa jiru kana ija shakkiitin
ilaalee dhokatee ariitidhaan Abbaa isaatti bilbila
bilbilee:
Heloo, Heloo Abbaakoo ~ Na dhageettaa?!
Akkam naaf jirta?! Ilaa mee waan ariifachiisaa
tokkon sitti himuu barbaade ~ Yeroo amma kana
Mana keenya Prezidaantii Haaraan dhufee oliif
gadi mana keessa buburraaqaa jira. Ministeerri
Maallaqaatis mana keessa oliif gadi shaa jechaa,
Prezidaanticha simachaa jira. Basaasan immoo
hirriba ajaa'ibaa keessa jira. Ummanni Akka
malee cinqameera..... Maal wayya abbaakoo?!
Jedheen!
Abbaanis :

Namnii karaa raabiratii wal jalaatee bulti halalii ijaraatee Adunyafi akkraa gargar hin ba"uu hubadha💜💜
=======Fayidaa bultii halalaa=======
dhirri ykn dubartin herumte ykn fudhuun
Nabbi muhamed s.a.w akkas jedhan qixee imanaa gutatee jedhan
➡Intalli ykn dhirri bulti halala horate tokko ijii isaa haramaa irra fagati ykn ijaa olif gaddi hin faccasuu
➡dhirri ykn dubartin bulti horate rabbi fi namaa birratis kabajaa qabdii yoo akka rabbin isi ajajeen jiratee qofaa
➡Dhirri tokko ykn dubartin tookka yoo bulti halala kessati wanti isin gotuu hunduu keyiri qaba
➡Akkuma namni walif hallalaa hin tanee
Wan hin tane kessa yoo galuu harama rabbin godhee hallalaa kessati ajirii guddo qaba fkn abban warra hadhaa warra ijan keyirn ilalun .wajin taphachun nyata wal nyachisun .walif yadduun hundi rabbin birrati ajirii qabdi
➡dhirri ykn dubartin bulti horate ilma rabbi fi namni jallatu kan halala fakkati
Ofii arguu
➡wantooni rabbi fi ilmaa nama giduuti
Wal dhabdee fiduu hunduu xiqachuun keyirin guddata adeemaa
➡dhirti ykn dubartin bulti horate mana ofitif yaddu malee wan hin tanee hasawa yeroo gubbu .qabenyaa qisasesuu. Irra fagatuu
➡waluma galti wanti rabbiti qulqullese si kallesuu kessa in guddan bulti halala ijaratudha
Rabii nutii haa ijaruu kan halalaii💜💜💜

إنا لله وإنا إليه راجعون
اللهم اغفر له وارحمه وعافه واعف عنه وأكرم نزله ووسع مدخله واغسله بالماء والثلج والبرد ونقه من الذنوب والخطايا كما ينقى الثوب الأبيض من الدنس يارب العالمين 🤲😢🤲
Innaa lillaahi wa innaa ilayhi raajikguun
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
guyyaan Ar"aa Indiana 4/11/2019 - 3/7/1441
Aalima Oromoo fii hayyuu oromoo kan tehe #sheikh_Mohammed_Amin_kharroo Magaalaa makkatti aakhirame awwaalcha salaata asrii booda du'aa'ii godhaa rabbin Jannatul Furdowsiin isa haa qananiisuu qabrii isaa caffee jannataa isaa haa godhuufii.
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

~KANA BEEKTUU LAATA. ?
Ma'asiyaan dukkana wanti isiiibsu
toowbaa qulqulluudha!
~Qabriin dukkana wanti isiiibsu
saalata
~Miizaanni [madaalliin guyyaa qiyaamaa
dukkanaa wanti isa ibsu jecha "Laa ilaaha
illaa Allaah je'uudha
~Siraaxni dukkana wanti isa ibsu
dhugoomsuudha
~Aakiraan dukkanaa wanti isii ibsu
dalagaa gaarii duniyarratti dabrfataniidha
.
~Rabbiin Nama osoo mana dukkanaa san
hin seeniin ifaa haru'uma Qabsiifatu nuhaa
tasisuu.
Aaaamiiiin Summa Aaaamiiiin.

Addunyaan Biyya hojiiti Akhiraan Biyya waan Dalagan Galata itti Argatani Addunyaaf jacha Akhiraa hin dagatin Addunyaafi Akhiraas bilaash hin jiru .
Anaafi Atiis Rabbiin Nuhaa milkeessu Khaatimaa nuhaa tolchu

🌹اللهمَّﷺصَلِّﷺوَسَـــلِّمْﷺوَبَارِكﷺْعلىﷺنَبِيِّنَـــاﷺمُحمَّدﷺ🌻🌹
🌻🌹اللهمَّﷺصَلِّﷺوَسَـــلِّمْﷺوَبَارِكﷺْعلىﷺنَبِيِّنَـــاﷺمُحمَّدﷺ🌻🌹

🌻🌹اللهمَّﷺصَلِّﷺوَسَـــلِّمْﷺوَبَارِكﷺْعلىﷺنَبِيِّنَـــاﷺمُحمَّدﷺ🌻🌹جمعه مباركه

Namni Jalqaba Mowlida Jalqabe Eenyu ❔❔
Mowlida Jechuun : Dhaloota: jechuudha,
Garuu dhaloonni kuni kan (Nabi Muhammadi ﷺ ) Jechuu itti baanan,
Namni jalqaba mowlida kabajuu jalqabe hijraa irraa amata 500 lakkaawatee amata 600 keysa ykn amata 700 xummura irratti Gadaa Ummata (faaximiyyootaa) namticha Abuu sa'iid kowkabuurii je'amutu takka je'ee karra mowlidaa bane, inni kan mootummaa tureedha,
Akkuma Ibnu kasiir Kitaaba ﺍﻟﺒﺪﺍﻳﺔ ﻭﺍﻟﻨﻬﺎﻳﺔ je'amu keysatti galmeessanitti , Akkasuma Ibnu Kalkaaniifii qorattootni seenaa nuuf himanitti,
Abuu shaamaan akki je'an: Namni biyya mowsil keessatti qaawwa haflaa mowlidaa bane nama Sheekh Umar bin muhammad Al-malaa je'amuudha, Inni duraan nama gaarii ture , Sheekh Umar kanatti Abuu sa'iidiin sunis hidhate,
Ibnu kasiir Kitaaba AL-BIDAAYATU WA-NIHAAYAA keessatti yoo waa'ee Abii sa'iid kowkabuurii addeessan akki je'an: Ji'a Rabii'ul Awwal keessa dhaloota Nabiyyii kabajamaa ulfeessuuf haflaa guddaa tokko qopheessa. . .
Namni gaafa sana achi jiru nuuf odeessee jira. . Mataa horii kuma shan 5000 wadda. . Lukkuu kuma kudhan bilcheessa. . Saanii/qorii kudraaf mudraan guutamte kuma soddoma qopheessa . . . je'an. .
Kanaafuu Mowlidni waan guyyaa keessa argame malee waan sahaabotaaf taabi'oonni akkasuma salafni gaariin hojjatanii miti, . . .
Isa kabajuu dhiisii "Baga ittiin isin gahe " jaraan jechuun jechuun Dilii gurguddaadha. .
Namni bid'aa jibbitan SHARE godhaa,

⚜⚜⚜⚜⚜⚜⚜⚜⚜
Chaneloota Afaan oromoo member 10000 ol qaban guyyaa guyyaatti qophii adda addaatiin isin bohaarsan █▓▒►JOIN ►▒▓█ godhaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

Forwarded from Ilaalcha Gaari--Positive Attitude (ุุุุุ้้้้้ ุุุุุุุุุุ้้้้้ััุ ุุุุุ้้้้้ ุุุุุุุุุุ้้้้้ััุุุุุุ Ĥ̸̸̸̴̰ø̸̸̸̴̰p̴̸̸̸̰ḛ̴̸̸̸̌ñ̴̰ ̸ ̸Đ̸̴̸̰ø̸̸̴̸̰p̸̴̸̰ḛ̸̸̸̴̌ ุุุ้้้้้) via @Hopeprobot

Hasan albasriin:
akkana jedhan
Gabricha tokko diliin isaa yoo baay'attee dalagaa dilii saniin balleessu yoo hin qabaatin rabbi yaaddoo itti buuseeti saniin dilii isaa irraa haqa jedhan!!
↘️↘️↘️↘️↘️↘️
@Hanuudi_Mohamed
@Hanuudi_Mohamed
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇