Hamza mohammed๐Ÿ‘‰offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daุนwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana ๐ŸŒดjoin ๐ŸŒด godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
KHAATIMA 2
Rabbin khatima nuhaa toolchuu ๐Ÿ˜ญ๐Ÿคฒโ˜๏ธ

Mallattoo khaatiman Nama toluu

Dhageefadha share waliif godhaa jzkl.
https://youtu.be/nMsGjmzk9ck

@Hanuudi_Mohamed
@Hanuudi_Mohamed
Forwarded from Mustaqbal Al-Jamiil (Suheyba Adam)
Salaanni sumafi male rabbifi miti beeki yaa ilma Aadam

Join ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@mustaqbal11
@mustaqbal11
Forwarded from Mustaqbal Al-Jamiil (Suheyba Adam)
Dhiirummaan tana male ta ati haasoytu sani miti ...

Join ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@mustaqbal11
@mustaqbal11
โ˜โ˜
Forwarded from Hamdi abdujabar
As wr wb insha Allaah yeroo gabaabduu booda gareen al ansaar ishaad group nashiidaa ajaa'ibaa tan mata dureen isii DAMMAQI jattu isin biraan gahuuf qophii xumuree jira insha Allaah channel kenya kan YouTube subscribe godhuun nu eeggadhaa jzk akkasumas share godhuun hiriyyoota keessan biraan gaha ws wr wb


@Hamdi_abdujabar
@Hamdi_abdujabar
๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†Join & share ๐Ÿ‘†
Forwarded from Suheyba Adam(su) (Suheyba Adam)
Rabbi jechaan si jaaladhe rabbin guyya san warra naa jacha wal jaalate nun haa ju'u insha allah

Join ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@suheybaAdam
@suheybaAdam
โ˜โ˜
Forwarded from Mustaqbal Al-Jamiil (Suheyba Adam)
Keeyri facaafadhu ammaan booda murattaa
Join๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@mustaqbal11
@mustaqbal11
Forwarded from Mustaqbal Al-Jamiil (Tajudin Abdi)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Me gaaffii takka si haa gaafadhu
Yaroo ergamaa rabbii SAW salaata irraa tar meeqa hafte๐Ÿฅบ? sunnaa kiyyaa dhiistee ๐Ÿฅบ?ajaja kiyya dhiistee ๐Ÿฅบ?
atiis obbalayti tiyya tan na laalaa jirtu yeroo nabiyyiin SAW hijabaan itti si ajaje ni dhiistee๐Ÿฅบ? ja'e yeroo nu gaafate ya Allah ๐Ÿ˜ญanaa fi ati nibiyyiif maal deebisuuf teenya?
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
โœ…โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโœ…
๐Ÿ’˜join @mustaqbal11 ๐Ÿ’˜
โœ…โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโœ…
โ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธ
by Abdul Rahman Mossad
"Kullu Nafsin Zaaiqatul Maut"
๐Ÿ˜AS-WR-WB๐Ÿ˜

Qur'aan Tilaawah

๐ŸŽ™โžงAbdurahmaan mossad
โฐโžง03:16MIN

#SHARE

โ’ฟโ“„โ’พโ“ƒ โ“€โ“ƒโ“„โ“Œ
โžดโžดโžดโžด
@Hanuudi_Mohamed
@Hanuudi_Mohamed
Audio
โคู…ุญู…ุฏ ๐Ÿ‘‰
Sallallaahu alleeyhi wasallaam

@Hanuudi_Mohamed
@Hanuudi_Mohamed
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
ุงุญู„ุง ูุฑุญุฉ ููŠ ุญูŠุงุชูŠ โคโคโค

@Hanuudi_Mohamed
Forwarded from รBฤŽULHAKIM JIHAAD๐Ÿ‘Œ๐Ÿ‘Œ (Tajudin Abdi)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Haraam feeta๐Ÿ’ต? miziiqaa feetaa๐ŸŽง?filima adda addaa feeata๐ŸŽž? yoo akkana taate wlh ati lubbuu kee si halaakte wlh ati dhiiraa๐Ÿ’ช miti yoo lubbuu hoogganuu dadhabde,lubbuu tee Dhugaa ittii himi wlh haraam hin nyaadhu miziiqaa hin dhageeffadhu filima hin laalu ja'i ittii himi lubbuu yoo itti๐Ÿ‘Š qabsoyte ni hoogganta ๐Ÿ‘qulfiin๐Ÿ”‘ lubbuu kee hoogganuu suma harka jirti.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
โ™ป๏ธ๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’žโ™ป๏ธ
๐Ÿ’žjoin @mustaqbal11 ๐Ÿ’ž
โ™ป๏ธ๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’žโ™ป๏ธ
โ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธ
Rakkon teenya guuddon nama du'e gageesinee jalaa deebi'u malee ..du'a iraanafachudha ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ yaa allah khatima nu toolchi โ˜๏ธ๐Ÿคฒ