Hojii Online
Chaaneliin kun Namoota bilbila isaaniitiin Qarshii Online irratti Dalagachuu barbaadaniif baname Gaaffii yoo qabaattan karaa @Gaaffii_hojii_bot tiin gaafachuu dandeessu
https://t.me/Hojii_Online
Chaaneliin kun Namoota bilbila isaaniitiin Qarshii Online irratti Dalagachuu barbaadaniif baname Gaaffii yoo qabaattan karaa @Gaaffii_hojii_bot tiin gaafachuu dandeessu
https://t.me/Hojii_Online
Telegram
Hojii Online
Chaaneliin kun Namoota bilbila isaaniitiin Qarshii Online irratti Dalagachuu barbaadaniif baname Gaaffii yoo qabaattan karaa @Gaaffii_hojii_bot tiin gaafachuu dandeessu
Forwarded from Mustaqbal Al-Jamiil (Suheyba Adam)
Forwarded from ❤ أحبك يا رسول الله ❤ (Hanaadi Mohammed)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Mustaqbal Al-Jamiil (mame jarba)
✍Ergaa galgala
ibnul joyziin rabbi haa araaramuufi akkana ja'aa Haala khee khana laali yoo kha du'aafi qabrii tahu tahe itti fuufi ammoo yoo laman khanaf tahuu baate dafii khara RABBII deebi'ii
@Mustaqbal11
@mustaqbal11

Forwarded from Robsan Mohammed
Namatti hin koflin😂
Namaas hin jejin😏
Qubaa👉namatti laattee ittin qoosin😁
Atis boru maal akka si mudatu hin beeytu😢
Warreen dhiraa🧍♂ammoo dubartiin🧍♀tun daima🙇♀ guddaadha yoo takka si jaalatte❤️ akka waan si malee namni biraa hin jirretti si jaalatti❤️
Ati isi fuutee nikaa godhatte jaalala❤️isii san bakaan gahuufi yoo hin dandeenye itti dhiyaatte akka isiin booda midhamtu😢hin godhin namni oboleeytii😢dhala qabu dubartii hin miidhu😢
Yoo dandeeysan tan jaalattan❤️ nikaa goradhaa fuudhaa yoo dadhabdan hujii tessanitti jabadha💪
Garuu dubartii miidhurraa of qusadhaa😢😢😢😢Plss
#Dubartiin_haadha👵🏻
#Dubartiin_obbolleeytidha👩
#Dubartiin_jaartiidha👸
#Dubartiin_wahunda wi 😊
Horaa bulaa
Carraa tolaa
@Hanuudi_Mohamed

﷽
إِنَّ اللَّهَ وَمَلائِكَتَهُ يُصَلُّونَ عَلَى
النَّبِيِّ يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا صَلُّوا
عَلَيْهِ وَسَلِّمُوا تَسْلِيمًا ﷺ
@Hanuudi_Mohamed
@Hanuudi_Mohamed
@Hanuudi_Mohamed
@Hanuudi_Mohamed
إِنَّ اللَّهَ وَمَلائِكَتَهُ يُصَلُّونَ عَلَى
النَّبِيِّ يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا صَلُّوا
عَلَيْهِ وَسَلِّمُوا تَسْلِيمًا ﷺ
@Hanuudi_Mohamed
@Hanuudi_Mohamed
@Hanuudi_Mohamed
@Hanuudi_Mohamed
Forwarded from Mustaqbal Al-Jamiil (Suheyba Adam)
Forwarded from Mustaqbal Al-Jamiil (mame jarba)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
irra caala uuma
irra bareeda nama
jaalalle miliyoona
dasi ganda lama
rahmata aalama
irratti haa bu'uu rahmanni rabbi aalama
صلى الله عليه وسلم
صلى الله عليه وسلم
@mustaqbal11
@mustaqbal11
irra bareeda nama
jaalalle miliyoona
dasi ganda lama
rahmata aalama
irratti haa bu'uu rahmanni rabbi aalama
صلى الله عليه وسلم
صلى الله عليه وسلم
@mustaqbal11
@mustaqbal11
Forwarded from Deleted Account
YouTube
Nama qalbii qabu qofaaf
Forwarded from Deleted Account
Oboleeyan Rabbiin jannataan isin haa qananiisuu maati tana haa dhaqabnu rakkoo cimtuu kheysa jiranii share godha waliin gehaa
Forwarded from Suheyba Adam(su) (Suheyba Adam)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Jechi ilma nama jabeenya siif haa tahu male sababa dadhabina keeti hin tahin
Join 👇👇
@suheybaAdam
@suheybaAdam
Join 👇👇
@suheybaAdam
@suheybaAdam
Forwarded from SALAH MOHAMMED
Eeyba kiyya narra hin
hafinaa guyya isiniif himama😜😍
Kanaatu isinirra nabachiise jecha dhifama🙏🙏 gaafanna rabbi jecha isin jaaladha
@OfficialSalah
@OfficialSalah
hafinaa guyya isiniif himama😜😍
Kanaatu isinirra nabachiise jecha dhifama🙏🙏 gaafanna rabbi jecha isin jaaladha
@OfficialSalah
@OfficialSalah
Forwarded from meerkurii Rabsitu Diini Official
As. War. Wab. Obboleeyyan Islaamaa Bakkuma Jirtan Maratti Nageeyni Rabbii Isin Waliin Haa Jiraatu, Oduu Gammachiiftuu, Jamal Abu Muaz, Abdii Rabbiitiin Waamicha Gama Kheeyriidhaa Afeerraa Nuuf Godheeti Jira. Sababaan Waamicha Kanaatiis Gumaacha Yookaan Deeggarsa Ahlu Zikr Dawah Show Haala Yeroo Waliin Akka Deemuu Danda’uuf Abu Muaz Qophii Isaa Xumuree Amantii Islaamaa Saba Keenya Barsiisuudhaaf Tamsaasa Isaa Gara Marsaalee Socail Miidiyaa Irraan Tamsaasuuf Kan Xiyyeeyfate Itti Fufuudhaaf Qophaawee Jira. Yoom Kana Qofa, Namoottan Gara Amantii Islaamummaa Dhufaniis, Garee Amanuu Fi Amantiin Wal Bari Jettu Keeysattiis, Namoottan Hedduudhaatu Barachaa Jira Alhamdulillaah. Akkasuma Rakkataa Fi Miidhamaa Harka Qalleeyyii Keenya Hundaaf Sagalee Ta’uudhaan Hawaasaan Wal Qunnamsiisaa Dirqama Bahaa Jira. Arra Studio Ahlu Zikr Dawah Show Kana Guddisuudhaaf, Qabeenyaa Fi Humna Waan Barbaachisuuf Meeshaalee Studio Akka Gara Kameraa Bilbilaarraa Gara Digital Camera, Compura, Softi Werii, Fi Kan Kana Fakkaatan Waan Barbaachisuuf Wal Bira Dhaabbannee Akka Amantii Teenya Waliin Calaqqisiifuuf, Hawaasa Muslimaa Kan Addunyaa Tanarra Biyyoota Adda Addaa Keeysa Jiraattan Hundaaf Afeerraa Bara Haaraya Dhufaa Jiru 2021 Kana Baatii Amajjiidhaa Akka Gumaacha Gootanii Qoodha Guddaa Irraa Fudhattan Kabajaadhaan Waamicha Obbolummaa Islaamaa Fi Sabaa Isiniif Godheeti Jira. Kanaaf Ahlu Zikr Dawah Show Bira Dhaabbachuudha Qabna. Waan Kheeyrii Fi Sodaa Rabbii Irratti Wal Haa Gargaarruu.
*** وَمَنۡ أَحۡسَنُ قَوۡلاً۬ مِّمَّن دَعَآ إِلَى ٱللَّهِ وَعَمِلَ صَـٰلِحً۬ا وَقَالَ إِنَّنِى مِنَ ٱلۡمُسۡلِمِينَ ( ٣٣ ) فُصّلَت ***
Nama Gara Rabbiin Tokkichoomsuu Fi Shari’aa Isaatti Yaame Kan Hojii Gaarii Rabbiin Jaalachiisu Hojjate, Ammaas Ani Warra Harka Kennuun Ajaja Isaa Jala Deeme Iraaahi Ja’e Irra Namni Jecha Baredu Inuma Hin Jiru. Namni Kana Hunda Hojjate Namoota Hundarra Jechaan Bareedaadha Ykn Caala.
Kanumatti Aansee Guyyaaniis:
Amajjii {January} 29 Fi 30 2021
Guyyaa Sabtii (Sambata Xiqqaa Fi Guddaa) Kana. Sa’aa U.S.A Minnesota Ganama @11AM Jalqaba. Ammoo Sa’aa Oromiyaa Galtala Alhadaa Sa’aa Isaa’ii Booda Jala Qaba.
Yoo Gaafii Qabaattan Lakkoofsa Bilbilaa Kanaan Koree Qindeeysituu Alhu Zikr Dawah Show Qunnamaa. +1952-288-1284 +966594348458 +1612 5458528 Fi 1+5874096505 As. War. Wab
Tun Afeerraa Obbolummaa Islaamaati. Deeggarsa Alhlu Zikr Dawah Show Beeytuu Laataa? Linkii Kana Share Waliif Godhaa Jzk Kheeyran
Liknk Garee 1FFaa
https://chat.whatsapp.com/JnlM0xocm8kIFWDlsNuUuO
Garee 2FFaaa https://chat.whatsapp.com/J4rn7Y5EaG10BkLw2ENQ1w
Gare 3Fffaa
https://chat.whatsapp.com/E6GfCXPO7L7LBmjnNTFZPO
Telegiram 👇
https://t.me/joinchat/HEbhg0Zhmf6cMtX39A3j8A

WhatsApp.com
2️⃣𝐆.𝐄𝐲𝐛𝐚 𝐀𝐡𝐥𝐮𝐳𝐢𝐤𝐫 𝐃𝐚𝐰𝐚 𝐒𝐡𝐨
WhatsApp Group Invite