This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Jiruun tee khan bareedun # hijaabaani bari โค๐โค
@Hanuudi_Mohamed
@Hanuudi_Mohamed
@Hanuudihabibti
@Hanuudi_Mohamed
@Hanuudi_Mohamed
@Hanuudihabibti
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Sallallaahu alleeyhi wasallaam โค
Watch "S.A.W NASHIDAA HAARAYA 2020 NEW NESHEED Video clip by AHMAD, DACHAS , AMIR,MIFTII" on YouTube
https://youtu.be/ptPHBBHAx8k
https://youtu.be/ptPHBBHAx8k
YouTube
S.A.W NASHIDAA HAARAYA 2020 NEW NESHEED Video clip by AHMAD, DACHAS , AMIR,MIFTII
#nashidaahaaraya
#oromoonashida
#oromoonashida
๐Wanti gaariin ani jireenya koo keessatti hojjadhe si jaalachuudha.
Keennaan gaariin jireenya koo keesatti fudhadhe jaalala teeti.
Namni gaariin addunyaa kanarratti na mudatees sihi. Sin jaaladha๐๐
ูููููููููููููุฏูุงูููู ุงูุจูููู ููู ุงููู ููููููููู ูุงููุฑูุณููููููููููููู ุงููููู
โค๏ทบโฅ๏ธ

Forwarded from Badrudin Ahmed
https://www.youtube.com/channel/UCml0plTp0cNwRPf-GfvFIKw?view_as=subscriber
Insha allah yaroo dhihotti
Insha allah yaroo dhihotti
Salaata jabeefachuu fi tolfachuun dirqama nama muslimaati!
Salaatni Addunyaa fi akhirattis bu'aa heddu qaba. Hamtuu fi dalagaa fokkattuu irraa nama dhoorkti. Namni muslima ta'ee hin salaatne yookaan ammoo salaata yeroo fedhe salaatee yeroo fedhe dhiisu, salphatti dilii keessatti kufa; jiruu fi jireenyi isaatis kan warra kaafiraatiin adda miti.
Nabiin kheenya Muhammad ๏ทบ akkana jedhan:- "Warra Rabbitti amaneefi Rabbitti kafare jidduu salaata dhiisuu malee wanni takka (garaagarummaan) hin jiru"
ุนููู ุฌูุงุจูุฑูุ ููุงูู ููุงูู ุฑูุณูููู ุงูููููู ุตูู ุงููู ุนููู ูุณูู " ููููุณู ุจููููู ุงููุนูุจูุฏู ููุจููููู ุงููููููุฑู ุฅููุงูู ุชูุฑููู ุงูุตูููุงูุฉู " .
Nuuralhudaa
Soora Qalbii Muslimaati

Forwarded from MAHER AHMEDโ Official via @like
Hhhhh mee Nashiida OBN kanaa caqafadhaa..ittiin bohaara...xiqqollee taatuu naa kolfaa me๐๐๐๐๐
JOIN๐๐
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
JOIN๐๐
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
Forwarded from Eid Ali Musa
Jechaan namattii fiigu dura
Ati eenyu akka taate if dubbisi
Jechaan namatti fiigu dura maal akka dubbattu beeki
Nama qeequu duraa maalif akka qeequu deemtu beeki
Waan maraafu jerjerri gaarii miti
Hin jerjerin
By edu ali musa
t.me/edualimusa