Forwarded from AL-MIFTAH DAWAA GROUP :-πOfficial
Watch "New Neshid UMMII - 2020 by AL- MIFTAAH INSHAAD GROUP" on YouTube
https://youtu.be/DY2Rf6Ms_tI
https://youtu.be/DY2Rf6Ms_tI
YouTube
New Neshid UMMII - 2020 by AL- MIFTAAH INSHAAD GROUP
As wr wb hordoftoota kheenya Nashida asin dura ballama isinif seenne asin dura sampila isa isin biraan geenye jirrutti arrammo guutu Isaa isinif gallakifne j...
Forwarded from Qadde Naik Oro officials
#Dajjaal#
Gaafi fi deebii masiihi dajjal irra !!!
G1:Eessa jiraata masiihi dajjal ?
D:biyya ykn jazeera rabbiin malee namni hin beyne keessa jiraata .
G2:guyya hagam jiraata dajjal dachii irra eega bahee?
D:guyyaa 40.
G3:hagam dheerata guyyaan afurtamaa ?
D:guyyaan duraa haga waggaa tokko dheerata guyyaan lammaffaa ji'a tokko dheerata guyyaan sadaffa torbaan tokko dheerata guyyan hafe akkuma guyya keennaati.
G4:dajjaal maaltu isa wajjiin jira ykn qaba ?
D:isa wajjiin jannataa fi azaabatu jira ykn laga ykn bishaan lamatu isa wajjiin jira laga bishaan qabbanaa,aan keessa jiruu fi laga bishaan how,aan keessa jiru.
G5:dhugumaan isa wajjiin jiraa jannata dhugaati fi azaabni dhugaa?
D:lakki jannati isaa azaaba azaabni isaa jannata.
G6:hagam takka ariifata dajjaal dachii addunyaa tana gubbaa ?
D:ni deemaa deemsa cimaa akka ariifannaa bubbee ykn qilleensaatti
G7:maali dandeettiin ykn qudraan dajjaal ?
D:rabbiin isaaf keenne qudraa ajaa'ibaa isiin hoggaa samiidhaan roobi jedhuun niroobdi hoggaa dachiidhaan biqilchi jedhuun ni biqilti
dachii ni ajaja warqii olbaasi jedhaan nibaafti
G8:bootaa tami bootaa dajjaal seenuu hin dandeenye?
D:makkaa fi madiina.
G9:nama meeqa ajjeesa dajjaal?
D:dargaggeessa tokko qofa ajjeesa dargaggeessi kun irra shahiidee namaati rabbii aalamaa biratti.
G10:maali bifti dajjaal ?
D:iji isaa takka haqamtuudha ykn foon ifirraa qabdi ija takkaan malee hin argu jechuudha ija isaa lamaan jiddutti kafira jedhamee barraahe jira ykn chaapaa kaafiraa al masiih jedhame namni tokko hin argu mu.umina malee ni baqata hogga arge kaafirri ammo hin argu achumaan itti amana.
G11:eennutu dajjaal ajjeesa ?
D:nabiyyullahi iisaa aleyhissalam.
G12:fitnaan dajjaal caaltu nijirtii?
D:hinjirtu ergamaan rabbi jedhee jira jidduu ilma aadami fi qiyaamaa fitnaan dajjaal caaltu hin jirtu.
G13:namni dajjaal hordofu nijiraa?
D:nijira kuma torbaatamatu isa hordofa asbahaan botaa jedhamu iraaq irra isa hordofan ummata yahuudaa irraa kan ta.an irra guddinni dubartii isa hordofan hanga namtichi mana seene dubartii isaa hunda hidha akka baate dajjaal jala hin deemneef hanga namtichi dajjaal bira dhufee nama gorsuudhaaf haasaya dajjaal dhageeffatee achumaan itti amana saniif ergamaan rabbi nu gorse akka gaaratti baqannuf.
G14:akkamitti dajjaal irraa najaa baha ?
D:aayaa kudhan awwalaa haffazi suura kahfi irraa Rabbitti maganfadhu salaata gara boodaa irratti osoo salaamata hin baafatin salaata hundaa booda.
Dubbiftee yoo geessite laa ilaaha illallaah barreessi π ykn zikrii rabbii ykn shere akka fayyaddu nama uf dagate β₯οΈβ₯οΈ
(ALLAAHUMMA INNA NA'UUZU BIKA MIN AZAABIL QABRI WAMIN FITNATIL MAHYAA WAMIN FITNATIL MAMAATI WAMIN FITNATIL MASIIHI ADDAJJAL)
Yaa rabbi nu barsiisi waan nu fayyadu nu fayyachisi waan nu barsiifteen.
βJoinβ
β―ββ β βΏββ₯οΈββΏβ β ββ―
https://t.me/joinchat/AAAAAFb8ZDMDeDWzRy9Bvw

Forwarded from Walaa_promotoin
π₯π₯Channel dhuga kan yaroo duraatif telegram gubbaati baname join goraadha filachuudhan join godhaπ₯π₯
Forwarded from Bahar Abdii β Official
Seeqi mee al takka π
Gurbaa tokkootu ja'e Anaafi haati mana khiyyaa amata 25 wajji jirra takkaa wal hin khilaafne π
Sababnis gaafa dura wal fuuneπ©ββ€οΈβπ© Aruuza kheysa wajji deemneπ« Turizimiif Bakka takka dheyne Isiin fardaanπ deemu jirti ture Gizee xiqqo deemne fardaatu Lule(ol kha'een ) Fardarraa khufte Achi booda lafaa khaatee dhaabbattee Farda san Harka matarra babaastee Akkana jatteen Yeroo jalqabaatiifi Na darbuun kee garuu lamada (ganaa) ittin deebi'in...
Ammaas fardi lulatee firraa darbe Irraa khufte Lafaa khaatee yeroo sadaffaaf ittin deebi'in jatteenii irratti deebite...
Yeroo sadaffaatis firraa darbe Achi booda haati manaa khiyya Boorsaaπ Deemtun keysaa Shuguxii as baafattee farda achitti ajjeefte...π³
Achi booda akkanaan ja'een π
πββπββπββπββπββπββπββπββπββ
Haadha mana khiyyaa
maali gowwummaan tunβΉοΈ
Aylii hin qabdu!π
maalif ajjeefta miskiina π
Sana booda haati manaa khiyya Natti as dhihaattee Harka matarra na babaastee akkana naan jatte...π
Yeroo jalqabaatiif Na arrabsuu kheeti Lammata Akka itti hin deebine...
Achi booda Takka waa hin balleysine wii ππ€£ππ€£ππ€£
Wantoota Nama Buhaarsan fi Akkasumas Nama Seeqqachiisan π
JOIN GODHUUN NUTTI DHIHAADHAA !!!
JOIN πππJOIN
@Miyaahabiibii

Watch "α α½αͺα - αα΅α΄α α°ααα«αα αα°ααα΅ αα! - TikTok -Ethiopian Funny Videos compilation #2 TikTok Habesha 2020" on YouTube
https://youtu.be/akB8xYNr2tE
https://youtu.be/akB8xYNr2tE
YouTube
α α½αͺα - αα΅α΄α α°ααα«αα αα°ααα΅ αα! - TikTok -Ethiopian Funny Videos compilation #2 TikTok Habesha 2020
#Medresa_Tube
Forwarded from Muaz Mohamed Official Tg
Watch "Coming Soon Nasheed β‘ SIIN JAALADHA β‘ | 2020" on YouTube
https://youtu.be/0l1a76kuLtY
https://youtu.be/0l1a76kuLtY
Watch "New wedding nasheed 2020 - lyrics - Nashiidaa aruuzaa haaraya 2020 || Bultum multimedia" on YouTube
https://youtu.be/6uouyshNl5I
https://youtu.be/6uouyshNl5I
YouTube
New wedding nasheed 2020 - lyrics - Nashiidaa aruuzaa haaraya 2020 || Bultum multimedia
new afan oromo wedding nasheed 2020 with lyrics for Muyadin and Asuma by Abdulhakim shamsudin
#muslimwedding
#nasheed
#nashiidaaafaanoromoo
#muslimwedding
#nasheed
#nashiidaaafaanoromoo
Forwarded from Muaz Mohamed Official Tg
Watch "BARAKIINAA || Comedy Afaan Oromoo β’β’β New Oromic Short Video comedy" on YouTube
https://youtu.be/KSn6T_70WxE
https://youtu.be/KSn6T_70WxE
YouTube
BARAKIINAA || Comedy Afaan Oromoo β’β’β New Oromic Short Video comedy
Forwarded from Bahar Abdii β Official
βYa kha akkaan garaa laafu βοΈ
Rabbii khoo ya ra'uufu
Jaalaala β€οΈ Te naf khenni βAkkaa kheysi khoo iifu.....β£