Hamza mohammed👉offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daعwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana 🌴join 🌴 godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
Watch "Jiruu||Coming Soon" on YouTube
https://youtu.be/NIaJk0Y6blI
10nan Zul hijjaa keeysa maal goona?

1. Salaata fardii sa'aa isiitti guunnee salaatu
2. Soomana sunnaa keeysattuu guyyaa arafaa
3. Sadaqaa guddisuu
4. Laa Ilaaha illallaahu jechuu baayyisuu
5. Subhanallaah hedduu jechuu
6. Alhamdulillaah hedduu jechuu
7. Allaahu Akbar hedduu jechuu
8. Laa hawla walaa quwwata illaa billaah
9. Istighfaara guddisuu
10. Du'aa'ii jabaachuu
11. Salawaata Nabii ﷺ. guddisuu
Ngy debine alh
Forwarded from Bahar Abdii ☞ Official
Akkam Jirtan Maatiin Channeli kiyyaaa Sababa tajaajilli Internetii addaan citeen Gargar badne kunoo amma irraa jalqabe insha allah wajjin jirra hanga Rabbiin wajji jirtan ja'ee Nuuf barreyse...
AKKA RABBIITIN ARRA GEENYE
🌹ALHAMDULILLAH🌹
NAGAYA NAAF TAHAA
ISINIIN JAALADHA !!
BY MIYAA
YAADA QABDAN
@Bahar_Abdii

JOIN 👇👇👇👇👇👇
https:t.me/Miyaahabiibii
Forwarded from Deleted Account
#Oduu_Ammee
Mummeen Ministera Itoophiyaa Dr. Abbiy Ahmad Angoo gad dhisuu Addee keeriyaa Ibrahim ilaalchisee hasawa Taasisan
اللَّهُمَّ صَلِّ وَ سَلِّمْ وَبَارِكْ عَلَى نَبِيِّنَا مُحَمَّدٍﷺ
اللَّهُمَّ صَلِّ وَ سَلِّمْ وَبَارِكْ عَلَى نَبِيِّنَا مُحَمَّدٍﷺ

Wûb jûmmă


✯┄┅┅✿❀♥️❀✿┅┅┄✯
Yaa rabbi ati dukka amma keess jiru khana kessa ifatti nu baasi mowlana🙏🙏🙏
Channel photo updated
Forwarded from Bahar Abdii ☞ Official
🌹Kalaamaa khaaliqati ya qur'aanaa jecha rahmaniti khaliqaa ol aanaa...
🌹Addunyaa Aakhiraa isan najaa baanaa khottaa haa barannu lafzidhafi ma'anaa...
☆.....................☆
@Miyaahabiibii
Watch "New oromo nasheed (Rakkanee) hamza sheikh jabir" on YouTube
https://youtu.be/jSjRwIRwtJU
Forwarded from AL ANSAR INSHAD GROUP
Nashida amma dura bellama isinif seenne amma daqiqa murasa booda khara you tube khenyatin nu egadha walifis #sher godha jzk

https://www.youtube.com/channel/UCKi2OT0VtzOxwQquOie0wnw