UMAR BINU KAXXAAB
β
Kutaa 4ffaa
muslimtoonis akka inni amanuu dhufe beekanii jennaan gammadan umaris achumatti islaamahee hojii eegale. Umar yeroma san; βgadi baanee islaamummaa keenya haa
mulβifnuu jedhee sahaabota sarara lamatti qoode. Sarara tokkoffaa, ofii hogganee sarara lammaffaa Hamzaan hogganaa, haala saniin islaamummaa yeroo dheeraaf dhokatte ifatti baasan. Mushriktoonni Makkaa humna jabeeffatuu islaamummaa arginaan hedduu rifatanii gaddan.
Keessaahuu islaamawuun Umariifi Hamzaa hamilee isaanii kan islaamuummaa bariin
balleesina jedhanii dhaadataa turan hamilee cabsite. Islaamummaan akkuma doqna arjoomsitu, luyna gootomsitu Umariinis Leenca islaamaaf bookkisu gootee isa jijjirte. Kan dur ergamaa Rabbii ajjeesuuf halkaniifi guyyaa hirriba dhabaa ture, amma isa tiiksuuf lubbuu, ijoolleefi dinagdee isaatiin kan akka utubaatti islaamaaf dhaabbatu taβe.
Gara jabummaan dur ummata islaamaatif qabu miβaan qurβaanaafi dhugaan diin islaamaa onnee isaa wasaka kaafirummaa keessaa dhiqxe. Hamma Gaala dhukkubsatu bira taaβee imimmaan isaa jiksuti isa jijjiirte. Hamma uumamnii cufti Rabbiif akka bultu hawwu takka gahe. Onneen isaa iimaanaan daraarte.
Godaansa /Hijraa\ Umar
Rabbiin Hijraa/godaanssa/ hayyama godhee sahaabonni hundi dhokatanii kara Madiinaa godaanan: Umariin male; Umar garuu guyyaa godaansaaf kaβe seyfii isaatiif eeboo isaa qabatee kaβabaa yeroo torba irra xawaafee
(naannawee) mushriktootaan akkana jedheen:
namni Haati isaa isa haa dhabduu fedhe, takki βnamni jaartiin isaa harmallaa haa taatuu fedhe kan ijoolleen isaa yatiima haataatuu fedhe, laga duubatti na haa eegu.β jedhee deeme. Hundi mushrikootaa sodaatanii dhiisan. Godaansi isaa sodaa mushriktootaatiif hin taane, ajaja Rabbii guutuuf qofa malee.
Ummanni Ansaaraa Umariif biyya qofa osoo hintaane, onnee isaaniillee bananiifii gammachuufii mirqaansaan isa simatan. Inni garuu waan jaalalleen isaa nabi Muhammad ο·Ί irraa Makkatti hafeef gammachuu guddaa dhagahuu hindandeenne.
Yeroo muraasaan booda nabi Muhammadiifi ο·Ί Abbaan Bakriitis kara Madiinaa godaanan. Sana booda Rasuullii ο·Ί Abbaa Bakrii fi Umariin Waziira (ministeera) godhatee
haala saniin islaamumma jabeessaa turan.
Sadarkaa Inni Nabii biratti qabu
Itti fufa....
Join πππππππ
@hayatulmusilm

Forwarded from πα’α
α¨α₯ ααα Ekrea Inshad Group (Haji Hamimu)
αΈα
αα αα΄α α£α (α αα
ααα«α α΅α«αΈαα ααα°α΅ααΈαα)
α α«α΅ ααα α°αα³α³α ααΈα ααα
1α) ααα α½αα΅ α αα³α½αα΅ ααα³α°ααα’
2α) ααα(αααα) α¨ααα αα α αααα³αΈα α°αα³α³α ααΈαα’
3α) αα«α αααα₯ α₯α ααα αααα₯ α αα’ ααααα΅ α°αα³α³α ααΈαα’
4α) αα(ααα΅) αα«α α α°αα«α αΎα³ ααααα α°αα³α³α ααΈαα’ ααα αα αα α ααα΅ α²αα α½αα΅ α₯α³α΅ ααα’ α¨ααα αα α¨αα²α΅ α«ααα£ ααα(ααΊα³)(αααα) α ααα΅ α₯ααα α²αα ααα αα«α (α₯α³α΅) ααα’ ααα αααα₯ α ααα΅ α²αα αα«α αααα₯ α₯α³α΅ ααα’ αα«α α ααα΅ α²αα ααα΅ α₯α³α΅ αα α₯αααα’
α¨αα α» α¨ααα₯α΅ http://t.me/Ekrea_jemeaπ

"α αα° α±α α₯ααα³ α ααα α΅ α£ α₯ααα΅ α£αα°α α΅ α£αααααα΅ α α αα α΅ α£αα° α’α΅α αα° α₯αα΅α αα° α₯ααΉ α°αα£α α¨αα£α© α°αα½ α α αα α΅ ααα αα αα
α α¨αα
α α¨αα
α£αα€αΆα½ αα αααα°α αα α₯α¨α΅ α α΅ααα‘α‘"
α’αα α’α₯α α£α( οΊοΊ£ο»€ο»ͺ οΊο»ο» ο»ͺ )

Forwarded from Anas mohammedβOfficial
Forwarded from Anas mohammedβOfficial
Forwarded from Muaz Mohamed Official Tg
Watch "DUBARTII LIVE WARAABDU || Anaa fi Obboleeytii tiyya π" on YouTube
https://youtu.be/UU6DLHgW9Wc
https://youtu.be/UU6DLHgW9Wc
YouTube
DUBARTII LIVE WARAABDU || Anaa fi Obboleeytii tiyya π
Warreen channel keenyaf haarawa taatan Videoleen keenya akka Saffisaan Isin bira Gahuuf Channel keenya
Forwarded from Anas mohammedβOfficial
Yaa shabaaba islaama Obbolleettin tee dubarti Haatii teetis dubarti Haboo fi adaadan teetis dubarti Ammaas Jaartiin teetis dubartii
Yaa Dargagoo islaama Dubra islaamatti hin taphatiin Adaraa
@hbbi11

Forwarded from Deleted Account
Amma daqiiqa muraasa Dura finfineeti Mottummaan bilxiigina namoota oromo 31 Oso Atoobis keesa jiranii .....see more
Forwarded from Deleted Account
Channel kana irraa waanta Haraawa salphatii argachuu dandessa
π Quran & Hadith
πBaruumsa islamaa
πGorsaa
π Nashidalee garaagara
π Video islamaa
π Quran & Hadith
πBaruumsa islamaa
πGorsaa
π Nashidalee garaagara
π Video islamaa
Forwarded from Ililisha Mohmmed official π
π§π§π§π§π§π§π§π§π β€οΈπ
Amaantin islamaa hijaaba nu tiksaa hijaabni baareedina dubartiti
ποΈGaadi xuqii lali khabajaa tee ukhti. @Elushahabibiti
πππππππππποΈποΈ
Suratul Al nisa Khan khabajaan dubarti iti jajabefamtee dubbatamtu kessa Isa tokko
@Elushahabibiti
Please join π