Hamza mohammedπŸ‘‰offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daعwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana 🌴join 🌴 godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
Forwarded from Muaz Mohamed Official Tg
Watch "● JAARTII 4 FUUDHUU || Bashannana Halaal Daawwadhaa !" on YouTube
https://youtu.be/IkpmqLOINUk
Forwarded from DAANDII JIREENYA πŸ¦‹ (WΓ‘lΓ Γ€πŸ‘Š Γ–rΓ³mΓΈ)
UMAR BINU KAXXAAB

✍
Kutaa 4ffaa



muslimtoonis akka inni amanuu dhufe beekanii jennaan gammadan umaris achumatti islaamahee hojii eegale. Umar yeroma san; β€œgadi baanee islaamummaa keenya haa
mul’ifnuu jedhee sahaabota sarara lamatti qoode. Sarara tokkoffaa, ofii hogganee sarara lammaffaa Hamzaan hogganaa, haala saniin islaamummaa yeroo dheeraaf dhokatte ifatti baasan. Mushriktoonni Makkaa humna jabeeffatuu islaamummaa arginaan hedduu rifatanii gaddan.

Keessaahuu islaamawuun Umariifi Hamzaa hamilee isaanii kan islaamuummaa bariin
balleesina jedhanii dhaadataa turan hamilee cabsite. Islaamummaan akkuma doqna arjoomsitu, luyna gootomsitu Umariinis Leenca islaamaaf bookkisu gootee isa jijjirte. Kan dur ergamaa Rabbii ajjeesuuf halkaniifi guyyaa hirriba dhabaa ture, amma isa tiiksuuf lubbuu, ijoolleefi dinagdee isaatiin kan akka utubaatti islaamaaf dhaabbatu ta’e.

Gara jabummaan dur ummata islaamaatif qabu mi’aan qur’aanaafi dhugaan diin islaamaa onnee isaa wasaka kaafirummaa keessaa dhiqxe. Hamma Gaala dhukkubsatu bira taa’ee imimmaan isaa jiksuti isa jijjiirte. Hamma uumamnii cufti Rabbiif akka bultu hawwu takka gahe. Onneen isaa iimaanaan daraarte.



Godaansa /Hijraa\ Umar

Rabbiin Hijraa/godaanssa/ hayyama godhee sahaabonni hundi dhokatanii kara Madiinaa godaanan: Umariin male; Umar garuu guyyaa godaansaaf ka’e seyfii isaatiif eeboo isaa qabatee ka’abaa yeroo torba irra xawaafee
(naannawee) mushriktootaan akkana jedheen:

namni Haati isaa isa haa dhabduu fedhe, takki β€œnamni jaartiin isaa harmallaa haa taatuu fedhe kan ijoolleen isaa yatiima haataatuu fedhe, laga duubatti na haa eegu.” jedhee deeme. Hundi mushrikootaa sodaatanii dhiisan. Godaansi isaa sodaa mushriktootaatiif hin taane, ajaja Rabbii guutuuf qofa malee.


Ummanni Ansaaraa Umariif biyya qofa osoo hintaane, onnee isaaniillee bananiifii gammachuufii mirqaansaan isa simatan. Inni garuu waan jaalalleen isaa nabi Muhammad ο·Ί irraa Makkatti hafeef gammachuu guddaa dhagahuu hindandeenne.

Yeroo muraasaan booda nabi Muhammadiifi ο·Ί Abbaan Bakriitis kara Madiinaa godaanan. Sana booda Rasuullii ο·Ί Abbaa Bakrii fi Umariin Waziira (ministeera) godhatee
haala saniin islaamumma jabeessaa turan.

Sadarkaa Inni Nabii biratti qabu

Itti fufa....

Join πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@hayatulmusilm
Nama kuufati khe barbadu
Jabeenya khe agrsisuf ta taafdhu
αˆΈαˆ… αŠ‘αˆ­ αˆαˆ΄αŠ• α‰£αˆŒ (αŠ αˆ‹αˆ… መልካም αˆ΅αˆ«α‰Έα‹αŠ• α‹­α‹α‹°α‹΅αˆ‹α‰Έα‹αŠ“)

αŠ αˆ«α‰΅ ነገር α‰°αˆ˜αˆ³αˆ³α‹­ αŠ“α‰Έα‹ α‹­αˆ‹αˆ‰

1αŠ›) α‹αˆƒαŠ“ αˆ½αŠ•α‰΅ α‰ αˆαˆ³αˆ½αŠα‰΅ α‹­αˆ˜αˆ³αˆ°αˆ‹αˆ‰α’

2αŠ›) α‹šαŠ­αˆ­(αˆ˜αŠ•α‹™αˆ›) αŠ¨αˆ™α‹šα‰ƒ αŒ‹αˆ­ α‰ α‹œαˆ›αŠα‰³α‰Έα‹ α‰°αˆ˜αˆ³αˆ³α‹­ αŠ“α‰Έα‹α’

3αŠ›) αˆ€αˆ«αˆ αŒˆαŠ•α‹˜α‰₯ αŠ₯αŠ“ αˆ€αˆ‹αˆ αŒˆαŠ•α‹˜α‰₯ α‰ αŒˆα‰’ αˆαŠ•αŒ­αŠα‰΅ α‰°αˆ˜αˆ³αˆ³α‹­ αŠ“α‰Έα‹α’

4αŠ›) α‹šαŠ“(α‹αˆ™α‰΅) αŠ’αŠ«αˆ… α‰ α‰°α‰ƒαˆ«αŠ’ αŒΎα‰³ αˆ˜αˆαˆ‹αˆˆαŒ α‰°αˆ˜αˆ³αˆ³α‹­ αŠ“α‰Έα‹α’ ነገር αŒαŠ• α‹αˆ€ αˆ…α‹­α‹ˆα‰΅ αˆ²αˆ†αŠ• αˆ½αŠ•α‰΅ αŠ₯αˆ³α‰΅ αŠα‹α’ αŠ¨α‰αˆ­αŠ αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ€α‹²αˆ΅ α‹«αˆα‹ˆαŒ£ α‹šαŠ­αˆ­(αŠαˆΊα‹³)(αˆ˜αŠ•α‹™αˆ›) αˆ…α‹­α‹ˆα‰΅ α‰₯αˆ­αˆƒαŠ• αˆ²αˆ†αŠ• αˆ™α‹šα‰ƒ αˆ€αˆ«αˆ (αŠ₯αˆ³α‰΅) αŠα‹α’ αˆ€αˆ‹αˆ αŒˆαŠ•α‹˜α‰₯ αˆ…α‹­α‹ˆα‰΅ αˆ²αˆ†αŠ• αˆ€αˆ«αˆ αŒˆαŠ•α‹˜α‰₯ αŠ₯αˆ³α‰΅ αŠα‹α’ αŠ’αŠ«αˆ… αˆ…α‹­α‹ˆα‰΅ αˆ²αˆ†αŠ• α‹αˆ™α‰΅ αŠ₯αˆ³α‰΅ αŠα‹ α‰₯αˆˆα‹‹αˆα’

α‹¨αˆ€α‰ αˆ» αŠ¨α‹‹αŠ­α‰₯ቡ http://t.me/Ekrea_jemeaπŸ‘Œ
"αŠ αŠ•α‰° αˆ±αŠ“ αŠ₯αŠ•αŒα‹³ α‰ αˆ†αŠα‰ α‰΅ ፣ αŠ₯ውቀቡ α‰£αŠαˆ°α‰ α‰΅ α£αˆ˜αˆ€α‹­αˆαŠα‰΅ በበዛበቡ α£α‹ˆα‹° α‰’α‹΅α‹“ α‹ˆα‹° αŒ₯α‹α‰΅αŠ“ α‹ˆα‹° α‰₯ልሹ α‰°αŒα‰£αˆ­ α‹¨αˆšαŒ£αˆ© αˆ°α‹‹α‰½ በበዙበቡ α‹˜αˆ˜αŠ• αˆ‹α‹­ αŠαˆ…αŠ“ αŠ¨αˆ€α‰…αŠ“ αŠ¨αˆ€α‰… α‰£αˆˆα‰€α‰Άα‰½ αŒ‹αˆ­ αˆ˜α‹˜α‹α‰°αˆ­ αˆ‹α‹­ αŒ₯αˆ¨α‰΅ αŠ α‹΅αˆ­αŒα‘α‘"


αŠ’αˆ›αˆ ኒα‰₯αŠ‘ ባዝ( ﺭﺣﻀο»ͺ ﺍﻟﻠο»ͺ )
Ψ΅Ω„Ω‰ Ψ§Ω„Ω„Ω‡ ΨΉΩ„ΩŠΩ‡ ΩˆΨ³Ω„Ω…β™₯β™₯β™₯
Ψ΅Ω„Ω‰ Ψ§Ω„Ω„Ω‡ ΨΉΩ„ΩŠΩ‡ ΩˆΨ³Ω„Ω…β™₯β™₯β™₯
Ψ΅Ω„Ω‰ Ψ§Ω„Ω„Ω‡ ΨΉΩ„ΩŠΩ‡ ΩˆΨ³Ω„Ω…β™₯β™₯β™₯
Ψ΅Ω„Ω‰ Ψ§Ω„Ω„Ω‡ ΨΉΩ„ΩŠΩ‡ ΩˆΨ³Ω„Ω…β™₯β™₯β™₯
β™₯β™₯β™₯β™₯β™₯β™₯β™₯β™₯β™₯β™₯β™₯
@hbbi11
@hbbi11
@hbbi11
Ψ΅Ω„Ω‰ Ψ§Ω„Ω„Ω‡ ΨΉΩ„ΩŠΩ‡ ΩˆΨ³Ω„Ω…β™₯β™₯β™₯
Ψ΅Ω„Ω‰ Ψ§Ω„Ω„Ω‡ ΨΉΩ„ΩŠΩ‡ ΩˆΨ³Ω„Ω…β™₯β™₯β™₯
Ψ΅Ω„Ω‰ Ψ§Ω„Ω„Ω‡ ΨΉΩ„ΩŠΩ‡ ΩˆΨ³Ω„Ω…β™₯β™₯β™₯
Ψ΅Ω„Ω‰ Ψ§Ω„Ω„Ω‡ ΨΉΩ„ΩŠΩ‡ ΩˆΨ³Ω„Ω…β™₯β™₯β™₯
β™₯β™₯β™₯β™₯β™₯β™₯β™₯β™₯β™₯β™₯β™₯
@hbbi11
@hbbi11
@hbbi11
Yaa shabaaba islaama Obbolleettin tee dubarti Haatii teetis dubarti Haboo fi adaadan teetis dubarti Ammaas Jaartiin teetis dubartii
Yaa Dargagoo islaama Dubra islaamatti hin taphatiin Adaraa
@hbbi11
Forwarded from Deleted Account
Amma daqiiqa muraasa Dura finfineeti Mottummaan bilxiigina namoota oromo 31 Oso Atoobis keesa jiranii .....see more
Forwarded from Deleted Account