Hamza mohammed๐Ÿ‘‰offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daุนwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana ๐ŸŒดjoin ๐ŸŒด godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
Forwarded from Robsan Mahammed
๐ŸŽก๐ŸŒน๐ŸŽก๐ŸŒน๐ŸŽก๐ŸŒน
๐ŸŽก
๐ŸŽก
๐ŸŽก ๐ŸŒน๐ŸŽก๐ŸŒน๐ŸŽก
๐ŸŽก
๐ŸŽก
๐ŸŽก๐ŸŒน๐ŸŽก๐ŸŒน๐ŸŽก๐ŸŒน

@officialrobsan
๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ
๐ŸŒบ
๐ŸŒบ
๐ŸŒบ
๐ŸŒบ
๐ŸŒบ
๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ
@officialrobsan

๐ŸŽก๐ŸŒน๐ŸŽก๐ŸŒน๐ŸŽก
๐ŸŽก ๐ŸŽก
๐ŸŒน ๐ŸŒน
๐ŸŒน ๐ŸŒน
๐ŸŽก ๐ŸŽก
๐ŸŽก๐ŸŒน๐ŸŽก๐ŸŒน๐ŸŽก


@officialrobsan


๐ŸŒป๐ŸŒป ๐ŸŒป๐ŸŒป
๐ŸŒป ๐ŸŒป ๐ŸŒป ๐ŸŒป
๐ŸŒป ๐ŸŒป ๐ŸŒป ๐ŸŒป
๐ŸŒป ๐ŸŒป ๐ŸŒป
๐ŸŒป ๐ŸŒป
๐ŸŒป ๐ŸŒป


๐ŸŒน ๐ŸŒน
๐ŸŒน ๐ŸŒน
๐ŸŒน ๐ŸŒน
๐ŸŒน ๐ŸŒน
๐ŸŒน ๐ŸŒน
๐ŸŒน ๐ŸŒน
๐ŸŒน ๐ŸŒน๐ŸŒน

๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป
๐ŸŒป ๐ŸŒป
๐ŸŒป ๐ŸŒป
๐ŸŒป ๐ŸŒป
๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป
๐ŸŒป ๐ŸŒป
๐ŸŒป ๐ŸŒป
๐ŸŒป ๐ŸŒป
๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป
@officialrobsan

๐ŸŒป
๐ŸŒป ๐ŸŒป
๐ŸŒป ๐ŸŒป
๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป
๐ŸŒป ๐ŸŒป
๐ŸŒป ๐ŸŒป
๐ŸŒป ๐ŸŒป
@officialrobsan

๐ŸŒป ๐ŸŒป ๐ŸŒป ๐ŸŒป
๐ŸŒป ๐ŸŒป
๐ŸŒป ๐ŸŒป
๐ŸŒป ๐ŸŒป ๐ŸŒป
๐ŸŒป ๐ŸŒป
๐ŸŒป ๐ŸŒป
๐ŸŒป ๐ŸŒป

@officialrobsan
๐ŸŒป
๐ŸŒป ๐ŸŒป
๐ŸŒป ๐ŸŒป
๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป
๐ŸŒป ๐ŸŒป
๐ŸŒป ๐ŸŒป
๐ŸŒป ๐ŸŒป

๐ŸŒน ๐ŸŒน
๐ŸŒน ๐ŸŒน
๐ŸŒน ๐ŸŒน
๐ŸŒน ๐ŸŒน
๐ŸŒน๐ŸŒน
๐ŸŒน ๐ŸŒน
๐ŸŒน ๐ŸŒน
๐ŸŒน ๐ŸŒน
๐ŸŒน ๐ŸŒน

From
@officialrobsan
@officialrobsan
By HANIYYEโค๏ธโค๏ธโค๏ธ
๐Ÿ‰EID MUBARAK๐Ÿ‰
๐Ÿ“ูƒู„ ุนุงู… ูˆุงู†ุชู… ุจุฎูŠุฑ๐Ÿ‡
Obbolessa kiyya obboleti tiyya wlh waan daleyduu jecha afaanin dubbatu laaldhu kessafu obboleyyan kiyya warren artiii nashida tahe goofta tahe diraama k,k,f warri daleynu nuti hundii fkn namaf taana egaa jannefu waan daleynu hunda akka fira eynuu namni waan heddu nu hordofuf if quba qabchun dirqamaโค๏ธ
Channel photo updated
โ™กQur'aanni Jecha Rahmaaniโ™ก
Sadarkaan inni jachoota biraa irratti
qabus akka sadarka Rabbi uumama isaa iratti qabuuti.Isaa qarahunis Irra caalaa waan Arrabni ilma nama ittiin
Socha'uu ti
Mamiyey hadha tooโค yaa caltuu waa hunda
Tan jirenyii khee ๐Ÿ’›anafaa jiruu addaa
Long life mama
Itti gafatmuu wa hundaa kiyyaa mamiyee๐Ÿ’œ๐Ÿ’”๐Ÿ’—
Hin_Yaanne
~~~~~
Rakkon kiyya keeti
Duraan walin janne
Natti jijjiramtaas
Je,ee takkaan yaanne
Wa,ada naaf seenuu
Malee galman genye
Ani argamuun koo
Iddoo itti nagante
Ballessaa ko tahee
Dhugaan naas jibbite
Yoomuu siifin tolu
Irbuun kiyya kuniis
Rabbii nagarsiisaa
Hammeenya ke saniis__

JOIN JOIN**
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

https://telegram.me/httpsHamzamohammed
Ilmi nama ilmuma namati so hanga kabajamu qaba kabajii male kabajaa isa ra olii hin kabjiin sababi booda atuma isa kabaje khana dhufe si tufate sirra ficana wan tahef๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
Forwarded from Jolaxbot
๐Ÿ’” Waan Marti Xumura Qabaachuu Isaa Nan Amana, Garuu Rakkoon Hanga Fedhe Gidduu Keenyatti Mudatu Illee Onnee Kiyya Keessaa Ati Hin Baddu, Onnee Kiyya Keessa Nii Jiraatta!

Join
t.me/Hanukka1 ๐Ÿ’”๐Ÿ’”๐Ÿ’”
๐Ÿ’Jaarsaaf ๐Ÿ‘ซjaartii๐Ÿ’‘ gaarii!โ˜‚
---------------------------------------------------
Jiruun ilma namaa adeemsa hedduu keessa dabartee wantoota garaagaraa hedduu keessaa dabartee gara dargaggummaa yoo geessuu carraa namuu itti aansuuf yaadu Fuudhaafi heeruma.

Namni dhiiraa yeroo ammaa dubartii filatuuf karaan isaaf salphate waan jiruuf salphumatti argachuu danda'a.

Haa ta'uu malee takkitti Jiruu tee gammachuu bashaqii raahaa fi gaggaarii kolfaafi Jaalalaa wajjiin dabarsitu argachuuf meeshaan ammayyaa waan uumamte natti hin fakkaattu hin uumamtus.

Kanaafuu yaa dhiira islaamaa yogguu toora interneetii gubbaatti ol baatu Rabbiin sodaadhu.

Dubartoota kijibaafi cubbuudhaan guuttanii itti taphattanii yeroo fuudhaaf deemtan immoo ishii biraa tan nagayaa tan biraa barbaaduun kun gaarii hin ta'u.

Maaliif yoo jettan Isinis obboleettii waan qabdaniif namni itti taphachuun hin oolu.
Ilmaan keessanis akkasuma.

Yaa dubartoota Muslimaa isinis ustaniituma nama argitanii wajjiin hin baxraaninaa tokkicha Jiruu teessan hayaata gaarii wajjiin jiraattan barbaaddadhaa!

Innis jaarsa gaarii jedhamu sani!

Jaarsi gaariin imala jiruutiif barbaachisaadha!

Jaarsi gaariin Hundee ilmaan keetiitiif barbaachisaadha!

Jaarsi gaariin gammachii maatii keetiitiif barbaachisaadha!

Jaarsi gaariin jannatallee sii wajjiin seenee Jiruu gaarii wajjiin jiraattan.
-------------------------------

Yaa Dubartoota islaamaa!

Dubartii gaarii tauudhaaf carraaqaa, tattaaffadhaa!

Dubartii gaariin haadhaa ilmaan gaariiti!

""" Oomishtuu maatii gaariiti!
Bareechituu Qe'eetii
Ollaan wajjiin walitti nama hiiti
Fira maxxanfatti!
Jaarsa gammachiifti!
Iimaana jaarsaatiif murteessituudha!

Yaa Rabbi dubartoota Muslimaa guutuufa jaarsa gaarii kenniif!

Yaa Rabbi Dargaggoo muslimaatiif jaarsa gaarii kenniif
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
MAHER ZAIN โ˜ž Official
Nashiidaa daุนwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee araachuuf channel kana ๐ŸŒดjoin ๐ŸŒด godhaa jzk kheyran

@Maherzain123
https://t.me/Maherzain123