Hamza mohammed๐Ÿ‘‰offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daุนwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana ๐ŸŒดjoin ๐ŸŒด godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
๏ทฝ ๏ดฟ ุฅูู†ู‘ูŽ ุงู„ู„ู‘ูŽู‡ูŽ ูˆูŽู…ูŽู„ุงุฆููƒูŽุชูŽู‡ู ูŠูุตูŽู„ู‘ููˆู†ูŽ ุนูŽู„ูŽู‰ ุงู„ู†ู‘ูŽุจููŠู‘ู ูŠูŽุง ุฃูŽูŠู‘ูู‡ูŽุง ุงู„ู‘ูŽุฐููŠู†ูŽ ุขู…ูŽู†ููˆุง ุตูŽู„ู‘ููˆุง ุนูŽู„ูŽูŠู’ู‡ู ูˆูŽุณูŽู„ู‘ูู…ููˆุง ุชูŽุณู’ู„ููŠู…ู‹ุง ๏ดพ
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
Forwarded from Deleted Account
Guyyaa juma'aa hardhaatiin
Waan feetan argachuu
Isiniif haata'u guyyaa,
Milkiitiif gammachuu
Kankeessas milkooftan
Milkii biyya lachuu

Kan keessa isiniif bahu
Haajaan keessan hundi
Baga hardha geessan
Ummata nabii muhamadi
๐ŸคฒAamiiiiiiin ๐Ÿคฒ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
# Juma'aa gaariiii
Forwarded from Ethio entertainment
๐Ÿ™‹โ€โ™‚ Gaaffii kanarratti hirmaadhaa hundinuu amma beektanuun

1โƒฃ Baatiin ramadaanaa sadarkaa gurguddoo danuu qaba.
Keessaa ammam beekta?

2โƒฃ Soomana jechuun maal jechuudha?
โคต๏ธbakka gadii kana tuquun hirmaadhaaโคต๏ธ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Forwarded from Quality ButtonSCAM
๐Ÿ™แ‹จแˆจแ‰ แŠ“ แˆฐแˆ‹แˆ แ‰ แŠ“แŠ•แ‰ฐ แˆ‹แ‹ญ แ‹ญแˆแŠ•๐Ÿ™
๐Ÿ”ด100% แŠ แˆแŠ”แ‰ แ‰ต ๐Ÿ”ด
โžก๏ธแˆˆแŠ“แŠ•แ‰ฐ แ‰ตแˆญแ‹แˆ› แ‹ซแˆจแŒ‹แ‰ฝแˆ“แˆ แ‰ฅแ‹ฌ แคแˆˆแˆจแˆ˜แ‹ณแŠ• แ‰ณแˆณแ‰ข แŠ แ‹ตแˆญแŒŒ แค แ‹ฒแŠ“แ‰ฝแŠ•แŠ• แ‹จแ‰ แˆ‹แ‹ญ แˆˆแˆ›แˆจแŒ แˆแˆแŒŒ แŠฅแАแˆ† แˆˆแŠ“แŠ•แ‰ฐ แ‰ แˆ›แˆฐแ‰ฅ แ‹ญแ‹œแˆ‹แ‰ฝแˆ แ‹จแˆ˜แŒฃแ‹แ‰ต แ‰ปแŠ“แˆ
๐Ÿ”ฝ๐Ÿ”ฝ๐Ÿ”ฝ๐Ÿ”ฝ๐Ÿ”ฝ
๐Ÿ›‘RHAMZAN~Bร˜Y๐Ÿ›‘
โค๏ธแŠจแŠ“แŠ•แ‰ฐ แˆšแŒ แ‰ แ‰€แ‹ join แ‰ฅแ‰ปโค๏ธ
Forwarded from Islamicbot
๐ŸŒ™๐ŸŒ™ ูŠุง ุจุงุบูŠ ุงู„ุฎูŠุฑ ุงู‚ุจู„๐ŸŒ™๐ŸŒ™

โ˜๏ธYaa nama if wallaale dhufte baatiin of baratan.

โ˜๏ธYaa nama if dagate dhufte baatiin of yaadatan.

โ˜๏ธYaa nama dilii garaa garaan dhukkubsate dhufte baatiin of wal'aanan.

โ˜๏ธYaa nama ibaadarraa laaffate dhufte baatiin ibaada jajjabaatan.

โ˜๏ธ yaa nama yeroo ofii qisaaseessaa jiru dhufte baatiin yeroo ofii saammatan.

Yaa obboleessa kiyya
Yaa obboleettii tiyya

Yoo ramadaanaaf hin dammaqne yoom dammaqna.

Yoo ramadaanaaf qalbi jiifanne yoom jiifanna.

Mee daqiiqa takkaaf qabxiilee armaan gadii kana xiinxaluuf sammuu teenya keessatti search goonee haa laalluu:

1.Ramadaanni kun ramadaana siif xumuraatiin rabbirraa murtaa'uutu mala.

2.Ramadaanni ramadaana Aakiraa tee murteessu tahuutu mala.

3.Ramadaanni kun ramadaana adeemsi jiruuf jireenyi keeti kheessatti murtaa'u ta'uutu mala.

4.Ramadaanni khun ramadaana isa kheessa jahannamirra bilisoomteen rabbiirraa siif murtaa'u ta'uutu mala.

Kanaaf yaa akhii yaa ukhtii akka yeroo taanii dhadhama'un nun baasu nurraa hin Eeggamuusi .

Akka nama boru du'utti isa kheessatti carraaqqachuutu jahannam jalaa najaa nu baasa nu milkeessaasi.

Please ุงุญุจุชูŠ ูู‰ ุงู„ู„ู‡.
Haa of yaadannuu
Kheyriif haa dammaqnuu.
Jahannam jalaa of haa baraarruu.
Jannata haa bitannuu
Rabbi biraa qadara kheyrii haa murteeffannu.

Bakka nama dhukkubdu ammaa ammatti qabatan akkuma ja'amu :

Anilleen kanumaafiin akkanatti irra daddeebi'ee waywaacha oola.inshaa allah .

ุงู„ู„ู‡ู… ุจู„ุบู†ุง ุดู‡ุฑ ุฑู…ุถุงู† ูˆุฌุนู„ู‡ุง ู„ู†ุง ู…ุจุงุฑูƒุง ูˆุงู„ุณุนุงุฏู‡ ..

Aaaamiiiin Aamiiiiiiiiiiiiiin
Forwarded from Deleted Account
Sagantaa ramadaanaa eegallee jirra dafaa itti dhihaadha ๐Ÿ‘‡
Forwarded from Deleted Account
ยฉ๏ธIbnu sururโœ๏ธโœ๏ธ
@Keyralumma irraa

โ™ป๏ธMuslima dhugaa
๐Ÿ‘‰ KUTAA DURAA

โœ…Dachee irratti gabrichaa fi bakka bu'aa (khaliifa) Allaahaa (S.W) akka ta'e itti dhage'ama.

โœ…Dhugaa jiraattu godhuuf. tola ooluu fi wantoota gaariiwwan babaldhisuuf. yunivarsii tana bareechiisuuf ambaasaaddara Allaahaa (S.W) isa angoon kennameef ta'ee isaa itti dhageessisa.

โœ…Wantootnni yunivarsicha keessa jiran hunduu isaaf tajaajiltoota kaayyoo isaa kan hangafaatiif gar gaartoota ta'uu isaanii ni hubata.

โœ…Allaahaan (S. W) isa bira kan jiru ta'uu isaatii fi madda gar gaarsaa fi madda humnaa kan kophaa akka ta'e amantaa gad dhaabbate qaba.

โœ…kaayyoon isaa gabricha Allaahaan (S. W) ittiin gammaduu fi gabricha Allaahaan (S. W) jaalatu kan sirrii ta'uu dha.

โœ…Wanta Allaahaan (S. W) ajaje onnee qulqulluun dalaga.

โœ…Kan inni dhoorke irraa fagaata. ni eeggatas.

โœ…Kaayyoon isaa kan nama dinqisiisu. Kunis namoota Allaahaa (S. W) wajjin wal qunnamsiisuu. dachee samii wajjin walitti sufuu dha.


โ™ป๏ธMuslima dhugaa
๐Ÿ‘‰ KUTAA XUMURAA

โœ…Allaahaan (S. W) isa kabajee. isa bareechisee. dhaabbannaa gaarii irratti kan isa uume ta'uu isaa. bifa bareeduun isa tolchee ruuhii isaa irraa itti afuufuu isaa ni amana. ni hubatas.

โœ…Guyyaa kaayyoo isaa kan hin duune milkessuuf qabsaayaa oolee. halkan ammoo Uumaa (khaaliqaa) isaatii salaataa bula.

โœ…Uumaa isaatitti yeroo hundaa ni warwaata. akka adabbii addunyaa irraa. cinqiiwwan guyyaa du'aa ka'umsaa (guyyaa murtii)ti fi ibidda jahnnam sodaachiisaa irraa isa eegu.

โœ…Wantootni calanqisiisaawwan addunyaa dhihoo tanaa isa hin dharraasiisan. isa hin yarsan. Fedhii isaa argatee kan gammadu yoo Gooftaa isaatiin wal qunnamee fi yoo jannata dhaale qofa akka ta'e ni amana.

โœ…Addunyaan tun milkaayina addunyaa dhufuutiif wal atjjii xaarii (ifaajee) akka taate ni beeka.

โœ…Du'aan hin rifatu. Duuti addunyaa dhiphoo tana irraa gara addunyaa baldhoo aakhiraa kan ittiin ce'anii fi Mana dhiqaansaa (dhaawarii) xurii yakka addunyaa tanaa irraa dhiqamee kan ittiin darbu ta'uu ishii ni hubata.

โœ…Sammuun isaa beekumsaan kan cime. yeroo isaa haalaan kan itti fayyadamu. waqtii isaa irraa illee dondha ta'a.

โœ…Qaamni isaa ispoortiin kan cime. hanga jagnummaa fi kutattummaa isaa garaa laafaa fi naamusaan illee kan ol aanaa ta'ee dha.

โœ…Nafseen isaa hanga barbaadde isatti hasaastu illee ishii fi miira isaa irratti ol aantummaa kan gonfatee dha.

โœ…Ibaadaah aadaa fi barmoota isaa kan godhee dha.

โœ…Yeroo hunda Du'aa'i godha.
โœ…Qur'aana ni dubbisa. hojii irrallee ni oolcha.
โœ…Soba gonkumaa hin dubbatu.
โœ…Murtee sirrii akkuma kabbachiisu hundaa mirga namaa illee ni eega.

โœ…Wanta Allaahaan (S.W) isaa kenneen illee ofiin of gahee mataa ofii danda'ee (kajeellaa namootaa irraa bilisa ta'ee) jiraata.

โœ…Walumaa galatti inni amala Sahaaboota (R.A) guyyaa leencota. halkan ammoo Aabidoota waa'ee addunyaa irraa bilisa of godhanii kan gonfatee dha.

โœ…Muslima dhugaa ramaddiin isaa isaannan nabiyyoota. namoota qulqulluuwwan. namoota Diiniif jecha nafsee of wareeganii fi namoota gaariiwwan wajjiin.
Allaahaan (S.W) Muslima dhugaa nuhaa godhu.
aamiin.! ๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ‘‡
ุงุฑุญู…ูˆ ู…ู† ููŠ ุงู„ุฃุฑุถ ูŠุฑุญู…ูƒู… ู…ู† ููŠ ุงู„ุณู…ุงุก
Nama nurraa du'e cufaatuu Rabbiin #Rahmata haa godhuuf! Warra #mirgaatirraa isaan haa godhu! #Aamiin_Yaa_Rabb

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘Œ
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
Nashiida Ummii jattu ibsa fi salahaddin yeroo dhihotti eegadha inshaa Allah
@hbbi11 โ™ฅโ™ฅ @hbbi11