Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Nashiidaa ustaaz raayyaa abbaa maccaa 33ffaa daqiiqaa 3
@Gaaddisa_dhugaa irraa
Ammas akka guutuun isaa gadi dhiifameen argachuuf channelii kana๐๐๐ join godhaa nu eegaa
@Gaaddisa_Dhugaa
@Gaaddisa_dhugaa irraa
Ammas akka guutuun isaa gadi dhiifameen argachuuf channelii kana๐๐๐ join godhaa nu eegaa
@Gaaddisa_Dhugaa
Forwarded from Deleted Account
HAA BIRMANNU LAMMIIDHAAF
โโMuaz yakubโ โ
โโโโ
@abu_abdalah1
@Keyralumma
HAA BIRMANNU LAMMIIDHAAF
Yeroon lammiif booyanii
Humnaanis deeggaranu
Kan mufachiisan jiraatu
Dhiifama gaafatanu....**
Ammagaa yeroon isaa
Fala biraatu dhabame
Nassicaalaaf humnan qabaan
Taphaan ala taasifame....**
Lammii miskiina jalaa
Mee eessatti dhokatta?
Isaa agabuu buluu
Garaa kamitti nyaatta???
Haa birmannu lammiidhaaf
Hanga qabnuun hirmaannee
Siluma woliif yaaduudhaan
Bineensarraa adda taane!!!!
ยฉMuaz yakubโ
Ergaalee murteessoo ta'an gabaabaatti karaa walalootiin argachuuf channel keenya ๐ ๐
โโโโ
|โฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃ|
ยฉ ยฉ
โฅ@abu_abdalah1
โฅ@Keyralumma
โฅ@Ibnutemiya6

Forwarded from MAHER AHMEDโ Official
Watch "Namni teenya dide ta Awurooppaa qeebala. Best Islamic Da3wa" on YouTube
https://youtu.be/_R6o0yrjqk0
https://youtu.be/_R6o0yrjqk0
YouTube
Namni teenya dide ta Awurooppaa qeebala. Best Islamic Da3wa
#Subscribe godhaa maatii keenyavtahaa
๐ขุฅูุง ููู ูุฅูุง ุฅููู ุฑุงุฌุนูู ๐ข
๐ูุง ุญุจูุจู ุตุจููุง ู ุญู ุฏ ๐
ุฃูููู ุงุบูุฑ ูู ูุงุฑุญู ู ูุนุงูู ูุงุนู ุนูู ูุฃูุฑู ูุฒูู ููุณุน ู ุฏุฎูู ูุงุบุณูู ุจุงูู ุงุก ูุงูุซูุฌ ูุงูุจุฑุฏ ูููู ู ู ุงูุฐููุจ ูุงูุฎุทุงูุง ูู ุง ูููู ุงูุซูุจ ุงูุฃุจูุถ ู ู ุงูุฏูุณ ูุงุฑุจ ุงูุนุงูู ูู ๐คฒ ๐ข ูุงุณููู ูุณูุญ ุฌูุงุชู ููููู ุฃููู ูุฐููู ุงูุตุจุฑ ูุงูุณููุงู.
๐ขInnaa lillaahi wa innaa ileeyhiraajiuun๐ข
#Sabboonaa_Mohammed
Yaa Rabbii rahamata siif haa godhuu yaa Obboleessa kiyya qaali fi Gaarii namaa saddeettan jannataan si haa qananiisii qabrii isaa caffee jannataatirraa isaaf godhiif. Maati fi firoottan isaa hunda akkasuma aali fi ollaa sabrii fi imaana Rabbii haa kennuufii.
๐ Yaa du'a tan xiqqaa fi gudddadhatti adda nama hin fille Yaa guyyaa Murtiin geenyaan nama bira kutii hin qabne Aaaaaha wayiiii jiruu Addunyaa tana Namuu irrumaa warraa kan irrattii waaru waa hin jiruu.
Yaa Sabboo kiyya Rabbii rahamata siif haa godhuu ๐คฒ ๐คฒ ๐ญ

๐แฐแ แแแฐ แตแแแ แแดแณ แ แตแจแแ
แข แจแฐแ แแ
แแฅ แญแแแฃแ แฃแ!!
๐แ แแ แแแฐ แตแแแ แแดแณ แฐแจแแ แจแแฐแฐแ แฐแแ แแแต แซแตแแตแตแแแ!!
#ALLAAH YEWDADEN MIRXOCHE
โฃ๐๐๐๐๐๐โฃ๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐ด
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
๐แ แแ แแแฐ แตแแแ แแดแณ แฐแจแแ แจแแฐแฐแ แฐแแ แแแต แซแตแแตแตแแแ!!
#ALLAAH YEWDADEN MIRXOCHE
โฃ๐๐๐๐๐๐โฃ๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐ด
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
Forwarded from MAHER AHMEDโ Official
Watch "Miskiina haa gargaarru Hamza Hassen" on YouTube
https://youtu.be/xJOMYmJBStM
https://youtu.be/xJOMYmJBStM
YouTube
Miskiina haa gargaarru Hamza Hassen
Forwarded from Anas mohammedโOfficial
Ana (me)
๐ Na #Tuffachuun duratti - Na #Barsiisi.
๐ Na #Shakkun duratti - Na #Gaafadhu.
๐ Na #Arrabsuun duratti - Na #Gorsi.
๐ Na #Hamachuun duratti - #Fuulduratti na gaafadhu.
๐ Yoon #Dogoggore - Na #Sirreessi.
๐ Yoon #Irraanfadhe - Na #Yaadachiisi. #Hubadhu
Gorsaa fi jacha babareeda arkachuf join godhi
๐๐
@hbbi11