Forwarded from Islamicbot
πΉ Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra.
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @Ibnutemiya qunnamaa!!
ππππππππππππ

Forwarded from MAHER AHMEDβ Official
Forwarded from MAHER AHMEDβ Official
Way Harka Kiyya !! Way Kiisha Kiyya !! π Seenaa Ajaa'ibaa
β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’
By: Qilleensi Nasrii Bubbise
π¦Seenaa kana Aalima beekkamaa jaalatamaa Muhammad Al Ariifii tu ΨΩΨΈΩ Ψ§ΩΩΩ kitaaba isaanii mi'aawaa (Ψ§Ψ³ΨͺΩ ΨͺΨΉ Ψ¨ΨΩΨ§ΨͺΩ) je'smu keessatti nuuf galmeessan...
πΉGaafa tokko Abbaan warraa galee erga erbaata nyaatee uffata isaa baafatee fannisee hirribaaf siree irra ciisee uffata uffatee rafe.
πΈHaati manaa isa duubatti haftee hanga inni rafuu eeydee ...Inni rafee arginaan suuta deemaa gara uffata isaa dhuftee kiisha surree harka keettee mallaqa inni qabu akkuma jiruun kiishaa mallaq gootee...Awwaltee ofirraa isiinis (Isa jala seentee rafte) !!! ππ
π΄Ganama wayta lafti bariitu Abbaan warraa gara dalagaa deeme !! Wayta dalagaa raawwatee eddoo bashannanaa seenee mallaqa laalu ...Mallaqni kiisha hin jiru !! Namtichi dhaabateetumaan dhama'ee π rifate !! Garuu boodarra akka isiin fuute erga mirkaneeffatee ka'ee....deemee....Garuu beeki galee hin arrabsine ...Galee hin tumne...Ee dhugaa dha !!! Inni nama sammuun nagaya qabdu waan ta'eefi !! Mala beeka ...Tumaafii balaa hin beeku !!! Inni "Ibiddi bishaaniin dhaama malee...Ibiddi ibiddaan dhaamaa hin beeku !!""
πΈGalgala eegee...Suuta je'ee Raacha du'e fuudhee (Wahiin maree) kiisha kaayatee ....Akka isiin edanallee kiishatti deebitu beekaa...Ofirraa erbaata ofii liqimsee uffata baafatee surree Raachi keessa jirullee fannisee birdi libsii uffatee akka waan hirribni qabee rafee fakkeessee...Ofii ija keessaan qaqal'isee isii eegaa jira !!! Hhhhh....
πIsiin gaa .. Akkuma edaa mallaqa guura jettee...Inni rafe seetee suutaa deemaa ....Yaa Rabbi....Suuta deemaa dhufteeee....Wayta isiin harka kiisha nayxu waan qabbanaawaa tokko argite !!π
Yoo isiin suuta ol harkiftee baaftu wanti....Raacha π !! Hhhhhh...
πBooda rifattee " Uuuu way harka kiyya !!". Jennaan....Abbaan warraa kan kana argatee ree innillee " Uuuuu way kiisha tiyya !! " je'a ol utaale !!! Hhhhhhh ππ !!
Dubbiin dhumate....Amma booda isiin kiishatti deebitii ???!!!,...Lakki ....Hin tumne ...Hin himanne...Hin arrabsine. ..Hin xiqqeessine !!! Karaa gabaabaan waan dheeraa tolche ! Osoo tumee isiin ni gadoofti malee hin sirrooftu !!! Namni gariin jaartii isaa tumaan qajeelcha je'ee tan haftee jaartii goobse quubsa....Tan duraan haalli isii akka adurree.... Tumaa barattee leenca taati !! Yoo tumaa baratte...Sillee si tumuu jala qabdi !! Afaaniin si arrabsuu baratti !! Lakki...Amantiin teenya nama rakkisuu... Jiruu dirqii hin qabdu !! Rasuulli SAW haqa yataamaatiif haqa dubartii osoo jabeessanii dhaaman duniyarraa deeman !!! ΨΉΩΩΩ Ψ§ΩΨ΅ΩΨ§Ψ© ΩΨ§ΩΨ³ΩΨ§Ω !!
ππππππππππ
MAHER ZAIN β Official
Nashiidaa daΨΉwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee araachuuf channel kana π΄join π΄ godhaa jzk kheyran
@Maherzain123
https://t.me/Maherzain123

Telegram
MAHER AHMEDβ Official
Nashiidaa daΨΉwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kanaπ΄joinπ΄ godhaa jzk kheyran
@Maherzain123
https://youtube.com/@maherahmedo?si=3DHEnmyT9SBpcCPd

Namnii tokko barate baratu baate wantoota shanan khana yoo guttatee Galma ni gaha
1=Amala
2=murannoo
3=tattaaffii
4=daffaruma
5=waan takkaratii ejjanno jaaba qabachu qaba
Garu irra calan nama namaa baratee

https://telegram.me/httpsHamzamohammed

Hamza mohammedπoffical
Nashiidaa daΨΉwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana π΄join π΄ godhaa
@hamzeshin
@hamzeshin
Forwarded from β€ Ψ£ΨΨ¨Ω ΩΨ§ Ψ±Ψ³ΩΩ Ψ§ΩΩΩ β€ (Hanaadi Mohammed)
Sifaa Nama Salaata Qadeesse Irraa Mul'atu
β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’
β Nama Salaata "Subhii" dhiise fuula isaatirra ifaan hin jiru
β Nama Salaata "Zuhrii" dhiise Rizqii isaa keessa barakaan hin jiru
β Nama Salaata "Asrii" dhiise qaamni isaa humna hin qabu
β Nama Salaata "Magriibaa" dhiise ijoollee isaa keessa barakaan hin jiru
β Nama Salaata "Ishaa'ii" dhiise hirriba Rahaa qabu hin argatu

Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Nashiidaa ustaaz raayyaa abbaa maccaa 33ffaa daqiiqaa 3
@Gaaddisa_dhugaa irraa
Ammas akka guutuun isaa gadi dhiifameen argachuuf channelii kanaπππ join godhaa nu eegaa
@Gaaddisa_Dhugaa

Forwarded from Deleted Account
HAA BIRMANNU LAMMIIDHAAF
ββMuaz yakubβ β
ββββ
@abu_abdalah1
@Keyralumma
HAA BIRMANNU LAMMIIDHAAF
Yeroon lammiif booyanii
Humnaanis deeggaranu
Kan mufachiisan jiraatu
Dhiifama gaafatanu....**
Ammagaa yeroon isaa
Fala biraatu dhabame
Nassicaalaaf humnan qabaan
Taphaan ala taasifame....**
Lammii miskiina jalaa
Mee eessatti dhokatta?
Isaa agabuu buluu
Garaa kamitti nyaatta???
Haa birmannu lammiidhaaf
Hanga qabnuun hirmaannee
Siluma woliif yaaduudhaan
Bineensarraa adda taane!!!!
Β©Muaz yakubβ
Ergaalee murteessoo ta'an gabaabaatti karaa walalootiin argachuuf channel keenya π π
ββββ
|β£β£β£β£β£β£β£β£β£β£β£β£β£β£β£|
Β© Β©
β₯@abu_abdalah1
β₯@Keyralumma
β₯@Ibnutemiya6

Watch "Namni teenya dide ta Awurooppaa qeebala. Best Islamic Da3wa" on YouTube
https://youtu.be/_R6o0yrjqk0
https://youtu.be/_R6o0yrjqk0
YouTube
Namni teenya dide ta Awurooppaa qeebala. Best Islamic Da3wa
#Subscribe godhaa maatii keenyavtahaa