Yaa rabbi kiyya baati ramadana mana khe kabjamati nama dabrsuu nu godhii ilhaana
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
๐ถ #ูู_ุชุนุฑู_ู
ุง_ูู_ุจุงุจ_ุงูุฑูุงู ุ!
#ุญูุฏููุซ_ุงูููููู โ๐ทโ
โซ๏ธุนู ุณูู ุจู ุณุนุฏ ุงูุณุงุนุฏู - ุฑุถู ุงููู ุนููุ ูุงู:
๐ #ูุงู_ุงููุจู ๏ทบ :
๐๐ธ๐ ๐น๐๐ธ๐
๏ปฟ" ุฅูููู ููู ุงููุฌููููุฉู ุจูุงุจุงู ููููุงูู ูููู ุงูุฑูููููุงููุ ููุฏูุฎููู ู ููููู ุงูุตููุงุฆูู ูููู ููููู ู ุงููููููุงู ูุฉูุ ููุง ููุฏูุฎููู ู ูุนูููู ู ุฃูุญูุฏู ุบูููุฑูููู ู.
๐Janata keessa hulaalee jira hulaa san kheessaa takka hulaa Warraa soomane qoftin seenu ykn baabu rayyaan ja'amtu
Guyyaa Qiyaama isi ni seenan warrii soomana qabu qofa seena isaani wajjiin namni takkalleenu hin seenu
ููููุงูู ุฃููููู ุงูุตููุงุฆูู ูููู ุ
Mee Warrii soomanee???
ููููุฏูุฎูููููู ู ูููููุ ููุฅูุฐูุง ุฏูุฎููู ุขุฎูุฑูููู ูุ ุฃูุบููููู ููููู ู ููุฏูุฎููู ู ููููู ุฃูุญูุฏู "
Ni seenan hulaa warra soomana san hogguma isaanirra kha irraa booda seene hulaan Tun cufamti eegas booda namni takkaleenu hin seenu jachuudha
โRabbiin warraa soomana kana dhaqqabattee akkasitti soomanee hulaa baabu rayyanirra yaamamu nuhaa taasisu ...Aammiiiiiin
๐ ู ุชูู ุนููู [ุฎ(1797)ุ ู (1152)]
๐๐ธ๐

Forwarded from MAHER AHMEDโ Official
๐akka Namni hamtuu ifii dhoysutti kheyrii (toltuu)isaanii dhoysan muslimtoonni duraanii!
Kheyrii dallagadhu garu
#kheyrii_tee _dhoysi!
#Join ๐๐ godhun nu hordofa jzkeyran ๐
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
Kheyrii dallagadhu garu
#kheyrii_tee _dhoysi!
#Join ๐๐ godhun nu hordofa jzkeyran ๐
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
Forwarded from Anas mohammedโOfficial
Forwarded from Islamicbot
๐น Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra.
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @Ibnutemiya qunnamaa!!
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @Ibnutemiya qunnamaa!!
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Forwarded from MAHER AHMEDโ Official
Forwarded from MAHER AHMEDโ Official
Way Harka Kiyya !! Way Kiisha Kiyya !! ๐ Seenaa Ajaa'ibaa
โขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโข
By: Qilleensi Nasrii Bubbise
๐ฆSeenaa kana Aalima beekkamaa jaalatamaa Muhammad Al Ariifii tu ุญูุธู ุงููู kitaaba isaanii mi'aawaa (ุงุณุชู ุชุน ุจุญูุงุชู) je'smu keessatti nuuf galmeessan...
๐นGaafa tokko Abbaan warraa galee erga erbaata nyaatee uffata isaa baafatee fannisee hirribaaf siree irra ciisee uffata uffatee rafe.
๐ธHaati manaa isa duubatti haftee hanga inni rafuu eeydee ...Inni rafee arginaan suuta deemaa gara uffata isaa dhuftee kiisha surree harka keettee mallaqa inni qabu akkuma jiruun kiishaa mallaq gootee...Awwaltee ofirraa isiinis (Isa jala seentee rafte) !!! ๐๐
๐ดGanama wayta lafti bariitu Abbaan warraa gara dalagaa deeme !! Wayta dalagaa raawwatee eddoo bashannanaa seenee mallaqa laalu ...Mallaqni kiisha hin jiru !! Namtichi dhaabateetumaan dhama'ee ๐ rifate !! Garuu boodarra akka isiin fuute erga mirkaneeffatee ka'ee....deemee....Garuu beeki galee hin arrabsine ...Galee hin tumne...Ee dhugaa dha !!! Inni nama sammuun nagaya qabdu waan ta'eefi !! Mala beeka ...Tumaafii balaa hin beeku !!! Inni "Ibiddi bishaaniin dhaama malee...Ibiddi ibiddaan dhaamaa hin beeku !!""
๐ธGalgala eegee...Suuta je'ee Raacha du'e fuudhee (Wahiin maree) kiisha kaayatee ....Akka isiin edanallee kiishatti deebitu beekaa...Ofirraa erbaata ofii liqimsee uffata baafatee surree Raachi keessa jirullee fannisee birdi libsii uffatee akka waan hirribni qabee rafee fakkeessee...Ofii ija keessaan qaqal'isee isii eegaa jira !!! Hhhhh....
๐Isiin gaa .. Akkuma edaa mallaqa guura jettee...Inni rafe seetee suutaa deemaa ....Yaa Rabbi....Suuta deemaa dhufteeee....Wayta isiin harka kiisha nayxu waan qabbanaawaa tokko argite !!๐
Yoo isiin suuta ol harkiftee baaftu wanti....Raacha ๐ !! Hhhhhh...
๐Booda rifattee " Uuuu way harka kiyya !!". Jennaan....Abbaan warraa kan kana argatee ree innillee " Uuuuu way kiisha tiyya !! " je'a ol utaale !!! Hhhhhhh ๐๐ !!
Dubbiin dhumate....Amma booda isiin kiishatti deebitii ???!!!,...Lakki ....Hin tumne ...Hin himanne...Hin arrabsine. ..Hin xiqqeessine !!! Karaa gabaabaan waan dheeraa tolche ! Osoo tumee isiin ni gadoofti malee hin sirrooftu !!! Namni gariin jaartii isaa tumaan qajeelcha je'ee tan haftee jaartii goobse quubsa....Tan duraan haalli isii akka adurree.... Tumaa barattee leenca taati !! Yoo tumaa baratte...Sillee si tumuu jala qabdi !! Afaaniin si arrabsuu baratti !! Lakki...Amantiin teenya nama rakkisuu... Jiruu dirqii hin qabdu !! Rasuulli SAW haqa yataamaatiif haqa dubartii osoo jabeessanii dhaaman duniyarraa deeman !!! ุนููู ุงูุตูุงุฉ ูุงูุณูุงู !!
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
MAHER ZAIN โ Official
Nashiidaa daุนwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee araachuuf channel kana ๐ดjoin ๐ด godhaa jzk kheyran
@Maherzain123
https://t.me/Maherzain123

Telegram
MAHER AHMEDโ Official
Nashiidaa daุนwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana๐ดjoin๐ด godhaa jzk kheyran
@Maherzain123
https://youtube.com/@maherahmedo?si=3DHEnmyT9SBpcCPd

Namnii tokko barate baratu baate wantoota shanan khana yoo guttatee Galma ni gaha
1=Amala
2=murannoo
3=tattaaffii
4=daffaruma
5=waan takkaratii ejjanno jaaba qabachu qaba
Garu irra calan nama namaa baratee

Hamza mohammed๐offical
Nashiidaa daุนwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana ๐ดjoin ๐ด godhaa
@hamzeshin
@hamzeshin
Forwarded from โค ุฃุญุจู ูุง ุฑุณูู ุงููู โค (Hanaadi Mohammed)
Sifaa Nama Salaata Qadeesse Irraa Mul'atu
โขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโข
โ Nama Salaata "Subhii" dhiise fuula isaatirra ifaan hin jiru
โ Nama Salaata "Zuhrii" dhiise Rizqii isaa keessa barakaan hin jiru
โ Nama Salaata "Asrii" dhiise qaamni isaa humna hin qabu
โ Nama Salaata "Magriibaa" dhiise ijoollee isaa keessa barakaan hin jiru
โ Nama Salaata "Ishaa'ii" dhiise hirriba Rahaa qabu hin argatu

Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Nashiidaa ustaaz raayyaa abbaa maccaa 33ffaa daqiiqaa 3
@Gaaddisa_dhugaa irraa
Ammas akka guutuun isaa gadi dhiifameen argachuuf channelii kana๐๐๐ join godhaa nu eegaa
@Gaaddisa_Dhugaa

Forwarded from Deleted Account
HAA BIRMANNU LAMMIIDHAAF
โโMuaz yakubโ โ
โโโโ
@abu_abdalah1
@Keyralumma
HAA BIRMANNU LAMMIIDHAAF
Yeroon lammiif booyanii
Humnaanis deeggaranu
Kan mufachiisan jiraatu
Dhiifama gaafatanu....**
Ammagaa yeroon isaa
Fala biraatu dhabame
Nassicaalaaf humnan qabaan
Taphaan ala taasifame....**
Lammii miskiina jalaa
Mee eessatti dhokatta?
Isaa agabuu buluu
Garaa kamitti nyaatta???
Haa birmannu lammiidhaaf
Hanga qabnuun hirmaannee
Siluma woliif yaaduudhaan
Bineensarraa adda taane!!!!
ยฉMuaz yakubโ
Ergaalee murteessoo ta'an gabaabaatti karaa walalootiin argachuuf channel keenya ๐ ๐
โโโโ
|โฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃ|
ยฉ ยฉ
โฅ@abu_abdalah1
โฅ@Keyralumma
โฅ@Ibnutemiya6