Ustaz Nasruddin Ahmad
4.83K subscribers
1.03K photos
197 videos
24 files
908 links
_ Hiika qur'aanaa
- kitaabota aqiidaa
- kitaabota hadiisaa
- seenaa nabiyyii
- khuxbaa jum'aa
- Ahkaamuttajwiid
- gorsa gaggaarii
- ergaa gara garaa
- akkasumas gaaffii keessaniif deebii ni argattu inshaa allaahu ta'aalaa
Gaaffiidhaaf: +251935844268
Download Telegram
Forwarded from Nuuralhudaa (RNH_Telegram)
​​Jaappaan keessatti Rooba cimaa hordofuun sigiga lafaa fi lolaa uumameen yoo xiqqaate lubbuun namoota 38 dabre


Odeeyfannoo #Nuuralhudaa
July 7, 2018


Roobni cimaan Kibba-Lixa Jaappaan keessatti roobaa jiru kun naannawa biyyatti heddu keessatti lolaa fi sigiga lafaatiin lubbuun namaa fi qabeenyi heddu kan balleesse tahuu gabaasni arganne ni mul’isa. Magaalaa Heeroshimaa keessatti qofa namoonni 27 tahan balaa sigiga lafaatin kan du’an yoo tahu, ammas namoonni achi buuteen dhabamee fi kanneen jijjigoo jalatti awwaalaman kan jiran tahuu mootummaan biyyattii beeksise.


Balaa kana hordofuun mootummaan biyyattii naannicha keessatti labsii yeroo muddamaa kan baase yoo tahu, waraanni biyyattii duula ummata baraaruu geggeessaa jira. Haaluma kanaan namoonni miiliyoona 1.5 naannicha gadhiisanii akka bahan kan ajajaman yoo tahu, dabalataanis lammiilee biyyattii miiliyoona 3 tahaniifis naannicha keessa turuun balaa kan qabu tahuu mootummaan biyyattii akeekkachiisa baase.


#Balaa_sigiga_lafaa
#Jaappaan
www.nuuralhudaa.com
Forwarded from Nuuralhudaa (RNH_Telegram)
​​​​Jila Mootummaa Itoophiyaa muummicha ministeeraa Dr Abiy Ahmadiin hoogganamuuf Asmaratti simannaan hoo'aan godhameef. Prezdaant Isaayyaas Afaworqii fi qond aaltonni ol'aanoon biyyattii buufata Xiyyaara Asmaraatti argamuun simatanii jiru. Ummanni magaalaa Asmaaraatis daanditti bahuudhaan gammachuu isaa ibsatee jira.
Forwarded from قناة الجزيرة
عاجل | رئيس الوزراء الإثيوبي: إثيوبيا وإرتريا اتفقتا على إعادة العلاقات الدبلوماسية وفتح السفارات
Forwarded from قناة الجزيرة
عاجل | رويترز: رئيس الوزراء الإثيوبي يقول إن بلاده ستبدأ في استخدام ميناء إرتريا
Forwarded from قناة الجزيرة
عاجل | وزير الإعلام الإرتري: الاتفاقات الموقعة مع إثيوبيا تعني رسميا إنهاء حالة الحرب بين البلدين
Forwarded from قناة الجزيرة
عاجل | مراسل #الجزيرة: توقيع اتفاقية الإعلان المشترك للسلام والصداقة بين إثيوبيا وإرتريا
Forwarded from 🔰 قناة الشيخ خالد الراشد 🔰 (ابن العربي)

‏هَوِّن عَلَيكَ فَكُلُّ الأمرِ يَنقَطِعُ ،
وخَلِّ عَنكَ ضَبَابَ الهَمِّ يَندَفِعُ ..

فَكُلُّ هَمٍّ لَهُ مِن بَعدِهِ فَرَجُ ،
وكُلُّ كَربٍ إذَا ضَاقَ يَتَّسِعُ ..
مقطع صوتي من نصر الدين أحمد
Forwarded from Nuuralhudaa (RNH_Telegram)
​​Itoophiyaa fi Eertiraan lolli jidduu isaanii ture xumuramuu labsan

Odeeyfannoo #Nuuralhudaa
July 9/2018

Jilli muummicha ministeeraa guyyaa kaleessaa Asmaraa yeroo gahetti Prezdaant Isaayyas Afworqii fi qondaaltota ol’aanoo biyyaattiitiin simannaan hoo’aan godhameefii jira. Hooggantoonni lamaan marii taasisaniin booda waliigaltee mallatteessanii jiru. Waliigalteen nageenyaa hooggantoonni biyyoota lamaanii Asmaraa keessatti mallatteessan dhimmoota shan irratti kan xiyyeefate tahuun beekameera.

Qabxiileen shaman kunniin:

1. Waraanni biyyoota lamaan jidduu waggoota hedduuf ture ifatti dhaabbachuu fi hariiroon obbolummaa biyyoota lamaanii akka haarayaatti eegalamuu,
2. Hariiroo siyaasaa, diinagdee, hawaasummaa, aadaa fi nageenyarratti waliin hojjachuuf,
3. Bu'uuraalee misoomaa akka geejjiiba, Telekominikeeshinii, daldalaa fi hariiroo dippiloomaasii cimsuu
4. Murtee daangaa hojii irra oolchuu,
5. Nageenya naannoo mirkaneessuun, misoomaa fi tumsa cimsuudha.

Haaluma kanaan Guyyaa kaleessaa irraa jalqabee sararri Telephoonaa biyyoota lamaan walqunnamsiisu wooggaoota 20 booda kan jalqabame tahuun beekameera. Dabalataanis biyyoonni lamaanuu Asmaraa fi Finfinnee keessatti dhiheenyattii Imbaasii isaanii hojii jalqabsiisuuf qophii tahuu ibsanii jiru. Dr Abiy Ahmad daaw’annaa guyyaa lamaa xumuruun har’aa waaree booda gara Finfinnee deebi’ee jira.

#Waliigaltee
#Itoophiyaa_Ertiraa

http://www.nuuralhudaa.com
Forwarded from Nuuralhudaa (RNH_Telegram)
​​Mootummaan Itiyoophiyaa Qoqqobbiin Eertiraa irraa kaahamee ture akka irraa ka'u gaafate.

Odeeyfannoo #Nuuralhudaa
July 9/2018

Muummichi Ministeeraa Dr Abiy Ahmad guyyaa hardhaa barreessaa dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii (UN) kan tahe Antooniyoo Gutareez waliin kan mari'ate yoo tahu, marii kana irratti qoqqobbiin UN'n mootummaa Eertiraa irra kahamee ture akka ka'u kan xalayaan gaafate tahuu odeeyfannoon argame ni addeessa.

http://www.nuuralhudaa.com
#Breaking

Saajat Namnii 5 Ajeefame 10 oli madaawan maneen heddun gubataaru .

Naannoo Kibbaa Aanaa Adda Yeemi Magaala Saajat Jeequmsa qaamon Mootummaa kaasaniin Ilmaan Oromoo Muslimaa 5 Ajeefamanii 10 oli madaawaniiru . Yeroo ammat maneen laakofsaan hedduu Ibidaan gubataaru . kahumsii rakkoo kana Lafa Ijaarsa madrsaaf kenamme ture Qaamon Mootummaa Hawaasa irraa fudhachuuf Nadhoon Tokkoo Miilan Quraana irra ijjachuu isheettin Seerati nuuf haa dhiheefamtu jedhamus Seeraf dhiheeysu diduu irraan kan kahee tahuu maddeen nuuf gabaasaniiru .

Baldhina Oduu kanaaf wolit deebina .
#RDH Adoolessa 04 2010
جاء في القران الكريم: ‏(سمعنا فتى يذكرهم يقال له ابراهيم ) وفي سورة أخرى: ﴿ إنَ إبراهيم كان أمَّة ﴾.

عجيب والله ، عند الناس فتى ، وعند ربه أمة !!!

العبرة من أنت عند الله ؟
وليس من أنت عند الناس !!؟؟؟.

اللهم اجعلنا من المقبولين عندك آمين.

✍🏾 نصر الدين أحمد .
Forwarded from Nuuralhudaa (RNH_Telegram)
​​Naannoo Kibbaa aanaa addaa Yam magaalaa Sajjaa keessati muslimoonni 13 humnoota tika mootummaatiin ajjeefaman

Odeeyfannoo #Nuuralhudaa
July 12, 2018

Ajjeechaan kun kan raawwatame guyyaa kaleessaa yoo tahu, sababni ajjechaa kanaa waggaa darbe keessa mootummaan naannichaa masjiidaa fi madraasaan akka irratti ijaaramu lafa ummataaf kennee ture. Lafa kana bulchitoonni magaalaa karaa seeraan ala taheen namoota dhuunfaatiif kennuuf yaaluu isaaniitiin walitti bu’innsa uumameen humnoonni mootummaa dhukaasa hawaasa irratti bananiin lubbuun namaa akka bade gabaasni arganne ni ibsa.

Kanaan duras bulchiinsi magaalattii lafa Masjiidaaf seeraan kenname kana fudhachuuf yeroo yaaletti, ummanni gara qaamota mootummaa naannichaatti iyyannoo dhiheeffatuun kan deebifatee ture yoo tahu, bulchiinsi magaalaa ammas deebisee guyyaa kaleessa lafa san irraa kutuun namoota dhuunfaatiif hiruu jalqabuu isaatiin ummanni naannichaa mormii kase.

Ajjeechaa poolisootaan raawwatame hordofuun ummanni baadiyyaa fi magaalaa mormii cimaa kaase. Walumaa galatti namoonni 13 ajjeefamu fi manneen hedduun gubamuu jiraatan naannawa irra dubbisne nuuf hime.

Haalli yeroo ammaa magaalaa Sajjaa keessa jiru tasgabbaa’ee jiraatullee, sochiin daldalaa fi geejjibaa tokkolleen magaalaati keessa kan hin muldhanne tahuu maddeen gabaasaaniiru.


#Naannoo_Kibbaa
#Magaalaa_Sajjaa
https://t.me/nuuralhudaa
Forwarded from Nuuralhudaa (RNH_Telegram)
​​Dhaabbatni Mootummoota Gamtoomanii lammiilee buqqa'aniif deeggarsa Doolaara miiliyoona 15 kennuu beeksise


Odeeyfannoo #Nuuralhudaa
July 13, 2018


Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti Itoophiyatti Ejensiin Fandii Deeggarsaa lammiilee sababa walitti bu'iinsaatiin qeyee fi qabeenya isaanii irraa buqqa'aniif deeggarsa Doolaara miiliyoona 15 kennuu beeksise.

Deeggarsi maallaqaa kun lammiilee 36,000 oliif nyaata madaalawaa fi ariifachiisaa, lammiilee 600,000f dhiyeessii bishaanii, namoota 71,200f deeggarsa meeshaalee fi akkasumas lammiilee 175,000 ammoo deeggarsa fayyaatiif kan oolu tahuun beekameera.


#Deeggarsa_Lammiilee_Buqqa’aniif
#UN
https://t.me/nuuralhudaa
Forwarded from قناة الجزيرة
عاجل | رويترز عن مصدر تركي: أردوغان يحذر بوتين من انهيار جوهر اتفاق أستانا إذا هاجم النظام #إدلب
قناة الجزيرة:
إريتريا هي "أكبر سجان للصحفيين في أفريقيا وتحتل مرتبة ثاني أسوأ بلد في العالم على مؤشر مراسلون بلا حدود لحرية الصحافة لعام 2017" | http://aja.me/rgawh

بعد نصف قرن من اعتمادها.. #السعودية تلغي جميع البرامج الإسلامية والأنشطة الدعوية في المدارس
http://aja.me/2v839
الرابط البديل: http://aja.me/9t9hz
Forwarded from Nuuralhudaa (RNH_Telegram)
​​Magaalaa Goondariitti Konfiransiin guddaan geggeeffame

Odeeyfannoo #Nuuralhudaa
July 15, 2018
Guyyaa har'aa naannoo Amaaraa magaalaa Goondaritti Konfiransiin mataduree Nagayaa fi Tokkummaa jedhuuun qophaa’e haala hoo’aa taheen geggeeffamee jira. Sagantaa kana irratti dubbi himaan koree fala barbaadduu hawaasa muslimaa Ustaaz Ahmaddiin Jabal akkasumas Ustaaz Yaasin Nuuruu fi Ustaaz Muhammad Abaataa kan argaman tahuun beekameera.

Hawaasni Muslimaa naannichaa lakkoofsaan heddu tahes sagantaa kana irratti argamuu odeeyfannoon ni addeessa.

#Konfaransii_Magaalaa_Goondar
http://www.nuuralhudaa.com
انقر على هذا الرابط للانضمام إلى مجموعتي في واتساب: https://chat.whatsapp.com/IQqosVzy8OY2f7yfoVrRmn