πŸ”ŠHARARGEE MEDIA
1.57K subscribers
454 photos
22 videos
2 files
211 links
Chaanalii kan irra
- Seenaa babbareedoo
- Jecha Beektotaa
-walaloolee garagaraa
- Dhugaawwaan garaagaraa
- Tooftaa Milkaayinnaa
Bifa saayinsaawaa ta'een argattu!!!!!
CHANNEL YOUTUBE KEENYA SUBSCRIBE NUUF GODHA πŸ‘‡πŸ‘‡
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
Download Telegram
Sammuu keenya maaltu miidhuu danda'a?

1.ciree nyaachuu dhiisuu
2.Hirriiba gahaa rafuu dhiisuu
3.social life ykn nama waliin haasa'uu dhabuu.
4.nyaata humnaa ol nyaachuu.
5.osoo dhukkubsatanii boqonnaFudhachuu dhiisanii sammuu ofii hojjechiisuu.
6.sukkara humnaa ol nyaachuu.
7.Tamboo xuuxuu.
8.hojii idilee ofii bakka qilleensi faalametti hojjechuu.

Dr.Gurmeessaa




SHARE JOIN
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@OROMOTOO
@OROMOTOO
@HARARGETUB
@HARARGETUB
πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†

YaadafπŸ‘‰ @Abdetuor
Yeroo

=======================
@OROMOTOO


Biyya lafaa hundaaf wal qixxee kennamtee
Ati jiruudhaakaa Jireenya jedhamtee
Mi'a gatii jabeessaatti herregamtee
Hin bitamtuu garuu kan akkas yaamamte

Darbitee hin deebitu fuulduraatti deemta
Kan sirratti hojjeteef milkaa'inaan jirta
Warra irraatti hojjettef kufatiidhaan dhufta
Itti hojjedhuu yaa namaa maa iddoo hintaanet kuftaa?

Yeroon bar qabeenya qabeenya uumamaa
Kan waaqayyoo kenne wal qixxee qoodama
Kun ifuma jiraa kallattiin beekama
Lakkii hin goowwomin itti hojjedhu yaa nama

Guyyaan tokkoo tokkuma eessattu
Wal qixxee hin kennamnee jette hin komaattu
Sa'a digdami afurtu jira isa keessattuu
Mee amma wawwattu irraatti hin hojjettu?

⚠️ Warning: Many users reported this account as a scam. Please be careful, especially if it asks you for money.


ShARE β›³JOIN
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@OROMOTOO
@OROMOTOO
@HARARGETUB
πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†


YaadafπŸ‘‰ @Abdetuor
#COVID19 #Oromia

Naannoo Oromiyaatti qorannoo sa'aa 24 keessatti namoota 1,143 taasifameen vaayirasii koronaan (COVID-19) kan qabaman nama shantamii sadi (53).

Hanga ammaatti akka naannoo Oromiyaatti qorannoo laabraatorii 38,743 gaggeeffame namoota vaayirasii koronaan qabamu isaani mirkanaa'e 997 kan gahee yemmuu ta'u, kanneen lubbuu isaani dhaban 18 gaheera.

@DEDRORO
@OROMOTOO
@DEDRORO
#COVID19 #COVID19Ethiopia

Ityoophiyaatti sa'aatii 24 darban keessatti qorannoo laabraatorii 7,760 gaggeeffameen namoota dabalataa 610 irratti vaayirasichi jiraachu mirkanaa'e jira. Kun lakkoofsa waliigalaa 15,810 taasiseera.

Akkasumas lubbuun namoota 14 kan darbe yoo ta'u, waliigalaan namoonni vaayrasichaan lubbuun isaanii darbe 253 qaqqabeera.

Gama biraan namoonni dabalataa 159 dhibee kanarra bayyanachu isaanin walqabate lakkoofsa waliigalaa namoonni bayyanatan 6,685 gaheera.

@DEDRORO
@DEDRORO
@OROMOTOO
@OROMOTOO
#COVID19

Afrikaa keessatti sadarkaa biyyoota qorannoo laabraatorii heddu gaggeessan:

1⃣ Afrikaa Kibbaa - 2,830,635

2⃣ Morookoo - 1,188,801

3⃣ Itoophiyaa - 403,611

4⃣ Gaanaa - 382,752

5⃣ Keeniyaa - 289,759

Afrikaa keessatti sadarkaa biyyoota namoota baay'ee koronaa vaayirasiin keessatti qabaman:

1⃣ Afrikaa Kibbaa - 459,761

2⃣ Masiir - 92,947

3⃣ Naayjeeriyaa - 41,804

4⃣ Gaanaa - 34,406

5⃣ Aljeeriyaa - 29,229
Maddi warledometrs
@OROMOTOO
@OROMOTOO
@DEDRORO
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 915 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 11 darbe

Gabaasa idilee qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 915 vaayrasii koroonaan qabamuu Ministeerri Fayyaa beeksise.

Sa’aa 24 darbetti qorannoo laabraatoorii namootaa 8,957 hojjetameen vaayrasichi namoota 915 irratti argamuu Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan ibsaniiru.

Namoonni haaraan 187 dhibichaarraa yoo dandamatan,
Waliigala namoonni 6950 vaayrasicharraa dandamataniiru.

Yeroo ammaa vaayrasichi kan irratti argamu namoota 10,304 yoo ta’u, namoonni 187 wallaansa cimaa keessatti argamu.

Hanga ammaatti waliigala lubbuun namoota 274 darbeera.

Ityoophiyaatti waliigala namoota 422,354f qorannoon laabraatoorii hojjetameera.

Waliigala lakkoofsi namoota vaayrasichaan qabamanii 17,530 ga’eera.

@harargetub
@harargetub
#COVID19 #COVID19Ethiopia

Ityoophiyaatti sa'aatii 24 darban keessatti qorannoo laabraatorii 7,607 gaggeeffameen namoota dabalataa 707 irratti vaayirasichi jiraachu mirkanaa'e jira. Kun lakkoofsa waliigalaa 18,706 taasiseera.

Akkasumas lubbuun namoota 28 kan darbe yoo ta'u, waliigalaan namoonni vaayrasichaan lubbuun isaanii darbe 310 qaqqabeera.

Gama biraan namoonni dabalataa 406 dhibee kanarra bayyanachu isaanin walqabate lakkoofsa waliigalaa namoonni bayyanatan 7,601 gaheera.

@OROMOTOO
@OROMOTOO
Forwarded from Deleted Account
πŸ”‰Marrii DR.lammaa magarsa fi piresdaanti Motummaa Naannoo Oromiyaa gaggessan dhoksatti kan jalaa bahee play tuqudhaan Daawwadhaa

⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️
⬜️⬜️ PLAY▢️ ️⬜️⬜️⬜️
⬜️⬜️⬜️⬜️⬜⬜⬜️️⬜️⬜️️️

⭕️⭕️⭕️⭕️⭕️⭕️⭕️⭕️⭕️⭕️⭕️

GALGAALA HACCEN LUUBBUN ISSA DABBARTE LAAMROT KAMAALI FI DR. AHBIYYI GIDDU MISXIRA JIRUU OPEN TUQUN ILAALAA

β–ˆβ–ˆβ–ˆβ–ˆβ–ˆβ–ˆβ–ˆβ–ˆβ–ˆβ–ˆβ–ˆβ–ˆβ–ˆβ–ˆβ–ˆβ–ˆβ–ˆβ–ˆβ–ˆβ–ˆ
β–ˆβ–ˆβ–“β–’β–‘β–‘β–‘ OPENβ–‘β–‘β–‘β–’β–“β–ˆβ–ˆβ–ˆβ–ˆ
β–ˆβ–ˆβ–“β–’β–‘β–‘β–‘ OPENβ–‘β–‘β–‘β–’β–“β–ˆβ–ˆβ–ˆβ–ˆ
β–ˆβ–ˆβ–ˆβ–ˆβ–ˆβ–ˆβ–ˆβ–ˆβ–ˆβ–ˆβ–ˆβ–ˆβ–ˆβ–ˆβ–ˆβ–ˆβ–ˆβ–ˆβ–ˆβ–ˆ

πŸ”‰Artist hacaaluu hundeessa galgaala San
Haasa isaan godhan waraabamee bahee PLAY jechuun Dubbisa

⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️
⬜️⬜️ PLAY▢️ ️⬜️⬜️⬜️
⬜️⬜️⬜️⬜️⬜⬜⬜️️⬜️⬜️️️

⭕️⭕️⭕️⭕️⭕️⭕️⭕️⭕️⭕️⭕️
Forwarded from Deleted Account
πŸ”‰Marrii DR.lammaa magarsa fi piresdaanti Motummaa Naannoo Oromiyaa gaggessan dhoksatti kan jalaa bahee play tuqudhaan Daawwadhaa

⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️
⬜️⬜️ PLAY▢️ ️⬜️⬜️⬜️
⬜️⬜️⬜️⬜️⬜⬜⬜️️⬜️⬜️️️

⭕️⭕️⭕️⭕️⭕️⭕️⭕️⭕️⭕️⭕️⭕️

GALGAALA HACCEN LUUBBUN ISSA DABBARTE LAAMROT KAMAALI FI DR. AHBIYYI GIDDU MISXIRA JIRUU OPEN TUQUN ILAALAA

β–ˆβ–ˆβ–ˆβ–ˆβ–ˆβ–ˆβ–ˆβ–ˆβ–ˆβ–ˆβ–ˆβ–ˆβ–ˆβ–ˆβ–ˆβ–ˆβ–ˆβ–ˆβ–ˆβ–ˆ
β–ˆβ–ˆβ–“β–’β–‘β–‘β–‘ OPENβ–‘β–‘β–‘β–’β–“β–ˆβ–ˆβ–ˆβ–ˆ
β–ˆβ–ˆβ–“β–’β–‘β–‘β–‘ OPENβ–‘β–‘β–‘β–’β–“β–ˆβ–ˆβ–ˆβ–ˆ
β–ˆβ–ˆβ–ˆβ–ˆβ–ˆβ–ˆβ–ˆβ–ˆβ–ˆβ–ˆβ–ˆβ–ˆβ–ˆβ–ˆβ–ˆβ–ˆβ–ˆβ–ˆβ–ˆβ–ˆ

πŸ”‰Artist hacaaluu hundeessa galgaala San
Haasa isaan godhan waraabamee bahee PLAY jechuun Dubbisa

⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️
⬜️⬜️ PLAY▢️ ️⬜️⬜️⬜️
⬜️⬜️⬜️⬜️⬜⬜⬜️️⬜️⬜️️️

⭕️⭕️⭕️⭕️⭕️⭕️⭕️⭕️⭕️⭕️
Forwarded from MADDA BEEKKUMSAA🌳 (Allahan Qaba)
"jarri beekkumsaaniis qabeenyaaniis nu hin caalan,garuu waan takka ta isaan nu caalaniiniitu jira saniis #hanga_hin_geenye_if_godhanii_mullachuu_isaaniiti " ja'e Tamaam Waarituu...!
😍Kana jachuun isaa:-odoo nu caalaa hiyyeeyyii tahanii jiraniiti akka dureeyyootaatti humnaan nu saamanii sooreeyyii if fafakkeeysan,akkasuma ammaas odoo bekkumsaan nun geenye akka nama beekkumsa nurra qabuutti humnatti fayyadamnii nu cunqursanii nama waa beeku if fakkeeysanii if mumullisan jachuu isaati. Maalumaatu jacha isaa kana akkatti bareeche !
#Gaafa tokko beeytoota keenya kanaafiis dabarumaaf jiraatti.
#Kanuma abdiin keenyaas oluma
sabni keenyaas numa bilisooma.
😍Dhaamsi itti fufa...!
πŸ‘Yeroo hedduu takka sheenawuun kee hin hafu waan jarjartee gootuu kheeysatti.
🀐Callisuu keetiif wanti komatamtuuf namni garaa kee baruu waan dhabeef si komata malee badii qabatamaa sirratti qabaateetii miti. #garuu waan si afaanii bahe keeysatti komatamtuus ragaatu sirratti jira.
#Komii callisuu keetiif komatamte guyyaa tokko dubbattee namaaf addaan ni baafta,komii saniis firraa ni kuffifta. #Komii waan dubbatterratti komatamte garuu deebistee sirreeysuun ni ulfaata. Waan afaanii baastee dubbatte deebistee arraabuun cinqii guddoo si feesisa

#Waan dubbattee dogongorteef malee dogongora dubbachuu dhabdee garatti qabatteef hin sheenooytu namaanillee hin arrabsamtu,hin komatamtulle...Waan baastee dubbatturra waan liqimsitee qabattu baayyisi....!
😍Dhaamsi itti fufa....!



@OROMOTOO
@OROMOTOO
Ganda jaalalti hin jirre haajamtee metira 1 deemtee dhaquurra ganda jaalalti jirtu Kilometira 11 miilaan deemtee achitti haajaa tee fixachuutu irra salphata.
#Nama hin jaalanne sagaleen haajaa itti himachurra guyya guutu barreeyfamaan irratti ergaa ooltee haaja tee fixachuutu irra salphata
#Eegaan isaan jibbeen sagalee isaaniille jibbe ja'e tokko....😍😘
#Lafa jaalaala oolaa😁
Gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin dabalataan namoonni 459 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 13 darbe
Ityoophiyaatti sa’aa 24 darbeetti qorannoo laabraatoorii namoota 7319 gaggeeffamneen namoonni 459 vaayrasichaan qabamuu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Namoonni 13 ammoo lubbuun darbaniiru.

Waliigalaan lakkoofsi namoota vaayrasichi irratti argame 20,336 qaqqabeera.

Waliigalaan kan dandamatan 8598 qaqqabuu ministeerichi eerera.

Waliigalaan amma ammaatti kan lubbuu namoota darbe 356 qaqqabeera.

Namoonni 185 hordoffii wallaansa cimaa keessatti argamu.

Ityoophiyaatti waliigalaan qorannaan laabraatoorii namoota 459,746 hojjetameerra

@DEDRORO
@DEDRORO