πŸ”ŠHARARGEE MEDIA
1.57K subscribers
454 photos
22 videos
2 files
211 links
Chaanalii kan irra
- Seenaa babbareedoo
- Jecha Beektotaa
-walaloolee garagaraa
- Dhugaawwaan garaagaraa
- Tooftaa Milkaayinnaa
Bifa saayinsaawaa ta'een argattu!!!!!
CHANNEL YOUTUBE KEENYA SUBSCRIBE NUUF GODHA πŸ‘‡πŸ‘‡
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
Download Telegram
Channel photo updated
Forwarded from πŸ”ŠHARARGEE MEDIA
MAL JETTURRE AMMA HOO

Isa duraa gamaatti laalee
Qubaa itti agarsiisnu
Biyyaa keenya hin seenu jennee
Osoo waa meeqa haasofnuu!!!!

Tokko jedhe eegalee
Biyyaa keenya galuu
Mootumman labsii labsun
Hunduu manaatti haa galuu!!!!

Gorsa walii dhaga'uun
Hunduu qa'eetti deebi'ee
Gochawwan rawwatamanis
Hunduu galmaan ga'ee!!!!!!

Guyyaan akkumaa darbuu
Hunduu irraanfatama dhufe
Hunduu karaa irraa olaa
Balbala manaa cufe!!!!

Koronaan Itoophiyaa hin tuquu
Inni kan cubbaamootatti
Warraa cubbuu hojatan
Summii afaaniitti baatanii
Kan ta'an akka Bofa!!!!!!

Akka mixii hojiif kaatuu
Hunduu wal keessa yaa'a
Osoo mana mana deemtee
Manni hunduu duwwaa ta'a !!!!

Gaafa tokko lama qabu
Isaan kan ala dhufanii
Malee kan biyya keessa
Homtuu hin qabamanii !!!

Guyyaa sagal kudhan jedhan
Xiqqoo ishee of qusatanii
Guyyaa namuu hin qabamin
Figaanii wal dhungatanii!!!!!!

Konkolatan haa dhabbatuu
Mootumman ergaa dabarsee
Abjuun waan argee hin beekne
Barii haa deemanii labsee !!!!!!!

Mal jettuurre amma hoo
Silaa dallaa isinitti cabsee
Iddoo hundaa qabatee
Waraana siniitti labsee!!!

Jaarsaf jaartii hin jennee
Daa'immaniif dargaggeessa
Iddoo hundaa qabatee
Bal'aas ta'ee ulaa keessa!!!!

Xaaliyaanii yoo injifannu
Dursaa itti of keennineerre
Akka qophooftuf laalee
Iddoo gaarii laneefirree!!!!

Kun akka Xaaliyaanii caalu
Hin hubaanne mooree lammii
Dorsiisee dorsiisee yeroo yeroon
Guyyaaf halkan yoo godhu agaamii

Lammii koo biyyaa koo
Dhaga'ii sifan dhaamaa
Osoo gurraafi ija qabdanuu
Hin ta'inaa maaloo jaamaa !!!!!!

Eegee fi gaabbiin dubaan
Akka tatee duruu silaa hubatee
Ofirraa ittisuu dhiisuudhaan
Maaf amma gaabbii galtee !!!!!!

Har'aa irra eegalee
Hunduu of haa eegnu
Gorsaa ogeessa fayyaa
Fixaan isaaniif haa baasnuu !!!!!

Waa ogeessi jedhee
Hunduma raawwadha
Warri hin beekne immoo
Kan beeku gafadha !!!!!!!

Amantaa keessaniin
Hundumtuu kadhadhaa
Cubbuu kessan hundaaf
Maaloo nuf dhisii jedha !!!!!!

Adaara waqaa koo
Atii nuuf araarami
Yaaka keenya amaneera
Nuraa qab hagamii !!!!!(2)

Qeqaa fi yaada yoo qabatan

@harargetube
@harargetube
Join fi share godhaa.
✍kanaafii Mirti...πŸ‘Ž

Jireenyi Kee Yoo Nama Hin Fayyanne Duuti Keetiis Nama Miidhu Hin Qabu‼️
Jireenya Jiraattu Keeysatti Nama Fayyaduuf Jiraadhu
πŸ‘Barnoonni Guutuu Namaa Si Hin Taasisu Yoo Amalaan Wal Arkate MaleeπŸ€”
✍Beekumsi Kee Namoota Baadiyyaa Irraa Gara Magaalaa Dhufan Yoo Hin Fayyanne Maaali❓ Hiikkkaan Beekumsa Keetii .
πŸ€”Waan Nama Ajaa'ibsiisuπŸ‘‡

πŸ‘‰Gariin Dr Fayyaa Haadha Baayyee Dhukkusattee Jirtu,Tan Rakkoo Cimaarraa Kan Ka'e Isa Bira Dhufteen Deemii Kaardii Muradhuu Koottu Ja'eenii Osoo Hin Danda'u Jattuunii Dirqama Itti Godhee Rakkisa😏
πŸ‘†Kanaafii? Kan Barannee Sadarkaa Guddaa Sanirra Geenyeef.
Kana Qofaa Miti Gariiii Barataatuu Jira Iddoo Hospital Ykn Iddoo Biiroolee Keeysatti Yeroo Haadhooliin Iddoo Garaa Garaatti Sababaa Beekumsa Dhabuu Isaanii Irraa Kan Ka'eef Akeekachiisa Kutaa Gubbatti Barreeyfamanii Jiran Wallaaluudhaan Oliifi Gad Yeroo Deemanii Kutaa Itti Haajaman San Barbaadan Tuffachaa Odoo Iddoo Isaan Barbaadaa Jiran San Hin Garsiisne Bira Kutu.
Barataa Jachuu Akkanaa?
✍Barnoonni Kee Hadhoolii Wallaalaa Yoo Hin Fayyanne Maali Hiikkaan Isaa ?
#Walumaa_Galatti_Dhaamsi_Koo πŸ‘‡
Hadhoolee Fi Abbootii Keenya Yeroo Isaan Beekkumsa Dhabuu Irran Kan Ka'e Waan Garaa Garaa Wallaalan Akka Callifnee Bira Hin Kunne.
πŸ€”Jireenya Jachuun Kan Namoota Keeysatti Gargaatuudha ‼️
✍Beekkumsa Jachuun Kan Wallallaa Keenya Tuffachuufii Itti Qoosuun Maletti Bira Dhaabbattee Gargaartuudha!
πŸ™dhaamsi itti fufa.......

JOIN SHARE SHARE
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@OROMOTOO
@OROMOTOO
@OROMOTOO
πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†
✍YaadafπŸ‘‡
@abdetuor
NAMNI NAMA FAYYADUUF MALEE MIIDHUUF HIN
UUMAMNE!
Xiinsammuu 002
Yoon isarraa adda ba'e inni ni miidhama ykn yoon
isheerraa adda ba'e isheen ni miidhamti jettee
jaalala akka itti hin fufne utuu beektuu jaalallee
kee waliin jiraachuunkee miidhuu dha malee
fayyaduu miti. Utuu jaalalleenkee hin beekiin
yeroo dhaaf waliin gammadeen gaafan barbaade
irraa adda ba'a jettee yoo yaadde ta'e, yaada
sana dhiistee utuu jaalalleekee hin miidhiin akka
armaan gadii kanatti karaa nagaa irraa adda ba'i
.
1. Guyyaa jaalalli keenya itti fufuu hin danda'u
jettee MURTEESSITEE (utuu hin murteessiin itti
yaaduun akkuma jirutti ta'ee) kaasii irraa adda
ba'i.
2. Yeroo irraa adda baatu QAAMAAN argii irraa
adda ba'i. Textiidhaan, bilbilaan, chatiidhaan si
dhiiseera jettee itti hin himiin.
3. Yeroo irraa adda baatu waan kana gooteef,
waan haalli naaf hin mijanneef, takka adda
baanee ilaalla jedheeni fi kkf jettee sababa sobaa
fi haalatti hin qabatiin. Maaliif irraa akka adda
ba'uu barbaadde sirriitti itti himi.
4. Yeroo itti himtu, utuu hin dheekkamiin gaaffii
isheen/inni si gaafate/tte hunda deebisiif.
Deebiikees ifaa godhi, hin dhoksiin!
5. Maaliif akka adda baate, yoomiif akkamitti
akka adda baatee, maaltu akka isin muudate
namoota biraatti haasa'iin.
6. Erga irraa adda baatee, hin bilbiliiniif,
jajjabeessuu hin dhama'iin, jaalala dhaabneerra
garuu hiriyyaa gaariin sii ta'a jettee itti hin
dhiyatiin. Namni takkaa wal jaallatee ka'ee
waldhiisee deebee jaalallee malee hiriyyaa waliif
ta'uun soba.
7. Waa'ee nama irraa adda baate sana
hir'inasaaa/shee, hammeenya fi rakkoo isaa/
ishee hin haasa'iin. Nama gaarii akka siif turte/
ture haasa'i
.
Dr. Gurmeessaa

YAADAFπŸ‘‡πŸ‘‡
@Abdetuor


Gorsa xiinsammuu garaa argachuuf

JOIN JOIN SHARE SHARE
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@oromotoo
@oromotoo
@oromotoo
@oromotoo
Milkaa'uu irraa maaltu nama ittisaa? ✍

πŸ‘‰Wantoonni milkaa'ina goonfachuu irraa nama ittisan hedduun kanneen armaan gadiiti. οƒ˜
πŸ‘‰Fedhii dhabuu οƒ˜
πŸ‘‰Kufaatii sodaachuu οƒ˜ ✍jechaa namaaf iddoo kennuun,
✍duubatti mucucaachuu οƒ˜ ✍Ofitti amanamummaa dhabuu οƒ˜
✍Dandeettiifi humna ofii wallaaluu οƒ˜
✍Mul'ata dhabuu οƒ˜
✍Kaayyoo malee jiraachuu οƒ˜
✍Kutannoo dhabuu
✍Nama ilaalanii karoorsuufi karaa nama biraa hordofuu οƒ˜
✍Abdii kutuu οƒ˜
✍Waan xixiqqootti quufuu οƒ˜ Sodaachuu οƒ˜
✍Of tuffachuu οƒ˜
✍Wareegama kanfaluu sodaachuu οƒ˜
✍Dhugaa jireenyaafi addunyaa wallaaluu
πŸ‘‰Wantoonni kunniin namni akka hin milkoofneef namaafi milkaa'ina isaa gidduutti dallaa warra ijaaranidha.
✍Namoota dallaa kana cabsantu milkaa'ee jiruu bareedaa arga.
✍Warri harka laate immoo osoo iddoo yaade hin gahin karaatti hafa.
✍Kaayyoo ofiif kutannoofi jabina godhatanii, gufuu kanneen irra tarkaanfachuun nama milkeessa. Wantoota kanneen of duraa kaasuun karaa isin milkeessu barbaadaa!

Milkaa'aaπŸ™πŸ™!

Maddi: Kitaaba Xiinsammuu Coqorsa Abdii!



JOIN SHARE SHARE
@OROMOTOO
@OROMOTOO
@OROMOTOO
ΕŽΕ”ΕŽ ADVERTISING(BEEKSISUU)
β›³πŸ™HAYYE HORDOFTOOTA KEENYA CHANNALI KANA JALATTI BEEKSISA HOJJATAMU KANA NAMOOTA BEEKSISA HOJJATAN QUNNAMUUDHAF JOIN GODHAβœ… @...........
βœ… @....................

JOIN JOIN
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@OROPRO πŸ‘ˆ
@OROPRO πŸ‘ˆ
πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†
https://t.me/OROPRO
@Oromotoo
....... Ilaalcha kee sirreessi......
.
.
.......
πŸ‘‰Gaaf tokko Namicha beekaa(Doktara) tokkotu namoota dhugaatii alkoolii dhuganii machaa'anπŸ˜‹πŸ˜‹πŸ€Ήβ€β™€πŸ€Ήβ€β™€πŸ€Ήβ€β™€πŸ€Ήβ€β™‚πŸ€Ήβ€β™‚ akka isaan dhiisaan baruumsa tokko barsiisuu yaade.πŸ˜“πŸ˜“πŸ˜“yaadni isaa kunis milkaa'eefii namoota araada dhugaatii qaban kana walitti qabee πŸ‘©β€πŸ‘©β€πŸ‘¦πŸ‘¨β€πŸ‘¨β€πŸ‘¦β€πŸ‘¦πŸ‘¨β€πŸ‘¨β€πŸ‘§β€πŸ‘¦πŸ‘¨β€πŸ‘¨β€πŸ‘¦πŸ‘¨β€πŸ‘¦β€πŸ‘¦ barsiisuu jalqabe.........gidduutti fakkeenya tokkoon barumsa guddaa dabarsuufii barbaadee.......πŸ™‚πŸ™‚πŸ™‚...akkas godhe........burcuqqoo lama fide.....⚱🏺
Isa tokkotti bishaan itti naqe...🚰🚰🚰
Isa kan biraatti immoo dhugaatii alkoolii naqe.
Burcuqqoo lamaanittuu si'a tokko rammoo tokko tokko keessa buuse.πŸ›πŸ›yeroo kana hundiinuu callisaan waan inni godhu ilaalaa turanπŸ€”πŸ€”...... Otuma ilaalanii raammoon bishaan keessatti buufamte....akkaa garaa isheetti sochoo'uu jalqabdeπŸ›....isheen alkoolii keessa buufamtee immoo xiqqoo erga sochooteen booda duute.⚰⚰erga kana agarsiisee fixeen booda....."kanarraa maal hubattu?"jedheen.......battalumatti hirmaataan tokko harka baasee carraan kennameefii dubbachuu eegale.....akkas jedhe...."An kanarraa kanan hubadhee.....raammoon alkoolii keessa buute du'uun isheerraa kanan hubadhe nuti yeroo alkoolii dhugnu rammoon kamiyyuu garaa keessa nu hin jiraatu....alkoolichii waan isaan ajjesuuf jechuudha.....yoo bishaan dhugne garuu raammoon garaa keessattii akka fedhe socho'uun walhora....kanaafuu dhukkubni nu qaba jechudha......walumaa galatti barsiisaa dhugaatii alkoolii dhuguun gaarii akka ta'een irraa hubadhe barsiisaa...."jedhee taa'ee yeroo inni haasaa'a Isa fixeen booda namoonni akkasaa araada dhugaatii qaban barumsa kanarratti affeeraman baay'een haasaa'aa mucichaatti gammadanii walii galtee saanii ibsuuf harka isaanii rukutuu eegalanπŸ€—πŸ€—πŸ€—πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ™€......yeroo kana Dooktarichi waan jedhu wallaalee😰😨😰😨😨😨😒πŸ˜₯😨😳😳......argitee ilaalcha namaa akka namichaatti ilaalchisaa siirriidha.....garuu Doktarichii waan barsiisuu yaade kana miti....... πŸ‘ˆπŸ‘‰Garuu ati maal asiirraa hubatta???? yaa dubbisaa ilaalcha kee giddu galeessa godhi.....ilaalcha faalla ta'e qabaachurraa ilaalcha sirrii qabaachuu qabda......wanti nama gaddisiisu keessa namichii tokko ilaalcha xaxamaa akkasii qabaachuu osoo hin taane namoonni sun duchi ilaalcha namichaa xaxamaa sana fudhachuu isaaniitii........nama gaarii yoo taate ilaalcha gaarii qabaachuuf of ta'uun barbaachisaadha.waan guddaa yaadi waan guddaa xinxalii....waan guddaa hojjedhu.....yeroo hunda ilaalcha sirriii(posativi)qabaadhuπŸ™€πŸ™€πŸ™ˆπŸ™‰πŸ™ŠπŸ™ˆπŸ™‰....πŸ‘‰πŸ‘‰πŸ‘‰πŸ‘‰πŸ‘‰πŸ‘‰πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡Join gochuu in irraanfatiinπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@HARARGETUB
@HARARGETUB
@HARARGETUB.....join....join....
WANTOONNI FUULDURAA HANGA DHUFANITTI DHIISI

πŸ”΄Boru hin uumamnee kanaafuu isa irratti yeroo balleessuun hin barbaachisu

πŸ”΄Boru Riqicha Adunyaa hin hin mildhanne keessa jiruudha

πŸ”΄wanta fuulduraa irratti xiyyeeffachuu Amantiin keenya irraa nu dhoowwa, sababni isaa Adunyaa kanaan wajjiin hidhannaa yeroo dheeraa akka qabaannu nu godha

πŸ”΄Hojii hardhaa sirritti hojjachuudhan Boru hanga inni dhufutti dhiisi

πŸ”΄Adunyaa Tana irratti abdii fulduraa wajjiin hidhannoon qabdu daangaa qabaatuu qaba



@HARARGETUB
@HARARGETUB
... Ajaaa'iba dhugaa...

😊Waan akkaan na ajaa'ibsiise takkaan isiniif himaa na faana turaamee.
😊Guyyaa tokko hiriyyaa khiyyaa wajjiin odumaan taa'u jiruuti hiriyyaan kiyya tokko iddoo biraatii "missed caal" narratti godhe aniis akka tasaa tahee qarshii xiqqoon kheeysaa qaba qarshii saniis "data" baneetiin "internet" irratti wahi godhuufiin itti haajamee taa'utti jira.
😊Deebiseetiifiin daqiiqaa lama itti dubbadhee akka santimni keeysatti naaf hafee haajaa ittiin bahadhu ja'eetii hiriyyaa kiyya kan na bira jiru kanatti himee yeroon daqiiqaa lama dubbise oduma inni yaada isaa hin fixin akka nama bilbilli santima fixee iiratti dhaamee tokkotti isatti fakkeeysee irratti dhaamse, hiriyyaan khiyya kha na bira jiruufii kha na dawwale khanaas walitti qoosaa goonaa beeytee yeroo hedduu😊
#Inniniis gochaan an hiriyyaa khiyya kha bakka biraatii natti dawwale irratti godhe khanatti yeroo seniif kofleetuma naa wajjiin ittiin buhaare...😊
#Amma guyya guyyaa khanatti aanu hiriyyaan kiyya kha na bira jiru khuniis bakka biraatii haajaa jabduuf natti haajamee akka tasaa bilbilli isaa saantima hin qabduu beeytee inniniis "Missed call" natti godhe aniis akka carraa tahee arraas bilbila khiyya keeysaa qarshii xiqqoon qaba odumaan deebissefii itti haasawu jiruu bilbilli kiyya santima fixee dhaame beekhiga arra dhugumaan fixee dhaamee😊
πŸ‘Nama biraa irraa bilbila fuudhee yeroon deebisuuufii natti kofle natti safaaxe.
πŸ˜„Maal saheeti natti kofle natti safaaxe ni beeytanii akkaan waan an beekhaa irratti dhaamsee seheeti, akkaan khaleeysa isa bira taa'ee saahiba kiyya khaan san godhee waaniin isaas arra godhe saheti...πŸ€”
πŸ€”Nama qablii qabuuf seenaan kun ergaa guddaa qaba...
#Mee seenaa kanarraa waan hubattan @abdetuor gubbaan naaf ergaa aniis seenaa kanarraa waan barannu balliseetiin deebisee asirratti isiniif barreeysaa.
😍Dhaamsi itti fufa...

@harargetub
@harargetub
@harargetub
WANTOONNI FUULDURAA HANGA DHUFANITTI DHIISI

πŸ”΄Boru hin uumamnee kanaafuu isa irratti yeroo balleessuun hin barbaachisu

πŸ”΄Boru Riqicha Adunyaa hin hin mildhanne keessa jiruudha

πŸ”΄wanta fuulduraa irratti xiyyeeffachuu Amantiin keenya irraa nu dhoowwa, sababni isaa Adunyaa kanaan wajjiin hidhannaa yeroo dheeraa akka qabaannu nu godha

πŸ”΄Hojii hardhaa sirritti hojjachuudhan Boru hanga inni dhufutti dhiisi

πŸ”΄Adunyaa Tana irratti abdii fulduraa wajjiin hidhannoon qabdu daangaa qabaatuu qaba



@HARARGETUB
@HARARGETUB

YaadafπŸ‘‰ @Abdetuor
Success is a matter of CHOICE
YOU need to keep your mind on what you want, not on what you don't want.

Success is not an accident.
It is the result of your attitude and your attitude is a matter of choice. Hence,
Success is a matter of a choice & not chance

Most crackpots keep waiting for a Jackpot!
That strategy rarely brings Success.
In fact, that is not even a strategy.
It is an invitation to disaster.

The common man seeks security, whereas
the uncommon man seeks opportunity.

SHARE! πŸ™
JOINπŸ”œ@OROMOTOO
@OROMOTOO
@OROMOTOO

By πŸ‘‰ @ABDETUOR
πŸ‚πŸƒπŸ‚πŸƒπŸ‚πŸƒπŸ‚πŸƒπŸ‚πŸƒπŸ‚πŸƒ

Eenyummaa nama tokkoofi
Maalummaa nama tokkoo utuu hin beekin iccitii ofii baasanii itti himuun gaabbiidhaaf nama saaxila.

Kanaaf haasaan keenya mi'aaweef iccitii keenya baasuu haa dhiifnuu.

πŸ‚πŸƒπŸ‚πŸƒπŸ‚πŸƒπŸ‚πŸƒπŸ‚πŸƒπŸ‚πŸƒ




SHARE!πŸ™πŸ™shareπŸ‘ shareπŸ‘
JOIN πŸ”œ @HARARGETUB
@HARARGETUB
@OROMOTOO
@OROMOTOO
Sammuu keenya maaltu miidhuu danda'a?

1.ciree nyaachuu dhiisuu
2.Hirriiba gahaa rafuu dhiisuu
3.social life ykn nama waliin haasa'uu dhabuu.
4.nyaata humnaa ol nyaachuu.
5.osoo dhukkubsatanii boqonnaFudhachuu dhiisanii sammuu ofii hojjechiisuu.
6.sukkara humnaa ol nyaachuu.
7.Tamboo xuuxuu.
8.hojii idilee ofii bakka qilleensi faalametti hojjechuu.

Dr.Gurmeessaa




SHARE JOIN
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@OROMOTOO
@OROMOTOO
@HARARGETUB
@HARARGETUB
πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†

YaadafπŸ‘‰ @Abdetuor
Yeroo

=======================
@OROMOTOO


Biyya lafaa hundaaf wal qixxee kennamtee
Ati jiruudhaakaa Jireenya jedhamtee
Mi'a gatii jabeessaatti herregamtee
Hin bitamtuu garuu kan akkas yaamamte

Darbitee hin deebitu fuulduraatti deemta
Kan sirratti hojjeteef milkaa'inaan jirta
Warra irraatti hojjettef kufatiidhaan dhufta
Itti hojjedhuu yaa namaa maa iddoo hintaanet kuftaa?

Yeroon bar qabeenya qabeenya uumamaa
Kan waaqayyoo kenne wal qixxee qoodama
Kun ifuma jiraa kallattiin beekama
Lakkii hin goowwomin itti hojjedhu yaa nama

Guyyaan tokkoo tokkuma eessattu
Wal qixxee hin kennamnee jette hin komaattu
Sa'a digdami afurtu jira isa keessattuu
Mee amma wawwattu irraatti hin hojjettu?

⚠️ Warning: Many users reported this account as a scam. Please be careful, especially if it asks you for money.


ShARE β›³JOIN
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@OROMOTOO
@OROMOTOO
@HARARGETUB
πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†


YaadafπŸ‘‰ @Abdetuor
#COVID19 #Oromia

Naannoo Oromiyaatti qorannoo sa'aa 24 keessatti namoota 1,143 taasifameen vaayirasii koronaan (COVID-19) kan qabaman nama shantamii sadi (53).

Hanga ammaatti akka naannoo Oromiyaatti qorannoo laabraatorii 38,743 gaggeeffame namoota vaayirasii koronaan qabamu isaani mirkanaa'e 997 kan gahee yemmuu ta'u, kanneen lubbuu isaani dhaban 18 gaheera.

@DEDRORO
@OROMOTOO
@DEDRORO
#COVID19 #COVID19Ethiopia

Ityoophiyaatti sa'aatii 24 darban keessatti qorannoo laabraatorii 7,760 gaggeeffameen namoota dabalataa 610 irratti vaayirasichi jiraachu mirkanaa'e jira. Kun lakkoofsa waliigalaa 15,810 taasiseera.

Akkasumas lubbuun namoota 14 kan darbe yoo ta'u, waliigalaan namoonni vaayrasichaan lubbuun isaanii darbe 253 qaqqabeera.

Gama biraan namoonni dabalataa 159 dhibee kanarra bayyanachu isaanin walqabate lakkoofsa waliigalaa namoonni bayyanatan 6,685 gaheera.

@DEDRORO
@DEDRORO
@OROMOTOO
@OROMOTOO
#COVID19

Afrikaa keessatti sadarkaa biyyoota qorannoo laabraatorii heddu gaggeessan:

1⃣ Afrikaa Kibbaa - 2,830,635

2⃣ Morookoo - 1,188,801

3⃣ Itoophiyaa - 403,611

4⃣ Gaanaa - 382,752

5⃣ Keeniyaa - 289,759

Afrikaa keessatti sadarkaa biyyoota namoota baay'ee koronaa vaayirasiin keessatti qabaman:

1⃣ Afrikaa Kibbaa - 459,761

2⃣ Masiir - 92,947

3⃣ Naayjeeriyaa - 41,804

4⃣ Gaanaa - 34,406

5⃣ Aljeeriyaa - 29,229
Maddi warledometrs
@OROMOTOO
@OROMOTOO
@DEDRORO