Forwarded from πHARARGEE MEDIA
NAMOOTA GAGGAARITTI HIRIYYOOMI
Haalaa-amala Salafootaa keessaa inni tokko namoota gaggaarii wajjiin hiriyyoomuudha. Yoo karaa deemanis, yeroo mana taaβanis, bakka haasawaattis namoota haalaa-amalli isaanii gaggaarii taβe filatan. Akkasumas namoota Rabbii isaanii isaan yaadachiisanii fi namoota karaa qajeelatti isaan qajeelachan filatan.
Namoota gaggaarii wajjiin ooluun gaaroomina namaaf dabala. Qalbiidhaafis qulqullina dabala. Namoota hamaa wajjin taβuun ammoo hammeenya namaaf dabala. Qalbiinis hamtuu akka yaaddu isii taasisa.
Ahmad ibn Harb (rahimahullaah) akkana jedhe, βQalbii Muslima tokkoof namoota gaggaarii wajjiin ooluu caala, wanti faaydaa qabu hin jiru. Akkasumas onnee muslimaatiif wanti akka namoota hammeenyaan guutamanii waliin ooluu fi dalagaa isaanii laaluu caala miidhaa qabu hin jiru.β
Yaa Obboleewwan aakhiraa
Mee Eenyu wajjiin akka hiriyyoomnee jirru haa xiinxallinu. Ammaan tana silaa Hiriyyoomni qaamaa hafeeti, hiriyyoomni Facebookaa daran dabalee jira. Hiriyyaan kee kan Facebook irraa Waaβee amantii keetii si yaadachiisaa jira moo, Suuraa isaa maxxansee, Maashaa Allaah naan jedhaa siin jedhaa jira laata? Kanaafuu Mee hiriyyoota keenya haa filannu.
Guyyaa Qiyaamaa Sakandii nuti Facebook kanarratti dabarsineef itti gaafatamuun keenya hin oolamu. Kanaafuu yeroo dabarsaa jirru kana namoota gaggaarii wajjiin hiriyyoomuun kheeyrii irraa haa haasofnu.
Yaa Allaah
βΊ Hiriyyaa gaarii kan aakheraa keenyaaf tolu nuuf kenni
βΊ Hiriyyaa hamaa kan karaa kee irraa nu jallisu nurraa qabi
βΊ Warra Waliin taβee, Milkaahee jannata seenu nu taasisi
@harargetube

Forwarded from Deleted Account
ππππππππππππππ
β»β»β»β»β»β»β»β»β»β»β»β»β»β» WANTOONI BARBAADAN HUNDU JIRA
βΊMIDIYAALE BABEEKAMO
βΊWAA'EE BARNOOTAA
βΊSEENAA GOOTOAA
βΊWAA'EE AMANTII
βΊSIYAASA
βΊOROMUMMAA
.
HUNDU JIRA ITTI MAKAMAAπππ
JOIN JOIN ππππππππ
β»β»β»β»β»β»β»β»β»β»β»β»β»β» WANTOONI BARBAADAN HUNDU JIRA
βΊMIDIYAALE BABEEKAMO
βΊWAA'EE BARNOOTAA
βΊSEENAA GOOTOAA
βΊWAA'EE AMANTII
βΊSIYAASA
βΊOROMUMMAA
.
HUNDU JIRA ITTI MAKAMAAπππ
JOIN JOIN ππππππππ
Forwarded from πHARARGEE MEDIA
Namoota mul'ata isaaniif murtoo dhaabbataa hin qabne waantoota ja'an kanatu bitaaf mirgaan goolii itti dhiitee galchaa oola.
Isaanis:
Sodaa Hiyyummaa
Sodaa Ceephoo
Sodaa Fayyaa dhabuu
Sodaa Jaalala nama tokko dhabuu
Sodaa dullumaa fi
Sodaa du'aadha.
Waanti nama dhibu! Sodaan hiyyummaa yaada sammuuti malee waan qabatamaatti mul'atu miti. Waanti waaqaa gaditti biyya lafaa kana bitee jiru immoo yaada waan ta'eef yaanni sodaan guutame milkaa'ina kamuu mancaasuu danda'a.
Sodaan:
β‘ Kutaa Muuxannoo sammuu laamshessa
β‘ Sodaan Ofitti Amanamummaa mancaasa
β‘Sodaan Dharraa waan tokko hojjechuuf qabdu hadoocha.
β‘ Sodaan kaka'umsa hirrisa
β‘ Sodaan kaayyooketti akka hin amanne si godha.
β‘ Sodaan karoorake milkeessuuf carraaquu dhiittee teessee haala mijataa akka eegdu si godha.
β‘ Sodaan of to'achuu akka dadhabdu si godha.
β‘ Sodaan Gammachuun akka si baqatu godha.
β‘ Sodaan daddeettii yaaduukee dadhabsiisa.
β‘ Sodaan Sammuuf qalbiinke karoora tokkorratti akka hin xiyyeeffanne godha.
β‘ Sodaan Kutannooke barbadeessa.
β‘ Sodaan Miira jaalalaafi hiriyyummaa dhabamsiisa.
β‘ Sodaan hirriba ga'aaf gammachuu akka dhabdu si godha.
Kanaaf sodaachuu waan jedhamu of keessaa balleessi! Kana gochuuf immoo kaayyookeef ejjennoo amma dhumaatti dhaabatu qabaadhu.
Barruu Kana Kitaaba Think and Grow rich jedhurraan waliiti core.
Barreessaan Naappooliyoon_Hill Kitaaba kana waggaa 25 keessatti barreesse. Akka kitaabni kun jedhutti wanti kitaaba kana keessatti barreeffamee jiru dhugaadha jedha.
May 25 /2020
ββββββ
JGBπΆ
@harargetub

βοΈ Jireenya keenya keessatti wanti nuti akka ta'u barbaadnu
πni ta'a ykn ππhin ta'u
Namoonni yeroo cinqaman garuu wanti biraa kan addaa kan ta'u fakkeessu...
πYoo wanti yaadde siif ta'e,baga gammadde gammadi ....
πYoo hin taane garuu....gammadi...irra deebite yoo yaalte ni ta'a waan ta'eef...
βοΈ TA'uu fi Ta'uu dhabuu isaa dura garuu πTa'uu dhabuu akka danda'us beeki...dandeettii miira sitti dhagahamu keessummessuu qabaadhu πππ
Dhaamsi itti fufa.............
Halkan Gaarii πππ
By @abdetuor
@OROMOTOO

#Guyyaan har'aa kun Guyyaa addaatti....Guyyaa itti hanqinoota fi kufaatii kee ...miidhama ke irraanfattee waan haaraa itti uumuu dandeessudha. Mudannoowwan kee kanaan dhuraa jireenya kee keessaa galanii akka jeqan hin eyyamiiniif....kaleessi darbeera ....harri garuu guyyaa haaraadha.......kanaaf guyyaa haaraa kanatti jirrenya haaraa ....jiraachuu jalqabi ......ofii keetii murteessinaan ....murteessitee of amansiisuu dandeenyaan ....wantii atii jijjiruu hin dandeenye hin jiru.......Namoonni ciccimoon akka addunyaatti amma bekkaamanii adduunyaan isan wellisuu kun....jalqaba akkuma kee...akkumakoo....hir'inoota....mudannoo.....kuufaatii ....adda adda keessummeessa turan .....garuu baay'een isaani.....kufaatiwwan qaban irra darbanii har'a kan milkaa'eef ......sababni innii guddaan
#kutannooo isaanii fi Abdii kutuu dhabuu isaaniti.....
Maarree atis akka isaanii injifataa ta'uuf ....kutannoo mataakee.....qabaachuu qabda....wanta dhiisuu qabdu dhiisuuf...wanta irraanfachuu qabdu irraanfachuuf....wanta argachuu qabdu argachuuf.....kutannooo horadhuu......Cirumayyuu wantii feedhe haa ta'u Abdii hin kutiin ...........Oromoon maal jedha seete "NAMNI ABDII KUTU WAAN WALITTI QABATE BITTIINSA,"jedha.
Marree aniis kanuman sitti hima gonkumayyuu abdii hin kutiinn.............
Ofiikeef of jijjiruu akka dandeessu amani.........
Guyyaa haaraa kanatti of haareessi...
For more psychological advice plz join usπ
Share for your frnds...

MAL JETTURRE AMMA HOO
Isa duraa gamaatti laalee
Qubaa itti agarsiisnu
Biyyaa keenya hin seenu jennee
Osoo waa meeqa haasofnuu!!!!
Tokko jedhe eegalee
Biyyaa keenya galuu
Mootumman labsii labsun
Hunduu manaatti haa galuu!!!!
Gorsa walii dhaga'uun
Hunduu qa'eetti deebi'ee
Gochawwan rawwatamanis
Hunduu galmaan ga'ee!!!!!!
Guyyaan akkumaa darbuu
Hunduu irraanfatama dhufe
Hunduu karaa irraa olaa
Balbala manaa cufe!!!!
Koronaan Itoophiyaa hin tuquu
Inni kan cubbaamootatti
Warraa cubbuu hojatan
Summii afaaniitti baatanii
Kan ta'an akka Bofa!!!!!!
Akka mixii hojiif kaatuu
Hunduu wal keessa yaa'a
Osoo mana mana deemtee
Manni hunduu duwwaa ta'a !!!!
Gaafa tokko lama qabu
Isaan kan ala dhufanii
Malee kan biyya keessa
Homtuu hin qabamanii !!!
Guyyaa sagal kudhan jedhan
Xiqqoo ishee of qusatanii
Guyyaa namuu hin qabamin
Figaanii wal dhungatanii!!!!!!
Konkolatan haa dhabbatuu
Mootumman ergaa dabarsee
Abjuun waan argee hin beekne
Barii haa deemanii labsee !!!!!!!
Mal jettuurre amma hoo
Silaa dallaa isinitti cabsee
Iddoo hundaa qabatee
Waraana siniitti labsee!!!
Jaarsaf jaartii hin jennee
Daa'immaniif dargaggeessa
Iddoo hundaa qabatee
Bal'aas ta'ee ulaa keessa!!!!
Xaaliyaanii yoo injifannu
Dursaa itti of keennineerre
Akka qophooftuf laalee
Iddoo gaarii laneefirree!!!!
Kun akka Xaaliyaanii caalu
Hin hubaanne mooree lammii
Dorsiisee dorsiisee yeroo yeroon
Guyyaaf halkan yoo godhu agaamii
Lammii koo biyyaa koo
Dhaga'ii sifan dhaamaa
Osoo gurraafi ija qabdanuu
Hin ta'inaa maaloo jaamaa !!!!!!
Eegee fi gaabbiin dubaan
Akka tatee duruu silaa hubatee
Ofirraa ittisuu dhiisuudhaan
Maaf amma gaabbii galtee !!!!!!
Har'aa irra eegalee
Hunduu of haa eegnu
Gorsaa ogeessa fayyaa
Fixaan isaaniif haa baasnuu !!!!!
Waa ogeessi jedhee
Hunduma raawwadha
Warri hin beekne immoo
Kan beeku gafadha !!!!!!!
Amantaa keessaniin
Hundumtuu kadhadhaa
Cubbuu kessan hundaaf
Maaloo nuf dhisii jedha !!!!!!
Adaara waqaa koo
Atii nuuf araarami
Yaaka keenya amaneera
Nuraa qab hagamii !!!!!(2)
Qeqaa fi yaada yoo qabatan
@harargetube
@harargetube
Join fi share godhaa.
Isa duraa gamaatti laalee
Qubaa itti agarsiisnu
Biyyaa keenya hin seenu jennee
Osoo waa meeqa haasofnuu!!!!
Tokko jedhe eegalee
Biyyaa keenya galuu
Mootumman labsii labsun
Hunduu manaatti haa galuu!!!!
Gorsa walii dhaga'uun
Hunduu qa'eetti deebi'ee
Gochawwan rawwatamanis
Hunduu galmaan ga'ee!!!!!!
Guyyaan akkumaa darbuu
Hunduu irraanfatama dhufe
Hunduu karaa irraa olaa
Balbala manaa cufe!!!!
Koronaan Itoophiyaa hin tuquu
Inni kan cubbaamootatti
Warraa cubbuu hojatan
Summii afaaniitti baatanii
Kan ta'an akka Bofa!!!!!!
Akka mixii hojiif kaatuu
Hunduu wal keessa yaa'a
Osoo mana mana deemtee
Manni hunduu duwwaa ta'a !!!!
Gaafa tokko lama qabu
Isaan kan ala dhufanii
Malee kan biyya keessa
Homtuu hin qabamanii !!!
Guyyaa sagal kudhan jedhan
Xiqqoo ishee of qusatanii
Guyyaa namuu hin qabamin
Figaanii wal dhungatanii!!!!!!
Konkolatan haa dhabbatuu
Mootumman ergaa dabarsee
Abjuun waan argee hin beekne
Barii haa deemanii labsee !!!!!!!
Mal jettuurre amma hoo
Silaa dallaa isinitti cabsee
Iddoo hundaa qabatee
Waraana siniitti labsee!!!
Jaarsaf jaartii hin jennee
Daa'immaniif dargaggeessa
Iddoo hundaa qabatee
Bal'aas ta'ee ulaa keessa!!!!
Xaaliyaanii yoo injifannu
Dursaa itti of keennineerre
Akka qophooftuf laalee
Iddoo gaarii laneefirree!!!!
Kun akka Xaaliyaanii caalu
Hin hubaanne mooree lammii
Dorsiisee dorsiisee yeroo yeroon
Guyyaaf halkan yoo godhu agaamii
Lammii koo biyyaa koo
Dhaga'ii sifan dhaamaa
Osoo gurraafi ija qabdanuu
Hin ta'inaa maaloo jaamaa !!!!!!
Eegee fi gaabbiin dubaan
Akka tatee duruu silaa hubatee
Ofirraa ittisuu dhiisuudhaan
Maaf amma gaabbii galtee !!!!!!
Har'aa irra eegalee
Hunduu of haa eegnu
Gorsaa ogeessa fayyaa
Fixaan isaaniif haa baasnuu !!!!!
Waa ogeessi jedhee
Hunduma raawwadha
Warri hin beekne immoo
Kan beeku gafadha !!!!!!!
Amantaa keessaniin
Hundumtuu kadhadhaa
Cubbuu kessan hundaaf
Maaloo nuf dhisii jedha !!!!!!
Adaara waqaa koo
Atii nuuf araarami
Yaaka keenya amaneera
Nuraa qab hagamii !!!!!(2)
Qeqaa fi yaada yoo qabatan
@harargetube
@harargetube
Join fi share godhaa.
βkanaafii Mirti...π
Jireenyi Kee Yoo Nama Hin Fayyanne Duuti Keetiis Nama Miidhu Hin QabuβΌοΈ
Jireenya Jiraattu Keeysatti Nama Fayyaduuf Jiraadhu
πBarnoonni Guutuu Namaa Si Hin Taasisu Yoo Amalaan Wal Arkate Maleeπ€
βBeekumsi Kee Namoota Baadiyyaa Irraa Gara Magaalaa Dhufan Yoo Hin Fayyanne Maaaliβ Hiikkkaan Beekumsa Keetii .
π€Waan Nama Ajaa'ibsiisuπ
πGariin Dr Fayyaa Haadha Baayyee Dhukkusattee Jirtu,Tan Rakkoo Cimaarraa Kan Ka'e Isa Bira Dhufteen Deemii Kaardii Muradhuu Koottu Ja'eenii Osoo Hin Danda'u Jattuunii Dirqama Itti Godhee Rakkisaπ
πKanaafii? Kan Barannee Sadarkaa Guddaa Sanirra Geenyeef.
Kana Qofaa Miti Gariiii Barataatuu Jira Iddoo Hospital Ykn Iddoo Biiroolee Keeysatti Yeroo Haadhooliin Iddoo Garaa Garaatti Sababaa Beekumsa Dhabuu Isaanii Irraa Kan Ka'eef Akeekachiisa Kutaa Gubbatti Barreeyfamanii Jiran Wallaaluudhaan Oliifi Gad Yeroo Deemanii Kutaa Itti Haajaman San Barbaadan Tuffachaa Odoo Iddoo Isaan Barbaadaa Jiran San Hin Garsiisne Bira Kutu.
Barataa Jachuu Akkanaa?
βBarnoonni Kee Hadhoolii Wallaalaa Yoo Hin Fayyanne Maali Hiikkaan Isaa ?
#Walumaa_Galatti_Dhaamsi_Koo π
Hadhoolee Fi Abbootii Keenya Yeroo Isaan Beekkumsa Dhabuu Irran Kan Ka'e Waan Garaa Garaa Wallaalan Akka Callifnee Bira Hin Kunne.
π€Jireenya Jachuun Kan Namoota Keeysatti Gargaatuudha βΌοΈ
βBeekkumsa Jachuun Kan Wallallaa Keenya Tuffachuufii Itti Qoosuun Maletti Bira Dhaabbattee Gargaartuudha!
πdhaamsi itti fufa.......
JOIN SHARE SHARE
πππππππ
@OROMOTOO
@OROMOTOO
@OROMOTOO
ππππππ
βYaadafπ
@abdetuor

NAMNI NAMA FAYYADUUF MALEE MIIDHUUF HIN
UUMAMNE!
Xiinsammuu 002
Yoon isarraa adda ba'e inni ni miidhama ykn yoon
isheerraa adda ba'e isheen ni miidhamti jettee
jaalala akka itti hin fufne utuu beektuu jaalallee
kee waliin jiraachuunkee miidhuu dha malee
fayyaduu miti. Utuu jaalalleenkee hin beekiin
yeroo dhaaf waliin gammadeen gaafan barbaade
irraa adda ba'a jettee yoo yaadde ta'e, yaada
sana dhiistee utuu jaalalleekee hin miidhiin akka
armaan gadii kanatti karaa nagaa irraa adda ba'i.
1. Guyyaa jaalalli keenya itti fufuu hin danda'u
jettee MURTEESSITEE (utuu hin murteessiin itti
yaaduun akkuma jirutti ta'ee) kaasii irraa adda
ba'i.
2. Yeroo irraa adda baatu QAAMAAN argii irraa
adda ba'i. Textiidhaan, bilbilaan, chatiidhaan si
dhiiseera jettee itti hin himiin.
3. Yeroo irraa adda baatu waan kana gooteef,
waan haalli naaf hin mijanneef, takka adda
baanee ilaalla jedheeni fi kkf jettee sababa sobaa
fi haalatti hin qabatiin. Maaliif irraa akka adda
ba'uu barbaadde sirriitti itti himi.
4. Yeroo itti himtu, utuu hin dheekkamiin gaaffii
isheen/inni si gaafate/tte hunda deebisiif.
Deebiikees ifaa godhi, hin dhoksiin!
5. Maaliif akka adda baate, yoomiif akkamitti
akka adda baatee, maaltu akka isin muudate
namoota biraatti haasa'iin.
6. Erga irraa adda baatee, hin bilbiliiniif,
jajjabeessuu hin dhama'iin, jaalala dhaabneerra
garuu hiriyyaa gaariin sii ta'a jettee itti hin
dhiyatiin. Namni takkaa wal jaallatee ka'ee
waldhiisee deebee jaalallee malee hiriyyaa waliif
ta'uun soba.
7. Waa'ee nama irraa adda baate sana
hir'inasaaa/shee, hammeenya fi rakkoo isaa/
ishee hin haasa'iin. Nama gaarii akka siif turte/
ture haasa'i.
Dr. Gurmeessaa
YAADAFππ
@Abdetuor
Gorsa xiinsammuu garaa argachuuf
JOIN JOIN SHARE SHARE
πππππππ
@oromotoo

Milkaa'uu irraa maaltu nama ittisaa? β
πWantoonni milkaa'ina goonfachuu irraa nama ittisan hedduun kanneen armaan gadiiti. ο
πFedhii dhabuu ο
πKufaatii sodaachuu ο βjechaa namaaf iddoo kennuun,
βduubatti mucucaachuu ο βOfitti amanamummaa dhabuu ο
βDandeettiifi humna ofii wallaaluu ο
βMul'ata dhabuu ο
βKaayyoo malee jiraachuu ο
βKutannoo dhabuu
βNama ilaalanii karoorsuufi karaa nama biraa hordofuu ο
βAbdii kutuu ο
βWaan xixiqqootti quufuu ο Sodaachuu ο
βOf tuffachuu ο
βWareegama kanfaluu sodaachuu ο
βDhugaa jireenyaafi addunyaa wallaaluu
πWantoonni kunniin namni akka hin milkoofneef namaafi milkaa'ina isaa gidduutti dallaa warra ijaaranidha.
βNamoota dallaa kana cabsantu milkaa'ee jiruu bareedaa arga.
βWarri harka laate immoo osoo iddoo yaade hin gahin karaatti hafa.
βKaayyoo ofiif kutannoofi jabina godhatanii, gufuu kanneen irra tarkaanfachuun nama milkeessa. Wantoota kanneen of duraa kaasuun karaa isin milkeessu barbaadaa!
Milkaa'aaππ!
Maddi: Kitaaba Xiinsammuu Coqorsa Abdii!

ΕΕΕ ADVERTISING(BEEKSISUU)
β³πHAYYE HORDOFTOOTA KEENYA CHANNALI KANA JALATTI BEEKSISA HOJJATAMU KANA NAMOOTA BEEKSISA HOJJATAN QUNNAMUUDHAF JOIN GODHAβ @...........
β @....................
JOIN JOIN
πππππ
@OROPRO π
@OROPRO π
πππππ
https://t.me/OROPRO

@Oromotoo
....... Ilaalcha kee sirreessi......
.
.
.......
πGaaf tokko Namicha beekaa(Doktara) tokkotu namoota dhugaatii alkoolii dhuganii machaa'anπππ€Ήββπ€Ήββπ€Ήββπ€Ήββπ€Ήββ akka isaan dhiisaan baruumsa tokko barsiisuu yaade.πππyaadni isaa kunis milkaa'eefii namoota araada dhugaatii qaban kana walitti qabee π©βπ©βπ¦π¨βπ¨βπ¦βπ¦π¨βπ¨βπ§βπ¦π¨βπ¨βπ¦π¨βπ¦βπ¦ barsiisuu jalqabe.........gidduutti fakkeenya tokkoon barumsa guddaa dabarsuufii barbaadee.......πππ...akkas godhe........burcuqqoo lama fide.....β±πΊ
Isa tokkotti bishaan itti naqe...π°π°π°
Isa kan biraatti immoo dhugaatii alkoolii naqe.
Burcuqqoo lamaanittuu si'a tokko rammoo tokko tokko keessa buuse.ππyeroo kana hundiinuu callisaan waan inni godhu ilaalaa turanπ€π€...... Otuma ilaalanii raammoon bishaan keessatti buufamte....akkaa garaa isheetti sochoo'uu jalqabdeπ....isheen alkoolii keessa buufamtee immoo xiqqoo erga sochooteen booda duute.β°β°erga kana agarsiisee fixeen booda....."kanarraa maal hubattu?"jedheen.......battalumatti hirmaataan tokko harka baasee carraan kennameefii dubbachuu eegale.....akkas jedhe...."An kanarraa kanan hubadhee.....raammoon alkoolii keessa buute du'uun isheerraa kanan hubadhe nuti yeroo alkoolii dhugnu rammoon kamiyyuu garaa keessa nu hin jiraatu....alkoolichii waan isaan ajjesuuf jechuudha.....yoo bishaan dhugne garuu raammoon garaa keessattii akka fedhe socho'uun walhora....kanaafuu dhukkubni nu qaba jechudha......walumaa galatti barsiisaa dhugaatii alkoolii dhuguun gaarii akka ta'een irraa hubadhe barsiisaa...."jedhee taa'ee yeroo inni haasaa'a Isa fixeen booda namoonni akkasaa araada dhugaatii qaban barumsa kanarratti affeeraman baay'een haasaa'aa mucichaatti gammadanii walii galtee saanii ibsuuf harka isaanii rukutuu eegalanπ€π€π€πππππ......yeroo kana Dooktarichi waan jedhu wallaaleeπ°π¨π°π¨π¨π¨π’π₯π¨π³π³......argitee ilaalcha namaa akka namichaatti ilaalchisaa siirriidha.....garuu Doktarichii waan barsiisuu yaade kana miti....... ππGaruu ati maal asiirraa hubatta???? yaa dubbisaa ilaalcha kee giddu galeessa godhi.....ilaalcha faalla ta'e qabaachurraa ilaalcha sirrii qabaachuu qabda......wanti nama gaddisiisu keessa namichii tokko ilaalcha xaxamaa akkasii qabaachuu osoo hin taane namoonni sun duchi ilaalcha namichaa xaxamaa sana fudhachuu isaaniitii........nama gaarii yoo taate ilaalcha gaarii qabaachuuf of ta'uun barbaachisaadha.waan guddaa yaadi waan guddaa xinxalii....waan guddaa hojjedhu.....yeroo hunda ilaalcha sirriii(posativi)qabaadhuπππππππ....ππππππππππππππππππππππππππππJoin gochuu in irraanfatiinππππ
@HARARGETUB
@HARARGETUB
@HARARGETUB.....join....join....

WANTOONNI FUULDURAA HANGA DHUFANITTI DHIISI
π΄Boru hin uumamnee kanaafuu isa irratti yeroo balleessuun hin barbaachisu
π΄Boru Riqicha Adunyaa hin hin mildhanne keessa jiruudha
π΄wanta fuulduraa irratti xiyyeeffachuu Amantiin keenya irraa nu dhoowwa, sababni isaa Adunyaa kanaan wajjiin hidhannaa yeroo dheeraa akka qabaannu nu godha
π΄Hojii hardhaa sirritti hojjachuudhan Boru hanga inni dhufutti dhiisi
π΄Adunyaa Tana irratti abdii fulduraa wajjiin hidhannoon qabdu daangaa qabaatuu qaba

... Ajaaa'iba dhugaa...
πWaan akkaan na ajaa'ibsiise takkaan isiniif himaa na faana turaamee.
πGuyyaa tokko hiriyyaa khiyyaa wajjiin odumaan taa'u jiruuti hiriyyaan kiyya tokko iddoo biraatii "missed caal" narratti godhe aniis akka tasaa tahee qarshii xiqqoon kheeysaa qaba qarshii saniis "data" baneetiin "internet" irratti wahi godhuufiin itti haajamee taa'utti jira.
πDeebiseetiifiin daqiiqaa lama itti dubbadhee akka santimni keeysatti naaf hafee haajaa ittiin bahadhu ja'eetii hiriyyaa kiyya kan na bira jiru kanatti himee yeroon daqiiqaa lama dubbise oduma inni yaada isaa hin fixin akka nama bilbilli santima fixee iiratti dhaamee tokkotti isatti fakkeeysee irratti dhaamse, hiriyyaan khiyya kha na bira jiruufii kha na dawwale khanaas walitti qoosaa goonaa beeytee yeroo hedduuπ
#Inniniis gochaan an hiriyyaa khiyya kha bakka biraatii natti dawwale irratti godhe khanatti yeroo seniif kofleetuma naa wajjiin ittiin buhaare...π
#Amma guyya guyyaa khanatti aanu hiriyyaan kiyya kha na bira jiru khuniis bakka biraatii haajaa jabduuf natti haajamee akka tasaa bilbilli isaa saantima hin qabduu beeytee inniniis "Missed call" natti godhe aniis akka carraa tahee arraas bilbila khiyya keeysaa qarshii xiqqoon qaba odumaan deebissefii itti haasawu jiruu bilbilli kiyya santima fixee dhaame beekhiga arra dhugumaan fixee dhaameeπ
πNama biraa irraa bilbila fuudhee yeroon deebisuuufii natti kofle natti safaaxe.
πMaal saheeti natti kofle natti safaaxe ni beeytanii akkaan waan an beekhaa irratti dhaamsee seheeti, akkaan khaleeysa isa bira taa'ee saahiba kiyya khaan san godhee waaniin isaas arra godhe saheti...π€
π€Nama qablii qabuuf seenaan kun ergaa guddaa qaba...
#Mee seenaa kanarraa waan hubattan @abdetuor gubbaan naaf ergaa aniis seenaa kanarraa waan barannu balliseetiin deebisee asirratti isiniif barreeysaa.
πDhaamsi itti fufa...

Yaadafπ @Abdetuor

Success is a matter of CHOICE
YOU need to keep your mind on what you want, not on what you don't want.
Success is not an accident.
It is the result of your attitude and your attitude is a matter of choice. Hence,
Success is a matter of a choice & not chance
Most crackpots keep waiting for a Jackpot!
That strategy rarely brings Success.
In fact, that is not even a strategy.
It is an invitation to disaster.
The common man seeks security, whereas
the uncommon man seeks opportunity.
SHARE! π
JOINπ@OROMOTOO
@OROMOTOO
@OROMOTOO
By π @ABDETUOR

ππππππππππππ
Eenyummaa nama tokkoofi
Maalummaa nama tokkoo utuu hin beekin iccitii ofii baasanii itti himuun gaabbiidhaaf nama saaxila.
Kanaaf haasaan keenya mi'aaweef iccitii keenya baasuu haa dhiifnuu.
ππππππππππππ
SHARE!ππshareπ shareπ
JOIN π @HARARGETUB

Sammuu keenya maaltu miidhuu danda'a?
1.ciree nyaachuu dhiisuu
2.Hirriiba gahaa rafuu dhiisuu
3.social life ykn nama waliin haasa'uu dhabuu.
4.nyaata humnaa ol nyaachuu.
5.osoo dhukkubsatanii boqonnaFudhachuu dhiisanii sammuu ofii hojjechiisuu.
6.sukkara humnaa ol nyaachuu.
7.Tamboo xuuxuu.
8.hojii idilee ofii bakka qilleensi faalametti hojjechuu.
Dr.Gurmeessaa
SHARE JOIN

Yeroo
=======================
@OROMOTOO
Biyya lafaa hundaaf wal qixxee kennamtee
Ati jiruudhaakaa Jireenya jedhamtee
Mi'a gatii jabeessaatti herregamtee
Hin bitamtuu garuu kan akkas yaamamte
Darbitee hin deebitu fuulduraatti deemta
Kan sirratti hojjeteef milkaa'inaan jirta
Warra irraatti hojjettef kufatiidhaan dhufta
Itti hojjedhuu yaa namaa maa iddoo hintaanet kuftaa?
Yeroon bar qabeenya qabeenya uumamaa
Kan waaqayyoo kenne wal qixxee qoodama
Kun ifuma jiraa kallattiin beekama
Lakkii hin goowwomin itti hojjedhu yaa nama
Guyyaan tokkoo tokkuma eessattu
Wal qixxee hin kennamnee jette hin komaattu
Sa'a digdami afurtu jira isa keessattuu
Mee amma wawwattu irraatti hin hojjettu?
β οΈ Warning: Many users reported this account as a scam. Please be careful, especially if it asks you for money.
ShARE β³JOIN

#COVID19 #Oromia
Naannoo Oromiyaatti qorannoo sa'aa 24 keessatti namoota 1,143 taasifameen vaayirasii koronaan (COVID-19) kan qabaman nama shantamii sadi (53).
Hanga ammaatti akka naannoo Oromiyaatti qorannoo laabraatorii 38,743 gaggeeffame namoota vaayirasii koronaan qabamu isaani mirkanaa'e 997 kan gahee yemmuu ta'u, kanneen lubbuu isaani dhaban 18 gaheera.
@DEDRORO

#COVID19 #COVID19Ethiopia
Ityoophiyaatti sa'aatii 24 darban keessatti qorannoo laabraatorii 7,760 gaggeeffameen namoota dabalataa 610 irratti vaayirasichi jiraachu mirkanaa'e jira. Kun lakkoofsa waliigalaa 15,810 taasiseera.
Akkasumas lubbuun namoota 14 kan darbe yoo ta'u, waliigalaan namoonni vaayrasichaan lubbuun isaanii darbe 253 qaqqabeera.
Gama biraan namoonni dabalataa 159 dhibee kanarra bayyanachu isaanin walqabate lakkoofsa waliigalaa namoonni bayyanatan 6,685 gaheera.