DESTA KOO/Hayyuu picture
227 subscribers
217 photos
13 videos
33 links
Download Telegram
Before               ..............              After


✔️1ፎቶ 10 ብር ብቻ ::

✅️ማሰራት ለምትፈልጉ inbox me
⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️
@Destakoo2
📞0949945749


Join our channel
https://t.me/haayyuuphotography
Badhaasa#ODA_AWARD_bara_2023
Ammuma Album Oromiyaa filaachun gara {8222tti OA 01,}bilisaan erguun Adem Mohammed-Arba, filaachuun badhaafamaa haa goonuu,

Hiryoota koo Jabaa ofi abba jabeeffataa.
Ani sarara(SIM1 fi SIM2) filaadhera isin hoo?? 8222 OA 01 irratti ammuma erga

Artistiin Adem Mohammed-Arba Aadaa Keenya fi Sirni Gadaa guutuu Addunyaatti akka beekamu, duudhaan ganamaa akka cimuufi Uummanni aadaa isaa ganamaatti akka deebi'uufi dhaloonnii akka irraa baratu gochuu irratti argama.
#Abbaa_Gadoo carraa gaarii!
                8222 OA 01

..............................................
📚Waan dubbiftaniif, galata keessan bakka bu’ee hin banne, bakka kufee hin cabne, bakka hattuun hin hannee fi bakka moofee hin shamne isiniif kaaheera, Kan nyaattan isiniif haa sifaahu, kan yaaddan isiniif haa milkaahu!!
#Oboloottaf ykn nama beektu hundaaf share ykn join godhii,
                  👇     👇      👇
        👉@destalole
        👉@destalole
        👉@destalole
Horaa Bulaa!!!
Photo editing
PicsArt editing
Lightroom editing
Sketchbook editing
Snapseed editing
birthday photo editi
Banner making
All types editing.......
Call 0949945749
Our channel join 👇 👇
@haayyuumobilephotography
@haayyuumobilephotography
@haayyuumobilephotography
#Jireenya_Keef_Itti_Gaafatamummaa_Guutuu_Fudhadhu!

“Dandeettiin raawwii gaarii kan eegalu wantota jireenya keef akkasumas jireenya kee irratti ta’an hundaaf itti gaafatamummaa fudhachuudhaani.” Brian Tracy

“Baay’een keenya bilisummaa hin barbaadnu, sababni isaas bilisummaan itti gaafatamummaa fudhachuu gaafata; baay’een keenya immoo itti gaafatamummaa fudhachuu ni sodaanna.”  Sigmund Freud

Jireenya keef itti gaafatamummaa kan fudhatu nama tokko qofa, namni sunis si’uma mataa keeti! Hoogganaa kee miti, hiriyyaa gaa’elaa kee miti, warra kee miti, hiriyyoota kee miti, maamiltoota kee miti, dinagdee miti, haala qilleensaas miti. Si mataa keeti! Wantota jireenya keenya keessatti ta’an hundaaf namoota biroo komachuu yoo dhaabnu waan hunduu jijjiiramuu eegala! Jireenya keef itti gaafatamummaa fudhachuu jechuun jireenya kee ofii kee hoogganuu fi taatoo adda duree jireenya keetii ta’uu jechuudha. Wantotaan miidhamuu mannaa humna ittiin wantota mataa keetii uumtu argatta yokaan immoo yoo xiqqaate waldhaansoowwan jireenya keetii akkamitti akka injifattu humna ittin murteessitu argatta. Jireenya kee keessatti maalti iyyuu yoo si mudate wanti murteessaan ilaalcha ati wantichaaf qabdudha. Ilaalchi ati qabaattu immoo filannoo mataa keeti!

Hir’ina jireenya keetiif namoota kaan kan komattu yoo taate, jireenya kee fooyyessuuf maaltu ta’uu qaba? Isaan kaan hunduu jijjiiramuu qabu jechuudha. Michuu koo sittan hima, kun immoo waan ta’uu danda’u miti. Jireenya kee irratti taatoo adda dureen si’i yoo ta’e, humna ittiin wanta jireenya kee keessatti hin barbaadne jijjiirtu ni qabaatta! Yaadota, gochaawwanii fi miirawwan kee kan to’atu si mataa keeti. Jechoota kee, wantota TV irraa ilaaltu, namoota yeroo kee waliin dabarsuu barbaaddus kan murteessu si’i. Bu’aawwan jireenya kee keessatti argatte jaallachuu yoo baatte galteewwan kee jijjiiri—yaadota, miirawwanii fi hawwiilee kee. Warra kaan waliin falmuu dhiisiitii deebii gaarii kennuu jalqabi. Falmiin otoo hin beekiin kan raawwattu yoo ta’u, deebii kennuun garuu deebii kee hubannoodhaan filachuu jechuudha.

#Jireenya_kee_harka_dhuunfaa_kee_keessa_yoo_taasistu_maaltu_taha? … #Nama_komattu_hin_qabaattu! (Erica Jong).  Namni xiin-sammuu miidhamaa qabu akkana jedha, “Tokkoo tokkoo rakkoo jireenya koo mudateef sababni namoota birooti!” Haa ta’u malee, qaama rakkinichaa ta’uudhaa yoo baatte qaama furmaataas ta’uu hin dandeessu yookaan jecha biroon ibsuuf, rakkinichi kan uumame qaama alaan yoo ta’e, furmaanni isaas qaama alaa irratti kan hundaa’e ta’a. Gara hojii yoo deemtu kan barfattu sababa karaan cufatuuf yoo ta’e, yeroodhaan bakka hojii kee ga’uuf maaltu ta’uu qaba? Ajaa’iba ta’e tokkoon karaan cufate sun banamuu qaba jechuudhaa? Sababni isaa yeroo karaan cufatu mara ati ni barfatta waan ta’eef. Ta’uu baannaan garuu akka taatoo adda duree tokkootti dursitee manaa ba’uu qabda. Amma murteessaan si ta’e jechuudha.

Kanaaf amma illee addunyaan alaa wantota to’achuu hin dandeenye akka waldhaansoo qabdu si taasisu illee, eenyummaa ittiin haalicha dura dhaabattu filachuuf bilisummaa qabda.

Namni xiin-sammuu miidhamaa qabu yeroo hundaa falmii hin barbaachisne jaallata, yeroo hundaa akka waan balleessaa hin qabneetti of yaada, kanaaf rakkinoota isa mudatan hundaaf namoota biroo komachaa jiraata. Namni akkanaa yeroo isaa isa darbe miidhamuu isaaf komachaa gara fuula duraatti rakkoowwan isaaf furmaatonni ajaa’ibsiisoon akka uumaman yookaan namoonni rakkinicha uuman haala ajaa’ibaan akka jijjiiraman abdiidhaan eeggata.

Nama akkanaaf yeroo inni darbe barumsa barbaachisaa kan irraa argatu, yeroon ammaa tasgabbiidhaan kan itti jiraatuu fi carraawwan jijjiiramaa addaan hin cinne kan itti argatu akkasumas galmawwan isaa gara fuula duraa murteessuudhaan gara hojiitti kan itti seenudha. Gaaffii inni guddaan,“Jireenyi haalawwan kana yeroo siif dhi’eessitu hojii keen eenyu ta’uu barbaadda?” isa jedhudha.

#MOTIVATION
Photo editing
💰💵 1 photo 10 brr
PicsArt editing
Lightroom editing
Sketchbook editing
Snapseed editing
birthday photo editi
Banner making
All types editing.......
Call 0949945749
Our channel join 👇 👇
@haayyuumobilephotography
@haayyuumobilephotography
@haayyuumobilephotography
https://t.me/destlole

@Destakoo2
https://t.me/haayyuuphotography
#INBOX_ME 👉 @Destakoo2
📸📸📸📸📸    https://t.me/haayyuuphotography
#hayyuu_GALLERY
🎉🎉🎉🎉🎉🎉📸