Forwarded from Gutema Gelana
โผ๏ธโผ๏ธโผ๏ธโผ๏ธโผ๏ธโผ๏ธโผ๏ธโผ๏ธโผ๏ธ
โNama,ajjeesuun dhorkaa
=lolotuun Tokko nama baay'ee ajjeesuu danda'a yookiin qaama midhuu danda'a
=Kanaafu sababa namaa
Ajjeessen mootummaa Waaqayyo ni argata, moo,hin argatu kan jedhuu turee
โ ajjaja 10n keessa nama hin ajjeessin kan jedhuu barreefame jira ๐คฒ
Deebi =______โ
ragaa kitaaba waliin ilaala deemnaa
โงnamnii meshaa lolaan qofa nama hin ajjeessuu,kallattii gargaaran nama ajjeesuu ni danda'a
๐ป = Waaqayyo namaa yoo,ajjeessee,namnii sunii booda mootummaa isaa yookiin Gannata,ni gala
moo,hin galu=_____โ
Fakkeenyaaf Waaqayyo namoota ajjeessee jira
1โง#namoonni hundinuus in dhuman(s.Uma7:21)
โช แฐแแ แแ แ แ(แแแฅแจแต 7:21)
2โงWaaqayyo samii keessaa dhagaa boba'u, ibiddas mandaroota Sodoomii fi Gomoraa irratti gad in roobse
(S.uma19:24)
โง= แฅแแแ แฅแแญแ แ แฐแถแแ แ แแแซ แแญ แจแฅแแแ แฅแแญ แแแต แจแฐแแญ แฅแณแตแ แฒแ แ แแแ (แแแฅแจแต 19:24)
3โงWaaqayyo samii keessaa dhagaa cabbii gurguddaa isaa isaanitti in roobse; isaanis in dudu'an; warra Israa'eloonni billaadhaan ajjeesan irra, warra dhagaa cabbiitiin du'antu caala turee( k. iyaasuu 10:11)
=แฅแแแ แฅแแญ แจแฐแแญ แณแแแ แจแ แจแถ แตแแแญ แ แแจแฐแฃแธแแ แแฑแค แจแฅแตแซแคแ แแแฝ แ แฐแญแ แจแแฐแแ แธแ แญแแ แ แ แจแถ แตแแแญ แจแแฑแต แ แแก
(แขแซแฑ 10:11)
๐ป Waaqayyo kallattii gargaaran namaa adabuu danda'a fakkeenya dhukkuba namoota ttii gadi yoo, dhisee fixuu danda'a
โชkirkira lafaa fudhachuu dandeenya
โชbishaanii akka namni dhumuu gochuu ni danda'a
โฌโฌโฌโโฌโฌโฌ
Haataโu malee Waaqayyo kallattii gargaraan namaa adabuu akka danda'u hubbate jirta
Akkuma ofii nama adabuu sanaa Waaqayyo, namni irraa bulee Waaqayyo nama adabuu ni danda'aโชโฝโช
โ gosa adabi Waaqayyo nama adabuu lamatu jira (2)
1๐adaba foonii qofaa
Raga kitaaba Qulqulluu.
Waaqayyo Musee fi Aaroniin, "Sababii isin anatti hin amaniniif Israa'eloota durattis,wani nan hin qulqulleesinef gara biyya isa ani isaaniif kenneetti hin galchitan" jedhe (S.lakk 20:12)
๐คฒ #แฅแแแ แฅแแญแ แแดแแ แ แฎแแแก แ แฅแตแซแคแ แแแฝ แแต แตแแตแฑแ แแแต แ แฅแ แ แแแแฝแแแ แตแแแ แแฐ แฐแ แแธแ แแตแญ แญแ แ แแฃแค แญแแฝแ แ แตแแกแแก แ แแธแ(แแแแ 20:12)
๐คฒMuseen gadi ba'ee dubbii kanatti fufee jiru Uumata Israa'elitti in dubbate. inni isaaniin, โAni amma nama 120 ta'eera, ani si'achi nama gadi ba'uu fi olii galuu danda'u miti, #Waaqayyos, โAti Yordaanos kana hin ceetuโ anaan jedheera (s.Keessa Deebii 31:1-2)
=~kuni adaba foonii malee kan lubbuu mitii, osoo adabaa lubbuu qabatee Muse tuuluu taboor irratti hin dhufuu ture (mat 17:2-5)
=Haaluma kan Waaqayyo adabaa foonii qofa adabee dhisuu ni danda'a
Fakkeenyaa biraa
=Mat 11:24
=Mar 10:15
=Luq 17:29
dubbisa
2๐adaba 2 ffaan adabaa foonii fi lubbuutti
Ragaa kitaaba Qulqulluu
#Namni_sooressi uffata dhiilgee fi uffata quncee talbaa irraa hojjetame uffatu, akkasumas guyyaa guyyaadhaan jireenya qananii jiraatu tokko jira ture.
Haatau malee, kadhattuun #Alaazaar jedhamuu
fi guutummaan qaama isaa madaae tokko yeroo hunda karra mana namichaa dura kaaama ture;
innis wanta maaddii namicha sooressa sanaa irraa harcau nyaatee quufuuf hawwa ture. #Saroonni illee dhufanii
madaa isaa arraabu turan.Yeroo booda kadhattuun sun ni due;
#Ergamoonni.maleekonnis fuudhanii #Abrahaamii
cinaatti isa geessan.
โNamichi sooressi sunis duee
awwaalame.
#Awwaala keessatti utuu dhiphachaa jiruus ol jedhee
fagootti Abrahaamiin, isa cinaattis Alaazaariin arge.
Kanaaf sagalee isaa ol fuudhee, โYaa Abrahaam
abbaa ko, garaa naa laafi, ani #ibidda cimaa kana keessatti dhiphachaa waanan jiruuf, Alaazaar fiixee quba
isaa bishaan keessa cuuphee arraba koo akka naa qabbaneessu naa ergiโ jedhe
Abrahaam garuu akkana jedhe: โilma ko, ati bara jireenya keetti wantoota gaggaarii akka
argatte, Alaazaar garuu wantoonni gadheen isa irra ga'aa akka turan
yaadadhu. Amma garuu inni asitti jajjabina argachaa jira; ati garuu dhiphachaa jirta..๐

๐ผkutaa+27ffยชยช.๐๐
=gaaffii fi deebii
โ Muslimootaโ
โYohaannis 8:40๐
Amma garuu ana isa
#nama dhugaa Waaqayyo irraa dhagae isinitti hime ajjeesuu barbaaddu. Abrahaami kana
hin goone.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โงgaafi isaani
Kiristoos Ani Nama
ofiin jedhee jira
kanafuu inni nama
malee Waaqa
mitii jedhuu โ
โตโตโตโตโตโตโตโตโต
โงDeebii keenya
lakki inni Waaqa.
Raga kitaaba
โต=โYohaannis 1:1
Jalqaba logoosi (jecha) ture logoosi (jechi) Waaqayyoo wajjin ture;
logoosi (jechi) waaqayyo ture.
โงlogoosi (jecha) kani
jedhame Kiristoos.
๐ Kitaabni Yohaannis
kuni jalqabaa dura Afaani
Giriikiitiin bareffame
=hiika logoosi jechu achi irraa fudhe,
๐ #ฮฯฮณฮฟฯ๐
Jechi kuni Qube 5 qaba
โงAfaan Ingiliffaatiin immoo
word jedhama.
โงgaruu kuni immoo
dogoggora ture
maalif #word jechuun
afaanii Giriikiin immoo
leksi jedhama
๐ #ฮปฮญฮพฮท๐
kanafu logoosi
yeroo jennu jecha qaama
qabu ta'u qaba.
yoo,*akkasii taโe malee
hiika jedha leksi fi logoosi
jedhu wali hin madaluu.
โถ=โLuqaas 21:14-15
akkamitti falmanna jettanii dursitanii hin yaadinaa
sababiin isaas,
#Ani_dubbii fi #ogummaa mormitoonni keessan hundi mormuu yookiin falmuu hin dandeenye #isiniif_nan_kenna.
โงoggummaa kani
nama keenuu Waaqayyo
qofaa kanafuu Kiristoos
Waaqayyo dha.
๐โ iyyob 12:13
#Ogummaanii fi guddinni isa bira jira;
Inni #Waaqa kaayyoo ti, hubannaas qaba.
แ แฅแแแ แฅแแญ แแแต #แฅแ แฅแ #แแญแ แ แแค แแฅแญแฑ แแญแญแ แแตแฐแแ แ แแ
=(แขแฎแฅ 12 :13)
๐โ 1Motoota 4:29
#Waaqayyos_ogummaa fi
hubannaa guddaa, Akkasuma gara balina akka cirracha qarqara galaanaa tae #Solomooniif ni kenne.
โ kanafuu Kiristoos Waaqayyo dha.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โค๏ธ๐Waaqni nama hin
tauu jedhu
โRaajii_Hose 11:9
Ani dheekkamsa
koo isa bobau hin dhangalaasu.
Lammata Efreemiin hin balleessu,
Sababiin isaas
#Ani_Waaqa
dha malee #nama_miti,
Ani Isa Qulqulluu si gidduu
jiru dha;Aariidhaan
sitti hin dhufu.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โงkanafuu Waaqayyo Ani
Waaqa malee nama mitii
ergaa jedhe, Kiristoos immoo Ani nama
jedhe jira, akkamitti inni
Waaqa ta'a jedhuu โ
โdeebi akka Jecha Raji hoseti, ani Waaqa malee nama miti jedhe male
#Ani_Foonii hin uffachu
hin jennee,
โsababa immoo Ani Waaqa malee nama
mitii jechuun isa
yaada nama fi Waaqayyo
gargarii wanii taโefi
๐ Ragaa kitaaba
โท=โRaaji isayaas 55:8-9
#yaanni koo yaada keessanii wajjin,
#Daandiin koos daandii keessanii wajjin tokko mitiโ jedha Waaqayyo
Akkuma samiin
lafa irraa olii fagaatu,
Daandiin koo daandii keessan irraa,
Yaanni koos yaada keessan irraa fagoo dha.
โธ=โYohaannis 8:14-15
#Kiristoos akkasi jedhee
isaanif deebisee โAni eessaa akkan dhufee fi Eessa akkan dhaqu waanan beekuuf, waaee ofii koo yoon dhugaa bae illee, dhugaa baiinsi koo dhugaa dha.
#isin garuu Ani eessaa akkan dhufee fi eessa
akkan dhaqu hin beektan. Isin akka ilaalcha
#fooniitti_murteessitu;
ani garuu matumaa eenyutti iyyuu
hin murteessu.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โงkanafu Jechi raajii hose dubbatee Ani Waaqayyo male,namatti inni jedhuu fi
isin akka ilaalcha fooniitti murtesitu jedhu.
maali ibsa yeroo jenu Waaqayyo fi Nama jidduu
garagarummaa jirudha
kanafuu Kiristoos Ani akka fooniitti hin murtessuu ergaa jedhee Kiristoos Waaqayyo jechudha.
โงdeebii salphaa ani Waaqayyo malee nama
mitii jechuun. sadarkaa yaadan akka taโe ifa,
๐๐ #sababa Kiristoos foonii nama uffateef wanti inni akka waaqa hin tanee dhowwuu gonkumaa
hin jiruu
โงsababa inni foonii nama uffatefi innii Waaqa mitii
kan jedhuu kitaaba keessa
gonkumaa hin jiruu
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โค๏ธ๐โงkanafuu Kiristoos sababa maaliif #nama ofiin jedhe ree,โyeroo jennu
โinni foonii nama uffachu isaa #Afaan isaan dubbatee ragaa bahuuf.
โงakkuma Phawuloos
dubbate ๐
โnamoonni tokkoo tokko lakki inni foonii nama hin uffane jedhanii akka mormii hin Uumneef
jala muree dubbate. akkasumas namni kaamiyu shakkii male dhugumaa Kiristoos fooniin nama uffata jedhanii akka Amaniniif.
โน=โIbroota 2:14-16
Kanaaf, โijoolleenโ sun #fooni fi dhiiga waan taaniif, innis foonii fi
dhiiga #tae; kunis kan tae, dua isaatiin #Diyaabilos isa dua fiduuf humna qabu sana akka balleessuufi;
akkasumas, warra jireenya isaanii guutuu garbummaa sodaa duaatiin qabamanii turan bilisa baasuufi.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐ธlink kan xuqaa ๐
@haadha_Waaqa_naJaladha
*******

๐นkutaa-98-ffaa.
โง gaafi fi deebi Muslimoota.
โYohannis 1:14
sagalichi(logos) #foon_taสผee nu gidduu jiraate. Nus ulfina isaa, ulfina Ilma Tokkicha ayyaanaa(gaarummaa) fi dhugaadhaan guutamee Abbaa biraa dhufe sanaa argineerra.
โ.gaafii isaanii sagalee sanani Waaqayyo Kiristoos Uumee jedhuu โ
Ragaa isaanii immoo
Seera.Uumama 1:3
#Waaqayyos_#Ifni haa taสผuโ jedhe. Achiis #ifni ni #taสผe.
Raajii isayaas 55:11
dubbiin koo kan #afaan kootii baสผus fedhii koo #raawwata;
kaayyoo ani isa ergeefis galmaan gaสผa malee
harka #duwwaa gara kootti hin deebiสผu.
โฌโฌโฌ
๐นDeebii keenya๐
โง lakkii sagalee sanani Kiristoos hin Uumne, sagaleen suni foonii taโe jedhee malee Waaqayyo sagalee sanani Kiristoos Uumee gonkumaa hin jedhuuโ
โง kanaa booda immoo ragaa isaanii dhiyeessan wangeela Yohaannis 1:14 irraa kani jiruu seera.Uumama 1:3 fi isaayaas 55:11irraa kani jiru ilaala.
โ jechoota Giriikiitiin fayyadamna Fakkeenyaaf Yohaannis 1:14 sagalichi foonii taโe jechuun Qubeen isaa kana ture= ยซ ฮฯฮณฮฟฯ ฯแฝฐฯฮพ แผฮณฮญฮฝฮตฯฮฟ ยป #jechi #tae jedhuu Giriikiidhan แผฮณฮญฮฝฮตฯฮฟ(eegeneto)jedhama.
seera Uumama 1:3 irraa kani jiruu Waaqayyo ifni Haataโu jedhee ,kani jedhuu Giriikii isaa immoo kana turee = ยซฮตฮฏฯฮตฮฝ ฮฟ #ฮธฮตฯฯ #ฮณฮตฮฝฮทฮธฮฎฯฯ ฯฯฯ (kana jechuun Ifnii Haataโu jechudha)
Isaa booda Ifnii taโe jedha ฮตฮณฮญฮฝฮตฯฮฟ ฯฯฯ
โamma wangeela Yohaannis 1:14 irraa jechi #ฮตฮฏฯฮตฮฝ ฮฟ #ฮธฮตฯฯ_ฮณฮตฮฝฮทฮธฮฎฯฯ jedhuu foolii isaa iyyuu hin jiruu.
๐ akka yaada Muslimootati Waaqayyo akkuma ifa godhee sana,Kiristoosiin illee Kiristoos foonii Haataโu jedhe jedhuufi deemu.
๐นgaruu Kitaabni akkasii hin jennee Waaqayyo sagaleen foonii Haataโu hin jedheenn
๐ฆyaa Muslimoota(๐) dogoggora kee hubbate amma.
๐นisaayaas 55:11.
Kana irraa kani jiru immoo waliin dubbii Waaqayyo fi namoota jidduu kani jiruu malee dhimma biraatti gonkumaa walii hin qabatuu " akka bareefama kanatii Waaqayyo wanta dubbadhe isaaniif nan rawwadha waadaa koo nan erga jedhuudha malee wanta bira miti.
๐Fakkeenyaafi akkasii jedhe jalqabaa
isayaas 55:8-11๐
#yaanni koo yaada keessanii wajjin, #Daandiin koos daandii keessanii wajjin tokko mitiโ jedha #Waaqayyo #Akkuma samiin lafa irraa oli fagaatu, #Daandiin koo daandii keessan irraa, #Yaanni koos yaada keessan irraa #fagoo dha.
#Bokkaanii fi cabbiin samii irraa gad buสผee, Lafa jiisuudhaan #oomisha akka argamsiistuu fi akka biqilchitu, Isa facaasuuf sanyii, isa nyaatuufis nyaata akka kennitu utuu hin godhin akkuma #ol_hin_deebine
#dubbiin koo kan #afaan kootii baสผus #fedhii koo raawwata;
#kaayyoo ani isa ergeefis galmaan gaสผa malee
harka duwwaa gara kootti hin deebiสผu.
โงkana jechuun kaayyoo Waaqayyo ,waadaa isaa kani uummata wajjiin dubbachaa jiruu malee kani wangeela Yohaannis 1:14 irraa wajjiin tokko miti.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โค๏ธ wanta salphaa tokko isinitti himma Kiristoos guyyuma sana Uumee jedhe namoota sobaanif.
โงKiristoos yeroo sagaleen suni foonii taโe jedhuu dhisii Waaqayyo jalqabaa samii fi lafa yeroo Uumuu iyyu jira turee.
๐Kanaafuu sagalee sanani Kiristoos Uumee kani isaanii jedhanii #soba_gudadha.
โโงYohaannis 17:5
yaa Abbaa, ulfina #Ani_addunyaan_uumamuu isaa #dura si biratti qabu sanaan, of biratti ulfina anaaf kenni.
๐kanafuu Kiristoos addunyaa dura ergaa jiratee ammaa akkamitti sagalee sanii Kiristoos Uumee jedhu Musiliimooniโ
โโงQolosaayis 1:15
#inni fakkaattii Waaqayyo isa ijaan hin argamne sanaa fi #Angafa_uumama_hundumaa ti;
๐Kiristoos Uumama hundaaf Aangafa erga taee sagalee sani Waaqayyo isaa Uumee akkamitti jedhuu Musiliimoniโ
โโงYohaannis 8:58
#Iyyaasus โDhuguma dhuguman isiniin jedha, #Abrahaam dhalachuu isaa #dura_ani jiran tureโ isaaniin jedhe.
๐ Kiristoos Abrahaam dura erga jiratee , sagalee sani Uumamee akkamitti jedhuu Muslimoonniโ
๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha

Telegram
๐นD๐๐๐๐๐ ๐ข๐ช๐จ๐๐ก๐๐ข๐ค๐ฉ๐๐ ๐๐ ๐ฅ๐๐๐๐ฃ๐ญ๐๐โโโโโ
โIyyesuus, โBeekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ isaaniin jedhe.โ (Maat.16:6).
แขแจแฑแตแ แจแแชแณแแซแแ แจแฐแฑแแแซแ แฅแญแพ แฐแ แแแแ แฐแ แ แแก แ แแธแแข (แแดแแต 16:6)