๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.58K subscribers
54 photos
2 videos
10 files
117 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
Forwarded from Gutema Gelana
โ€ผ๏ธ๐ŸŒปโ€ผ๏ธ qabxii 15 kuni
#foonii_uffachuu Kiristoos fi #Waaqayyo_ta'u Kiristoos kan ibsan____ #Kuta.1.ffaa isaatti

1๐Ÿ‘‰Mat 24:30
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
Yeroo sanatti mallattoon
#ilma namaa samii irratti ni mulata;
#saboonni addunyaa hundinuu gaddaan qoma isaanii rurrukutu; isaanis
ilmi namaa humnaa fi ulfina guddaadhaan duumessa samiitiin yommuu
dhufu ni argu
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
jecha lamaan kanaa irraa wanta lamaa ni hubbata
1โ– jecha ilma nama jedhuu
=ilma namaa jechuun immoo foonii kan uffatee jechuudha
Kanaafuu Kiristoos ani foonii nama kan uffadhe samii irra yeroo dhufuu jecha jira

2โ– saboonni addunyaa hundinuu Gadaan qoomaa isaa rukutuu jecha
=Jechi saboota jechu namoota addunyaa kan irraa jiran yommuu ibsuu
=jechi maalif qooma isaanii rukkutu kan jedhuu immoo, Kiristoos yeroo dhufuu wanii itti murteessuufi
=murteessuu kan danda'u immoo Waaqayyo qofa
Kanaafuu Kiristoos ani Waaqayyo yeroon samii irraa dhufu qoomaa keessan ni rukkutu jecha jira

2๐Ÿ‘‰ luq 24:39-40
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ‘‰Ana mataa koo akkan tae
harka koo fi miilla koo ilaalaa; qaqqabaatii na ilaalaa, sababiin isaas akkuma ana irratti argitan kana uumamni hafuuraa foonii fi lafee hin
qabu.โ€ Utuma kana dubbachaa
jiruus,
#harka isaa fi #miilla isaa isaanitti argisiise.

๐Ÿ–•UUmmama hafuuraa jechuun
#eekara jedhama yeroo Tokko nannoo garagaraatti afaan Oromoon
garuu Kiristoos harka fi mila koo qaba ilaala jechuun Kiristoos foonii akka qabu ofuma isaa dubbachaa
hin jiruu โ—๏ธ
๐Ÿ“๐Ÿ“๐Ÿ“๐Ÿ“๐Ÿ“๐Ÿ“๐Ÿ“๐Ÿ“๐Ÿ“๐Ÿ“

3๐Ÿ‘‰Yoh 1:1--1
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ‘‰ Jalqaba Dubbichatu ture; Dubbichi Waaqayyoo wajjin ture; Dubbichis waaqayyo ture

4๐Ÿ‘‰Yoh 1:14
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ‘‰Dubbichi foon taee nu gidduu jiraate; nutis ulfina isa akka ilmi tokkichi Abbaa irraa argatuu tae argineerra; innis gaarummaa guddaa fi dhugaadhaan guutamee ture

5๐Ÿ‘‰ Yoh 6:53-54
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ‘‡Kanaaf
#Iyyaasuus akkana
isaaniin jedhe: โ€œDhuguma dhuguman isiniin jedha,
#foon_Ilma namaa yoo nyaattanii fi #dhiiga isaa
yoo dhugdan malee, ofii keessaniin jireenya hin qabdan
๐ŸŒผ Namni foon koo nyaatuu fi
dhiiga koo dhugu hundi #jireenya bara baraa qaba; anis guyyaa dhumaatti duaa
isa nan
#kaasa

โ™จ๏ธ dhigaa fi foonii kiyya jechuun isaa foonii fi
dhiiga qabachu ibsaa
โ™จ๏ธ namnii
dhiiga fi foonii kiyya nyaatee jireenya bara baraa qaba jechuun isaa immoo bara baraan kan nama jirachuu #Waaqayyo kan biraa hin jiruu
Kanaafuu ani mataan koo,
#Waaqayyo jecha jira

6๐Ÿ‘‰Rom 1:2-3
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒป misiraachoon kun isa Waaqayyo duraan
dursee karaa
#raajota isaa Kitaabota Qulqulluu keessatti abdachiise dha.

โžง Kunis waaee
#ilma isaa isa karaa #foonii #sanyii_Daawit irraa dhufe sanaa kan ibsu dha

๐Ÿงจ,jechaa matewoos 1:1 irraa siritti ibsee jira
Kuno gara foonii siin jecha jira Phawuloos, ni argita amma

7๐Ÿ‘‰ Rom 9:5
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿงจ Abbootiin kan isaanii turan,
#Kiristoosis akka #fooniitti isaan irraa argame. Waaqayyo inni hundumaa ol jiru bara baraan haa galateeffamu. Ameen..
โžคAbbooti kan jedhamee kan akka Abrahaami,Daawit, yoseef
Taaraa,,,,,,,, gara foonii abbotii irraa jechaa jira

8๐Ÿ‘‰1 Qor 15:45-47
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โ€ผ๏ธKanaaf, โ€œ
#Addaam namni jalqabaa, qaama jiraataa taeโ€ jedhamee barreeffameera. #Addaam inni boodaa #Affuura isa #jireenya kennu tae.
๐Ÿ”ˆHaa tau malee,
#qaamni inni jalqabaa isa #Afuuraa sana miti, kanaa mannaa isa #foonii ti. #Qaamni_Afuuraa sana booda dhufe.#Namni
inni jalqabaa
#lafa irraa dhufe, akkasumas #biyyoo irraa hojjetame;
#namni inni #lammaffaan garuu #samii irraa dhufe.
๐Ÿ“ addaami biiyee ykn lafaa irraa argamee
#Kiristoos garuu samii irra dhufee jedhee jira
Sababa Addaamii lamaffaa jedhamee immoo foonii nama wani uffaatef jechuudha

๐ŸŒนsamii irraa kan jirtuu Waaqayyo malee eenyu, kanafuu Kiristoos Waaqayyo jecha jira siif hin galu amma obboolleessa
Jireenya kan keenuu isaa jecha jira, kanafuu mee,dhugumaa samuu kee, bani ilaalii
๐Ÿ‘‰ ๐Ÿ“๐Ÿ“ jalate dhiistee
๐Ÿ‘‰ ๐Ÿ“๐Ÿ“ Kiristoos Waaqa
Gutema Gelana:
๐ŸŒน
#Waaqayyo garuu
Adduunya dura
#mootidha,waliqixxee
lafa
#jidduutti
#Qoricha hojjatee
=Far.Daawit 74:12
โ—ˆแŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญ แŒแŠ• แŠจแ‹“แˆˆแˆ
แŠ แˆตแ‰€แ‹ตแˆž
#แŠ•แŒ‰แˆฅ แŠแ‹
#แ‰ แˆแ‹ตแˆญแˆ แˆ˜แŠซแŠจแˆ
#แˆ˜แ‹ตแŠƒแŠ’แ‰ตแŠ• แŠ แ‹ฐแˆจแŒˆ
=แˆ˜แ‹แˆ™แˆญ 74:12
โ—ˆWaaqayyo addunyaa
Dura mooti akka
taโ€™e ni hubanno=ok
=Waaqayyo samii fi lafti
Osoo hin jiratani Eenyu
irratti Mooti taโ€™e =_____โ“
โ—ˆdeebiin isaa Waaqayyo
Amaluma isaan mooti
Waani Ta'eef.
๐ŸŒปWaaqayyo samii fi lafa
Uumamtooni biraa itti haa,fayyadamuu
Jedhe malee irratti
mooti ta'uf Mitti ta'uf mitti
=ammas yoo,taโ€™e samii fi
Lafti ni badi inni akkuma jalqabaa mooti taโ€™e inni
Ammas mootidha

๐ŸŒปWaaqayyo erga
Addunya dura mooti
Waaqayyo lafa yaa,
Uumuu yaa,dhisuu malee
Qoricha hojjachuu yaada
Waaqayyo turee

๐ŸŒปWaaqayyo maalif
Erga lafa fi samii
Uumee qoricha lafaa
Qofa irratti hojjatee=__โ“

โ—ˆnamni akka isaa yakkuu
Osoo lafa hin uummin dubbate
Kanaafu akka nama fayyisu
Dubbate jira
โœ Waaqayyo qoricha
Raawachuu
#waliqexxe lafaa
Maalif barbaachise โ“โ“

โ—ˆiddoo sana nama
waani Uumuuf
Akkas jedhee...
๐ŸŒป kanaa booda
Nama kan fayyisuu
Waaqayyo ta'u qaba

โœ waa'ee fannoo
๐ŸŒผ
#kutaa_1_ffaa
=Ser.Uumama 1:11-13๐Ÿ‘‡

๐Ÿ‘‰Amma immoo Waaqayyo
#Lafti_biqila haa baasu! Dhaabaan akka qomoo isaatti sanyii godhatu mukkeetiin ija kennanii iji isaanii immoo
sanyii of keessaa qaban adduma addaan akka
qomoo isaaniitti lafa
irratti haa argaman!
jedhe

#innis akkasuma in ta'e
Lafti biqila, dhaabaa sanyii godhatu akka qomoo qomoo isaatti, mukkeetii ija kennanii
iji isaanii immoo sanyii of keessaa qaban, adduma addaan akka qomoo qomoo isaaniitti in baase; kunis gaarii akka ta'e Waaqayyo in arge

#Galgallis ta'e, ganamnis ta'e kun #guyyaa_sadaffaa dha

โ—ˆkan booda hiika
kan ilala
=mukti tokko
Yeroo
#marguu yookiin
Mataa muka yoo,ilaaluu
Baala
#lama fi kan #jidduu
Oli guddatu qaba
Fakkeenyaaf
Muka tana ilali
๐Ÿ‘‡
A)๐Ÿ‘‰๐ŸŒฟ๐Ÿ‘ˆ ๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‡ B) ๐Ÿ‘‰โ˜˜๐Ÿ‘ˆ
C)๐Ÿ‘‰๐Ÿ€๐Ÿ‘ˆ
๐Ÿ‘‡
D)๐Ÿ‘‰๐ŸŒท๐Ÿ‘ˆ

=kanafuu Haaluma
#Lafa keesa marguu
Biqlituu mataa Ishe
Fakkeenyaaf
#fannoo
ibsaa

โ—ˆbaali biqiltuu tanaa
Takka gara
#mirgaa fi #bitaa
Jirachun Ishe fakkeenya
Yero Kiristoos fannifamuu
#Haatuu lammanii ibsaa
Mukti jidduu balaa gidduu
Olii guddatuu fakkeenya
#Kiristoos ibsa
=Luq 23:33
=Mat 27:38

โ—ˆ dhuma irratti akkasii
Jedha
#galgalis taโ€™e
Ganamins taโ€™e Kuni
Guyyaa
#sadaffaa

โ—ˆ kuni immoo fakkeenya guyyaa
#sadii fi halkanii
Kiristoos boola keessa bule
Ka'u ibsa
=Mat 12:40
=Mat 17:9
=Yoh 2:19-22
=akkuma
#bilqitoonni
Guyyaa sadatti lafa keessa
Oli marguu, Kiristoos immoo
Boola lafaa keessa oli bahee

โœ gara
#hiika bira guyyaa
#Sadi akkanatti illaala
โ—ˆraaji Hose'e 6:1-2๐Ÿ‘‡
โœkoota gara Waaqayyoti deebian
Inni nuu,cabsee, inni nuu,fayyisee, inni nuu,rukkutee, inni nuu hidhee

Guyya
#lama booda nuu,fayyisa
Guyyaa
#sadaffati oli nuu kaasa
Isaa fuulduraatti ni jirana

โœ แŠ‘, แ‹ˆแ‹ฐ แŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญ แŠฅแŠ•แˆ˜แˆˆแˆต แŠฅแˆญแˆฑ
#แˆฐแ‰ฅแˆฎแŠ“แˆแŠ“ แŠฅแˆญแˆฑแˆ แ‹ญแˆแ‹แˆฐแŠ“แˆ แŠฅแˆญแˆฑ แˆ˜แ‰ตแ‰ถแŠ“แˆแฅ แŠฅแˆญแˆฑแˆ แ‹ญแŒ แŒแŠแŠ“แˆ

#แŠจแˆแˆˆแ‰ต แ‰€แŠ• แ‰ แŠ‹แˆ‹ แ‹ซแ‹ตแŠแŠ“แˆ #แ‰ แˆฆแˆตแ‰ฐแŠ›แ‹แˆ แ‰€แŠ• แ‹ซแˆตแŠแˆฃแŠ“
แ‰ แŠแ‰ฑแˆ แ‰ แˆ•แ‹ญแ‹ˆแ‰ต แŠฅแŠ•แŠ–แˆซแˆˆแŠ•
=แˆ†แˆดแ‹• 6:1-2

๐ŸŒป=guyyaa tokkoffaa
kan jedhame
๐Ÿ‘‰bara seera
#laphee
๐ŸŒป=guyyaa lamaaffaa
Kan jedhame
๐Ÿ‘‰bara seera
#oritti
๐ŸŒป=guyyaa sadaffaa
Kan jedhame
๐Ÿ‘‰Bara
#Wangela
==//===//===
Fayyida bilqiltoota kan
=1=nyaata bineensota
=2=bineenladoota
=3=allattiwani
=4=kanniisaa
=warra guutummaatti
isaan sooratan hundaaf
Jireenya keenu
=fannoo Kiristoos
#Nageenya jireenya
Biyya lafa Kanaaf
Keenne jira
โ—ˆ Qol 2:14-15๐Ÿ‘‡
โž›Seericha isa
#harkaan barreeffame
isa
#ajajawwan qabatee fi
nu
#mormu sana nuu
#haqe..
#Fannoo irratti #mismaaraan rukutuudhaanis #karaa irraa nuu kaase

fannoo sanaanis
#mootummootaa fi #abbootii #taayitaa boojiee #qullaa hambisee hiriira injifannootiin geggeessee
uummatatti isaan mulise
โž›
#แ‰ แŠฅแŠ› แˆ‹แ‹ญ แ‹จแŠแ‰ แˆจแ‹แŠ• แ‹จแˆšแ‰ƒแ‹ˆแˆ˜แŠ•แŠ•แˆ แ‰ แ‰ตแŠฅแ‹›แ‹›แ‰ต แ‹จแ‰ฐแŒปแˆแ‹แŠ• แ‹จแ‹•แ‹ณ แŒฝแˆ•แˆแ‰ต #แ‹ฐแˆ˜แˆฐแˆฐแ‹.
แŠฅแˆญแˆฑแŠ•แˆ
#แ‰ แˆ˜แˆตแ‰€แˆ #แŒ แˆญแ‰†_แŠจแˆ˜แŠ•แŒˆแ‹ต แŠ แˆตแ‹ˆแŒแ‹ถแ‰ณแˆ

#แŠ แˆˆแ‰…แŠแ‰ตแŠ•แŠ“ แˆฅแˆแŒฃแŠ“แ‰ตแŠ• #แŒˆแŽ
#แ‹ตแˆ แ‰ แˆ˜แŠ•แˆฃแ‰ต แ‰ แŠฅแˆญแˆฑ แŠฅแ‹ซแ‹žแˆซแ‰ธแ‹ แ‰ แŒแˆแŒฅ แŠ แˆณแ‹ซแ‰ธแ‹
=แ‰†แˆ‹แˆตแ‹ญแˆต 2:14..
๐ŸŒปQol 1:20๐Ÿ‘‡
โž› akkasumas Waaqayyo
karaa
#dhiiga ilmi
isaa
#fannoo irratti dhangalaase sanaatiin