๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.38K subscribers
54 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐Ÿ‘=sa'aatiin,itti hirribaa dammaqxan amma.
โžง แŠจแŠฅแŠ•แ‰…แˆแ แ‹จแˆแ‰ตแŠแˆกแ‰ แ‰ต แˆฐแ‹“แ‰ต แŠ แˆแŠ• แŠฅแŠ•แ‹ฐ แ‹ฐแˆจแˆฐ แ‹˜แˆ˜แŠ‘แŠ• แŠฅแ‹ˆแ‰แค แŠซแˆ˜แŠ•แŠ•แ‰ แ‰ต แŒŠแ‹œ แ‹ญแˆแ‰… แˆ˜แ‹ณแŠ“แ‰ฝแŠ• แ‹›แˆฌ แ‹ˆแ‹ฐ แŠฅแŠ› แ‰€แˆญแ‰ฆแŠ แˆแŠ“
โžง Rom 13:11
โžง แˆฎแˆœ 13:11
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโœฆโ–ฌโ–ฌโ–ฌ

โœฆ Matadureen kuni hiriba keessa dammaqaa, yookiin namii rafee yoo,jirate kaha
(=Phaawuloos =)
โžงhikaa dubbii kan kallattiidhaan kan ilaalamu miti
Maaliifi yoo,jennee hiribaa Uumaman Waaqayyo nafi wani Uumeefi yookiin hiribaa nama qofa osoo hin tanee bineensota, bineeldoota, allaattiiwwan fi bishaanii keessa warra jirtan hundumaafis akka rafan beekamaadha
โžงKanaafuu hiribaa kan jedhamee bakkaa kanatti hiribaa isaa Uumama kan osoo hin tanee.
#Hiribaa cubbuu keessa ka'a jechuudha

โžงdhugumaa namoonni bayyeen hojii gaarii dhisani jiruu.
โžงWaaqayyo irraa namoonni laphee ofii fagoo wanii godhanif
โœฆamma dammaqaaโœฆ.

โ–Qulqulluu=Phaawuloos maalif jedhee ilaala ๐Ÿ‘‡โ“

โœWaaqayyo biraa yoo tae malee Aangoon waan hin argamneef,namni hundi abbootii taayitaa
iddoo ol aanaa qabaniif haa bitamu,abbootiin taayitaa amma jiran aangoo isaanii isa daangaa qabu kan argatan Waaqayyo biraa ti
โœ Kanaaf,namni aangoo mormu hundi qophii Waaqayyoo morma; warri qophii kana morman of irratti murtii fidu

โœBulchitoonni kan sodaachisan namoota wanta
#gaarii hojjetan utuu
hin tain, namoota wanta gadhee hojjetani dha
=
#Nama aangoo qabu akka
hin sodaanne ni barbaaddaaโ“ Wanta gaarii hojjechuu kee itti fufi,isa biraas galata ni argatta

โœ sababiin isaas inni
#tajaajilaa Waaqayyoo isa faayidaa keetiif muudame dha. Haatau malee, inni goraadee kan hidhate kaayyoo malee waan hin taaneef,
wanta
#gadhee yoo hojjette sodaadhu,Inni nama wanta hamaa hojjetutti dheekkamee haaloo bauuf tajaajilaa Waaqayyoo ti.

โœ Kanaaf dheekkamsa isaa sodaachuudhaan qofa utuu hin tain,
#qalbii keetiin kan kaes isaaf bitamuuf sababii gaaa qabda
โœ Qaraxa kan kaffaltanis kanumaafi,sababiin isaas isaan tajaajiltoota Waaqayyoo uummata tajaajilani dha, tajaajila kanas yeroo hunda raawwatu
โœ Hundumaaf wanta
isaaf malu, jechuunis isa qaraxa gaafatuuf qaraxa, isa gibira gaafatuuf gibira, isa sodaatamuu barbaaduuf
sodaa, isa ulfina barbaaduuf ulfina kennaa

โœWal jaallachuu malee idaan eenyuu illee isin irra hin jiraatin,sababiin isaas namni nama jaallatu hundi
seericha raawwateera
โœSeericha keessatti, โ€œHin ejjin, hin ajjeesin, hin
hatin, hin gomjainโ€ jedhameera. Ajajawwan kunis taan ajajawwan kan biraan ajaja, โ€œNama akka ofii keetti jaalladhuโ€ jedhu keessatti walitti qabamaniiru.
โœ Jaalalli wanta hamaa nama irratti hin hojjetu; kanaaf,
namni nama jaallatu seera hundumaa hojii irra oolcha.

โ™จ๏ธ Isinis yeroo isaa waan beektaniif kana raawwadhaa; yeroo amantoota itti taane caalaa amma
#fayyinni keenya waan dhihaateef, saa'atiin
itti hirribaa dammaqxan amma.

โ™จ๏ธHalkanichi darbuu jala gaeera; guyyichis dhihaateera. Kanaaf, hojii dukkanaa of irraa gatnee
#meeshaa
waraanaa ifaa haa uffannu
(Rom 13:1-12)

โžง แˆŒแˆŠแ‰ฑ แŠ แˆแŽแŠ แˆ,
#แ‰€แŠ‘แˆ แ‰€แˆญแ‰ฆแŠ แˆ แŠฅแŠ•แŒแ‹ฒแˆ… แ‹จแŒจแˆˆแˆ›แ‹แŠ• แˆฅแˆซ แŠ แ‹แŒฅแ‰ฐแŠ• #แ‹จแ‰ฅแˆญแˆƒแŠ•แŠ• แŒ‹แˆป แŒฆแˆญ แŠฅแŠ•แˆแ‰ แˆต
(แˆฎแˆœ 13:12)
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโœฆโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
=Galani Waaqayyof Haataโ€™u
Ameen.


โžงYaada yoo,qabatanii
@Gutema123
โžก๏ธ๐ŸŒนkutaa _ 61 _ ffaa ๐Ÿ”ณ๐ŸŒน
โ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญ
๐ŸŒธ Gaafii fi Deebi
๐Ÿ”ณ musiliimota ๐Ÿšท
โœYohaannis 14:10

#Ani Abbaa keessa, Abbaanis Ana keessa akka jiru hin Amantuu ree? Abbaa isa Ana keessa jiraatutu #hojii isaa hojjeta malee, dubbii ani isinitti #dubbadhu hundumaa #ofuma kootiin hin dubbadhu
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ‘‰ gaaffii isaanii.
1=hojii hundumaa Abbaatu hojjata malee Kiristoos mitii jedhu..โ“
๐Ÿ“=Deebi keenya=
๐Ÿ‘‰ kanafuu dubbii hundi kani Abbati jetuudha ree...โ“

๐Ÿ“#โ“ตโœMatewoos 26:34

Iyyaasuus(Kiristoos)โ€œDhuguman siin jedha, halkan kana kormaan #indaaqqoo iyyuu isaa dura, sia sadii na ganta jedheen.
๐Ÿ‘‰kanafuu dubbii kuni kani eenyuti
A))+ kani Abbaa moo,
B))+ kani Kiristoos.โ“
Lakki kani Abbaa yoo, jette
Pheexiroos Abba gana jechuu keetii ,akkasumas Abbaan Yihuudotaa harka jira jechu keetii.๐Ÿ˜

๐Ÿ“#โ“ถโœMatewoos 27:46

Gara saaatii sagaliitti Iyyaasus(Kiristoos) sagalee guddaadhaan,โ€œEelohe  Eelohe laamaa saabaaqtaanii?โ€
jedhee iyye; hiikni isaas โ€œYaa Waaqa ko, yaa Waaqa ko maaliif nadhiiste?โ€ jechuu dha.
๐Ÿ‘‰dubbii kuni kani eenyutiโ“
A)) kani Abbaa mooโ“
B)) kani Kiristoos โ“
๐Ÿ‘‰Lakki Abbadha yoo, jette Abbaan yoomi
#fanoo irraa oole.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ โœ akka dubbisa kanati Abbaani ana keessa ,Anis abba keessa ,hojji isaa kana,abbaatu hojjata, Dubbiin kunis kani isaati malee kiyyaa mitii .Kani jedhee
#Filiphoos Kiristoos mormee Abba nutti argisi jedhee wani dubbatefi . Kiristoos immoo Ani Abbaa keesa ,Abbaani Ana keessa jira
Dubbiin kuni kani isaatti jedhee itti himme (kunis namni ilma argee abba argee kani jedhuu turee)).
๐Ÿ“#โ“ทโœYohaannis 14:8-11
#Filiphos immoo,Yaa gooftaa, abbaa nu argisiisi, kanaa achi nu ga'aโ€ ittiin jedhe Iyyaasuus(kiristoos) deebisee, โ€œUtuma ani yeroo dheeraa hammana ga'u isinii wajjin jiraadhuu iyyuu ana hin beeknee, Filiphos? #Namni ana arge abbaa arge; attamitti, โ€˜Abbaa nu argisiisiโ€™ jetta ree*? #Ani abbaa #keessa, abbaanis ana keessa akka jiru hin amantuu ree? Abbaa isa ana keessa jiraatutu hojii isaa hojjeta malee, dubbii ani isinitti dubbadhu hundumaa #ofuma kootiin hin dubbadhu*. Ani abbaa keessa, abbaanis ana keessa akka jiru na #amanaa! Yookiis sababii #hojichuma kana hundumaaf #ana_amanaa
๐ŸŒบHaaluma wali fakkaata Filiphoos Abba walale Kiristoos waliin dubbatu kana #yihudoota
Wajjin illee dubbate jira.
๐Ÿ“#โ“ธโœYohaannis 5:36

Ani garuu Yohaannis caalaa dhugaa kan anaaf bau qaba; sababiin isaas #hojiiwwan
akka ani hojjedhu Abbaan koo natti kenne, jechuunis hojiiwwan ani hojjechaa jiru kun, akka Abbaan na erge mirkaneessu.
๐Ÿ“#โ“นโœYohaannis 10:24-25
Yeroo kanatti Yihudoonni isatti marsanii, โ€œHanga yoomiitti
#qalbii nu rarraasta? Ati Kiristoos yoo taate ifatti
nutti himiโ€ isaan jechuu jalqaban kiristoos deebisee akkana isaaniin jedhe: โ€œAni isinitti himeera, isin garuu hin amantan
#Hojiiwwan ani
maqaa
#Abbaa kootiin hojjechaa jiru kun, waaee koo dhugaa ni bau
๐Ÿ“#โ“บโœYohaannis 10:37-38
Egaa Ani
#hojii abbaa koo hin hojjedhu yoon ta'e, anatti hin #amaninaa*. Ani hojii abbaa koo nan hojjedha yoon ta'e garuu, anatti yoo amanuu dhaabaattan iyyuu, hojii kanatti amanaa! Kanaanis abbaan ana keessa, anis abbaa keessa akkan jiru, ba'eessa gootanii in hubattuโ€ isaaniin jedhe
๐Ÿ“#โ“ปโœYohaannis 12:48-50
Nama Ana
#tuffatee, dubbii koo fudhachuu didetti kan faradu jira; dubbii ani dubbadhetu guyyaa isa dhumaatti isatti farada Abbicha isuma na ergetu ofii isaatii waanan dubbadhu na #abboome malee, ani ofuma kootiin hin dubbanne #Dubbiin inni na abboomes, jireenya bara baraaf akka ta'e ani beeka; egaa waanan jedhu, akka abbaan anatti himetta dubbadhaโ€ jedhe
๐Ÿ‘‰ yaada xumura๐Ÿ‘ˆ
Yeroo hundumaa Dubbiin kuni kani Abbaatti malee kiyyaa mitii
Yeroo jedhuu ยซ namoonni yeroo dubbii Kiristoos fudhachuu diddaan akkasii jedhee malee caalise mitiยป
๐Ÿ“#โ“ผโœYohaannis 1:3_4
Wanti
#hundinuus isumaan ta'e waan ta'e keessaas isa malee kan ta'e #tokko_illee hin jiru Jireenyi isa keessa ture; jireenyichis ifa namootaa ture
๐Ÿช€ erga wanti hundi karaa Kiristoos taโ€™e dubbii illee kani Isaati abbaa qofaafi miti.
๐ŸŒผ link walda keenyaa
๐ŸŒน
@haadha_Waaqa_naJaladha
๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ