โ #Samii irratti Waaqayyoof ulfinni haatau #lafa
irrattis namoota
inni jaallatuuf
nagaan haatau.โ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
=Tiksee #hoolota naannoo
Sana jirachuun isaa
immo Yookin Sababi
isaa dursanii
Wamaamnif, osoo
namoonni Beekumsa
hedduu qabanii osoo
Jiranu
โ Hooloni fakkeenya
Nama
โTikseen immoo
fakkeenya Waaqayyoti
Kiristoos garuu tiskee
#Gaari Waani taโef
Gara isaa deemnaani
Jiruu....
Bakka tiske gaariin
Jiru deemuun gammachuu
Gudda isaa caaluu hin jiruu
Kanaafi
#ergamaan Waaqayyo
Misirachoo gammachuu
Guddaan isinitti himma
Jedheni
โYoh 10:1-11
Iyyaasuus akkana jedhe โDhuguma dhuguman
isiniin jedha,
inni #karaa balbalaa
utuu hin tain,
karaa gara biraa
utaalee gola hoolotaatti
seenu, hattuu fi saamtuu dha.
โInni karaa balbalaa
seenu garuu
#tiksee hoolotaa ti
#Inni balbala eegus
isaaf ni bana; hoolonnis
sagalee isaa ni dhagau
#Inni hoolota isaa
#maqaa maqaa
isaaniitiin waamee
gadi ni yaasa
โ Hoolota isaa hunda
erga gad yaasee booda
isaan dura buee deema
isaanis #sagalee
isaa waan beekaniif
isa duukaa ni buu
โ #Hoolonni sagalee keessummaa waan hin beekneef, isa irraa
ni baqatu malee
matumaa keessummaa
duukaa hin buan.โ
โIyyaasus fakkeenya
kana isaanitti dubbatus,
isaan garuu wanta inni
isaanitti dubbachaa
ture hin hubanne
โKanaaf, Iyyaasuus ammas akkana jedhe
โDhuguma dhuguman
isiniin jedha
ani #balbala hoolotaa ti.
โWarri maqaa kootiin
dhufanii turan hundi
hattootaa fi saamtota
dha
โhoolonni sun garuu
isaan hin dhageenye.
Ani balbalicha
#namni karaa koo
seenu hundi ni #fayya;
inni ol ni seena,
gadis ni baa, bakka dheedichaas ni argata
โ #Hattuun, hatuuf,
qaluu fi balleessuuf
malee wanta kan
biraadhaaf hin dhufu
Ani isaan #jireenya
akka argatanii fi jireenya
irraa hafaa akka
qabaataniif dhufeera
โAni tiksee #gaarii dha
tiksee gaariin immoo
hoolota isaatiif jedhee
#lubbuu isaa
dabarsee ni kenna.
===============
Ayyaanna Gaari isiniif
Haataโu
โ link kan xuqaa ๐
#haadha_Waaqa_naJaladha
===||===||=======

๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
#Ani saboota #hundumaa
nan #sochoosa; wantoonni
gatii guddaa qabanis saboota hundumaa keessaa ni dhufu mana kanas ulfinaan nan guutaโ jedha #Waaqayyo Gooftaan Raayyaa.
โ Ibroota 12:25-26
#Iyyaasuus isa arsaa kakuu #haaraa tae, akkasumas #dhiiga facaafame isa karaa
#dhiiga Abeel irra aaluun dubbatuttil dhihaattaniittu.
#Isin isa #dubbachaa jiru
sana dhaggeeffachuu akka hin#didne of eeggadhaa. Namoonni isa lafa irratti akeekkachiisa#Waaqayyo
biraa dhufe dubbatu
sana dhaggeeffachuu didan adaba irraa erga hin oollee, nutiisa #samii irraa dubbatum sana irraa yoo garagalle akkamittiadaba jalaa
ooluu dandeenyaโ
#Yeroo sanatti #sagaleen isaa#lafa_sochoose,amma garuu, โAl_tokko dabalee lafa #qofa utuuhin tain, samiis nan #sochoosaโjedhee #waadaa galeera.
Jechoonni โali tokko dabaleeโ jedhan wantoonni hin sochooneakka itti fufaniif, wantoonni sochoan, jechuunis wantoonnitolfaman akka balleeffaman argisiisu. Kanaafuu, #Mootummaa sochouu hin dandeenye fudhachuuf akka jirru waan beeknuuf, gaarummaa guddaa isa karaa fudhatama qabuun, sodaafi ulfina guddaadhaan #tajaajilaqulqulluu Waaqayyoof dhiheessuu itti dandeenyu fudhachuu
keenya itti haa fufnu. Sababiin isaas, Waaqni keenya #ibidda gubee balleessu dha.
๐น inni bira sababa lafti sochoโaatefi Kiristoos Waani sodaateefi
โFar 68:8
#Lafti ni kirkirte;
#Waaqayyoon kan kae
#samiin bokkaa roobse;
Siinaan kunis Waaqayyo isa
#Waaqa_Israael ta'een kan
kae ni #kirkire.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐นGaafi 4ffaa
4=namoonni du'anis turan
Maalif awwaala keessa
bahaniโ
=Deebi
โDubbin Kiristoos akka raawamatufi
โYohaannis 5:25
#Dhuguma dhuguman isiniin jedha, #sa'aatiin warri #du'an
#sagalee #Ilma_Waaqayyoo ittidhagaan ni dhufa; saa'atiin sunis amma dha; #warri isa dhagaanis ni #jiraatu.
โYohaannis 5:28
Kana hin #dinqisiifatinaa; sababiin isaas, sa'aatiin warri #awwaala keessa jiran #hundi #sagalee isaa itti
dhagaan ni dhufa;
โโinni bira Kiristoos
Waaqayyo ta'u isa ibsuuf
Kunis namoonni kuni erga
du'ani ture jira #qaamni isaani Hundi #biyyee taโe jira
Kanaafu amma biyyee irraa
Qaama isaani tolche du'a
isaan kaasee jira.(Ser.Uum 1:7)
โFar 104:29
Yommuu #fuula kee dhoksitu
ni jeeqamu. #lubbuu isaanii
yoo fudhatte, #du'anii_biyyootti deebiu.Yoomu fuula kee,itti qabde immo lubbuu ni argatu
Atis irra lafaa ni haaressita.
โฌโฌโฌโฌโฌ
๐นGaafi 5 ffaa
5=erga awwaala keessa
bahanii eessaa jirtanโ
Isaa booda du'an moo
hin dunneโ
=deebi
Erga #awwaala keessa bahanii
Gara #IYarusalemi deemani
Isaa booda wa'ee #Kiristoos
Dubbacha turanii'
โmat 27:53
#Kiristoos erga #du'aa kaee booda, #namoonni awwaala gidduudhaa ba'an
gara #magaalaa qulqulluutti ni seenan; #namoonni #hedduunis
isaan #argan.
โjechi #namoota heddunis isaan argan jedhu = #addunyaa kana irratti namoota baay'e #barisiisu isaanii ibsa
แแดแแต 27:53
#แจแตแแฃแคแแ แ แแ แจแแแฅแฎแฝ แแฅแฐแ แแฐ แ แตแตแต แจแฐแ #แแกแ #แแฅแแแฝ_แณแฉ.
๐ #Baayina namoota kan meeqaYero jennuu immoo
500-600 jidduu ni ta'u
โ 1Qor 15:6
Achiis ali tokkotti obboloota #500 caalanitti mulate;
#isaan keessaa tokko
tokko #du'aniiru; #hedduun isaanii #garuu amma iyyuu
nuu #wajjin jiru.
โkanafuu namoonni kunis
Kuni isaanii akkauma #Alaazaari, du'ani jiruu yookiin
Akkuma #Muse, akkuma #Abrahaami,du'ani jiruu
Kuni isaani immoo akkuma
#Henok, Eliyaas,gara samii fudhatamni jiruu
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โ Link kan xuqaa seena๐
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
===//====//====

๐นkutaa_18ffยชยช๐ ๐ ๐๐Gaaffii fi Deebi๐๐
๐Musiliimoota๐
====//=====
โYohaannis 7:33๐
Iyyaasuus(Kiristoos)
akkana jedhe:
โGara isa na #erge
Sanaa #deemuu koo
dura yeroo xinnoodhaaf
isinii wajjin nan tura.
====//===//====
โ Gaafii isaanii
Kiristoos ergamaa dha
Jedhu.....โ
โโโโโโโโโโโ
=Deebi keenya
โ Kiristoos Abbaa
Bira ergamee dhufee
Yeroo jennuu Abbaa fi
Ilmi walii caaluu hin
Argisiisuu.
โ Sababiin isaan #Abbaan Addunyaa
akka fayyiyu barbada.
โfedhin ilma(Kiristoos)
Addunyaa akka fayyisuudha.
๐ragaa kitaaba
Qulqulluu
๐ ฐ Qabxiiwwan fedhii
Abba ibsan
=1=โYohaannis 3:16
Isatti kan #amanu hundi #jireenya bara baraa
akka qabaatuuf
malee akka hin badneef, #Waaqayyo Ilma
isaa isa tokkicha hamma kennuufitti addunyaa
kana #baayee_jaallateera.
๐น iddoo kan irratti
Namni humna Waaqayyon
Na, jaladhu jedhuu jira.โ
=gonkumaa hin jiruu
Waaqayyo fedha isaan
Nuu, jaalatee malee.
=2=โYohaannis 6:40
#fedhiin_Abbaa koo
namni Ilma beekee
isatti amanu hundi
jireenya bara baraa
akka qabaatuufi,Anis guyyaa dhumaatti
#duaa isa nan kaasa.
=3=โ1Yohaannis 4:19
Inni dursee waan
nu jaallateef nuti jaalala
ni argisiisna
=4=โ1Yohaannis 4:9-10
#jaalalli Waaqayyoo karaa kanaan mulateera; kunis nuti karaa isaa jireenya
akka argannuuf Waaqayyo #tokkic tokkicha Ilma
isaa gara addunyaatti
erge.
=5=โRoome 5:8
Waaqayyo utuu nuti #cubbamoota taanee jirruu, Kiristoos nuuf jedhee akka du'u gochuudhaan #jaalala nuuf qabu argisiiseera.
Amma #dhiiga isaatiin
Qulqulloota jedhamnee waan waamamneef,
karaa isaa dheekkamsa Waaqayyoo jalaa akka oollu beekamaa dha.
๐ ฑ fedhii Kiristoos ta'u
Immoo qabxiiwwan ibsan
=1=โLuqaas 19:10
#Ilmi namaa
kan #bade barbaaduuf, akkasumas
#fayyisuuf dhufeera.โ
=2=โLuqaas 5:32
#Ani namoota Qulqulloota utuuhin tain, cubbamoonni akka yaada geddaratan #waamuufan dhufe.โ
=3=Luqaas 15:4
โIsin keessaa namni #hoolota_100 qabu hoolaan tokko yoo jalaa badde, hoolota 99 sana
lafa onaa keessatti dhiisee ishii jalaabadde sana hamma argatutti kan hin
barbaadne jiraaโ
=4=โmaatewos 18:12-13
Maal isinitti fakkaataโ #Namni tokko hoolota 100 yoo qabaatee
fi isaan keessaa hoolaan tokko yoo jalaa #badde, hoolota 99 sana gaara
irratti dhiisee ishii jalaa badde sana
barbaacha hin deemuu? Dhuguman isiniin jedha, yoo ishii argate
hoolota 99n warra hin badne sana
caalaa ishiitti guddaa #gammada .
=5=โYohaannis 10:27_28
Hoolonni koo sagalee
koo ni dhagau, ani isaan
beeka, isaanis ana
duukaa buu.
#Ani jireenya bara baraa isaaniif nan kenna; isaan matumaa hin balleeffaman; eenyu illee harka koo keessaa isaan hin butatu.
=6=โMulโata 1:5
#Iyyaasuus Kiristoos
isa โDhugaa Baatuu Amanamaa,โ isa
โwarra #duan keessaa hangafaโ ta'ee
fi isa โBulchaa mootota lafaaโ tae irraa.
Isa nu #jaallatee fi #dhiiga #ofii isaatiin cubbuu keenya irraa bilisa nu
baase sanaaf,
โแซแฅแญ 1:5
แจแณแแแแ แแตแญแญ แจแแณแแ แ แตแญ แจแแตแญแ แแแฅแณแต แแฅ แจแแ #แจแขแจแฑแต แญแญแตแถแต แธแแ แฐแแ แแฅแแแฐ แญแแแข #แแแฐแฐแ #แจแแขแ แณแฝแแ แ แฐแ แแ แ แ6
====//=====//=====
๐นโKiristoos gara isa
Na,erge nan deema
Jechuun isa #dubbii
#Raajoota rawwachuufi
=raajoonni Waaqayyo
Oli bahee jedhanii jiruu
๐ kanafuu Kiristoos
#Afaani isatti anii oli
Nan bahaa jedhee oli
Bahee jira.
๐โFaarfannaa 47:5-6
#Waaqayyo Gooftaan #sagalee gammachuutiin, sagalee fiinootiinis #oli ba'eera; Waaqayyoon faarfannaadhaan jajadhaa! Isa faarfadhaa! Mootii keenya faarfannaadhaan jajadhaa! Isa faarfadhaa
๐โ Farfannaa 68:18
Ati gara olii baatee
Booji'amtootasi ni fudhattee, yaa,
waaqa keenya ati isaan
Gidduu jiraachuufi ,namoota Eeyyee ,namoota dida ta'an illee akka kennaatti ni fudhatee..
แแแแญ 68:18
#แแฐ แแญ แแจแแ แฅ #แแญแฎแ แแจแญแ แฅ แตแฆแณแแ แแฐแแฝ แฐแ แ แฅ แฐแแแ แแแแแแฝ แ แแซ แซแตแฉ แแแต
====//====//=====
โlink kan fayyadama
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
===๐๐==๐๐==