๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.41K subscribers
54 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
Forwarded from Gutema Gelana
โ€ผ๏ธ๐ŸŒผโ€ผ๏ธ 9๐Ÿ‘‰2Qor 4:10-11
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
jireenya
#Iyyaasuus qaama keenya irrattis akka mulatuuf bakka deemne hundatti #rakkina guddaa duaaf nama saaxiluu fi
#Iyyaasuus irra gae yeroo hunda qaama keenya keessatti ni baanna.Sababiin isaas, jireenyi Iyyaasuus foon
keenya isa duu irrattis akka mulatuuf, nuti warri lubbuudhaan jirru
yeroo hunda Iyyaasuusiif jennee duaaf ni saaxilamna..
๐Ÿ‘Œkuni immoo rakkoo yeroo
inni foonii dhufe sana ibsaa jira

10๐Ÿ‘‰ Ibr 2:14-17
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โ™จ๏ธKanaaf, โ€œ
#ijoolleenโ€ sun foonii fi dhiiga waan taaniif, #innis foonii fi dhiiga tae; kunis kan tae, dua isaatiin #Diyaabilos isa dua fiduuf humna qabu sana akka #balleessuufi;

โ™จ๏ธakkasumas, warra jireenya isaanii guutuu garbummaa sodaa duaatiin qabamanii turan
#bilisa baasuufi
โ™จ๏ธSababiin isaas
inni #sanyii_Abrahaam gargaaraa jira malee, #maleekota/Ergamootaa gargaaraa akka hin jirre beekamaa dha
โ™จ๏ธ Kanaaf,
inni wantoota Waaqayyoo wajjin wal qabatan
hundumaa irratti
#luba ol aanaa gara #laafessaa fi #amanamaa tauudhaan, aarsaa cubbuu namootaatiif dhiifama argamsiisu dhiheessuuf, #gama hundumaatiin โ€œ #obbolootaโ€ isaa fakkaachuu qaba ture..
โ™จ๏ธ
Inni mataan isaa yeroo #qorametti(qorumsa) waan dhiphateef, #warra_qorumsa keessa jiran gargaaruu ni dandaa

๐ŸŒผ 1โžงsababa Kiristoos foonii nama uffatee ibsee jira akkana jedhee, ijoolleen sunii foonii fi dhiiga wanii tanif,ijoollee kan jedhame
#Adaami irraa eeggale namoota jiran jechuudha.
sababa Kanaaf fooni ijoollee isaa uffatee jechuudhaa
๐ŸŒผ sababa lamaffaan immoo Seexanaa balleessuuf akka taโ€™e ibsee jira,ykn namoota harka isaa keesaa basuuf
โ™จ๏ธKiristoos lubba olii annaa jedhamee jira,Eeyyee
inni lubba Waaqayyoti,
โžงlubbaa Waaqayyo kan tatu immoo yoo Waaqayyo tate qofa
Kan jechuun waqayyo lama jira jechuu koo, mitti
Abbaa fi Ilmi Waaqayyo tokko jechuudha,sababa Kanaaf Kiristoos ani fi Abbaan tokko jedhee

๐ŸŒผ lubbaa garaa laafessa fi amanamaa jechuun immoo dhuguma Waaqayyo malee jira garaa
#lafeessi_fi_amanamaan
Kanaafuu
#Kiristoos Waaqayyo jechudha


โ™จ๏ธ Seexanaa harka nama basuu kan danda'u Waaqayyo malee kan biraa hin jiruu Kanaafuu
#Kiristoos_Waaqayyo jechaa jira Phaawuloos

๐Ÿ‘‡Kiristoos kana dhufee sanyii Abrahaamiifi akka taโ€™e, malee, ergamootaf mitii,
Kanaafuu foonii Abrahaam uffatee jechuudha

๐Ÿช€๐Ÿ“
#gama hundumaatiin โ€œ #obboloota_isaa_fakkaachuu qaba ture

๐Ÿ–•๐Ÿ–•
#ijoollee_Muslimaa jecha kana hubbadha๐Ÿ–•๐Ÿ–•๐Ÿ–•๐Ÿ–•
Karaa kamiyyuu obboloota isaa fakkachuu qaba yeroo jedhuu
1โžงobboloota kan jedhame namoota lafaa kan irraa jirtan yoo, ta'u
2โžงobboloota fakkachuu qaba kan jedhamee immoo Kiristoos fooni uffatee isaan fakkachu qaba jechuu

๐ŸŒนakkamitti Kiristoos namoota fakkaata kan jeetu immoo

1๐Ÿ‘‰akka namatii nyaachuudhaan
2๐Ÿ‘‰akka namatii kadhachuudhaan
3๐Ÿ‘‰ akka namatii dadhabuudhan
4๐Ÿ‘‰akka namatti soomuudhan
5๐Ÿ‘‰akka namati rafuudhan
6๐Ÿ‘‰akka namatti calisuudhan
7๐Ÿ‘‰akka namatti gadi ofii qabudhan
8๐Ÿ‘‰akka namatti adeemudhan
9๐Ÿ‘‰akka namatii Waaqayyof galata dhiyeesse
10๐Ÿ‘‰ akka namatti ergama taโ€™e
11๐Ÿ‘‰akka namatii raaji taโ€™e
12๐Ÿ‘‰ Haataโ€™u malee akka namoota jiratee garuu
inni akka #nama_cubbuu tokoo illee hin hojjanne

11๐Ÿ‘‰1Phex 2:21-25
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โœDhugaa dubbachuuf isin
#jireenya akkasiitiif waamamtan; sababiin isaas, #Kiristoos faana isaa
dhiheenyatti akka hordoftan
#fakkeenya isiniif dhiisuudhaan isiniif jedhee #dhiphateera.
๐Ÿ‘‰
inni #cubbuu tokko illee hin hojjenne, dubbii gowwoomsaanis afaan isaa keessatti hin argamne.Inni yommuu isa #arrabsan deebisee hin arrabsine. Yommuu dhiphatettis hin doorsisne; kanaa mannaa isa qajeelummaadhaan
murteessu Sanatti imaanaadhaan of
kenne
๐ŸŒนNuti cubbuudhaaf duunee qajeelummaadhaaf akka jiraannuuf,
inni ofuma isaatiin cubbuu keenya #qaama isaatiin #fannoo irratti baate. โ€œIsinis madaa isaatiin fayyifamtan.โ€ Sababiin isaas isin
akka
#hoolota karaa irraa maqanii turtan; amma garuu gara #tiksee fi ilaaltuu ol aanaa lubbuu keessaniitti deebitaniittu
๐Ÿ‘‰......๐Ÿ“๐Ÿ“ jalate dhiistee
๐Ÿ‘‰......๐Ÿ“๐Ÿ“ murti Kiristoos
jala hin baatu
Gutema Gelana:
๐ŸŒน
#Waaqayyo garuu
Adduunya dura
#mootidha,waliqixxee
lafa
#jidduutti
#Qoricha hojjatee
=Far.Daawit 74:12
โ—ˆแŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญ แŒแŠ• แŠจแ‹“แˆˆแˆ
แŠ แˆตแ‰€แ‹ตแˆž
#แŠ•แŒ‰แˆฅ แŠแ‹
#แ‰ แˆแ‹ตแˆญแˆ แˆ˜แŠซแŠจแˆ
#แˆ˜แ‹ตแŠƒแŠ’แ‰ตแŠ• แŠ แ‹ฐแˆจแŒˆ
=แˆ˜แ‹แˆ™แˆญ 74:12
โ—ˆWaaqayyo addunyaa
Dura mooti akka
taโ€™e ni hubanno=ok
=Waaqayyo samii fi lafti
Osoo hin jiratani Eenyu
irratti Mooti taโ€™e =_____โ“
โ—ˆdeebiin isaa Waaqayyo
Amaluma isaan mooti
Waani Ta'eef.
๐ŸŒปWaaqayyo samii fi lafa
Uumamtooni biraa itti haa,fayyadamuu
Jedhe malee irratti
mooti ta'uf Mitti ta'uf mitti
=ammas yoo,taโ€™e samii fi
Lafti ni badi
inni akkuma jalqabaa mooti taโ€™e inni
Ammas mootidha

๐ŸŒปWaaqayyo erga
Addunya dura mooti
Waaqayyo lafa yaa,
Uumuu yaa,dhisuu malee
Qoricha hojjachuu yaada
Waaqayyo turee

๐ŸŒปWaaqayyo maalif
Erga lafa fi samii
Uumee qoricha lafaa
Qofa irratti hojjatee=__โ“

โ—ˆnamni akka isaa yakkuu
Osoo lafa hin uummin dubbate
Kanaafu akka nama fayyisu
Dubbate jira
โœ Waaqayyo qoricha
Raawachuu
#waliqexxe lafaa
Maalif barbaachise โ“โ“

โ—ˆiddoo sana nama
waani Uumuuf
Akkas jedhee...
๐ŸŒป kanaa booda
Nama kan fayyisuu
Waaqayyo ta'u qaba

โœ waa'ee fannoo
๐ŸŒผ
#kutaa_1_ffaa
=Ser.Uumama 1:11-13๐Ÿ‘‡

๐Ÿ‘‰Amma immoo Waaqayyo
#Lafti_biqila haa baasu! Dhaabaan akka qomoo isaatti sanyii godhatu mukkeetiin ija kennanii iji isaanii immoo
sanyii of keessaa qaban adduma addaan akka
qomoo isaaniitti lafa
irratti haa argaman!
jedhe

#innis akkasuma in ta'e
Lafti biqila, dhaabaa sanyii godhatu akka qomoo qomoo isaatti, mukkeetii ija kennanii
iji isaanii immoo sanyii of keessaa qaban, adduma addaan akka qomoo qomoo isaaniitti in baase; kunis gaarii akka ta'e Waaqayyo in arge

#Galgallis ta'e, ganamnis ta'e kun #guyyaa_sadaffaa dha

โ—ˆkan booda hiika
kan ilala
=mukti tokko
Yeroo
#marguu yookiin
Mataa muka yoo,ilaaluu
Baala
#lama fi kan #jidduu
Oli guddatu qaba
Fakkeenyaaf
Muka tana ilali
๐Ÿ‘‡
A)๐Ÿ‘‰๐ŸŒฟ๐Ÿ‘ˆ ๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‡ B) ๐Ÿ‘‰โ˜˜๐Ÿ‘ˆ
C)๐Ÿ‘‰๐Ÿ€๐Ÿ‘ˆ
๐Ÿ‘‡
D)๐Ÿ‘‰๐ŸŒท๐Ÿ‘ˆ

=kanafuu Haaluma
#Lafa keesa marguu
Biqlituu mataa Ishe
Fakkeenyaaf
#fannoo
ibsaa

โ—ˆbaali biqiltuu tanaa
Takka gara
#mirgaa fi #bitaa
Jirachun Ishe fakkeenya
Yero Kiristoos fannifamuu
#Haatuu lammanii ibsaa
Mukti jidduu balaa gidduu
Olii guddatuu fakkeenya
#Kiristoos ibsa
=Luq 23:33
=Mat 27:38

โ—ˆ dhuma irratti akkasii
Jedha
#galgalis taโ€™e
Ganamins taโ€™e Kuni
Guyyaa
#sadaffaa

โ—ˆ kuni immoo fakkeenya guyyaa
#sadii fi halkanii
Kiristoos boola keessa bule
Ka'u ibsa
=Mat 12:40
=Mat 17:9
=Yoh 2:19-22
=akkuma
#bilqitoonni
Guyyaa sadatti lafa keessa
Oli marguu, Kiristoos immoo
Boola lafaa keessa oli bahee

โœ gara
#hiika bira guyyaa
#Sadi akkanatti illaala
โ—ˆraaji Hose'e 6:1-2๐Ÿ‘‡
โœkoota gara Waaqayyoti deebian
Inni nuu,cabsee, inni nuu,fayyisee, inni nuu,rukkutee, inni nuu hidhee

Guyya
#lama booda nuu,fayyisa
Guyyaa
#sadaffati oli nuu kaasa
Isaa fuulduraatti ni jirana

โœ แŠ‘, แ‹ˆแ‹ฐ แŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญ แŠฅแŠ•แˆ˜แˆˆแˆต แŠฅแˆญแˆฑ
#แˆฐแ‰ฅแˆฎแŠ“แˆแŠ“ แŠฅแˆญแˆฑแˆ แ‹ญแˆแ‹แˆฐแŠ“แˆ แŠฅแˆญแˆฑ แˆ˜แ‰ตแ‰ถแŠ“แˆแฅ แŠฅแˆญแˆฑแˆ แ‹ญแŒ แŒแŠแŠ“แˆ

#แŠจแˆแˆˆแ‰ต แ‰€แŠ• แ‰ แŠ‹แˆ‹ แ‹ซแ‹ตแŠแŠ“แˆ #แ‰ แˆฆแˆตแ‰ฐแŠ›แ‹แˆ แ‰€แŠ• แ‹ซแˆตแŠแˆฃแŠ“
แ‰ แŠแ‰ฑแˆ แ‰ แˆ•แ‹ญแ‹ˆแ‰ต แŠฅแŠ•แŠ–แˆซแˆˆแŠ•
=แˆ†แˆดแ‹• 6:1-2

๐ŸŒป=guyyaa tokkoffaa
kan jedhame
๐Ÿ‘‰bara seera
#laphee
๐ŸŒป=guyyaa lamaaffaa
Kan jedhame
๐Ÿ‘‰bara seera
#oritti
๐ŸŒป=guyyaa sadaffaa
Kan jedhame
๐Ÿ‘‰Bara
#Wangela
==//===//===
Fayyida bilqiltoota kan
=1=nyaata bineensota
=2=bineenladoota
=3=allattiwani
=4=kanniisaa
=warra guutummaatti
isaan sooratan hundaaf
Jireenya keenu
=fannoo Kiristoos
#Nageenya jireenya
Biyya lafa Kanaaf
Keenne jira
โ—ˆ Qol 2:14-15๐Ÿ‘‡
โž›Seericha isa
#harkaan barreeffame
isa
#ajajawwan qabatee fi
nu
#mormu sana nuu
#haqe..
#Fannoo irratti #mismaaraan rukutuudhaanis #karaa irraa nuu kaase

fannoo sanaanis
#mootummootaa fi #abbootii #taayitaa boojiee #qullaa hambisee hiriira injifannootiin geggeessee
uummatatti isaan mulise
โž›
#แ‰ แŠฅแŠ› แˆ‹แ‹ญ แ‹จแŠแ‰ แˆจแ‹แŠ• แ‹จแˆšแ‰ƒแ‹ˆแˆ˜แŠ•แŠ•แˆ แ‰ แ‰ตแŠฅแ‹›แ‹›แ‰ต แ‹จแ‰ฐแŒปแˆแ‹แŠ• แ‹จแ‹•แ‹ณ แŒฝแˆ•แˆแ‰ต #แ‹ฐแˆ˜แˆฐแˆฐแ‹.
แŠฅแˆญแˆฑแŠ•แˆ
#แ‰ แˆ˜แˆตแ‰€แˆ #แŒ แˆญแ‰†_แŠจแˆ˜แŠ•แŒˆแ‹ต แŠ แˆตแ‹ˆแŒแ‹ถแ‰ณแˆ

#แŠ แˆˆแ‰…แŠแ‰ตแŠ•แŠ“ แˆฅแˆแŒฃแŠ“แ‰ตแŠ• #แŒˆแŽ
#แ‹ตแˆ แ‰ แˆ˜แŠ•แˆฃแ‰ต แ‰ แŠฅแˆญแˆฑ แŠฅแ‹ซแ‹žแˆซแ‰ธแ‹ แ‰ แŒแˆแŒฅ แŠ แˆณแ‹ซแ‰ธแ‹
=แ‰†แˆ‹แˆตแ‹ญแˆต 2:14..
๐ŸŒปQol 1:20๐Ÿ‘‡
โž› akkasumas Waaqayyo
karaa
#dhiiga ilmi
isaa
#fannoo irratti dhangalaase sanaatiin