๐นkutaa-6-ffaa =
๐นGafii fi Deebii Muslimota๐
โ Maarqoos 1:14
Erga Yohannis mana hidhaatti galfamee booddee, Iyyaasuus(Kiristoos) #wangeela #Waaqayyoo lallabaa Galiilaa seene.
โถ=gaafii Muslimoota kana irratti Kiristoos wangeela hin qabuu ofii isaa iyyuu wangeela Waaqayyo Lallaba jedhuu.โ
โDeebii keenya Kiristoos illee wangeela qaba kani jedhuu ta'a.
โถโปMaarqoos 1:1
Jalqaba #wangeela_Iyyaasuus Kiristoos Ilma Waaqaa.
โโปGalaatiyaa 1:7
#wangeelli biraa illee hin jiru. Garuu namoonni isin dogoggorsanii #wangeela_Kiristoos jalสผisuu yaalan tokko tokko jiru.
โโป2 Tasaloonqee 1:7-8
isin warri rakkinni irra gaสผe, Gooftaan keenya Iyyaasus yeroo #maleekota isaa humna guddaa qabanii wajjin samii irraa mulสผatu nuu wajjin boqonnaa isiniif kenna inni samii irraa kan mulสผatu #ibidda #bobauun yeroo taสผu, warra Waaqayyoon hin beeknee fi waee #wangeela_Gooftaa keenya Iyyaasuus #ibsuuf hin ajajamne irratti haaloo ni baสผa
Ragaa dabalataa dubbisaa Rome 15:19* Filiphisiiyus 1:17* 2Qor 9:13
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โ wangeela Waaqayyo yoo jennee fi wangeela Kiristoos yoo jennee Tokkummaa malee wanta biraa miti. ยซ wangeela Kiristoos kani taโe hundi kani Abbaati, wangeela Abbaa kani taโe hundi kani Kiristoos ยป
โโปYohaannis 17:10
wanti kan koo taสผe hundi kan kee ti; wanti kan kee taสผe hundis kan koo ti; anis isaan gidduutti ulfina argadheera
๐๐๐จ๐ ๐ญ๐ช๐ข๐ช๐ง๐.
jechi โ #wangeelaโ jedhu kaaku dura fi Kakuu haaraa keessatti bareeffame ni argama Fakeenyaf kitaaba kaaku durii isaa Afaanii Ibraayisxiitti irraa gara Afaanii Giriikiitiin bareefame keessatti ni argatu.
kitaaba Raaji isayaas 52:7๐
kitaaba Raaji Nahomi 1:15๐
kaakuu haaraa keessatti immoo jechi wangeela jedhuu
Maarqoos 1:1๐, 1:14๐
Maatewos 4:23๐
kitaaba kaaku haaraa keessa iddoo baay'ee jira, afaanii kamiyyuu ni argama
๐ ๐๐ง๐๐จ๐ฉ๐ค๐ค๐จ ๐ฌ๐๐ฃ๐๐๐๐ก๐ ๐ฌ๐๐๐ฆ๐๐ฎ๐ฎ๐ค๐ค ๐ก๐๐ก๐ก๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ช๐ฃ ๐ฌ๐'๐๐ ๐๐จ๐๐ ๐๐ช๐๐๐ฉ๐ ๐๐๐๐๐ช๐๐๐.
โโปYohaannis 16:15
Wanni Abbaan qabu hundinuu kan koo ti. Inni #waanuma_koo #fuudhee isinitti beeksisa jechuun koos kanumaaf
โโป2Qorontos 2:12
Yeroo ani #wangeela_Kiristoos lallabuuf Xirooสผaas dhaqee Gooftaan balbala naa banetti
๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ #๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐โ
๐๐๐๐ ๐ก๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ก๐๐
๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐ฅ๐ข๐๐.
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha