🌹D𝙚𝙚𝙗𝙞𝙞 𝙢𝙪𝙨𝙞𝙡𝙞𝙢𝙤𝙩𝙖𝙖 𝙛𝙞 𝙥𝙝𝙚𝙚𝙣𝙭𝙚𝙚
2.61K subscribers
56 photos
3 videos
10 files
118 links
“Iyyesuus, ‘Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

ኢየሱስም ከፈሪሳውያንና ከሰዱቃውያን እርሾ ተጠንቀቁና ተጠበቁ፡ አላቸው። (ማቴዎስ 16:6)
Download Telegram
🌹 #boqonnaan_Sanbataa saba Waaqaatiif kaaʼameera; namni boqonnaa Waaqaatti galu kam iyyuu akkuma Waaqni hojii isaa irraa boqote sana, innis #hojiin isaa irraa ni boqota.
(ibroota 4:9-10)

🌹 #Lafti_bokkaa yeroo baayʼee irratti roobu dhugdee warra ishee qotataniif #midhaan fayyadu kennitu #eebba Waaqayyoo argatti
- #Lafti_Qoree fi #sokorruu biqilchitu garuu faayidaa hin qabdu; abaaramuus geesseerti. #Dhumni ishees gubamuu dha.
(Ibroota 6:7-8).

🕹𝚔𝚞𝚗𝚒 𝚏𝚊𝚔𝚔𝚎𝚎𝚗𝚢𝚊.
➊➻ 𝙡𝙖𝙛𝙖 𝙠𝙖𝙣𝙞 𝙟𝙚𝙙𝙝𝙖𝙢𝙚 #𝙣𝙖𝙢𝙖, #𝙧𝙤𝙤𝙗𝙣𝙞 𝙞𝙧𝙧𝙖𝙖𝙩𝙩𝙞 𝙧𝙤𝙤𝙗𝙚𝙚 𝙞𝙢𝙢𝙤𝙤 #𝙙𝙪𝙗𝙗𝙞𝙞_𝙬𝙖𝙖𝙦𝙖𝙮𝙮𝙤𝙤𝙩𝙞. 𝙢𝙞𝙙𝙝𝙖𝙖𝙣𝙞 𝙠𝙖𝙣𝙞 𝙟𝙚𝙙𝙝𝙖𝙢𝙚 𝙞𝙢𝙢𝙤𝙤 #𝙖𝙢𝙖𝙣𝙩𝙞 𝙛𝙞 #𝙝𝙤𝙟𝙟𝙞 𝙜𝙖𝙖𝙧𝙞𝙙𝙝𝙖. 𝑛𝑎𝑚𝑜𝑜𝑛𝑖 𝑘𝑢𝑛𝑖 𝑏𝑜𝑞𝑎𝑛𝑛𝑎 𝑛𝑖 𝑎𝑟𝑔𝑎𝑎𝑡𝑢.

➋➻ 𝑙𝑎𝑓𝑎 #𝙦𝙤𝙧𝙚𝙚 𝙛𝙞 #𝙨𝙤𝙠𝙠𝙤𝙧𝙪𝙪 𝙠𝙖𝙣 𝙟𝙚𝙙𝙝𝙖𝙢𝙚 𝙣𝙖𝙢𝙖 𝙙𝙪𝙗𝙗𝙞 #𝙧𝙖𝙟𝙤𝙤𝙩𝙖 𝙨𝙤𝙗𝙙𝙪 𝙛𝙞 𝙙𝙪𝙗𝙗𝙞 #𝙨𝙚𝙚𝙭𝙖𝙣𝙖 𝙝𝙤𝙧𝙙𝙤𝙛𝙪𝙪, 𝑖𝑠𝑎𝑎𝑛 𝑘𝑢𝑛𝑖 𝑏𝑜𝑞𝑎𝑛𝑎 ℎ𝑖𝑛 𝑎𝑟𝑔𝑎𝑡𝑎𝑛𝑖.

----𝑠𝑎𝑛𝑏𝑎𝑡𝑎 𝑔𝑎𝑎𝑟𝑖 𝑖𝑠𝑖𝑛𝑖𝑓 ℎ𝑎𝑎𝑡𝑎𝑢----
🌹Muslimoonni #Addeessa,🕌 yookiin ji'a Baatii eessa fidanii Masjida gubbaa godhanii itti fayyadamuu laata 😁😁

Addeessaa waaqessan maalif barbaachise laata
➻yookiin Muslimoonni Waaqni keenya #Allaha jedhuu
Kanaafuu Allahan Adeessa jechuu dha

😂😂😂😂😂
Kuno Muslimoota mallattoo tokko Addeessa keessa godhanii jiru inni hoo maalidha laata

Addeessa waaqeessu maaltu fidee

Bakka mallattoo tokko jiruu Ergamaan Gabreel hin seenu jedhee jira 😁😁

Kanaafuu Gabraeel masjida akka seenee dhorkuuf yaa Muslimoota


haaluu addeessa gosa kami fayyadamuu irraa fayyada.
A➻Dima
B➻gurraacha
C➻Adii
D➻magaarisa
E➻kelloo
Kuno ilaala wanti isaa isiniif gaala jira miti 😁😁😁😁😁

Addeessa fakkaata gaafa bineensaa argitanii.
-amma masjida mataa gubbaa kani jiru isaa.
Audio
🌹Mormii Muslimaa fi Orthodoksi.

➊➻Orthodoksi irraa( #Gutema.
➋➻Musiliima irra sheka #Mohammed Ahmed.
  
  Mataduree falmii.
#Addeessi 👈 Samii irra akka #cabee #lafaa jiru #muhammad_rajichi dubbate jira ,Adeessi Amma samii irraa jiruu kuni Eessa dhufee 😁
#Raajoota durii keessa eenyutu adeessi cabee jedhe beeka mee 😁

➛Dubbii akka afaanii Amantii Muslimaa sirriidha jedhanii sana miti 😜😜😜

Kutaa-1-ffaa .dhageefadha mee.
Forwarded from Orthodox Promotion
Channel ’ootni mimmiidhagoo armaan gadii kunneen, barumsa mana Kiristiyaana Ortodoksii Tewaahidoo, Seeraa fi Dambii ishee haala eeggateen sagalee Waaayyoo lallabuu fi barsiisuu irratti argamu.

Channel ’oota kanneen keessatti: Lallaba, Koorsii, Faarfannaa, Walaloo, Jechoota Abbootaa, Seena qulqullootaa guyyaa guyyaadhaan Mana Kiristiyaanaa keenya keessatti yaadatamanii, Gaaffilee mana kiristiyaanaa keenya irratti gaafataniif deebii, Gorsa Abbootaa, PDF ykn Kitaabota afuuraa kan Ortodoksii Tewaahidoo, kkf argattu.

Channel ’oota kanneen keessa seennan mee maal dhabdu? Yoo akka barbaaddanitti dhabdanis waan barbaaddan kamillee gaafattanii argattu! Kanaafuu, itti goraatii Channel ’oota kanneen hundumaa tokko tokkoon “Join/Subscribe” taasifadhaa; irraas fayyadamaa; baradhaa!
🌹Gaaffii tokko Muslimoonni akkasii jedhanii naa gaafatanii
#Maariyaami kani #ajjeesee Iyyaasuus #Kiristoos , kanaafu Kiristoos akkamitti #haadha isaa ajjeesaa kuni #safuudha nani jedhanii 😁

➻ yeroo kana ani immoo gaafii tokko gaafadhee Raaji #muhammadi Kani #ajjeesee eenyu jedhee gaafadhee #Allaha nan jedhee.
➻erga akkasii ta’e kana hunda Allaha muhammadi tti fayyadama ture maalif ajjeese ,Allahan maaliif #garaa itti jabate kuni #safuu dha jedhanii 😁😁😜

Yeroo kana #deebii fidu didee caalise 😁


🌹gaaruu ani wanta tokko isinitti nan himma yaa ijoollee #orthodoksi.

Du’aa jechuun #boqonnaa dha , Waaqayyo immoo namni yeroo boqachuu qabatu nama boqachisaa.

Kanaafuu Waaqayyo boqonnaa namaaf yoo kenne kuni akkamii safuu ta'a mee,akkamitti boqonnaa cubbuu ta'a


🌹yaa Muslimaa akkanumaan ofii keessatti hin fincaanii jennani.
🕹Namoonni dhimma qabdan keessa iyyuu hordofa #Muslimaa fi #pheenxee kani ta’e yoo jiratee.
Falmii ykn mormii gochuuf Namni fedhii qabuu yoo jiratee.
Link kana xuqa na dubbisa👇

👉 @Gutema123 👈

👆👆👆
Kutaa-2-ffa itti fufaa
Mee amma dhuguma wangeela Maarqoos 1:1 irratti jechi Kiristoos #ilma Waaqayyo jedhu hin jiru laata .
بِسْمِ اللّٰهِ الرَّحْمٰنِ الرَّحِيْمِ🌹

ذٰ لِكَ مِنۡ اَنۡۢبَآءِ الۡـقُرٰى نَقُصُّهٗ عَلَيۡكَ‌ مِنۡهَا قَآٮِٕمٌ وَّحَصِيۡدٌ‏
That is from the news of the cities, which We relate to you; of them, some are [still] standing and some are [as] a harvest [mowed down].

𝙝𝙞𝙞𝙠𝙖 𝙞𝙨𝙖𝙖 𝙖𝙛𝙖𝙖𝙣 𝙤𝙧𝙤𝙢𝙞𝙛𝙛𝙖𝙖𝙣
#𝙤𝙙𝙪𝙪 kuni magalaa irraa sii irratti odeessine ,isaani dhabatuu fi hamadhudha
(suuraa 11:100)
➊➻kunoo Allaha Oduu #magalaa keessa demee #fidee muhamadi irratti odessa jira🤷‍♀

Kanafu Qur’aani Oduudha jechudha🕺
▬▬▬▬

بِسْمِ اللّٰهِ الرَّحْمٰنِ الرَّحِيْمِ

نَحۡنُ نَقُصُّ عَلَيۡكَ اَحۡسَنَ الۡقَصَصِ بِمَاۤ اَوۡحَيۡنَاۤ اِلَيۡكَ هٰذَا الۡقُرۡاٰنَ ‌ۖ وَاِنۡ كُنۡتَ مِنۡ قَبۡلِهٖ لَمِنَ الۡغٰفِلِيۡنَ‏
We relate to you, O Muhammad the best of stories in what We have revealed to you of this Qur'an although you were before it among the unaware.

ℎ𝑖𝑖𝑘𝑎 𝑖𝑠𝑎𝑎 𝑎𝑓𝑎𝑎𝑛𝑖 𝑜𝑟𝑜𝑚𝑖𝑓𝑓𝑎𝑎𝑛👇
Nuti wanta kana gara keetii ergine yaa muhammad kuni #𝙨𝙚𝙚𝙣𝙖𝙖 bareda dha  nuti Qur’aanaa irraa seenaa kana,Ati garuu duraa iyyu ni #irafta.😁
(suuraa 12:3)
🌷kutaa-2-ffaa.👇
➻gaafi fi deebi Muslimoota
Maarqoos 1:1
jalqaba wangeela Iyyaasus Kiristoos #Ilma Waaqayyoo
➊=gaaffii isaani akkasii turee « jechi #ilma waaqayyo jedhuu sunii iddoo sana hin jiru jedhuu
======//======
🕹Deebii keenya.
-jechi #ilma Waaqayyoo jedhuu suni jira kani jedhuu ta'a.

🍇,ℎ𝑎𝑎𝑡𝑎'𝑢 𝑚𝑎𝑙𝑒𝑒 𝑠𝑎𝑏𝑎𝑏𝑎,𝑚𝑢𝑠𝑖𝑙𝑖𝑚𝑜𝑜𝑛𝑛𝑖 𝑗𝑒𝑐ℎ𝑖 #𝑖𝑙𝑚𝑎 #𝑤𝑎𝑎𝑞𝑎𝑦𝑦𝑜 𝑗𝑒𝑑ℎ𝑢 ℎ𝑖𝑛 𝑗𝑖𝑟𝑢 𝑗𝑒𝑑ℎ𝑎𝑛𝑖𝑓 « 𝑘𝑖𝑡𝑎𝑏𝑜𝑜𝑙𝑙𝑒𝑒 𝑦𝑒𝑟𝑜𝑜 #𝑑ℎ𝑖𝑦𝑜𝑜 𝑘𝑒𝑒𝑠𝑠𝑎 𝑏𝑎𝑟𝑒𝑒𝑓𝑓𝑎𝑚𝑛𝑖 𝑤𝑎𝑛𝑔𝑒𝑙𝑎 𝑚𝑎𝑟𝑞𝑜𝑜𝑠 1:1 𝑖𝑟𝑟𝑎𝑎𝑡𝑖 𝑗𝑒𝑐ℎ𝑎 𝑖𝑙𝑚𝑎 𝑤𝑎𝑎𝑞𝑎𝑦𝑦𝑜 𝑗𝑒𝑑ℎ𝑢 𝑘𝑖𝑡𝑎𝑏𝑎 𝑘𝑒𝑒𝑠𝑠𝑠𝑎 #𝑏𝑎𝑙𝑙𝑒𝑒𝑠𝑠𝑎𝑛𝑖 𝑗𝑖𝑟𝑢. 𝑚𝑢𝑠𝑙𝑖𝑚𝑜𝑜𝑛𝑖 𝑘𝑎𝑛𝑎 𝑟𝑎𝑔𝑎 𝑔𝑜𝑜𝑑ℎ𝑎𝑡𝑢 𝑚𝑎𝑙𝑒𝑒 𝑤𝑎𝑛𝑡𝑎 𝑏𝑖𝑟𝑎 𝑚𝑖𝑡𝑡𝑖.

Luqaas 21:33👇
#Samii fi #lafti ni darbu; #dubbiin koo garuu #gonkumaa hin darbu.

👉Namoonni kuni yoo akkasii godhan illee dubbii Kiristoos yoomiyyuu hin baduu.

📍𝚊𝚖𝚖𝚊 𝚐𝚊𝚛𝚊 𝚍𝚎𝚎𝚋𝚒 𝚔𝚎𝚎𝚗𝚢𝚊𝚝𝚒 𝚔𝚘𝚘𝚝𝚊

➻kallattiin jechoota #Giriikii ilaala iddoo kanatti 𝚜𝚊𝚋𝚊𝚋𝚒𝚗 𝚒𝚜𝚊𝚊 𝚔𝚒𝚝𝚊𝚋𝚘𝚘𝚝𝚊 𝚓𝚊𝚕𝚚𝚊𝚋𝚊 𝚚𝚘𝚙𝚑𝚊'𝚊𝚗 𝚒𝚛𝚛𝚊𝚊𝚝𝚒 𝚗𝚒 𝚊𝚛𝚐𝚊𝚖𝚊 𝚠𝚊𝚊𝚗𝚒 𝚝𝚊'𝚎𝚏 .

Ἀρχὴ τοῦ  εὐαγγελίου Ἰησοῦ Χριστοῦ   #Υἱοῦ  Θεοῦ

= #Υἱοῦ=👈 𝑗𝑒𝑐ℎu 𝑖𝑙𝑚𝑎 𝑗𝑒𝑐ℎ𝑢𝑑ℎ𝑎.
= #Θεοῦ= 👈jechun Waaqayyo jechudha.

jechoota lamaan yoo walitti finnee immoo👇
= #Υἱοῦ_Θεοῦ 👈𝚒𝚕𝚖𝚊 𝚠𝚊𝚊𝚚𝚊𝚢𝚘 𝚓𝚎𝚌𝚑𝚞𝚍𝚑𝚊.

🕹kanafuu jechi suni iddoo sana jira.
🕹𝑓𝑎𝑘𝑘𝑒𝑒𝑛𝑦𝑎 𝑏𝑖𝑟𝑎 𝑖𝑚𝑚𝑜𝑜 𝑗𝑒𝑐ℎ𝑖 𝑘𝑢𝑛𝑖 𝑖𝑑𝑑𝑜𝑜 𝑏𝑖𝑟𝑎 𝑖𝑙𝑙𝑒𝑒 𝑛𝑖 𝑎𝑟𝑔𝑎𝑚𝑎 namoonni kuni wangeela Maarqoos irraa qofaa balleessan malee wangeela bira irraa gonkumaa balleessu hin dandeenye #𝚠𝑎𝑛𝑔𝑒𝑒𝑙𝑎_𝑦𝑜ℎ𝑎𝑛𝑛𝑖𝑠  𝑓𝑖 #𝑒𝑟𝑔𝑎_𝑟𝑜𝑜𝑚𝑒𝑒.

➊➧Yohaannis 3:18
Kan isatti amanutti hin muramu; kan isatti hin amanne garuu waan inni maqaa #Ilma_Waaqayyoo tokkichaatti hin amaniniif ammuma iyyuu itti murameera.
𝑖𝑑𝑑𝑜 𝑘𝑎𝑛𝑎𝑡𝑖 𝑔𝑖𝑟𝑖𝑘𝑖 𝑖𝑠𝑎𝑎 𝑎𝑘𝑘𝑎𝑠𝑖 𝑗𝑒𝑑ℎ𝑎 𝑘𝑢𝑛𝑜= #Υἱοῦ_Θεοῦ 👈

➋➧Yohannis 5:25
Ani dhuguman, dhuguman isinitti hima; yeroon warri duʼan itti sagalee #Ilma_Waaqayyoo dhagaʼan tokko ni dhufa; ammuma iyyuu dhufeera; warri dhagaʼanis ni jiraatu.
𝑖𝑑𝑑𝑜 𝑘𝑎𝑛𝑎𝑡𝑖 𝑔𝑖𝑟𝑖𝑘𝑖 𝑖𝑠𝑎𝑎 𝑎𝑘𝑘𝑎𝑠𝑖 𝑗𝑒𝑑ℎ𝑎 𝑘𝑢𝑛𝑜= #Υἱοῦ_Θεοῦ 👈

➌➧Roome 1:3-4
Wangeelichis waaʼee #ilma isaa kan akka namummaatti sanyii Daawit irraa dhalatee, akka Hafuura qulqullummaatti immoo warra duʼan keessaa kaʼuu isaatiin #Ilma_Waaqayyoo humna qabeessa taʼuun isaa labsamee dha; innis Gooftaa keenya Iyyaasus Kiristoos
𝑖𝑑𝑑𝑜 𝑘𝑎𝑛𝑎𝑡𝑖 𝑔𝑖𝑟𝑖𝑘𝑖 𝑖𝑠𝑎𝑎 𝑎𝑘𝑘𝑎𝑠𝑖 𝑗𝑒𝑑ℎ𝑎 𝑘𝑢𝑛𝑜= #Υἱοῦ_Θεοῦ 👈

𝙭𝙪𝙢𝙪𝙧𝙖 𝙞𝙧𝙧𝙖𝙖𝙩𝙞.
𝑤𝑎𝑛𝑔𝑒𝑒𝑙𝑎 𝑚𝑎𝑎𝑟𝑞𝑜𝑜𝑠 1:1 𝑖𝑟𝑟𝑎𝑎 𝑗𝑒𝑐ℎ𝑖 #𝙞𝙡𝙢𝙖 𝙟𝙚𝙙𝙝𝙪 𝙟𝙞𝙧𝙖 𝙖𝙢𝙖𝙣𝙖 𝙮𝙖𝙖 𝙢𝙪𝙨𝙞𝙡𝙞𝙢𝙤𝙤𝙩𝙖.

𝑔𝑎𝑟𝑎 𝑡𝑒𝑙𝑒𝑔𝑟𝑎𝑚𝑎 𝑘𝑜𝑡𝑎👇

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha