๐นkutaa-103-ffaa๐
๐นGaafii fi Deebii pheenxee fi Muslimaa.
โYohaannis 3:13
#Ilma_Namaa isa samii irraa #gadi buสผe malee eenyu iyyuu samiitti #olii hin baane
๐น๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ก๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐ค๐๐๐๐ #๐โ๐๐๐๐ฅ๐ ยซ ๐๐๐๐๐ ๐ก๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐โ๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ โ๐๐๐๐ก๐ข โ๐๐ ๐๐๐๐ข ๐๐๐โ๐ข.โ
๐น๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ก๐ ๐๐๐๐๐ ๐ค๐๐๐๐ #๐๐ข๐ ๐๐๐๐๐ ยซ ๐๐๐๐๐ ๐ก๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐ โ๐๐ ๐ก๐๐๐๐ #๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐โ๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐ก๐๐๐๐ ๐๐ข๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐โ๐ขโ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐ฃ๐ฎ๐:
๐นjalqabaa duraa samii irraa gadi bue, oli kani bahee Kiristoos qofaa miti.โ
Fakkeenyaaf Hafuurri Qulqulluun yeroo hundumaa samii irraa gadi bu'aa olii illee ni deebii'a
โ.Maatewos 3:16
#Iyyaasuus erga cuuphamee booda, battaluma sanatti bishaanicha keessaa baสผe; yeroo kanatti #samiiwwan ni banaman; #hafuurri Waaqayyoos akka gugeetti #gadi_buee utuu isa irra qubatuu arge.
๐๐๐๐๐ ๐ข๐๐ #๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐ข'๐ ๐๐๐ก๐๐๐๐ ๐๐ข๐ ๐๐ ๐๐ ๐๐๐ ๐.
โ.seera.Uumama 18:3
Innis akkana jedheen #Gooftaa ko, yoo ani si duratti fudhatama argadhe, tajajila(garbicha) kee bira hin darbin.โ
โป #G๐๐๐๐ก๐๐ ๐๐ข๐๐ ๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐ข'๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐ฆ๐ฆ๐ข โ๐๐ ๐โ๐ข๐๐๐,๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐โ๐ข๐๐ ๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐ก๐ก๐ #๐๐๐ ๐๐โ๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ โ๐๐ ๐๐๐๐๐ข.
โฌโฌโฌโฌ
A๐โamma immoo #dogoggora warra #pheenxee ilaala๐๐
-akka warri pheenxee odeessaa jiran kanatti kani oli bahee Kiristoos qofaa jedhuu ,namni oli bahee hin jiru jedhuu ,garuu kuni sobaa Fakkeenyaaf #Henok #Eliyaasii oli bahanii jiruu.
โ.Sera.Uumama 5:24
Henook Waaqa wajjin deddeebiสผe; waan Waaqni isa #fudhateef inni deebiสผee hin argamne.(Ibrota 11:5)dubbisi๐
โ.2Mootota 2:1
Yommuu Waaqayyon #Eeliyaasiin obomboleettiidhaan gara #samiitti olii fudhachuuf jedhutti, Eeliyaasii fi Eelsaaสผi Gilgaal keessaa baสผanii deemuu jalqaban. (2Mot 2:11).
๐น๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐ #๐๐๐๐๐๐ ๐๐ #๐๐๐๐ข๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐.ยซ ๐๐๐๐ ๐๐ข๐ข๐๐ #๐๐๐๐_๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ข๐,๐๐๐๐๐ #๐๐๐๐๐๐ก๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐a ๐
โ. 2 Qorontos 5:1
Yoo dunkaanni #lafa irraa kan nu keessa jiraannu kun diigame #mana_Waaqni_ijaare, mana bara baraa kan harka namaatiin hin ijaaramin #samii irraa akka qabnu beekna.
โ. Yohaannis 14:2
#Mana Abbaa koo keessa iddoo jireenyaa baayสผeetu jira; utuu akkana taสผuu baatee silaa isinittin hima ture. #Ani iddoo isinii qopheessuuf achin dhaqaatii.
โฌโฌโฌโฌโฌ
B๐โปAmma immoo #Dogoggora #Muslimoota ilaala.๐๐
โป samii irraa gadi bu'ee ,gara samiitti kani deebi'ee Eeyyee Kiristoos , Muslimooni immoo jecha kani jiranii namoonni gara samii olii bahee jiruu jedhuu.
โป kayyoo Muslimaa immoo Kiristoos akkuma namoota kani lafa irraa dhufee wani Amananifi, kuni immoo soba isaanitti ,
Mee Fakkeenyaaf Muslimoonni Henok ,Eliyaasii oli bahee jedhu,
Kiristoos wajjiin wali qixeessufi akkasii jedhuu.
๐น๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐ข๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐ข๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐'๐๐ ๐๐๐โ๐โ
โป๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐ข๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐'๐, ๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐
โ.Yohaannis 6:62
Yoos yoo utuu #Ilmi_Namaa iddoo #dur turetti #ol baสผuu argitan akkam taสผinna ree?
โปkanafuu Henok fi Eliyaasii jalqabaa samii irraa teessoo qabu ree yaa Muslimaa โ
๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ข๐๐ โ๐๐ ๐๐๐๐๐๐.